{"id":12165,"date":"2025-12-24T13:04:32","date_gmt":"2025-12-24T13:04:32","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12165"},"modified":"2025-12-24T13:04:34","modified_gmt":"2025-12-24T13:04:34","slug":"naannoo-tigiraayitti-buqqaatoota-buufata-yeroo-hitsatsiitti-argamaniif-deeggersi-taasifamaa-jiraachuu-ibsame","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/","title":{"rendered":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Mudde 15\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDeeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru ilaalchisee ibsi kennameera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMootummaan lammiilee bakka turtii yeroo keessa jiraataniif deeggarsa namoomaa midhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHaa ta\u2019uutii buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa akka hin dhiyaanneetti odeeffannoon miidiyaa hawaasaan tatamsa\u2019aa jiru haala waliigalaa bakka tursichaa kan hin ibsine ta\u2019uu beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBuqqaatoota deeggarsa namoomaa barbaadaniif waggaa guutuu itti fufiinsaan midhaan nyaataa dhiyaachaa turuu ibse.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eLammiilee buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa Baatii Fulbaanaa 2018 eegalee hanga Mudde 2018 karaa guutuu ta\u2019een deeggarsi midhaan nyaataa dhiyaachaa jiraachuu eere komishinichi.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBaatiiwwan arfan darban qofa lammiilee bakka tursa yeroo Hitsatsii keessatti argaman kuma 14 fi 413 deeggarsi namoomaa taasifamaa turuu hime<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDabalataan lammiilee buufata tursaa ollaatti argaman dabalatee baatii Fulbaanaa buqqaatoota kuma 16 fi 775, baatii Onkololeessaa namoota kuma 18 fi 290, Baatii Sadaasaa namoota kuma 17 fi 813, akkasuma baatii muddee namoota kuma 14 fi 413\u2019f deeggarsi midhaan nyaataa dhiyaachuu ibse.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWaliigalaan midhaan kuntaalli kumni 11 fi 405 baatiwwan arfan darban keessa dhiyaachuu eere.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKunis gara maallaqaatti yoo jijjiirama Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 57 caalu akka ta&#8217;e beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGama biroon, bulchiinsi yeroo naannichaa deeggarsi dabalataa akka barbaachisu osoo gaafatee mootummaan federaalaa deeggarsa taasisuuf qophummaa qabaachuu beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhimmoonni olitti eeraman akkuma jirutti ta\u2019ee deeggarsi dhiyaate lammiilee kanneenif sirnaan qaqqabuu isaa mirkaneessuu fi hanqinni yoo jiraate sirreessuun gahee bulchiinsa yeroo naannichaa ta\u2019uu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12165\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12165\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Mudde 15\/2018 \u200eDeeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru ilaalchisee ibsi kennameera. \u200eMootummaan lammiilee bakka turtii yeroo keessa jiraataniif deeggarsa namoomaa midhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibseera. \u200eHaa ta\u2019uutii buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa akka [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12166,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19],"tags":[],"class_list":["post-12165","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Mudde 15\/2018 \u200eDeeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru ilaalchisee ibsi kennameera. \u200eMootummaan lammiilee bakka turtii yeroo keessa jiraataniif deeggarsa namoomaa midhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibseera. \u200eHaa ta\u2019uutii buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa akka [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-24T13:04:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-24T13:04:34+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"394\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"396\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame\",\"datePublished\":\"2025-12-24T13:04:32+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-24T13:04:34+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/\"},\"wordCount\":244,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/\",\"name\":\"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-24T13:04:32+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-24T13:04:34+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg\",\"width\":394,\"height\":396},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12165\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Mudde 15\/2018 \u200eDeeggarsa namoomaa buqqaatoota Naannoo Tigraayi Godina Lixa Tigraay aanaa Asgadaa buufata turtii yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif dhiyaachaa jiru ilaalchisee ibsi kennameera. \u200eMootummaan lammiilee bakka turtii yeroo keessa jiraataniif deeggarsa namoomaa midhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa ibseera. \u200eHaa ta\u2019uutii buqqaatoota buufata tursa yeroo Hitsatsii keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa akka [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-24T13:04:32+00:00","article_modified_time":"2025-12-24T13:04:34+00:00","og_image":[{"width":394,"height":396,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame","datePublished":"2025-12-24T13:04:32+00:00","dateModified":"2025-12-24T13:04:34+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/"},"wordCount":244,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/","name":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg","datePublished":"2025-12-24T13:04:32+00:00","dateModified":"2025-12-24T13:04:34+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/601852055_1326304306185009_6970955288763429919_n.jpg","width":394,"height":396},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12165\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Naannoo Tigiraayitti buqqaatoota buufata yeroo Hitsatsiitti argamaniif deeggersi taasifamaa jiraachuu ibsame"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12165","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12165"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12165\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12167,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12165\/revisions\/12167"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12166"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12165"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12165"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12165"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}