{"id":12091,"date":"2025-12-22T18:07:26","date_gmt":"2025-12-22T18:07:26","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12091"},"modified":"2025-12-22T18:07:29","modified_gmt":"2025-12-22T18:07:29","slug":"biqiltuun-ilmoodha-waloon-baanee-haa-kunuunsinu-pireezidaanti-shimallis-abdiisaan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/","title":{"rendered":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS &#8211; Mudde 13\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Biqiltuun Ilmoodha \u2013 Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera.<\/p>\n\n\n\n<p>Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa keenya waggoottan torban darban kalaqaafi saffisaan dabaalamee injifannoo boonsaa galmeessiseera. Har\u2019as galmoota gurguddoo lamaan: mancaatii bosonaa hambisuufi humna damdamannaa dhiibbaa jijjjiirama qilleensaa biyya keenyaa guddisuurraa osoo hinlibsatin socho\u2019aa jirra.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma madda yaadichaa kan ta\u2019an Looreeta Nagaa Addunyaa, Mummee Ministiraa keenya Abiyyi Ahimadiin (PhD) kaa\u2019ame, raawwiin isaas hammattoo Mootummaan Ida&#8217;amuu rokkoolee jiraniif furmaata ittiin kennu kan hordofedha. Bu&#8217;uuruma kanaan:-<\/p>\n\n\n\n<p>Tokko: sagantichi qajeeltodhaan akka hoogganamu ta\u2019eera. Irradeebiin magariisomsuun dhimma murteessaa ittifufiinsafi badhaadhina biyya keenyaa ta\u2019uu danda\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Lama: sagantichi humna keessoo keenyaan akka raawwatamu ta\u2019eera. Raajiin hanga yoonaa, gargaarsa alaa tokko malee dandeettii gochuu ummata keenyaa qofaan kan raawwatamedha. Borus kan ittifufuudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"397\" height=\"647\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/3-10.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12093\" style=\"aspect-ratio:0.6136067236632372;width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/3-10.jpg 397w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/3-10-184x300.jpg 184w\" sizes=\"(max-width: 397px) 100vw, 397px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Sadi: sagantaan Ashaaraa Magariisaa maqaa ykn beekamtii keessofi alaa ittiin goonfachuuf osoo hintaane, bu\u2019aa qabatamaa gama madaallii haala qilleensaa, nyaataa, eegumsa biyyee, yaa\u2019insaafi qulqullina bishaanitiin argamu bu\u2019uureffatee akka raawwatamu ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Afur: sagantaan Ashaaraa Magariisaa dhaabbilee dhimmichi ilaallatuun haahoogganamu malee, kutaalee hawaasaa mara hirmaachisaa jira. Akka naannoo keenyatti, waggoottan 7\u2019n darban (2011-2017), waggaa waggaan giddugaleessan ummanni mil. 18 umrii, amantaafi ilaalcha siyaasaatiin osoo hinqoodamin bahuun biqiltuu bil.28.2 dhaabuu danda&#8217;ee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Shan: sagantichi hojii duulan gaggeeffamu ta\u2019uu bira darbee aadaa ummataa ta\u2019uu agarsiisera. Ummanni keenya biqiltuu dhaabuu, kunuunsuufi sirnaan ittifayyadamuun, akkasumas magariisomsuufi jiidha eegun hojii ajajamee raawwatu osoo hintaane duudhaa isaa ganamaa ta\u2019uu mirkaneessera. Akka naannoo keenyatti, waggoottan torban darban waggaa waggaan giddugaleessan ummanni mil. 15 ol ta\u2019u dhuunfafi waloon bahee biqiltuu dhaabe kunuunsaa jira. Kunis dhibbentaan latiinsa biqiltuu waggoota torban darbanii giddugaleessan harka %86 ol akka deemu taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Hirmaannaa boonsaa akka biyyaatti taasifneen galmoonni lameenuu daandii milkaa\u2019inaa qabataniiru. Uwwisni bosona biyya keenyaa daran dabalaa, mirkaneessi sirnaafi wabii nyaataa tarkaanfachaa jira. Burqaafi haroowwan gogan deebi\u2019anii misuu, bishaan lafa jalaa dabaluu, dhiqamni biyyee hirdhachuu danda\u2019eera. Hundaa\u2019ol lub-daneessummaa (biodiversity) irratti jijjiiramni waaraan argamee jira. Kalees ta\u2019ee har\u2019a humni injifannoo kana duuba jiru ummata keenya.<\/p>\n\n\n\n<p>Ummanni keenya biqiltuu ganna bishaanin dhaabe bona dheebutti dhiisee akka biraa hinhafne, hirmaannaa kunuunsaa waggaa gara waggaatti ho\u2019afi si\u2019ataa dhufeen irra deddeebiin mirkaneessera. Latiinsi biqiltuu bara kana (2017\/18) dhaabnees (bil. 4.9) kan armaan duraa akka caalu raaguun waan nama dhibu miti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14-1024x576.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12094\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14-1024x576.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/2-14.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Walumaagalatti, waqtiin bonaa kun yeroo biqiltuun sababoota garagaraatiin sadarkaa olaanaan mancaatii hamaaf itti saaxilamanidha. Waqtii kanatti biqiltuu bishaan obaasuu, aramuufi jijjiirama jiru hordofuun daran barbaachisaadha. Kanaaf, ummanni keenya hirmaannaa si\u2019ataa eegumsaafi kunuunsa biqiltuu irratti waggoottan darban taasisaa ture cimsee akka ittifufu kabajaan yaadachiisun barbaada.<\/p>\n\n\n\n<p>Caasaaleen mootummaafi hoggansi sadarkaan jirtan gama keessaniin, sagantaa waloo ummataa qopheessuufi qindeessuun deeggarsaafi hordoffii barbaachisaa sadarkaa hundatti akka taasiftan cimsee hubachiisuun barbaada.<\/p>\n\n\n\n<p><a href=\"https:\/\/web.facebook.com\/hashtag\/ashaaraa_magaariisaa?__eep__=6&amp;__cft__[0]=AZZ-eGXwk-61KRB7_Noqk8UjxRJLFhdl9145W82JDJvDaSP5mhd_5sDTU9XlUsFHaeALXMOxOgPg9zqs6mcSE6Z45Wjd7j9k9KJUwJ2gi-kU9GbKnDIQNedP66r_3IaJyt1NAyD8p1LJROLCTA7NAKz18ZtufKtSfEjgsee4Hqy9Z-r-ptPJZ8wDfLtQMUuZFZc&amp;__tn__=*NK-R\">#Ashaaraa_Magaariisaa<\/a> humna damdamannaa dhiibbaa jijjiirama qilleensaa horachuuf!<\/p>\n\n\n\n<p><a href=\"https:\/\/web.facebook.com\/hashtag\/green_legacy_initiative?__eep__=6&amp;__cft__[0]=AZZ-eGXwk-61KRB7_Noqk8UjxRJLFhdl9145W82JDJvDaSP5mhd_5sDTU9XlUsFHaeALXMOxOgPg9zqs6mcSE6Z45Wjd7j9k9KJUwJ2gi-kU9GbKnDIQNedP66r_3IaJyt1NAyD8p1LJROLCTA7NAKz18ZtufKtSfEjgsee4Hqy9Z-r-ptPJZ8wDfLtQMUuZFZc&amp;__tn__=*NK-R\">#Green_Legacy_Initiative<\/a> duudhaa keenya ganamaatti deebi\u2019uuf!<\/p>\n\n\n\n<p><a href=\"https:\/\/web.facebook.com\/hashtag\/ashaaraa_magaariisaa?__eep__=6&amp;__cft__[0]=AZZ-eGXwk-61KRB7_Noqk8UjxRJLFhdl9145W82JDJvDaSP5mhd_5sDTU9XlUsFHaeALXMOxOgPg9zqs6mcSE6Z45Wjd7j9k9KJUwJ2gi-kU9GbKnDIQNedP66r_3IaJyt1NAyD8p1LJROLCTA7NAKz18ZtufKtSfEjgsee4Hqy9Z-r-ptPJZ8wDfLtQMUuZFZc&amp;__tn__=*NK-R\">#Ashaaraa_Magaariisaa<\/a> umama waliin araaramuun hariiroo keenya cimsachuuf!<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12091\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"edecd2b76a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12091\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Mudde 13\/2018 Biqiltuun Ilmoodha \u2013 Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa keenya waggoottan torban darban kalaqaafi saffisaan dabaalamee injifannoo boonsaa galmeessiseera. Har\u2019as galmoota gurguddoo lamaan: mancaatii bosonaa hambisuufi humna damdamannaa dhiibbaa jijjjiirama qilleensaa biyya keenyaa guddisuurraa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12092,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[21],"tags":[],"class_list":["post-12091","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-ashaaraa-magariisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Mudde 13\/2018 Biqiltuun Ilmoodha \u2013 Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa keenya waggoottan torban darban kalaqaafi saffisaan dabaalamee injifannoo boonsaa galmeessiseera. Har\u2019as galmoota gurguddoo lamaan: mancaatii bosonaa hambisuufi humna damdamannaa dhiibbaa jijjjiirama qilleensaa biyya keenyaa guddisuurraa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-22T18:07:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-22T18:07:29+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"608\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan\",\"datePublished\":\"2025-12-22T18:07:26+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-22T18:07:29+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/\"},\"wordCount\":482,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/1-15.jpg\",\"articleSection\":[\"Ashaaraa Magariisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/\",\"name\":\"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/1-15.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-22T18:07:26+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-22T18:07:29+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/1-15.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/1-15.jpg\",\"width\":1080,\"height\":608},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12091\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Mudde 13\/2018 Biqiltuun Ilmoodha \u2013 Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa keenya waggoottan torban darban kalaqaafi saffisaan dabaalamee injifannoo boonsaa galmeessiseera. Har\u2019as galmoota gurguddoo lamaan: mancaatii bosonaa hambisuufi humna damdamannaa dhiibbaa jijjjiirama qilleensaa biyya keenyaa guddisuurraa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-22T18:07:26+00:00","article_modified_time":"2025-12-22T18:07:29+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":608,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan","datePublished":"2025-12-22T18:07:26+00:00","dateModified":"2025-12-22T18:07:29+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/"},"wordCount":482,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg","articleSection":["Ashaaraa Magariisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/","name":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg","datePublished":"2025-12-22T18:07:26+00:00","dateModified":"2025-12-22T18:07:29+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/1-15.jpg","width":1080,"height":608},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12091\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12091","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12091"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12091\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12095,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12091\/revisions\/12095"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12092"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12091"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12091"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12091"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}