{"id":12208,"date":"2025-12-25T14:01:03","date_gmt":"2025-12-25T14:01:03","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12208"},"modified":"2025-12-25T14:27:31","modified_gmt":"2025-12-25T14:27:31","slug":"ajjeechaa-jalaa-miliqanii-seenaa-hin-awwaalamne-kan-kataban-hayyuu-maammoo-gadaa-eenyu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/","title":{"rendered":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban &#8211; Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Mudde 16\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Sirna ciisanyaafi abbaa lafaa bara mootummaa&nbsp; Hayilasillaasee mormuuf qabsoo barattoota keessatti hirmaannaa guddaa qabu, Hayyuu Maammoo Gadaa umrii isaanii guutuu mirgaaf falmachaa akka turan ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>Hayyuu Maammoon AMN Dijitaal waliin turtii taasisaniin, uummatni keenya lafti kan waaqaati jedhee kan amanu irra tikfatee qotatee jiraachuufi irra oolee galuu malee kan&nbsp; lafaa wantaan qoodanii abbaa itti horan kana akka hin beekne kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni ciisanyaafi abbaa lafaa kuni uummatarraan rakkoo gahuu kan himan Hayyuu Maammoo Gadaa, qabsoo warraqsa&nbsp; barattootaa \u201cLafti Qonnaan Bultootaf\u201d jedhu san keessatti hirmaachuun qabsaa\u2019aa akka turan dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"636\" height=\"354\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-05.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12211\" style=\"width:825px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-05.jpg 636w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-05-300x167.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 636px) 100vw, 636px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>A.L.I. tti bara 1963 barataa kutaa saddeetii turan. Diddaa sirna mootummaa Hayilasillaasee mormuuf fincilanii dandirratti osoo qabsoo taasisanu qabamanii kaampii&nbsp; leenjii poolisii \u201cKibur Zabanyaa\u201d Dabra Biraanitti ji\u2019a lamaaf akka hidhaman himan.<\/p>\n\n\n\n<p>Hayyuu Maammoo Gadaa Aartii sirbaatinis quuqama uummataaf qabsaa\u2019aa akka turan kan himu hojmaata badaa sirna Hayilasillaasee akkas jechuun\u2026.<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; \u201cBakka fedhanillee deeman fagaatanitoo<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Nugusaan wajjiin oolan jabaatanitoo<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Gaaris uffatanii waan fedhan nyaatanitoo<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;Homaa kuni hundumtuu namaa hin guutu gatiidhaa<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;Yoo lammiin ofii taate namaa gadiidhaa<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Muknuu hin buufatu erga hundeen buqqaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Namnis adda isaa maal godha yoo jabaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Anas tana malee maaltu garaa na nyaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;&nbsp;&nbsp;Guddadhus wajjumaan aadaa tantoo harkisee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;&nbsp;Tokkichi adda isaa echa gahaa bultiin itti tolee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;&nbsp;Fuulli yoo calalaaqee qufees yoo machaa\u2019ee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; &nbsp;&nbsp;Hagam miidhaga yoo duubni dalachaa\u2019ee\u201d jedhanii aartii sirban&nbsp; qeeqaa akka tura eeran.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"559\" height=\"405\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-59.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12212\" style=\"width:804px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-59.jpg 559w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-59-300x217.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 559px) 100vw, 559px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Sirni Hayilasillaasee kufee Dargiin dhufes gaaffii lafaa malee kan diimokiraasii waan hin deebisinif qabsaa\u2019uu akka itti fufe dubbata Hayyuu Maammoo Gadaa.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Dargii warra fincilee barbaadee akka malee lubbuu isaanii gaga\u2019aa akka ture kan ibsan Hayyuun kun, isaa mana barumsaa biiroo keessa taa\u2019ee hojjeta jiru itti dhufuun yoo qabuf jedhanitti foddaa duubatiin bahanii miliquun lubbuu isaanii akka olfatan dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cOsoo guyyaa san na qabatanii, na ajjeesu ture, gaafa waaqaatan oole\u201d jechuun mararteen dubbata.<\/p>\n\n\n\n<p>Qabsoo isaanii kan addaan hin kutin sirna Dargiillee aartii sirbaatiin akkas jechuun qeequ..<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; \u201cAni waanuma jirutu malee wallaalee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Hojii ilma namaa keechattuu maaltu caalee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Yoo agarru kinoo yaadni hundaa addaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Namumti kuni yoo maal hojjetee shaggeenii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Qotus na danda\u2019aa haamus na beeka harkii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Waanuma hundarraa rorrootu ulfaata nattii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Ba\u2019aa rorroodha dhiirri akkam gooteti baattii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Lubbuu hamma qilleensaa hin geenye yoo yaadani<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Maal qaba osoo rorrifamuu baatanii\u201d edhee sirna Dargii Aartii sirbaatiin akka qeeqaa ture ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni Dargii kufee akkumaa mootummaan TPLF dhufeen isaanis&nbsp; akkuma Oromoon baay\u2019een yeroo san ABO faana hiriiree qe\u2019ee dhaloota isaanii Boosatitti waraana ijaarrachuun qabsoo akka itti fufan dubbatu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"687\" height=\"394\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-57.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12213\" style=\"width:820px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-57.jpg 687w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-12-57-300x172.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 687px) 100vw, 687px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u201cYeroo san basaasan seelii diinaa biyya hin seenne, waraanni TPLF intala dubraa xiqqoo takkan loltoota&nbsp; ABO nutti agarsiisi jedhanii osoo oofanu namni wa\u2019ii gidduutti itti dhufnaan osoo isaa hasoofsisanu intanti xiqquma irraa siqxee eeruu nuf kennite, akka nuti iddoo qabnu kan nu gargaarte\u201d guyyaa san injifannoon&nbsp; galuu isaanii dubbatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Qabsoon ABO yeroo sanii laafnan&nbsp; lubbuu isaanii oolfachuuf &nbsp;Boosat keessa miliqaa jiraachaa akka turan manguddoon kuni kaasaniiru. Boosatitti adamsuu itti hammaannan garaa Finfinnee galuu kan himan guyyaa tokko garuu namni Boosatitti isaan beeku akka isaan qabsiise dubbatan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cQorannoof &nbsp;na waamanii osoon hula balbalaa dura taa\u2019uu roobni cimaan tokkoo roobnan, carraa san fayyadamee&nbsp; waaqnis na gargaare&nbsp; mana hidhaa sanii miliqeera\u201d jedhu Hayyuu Maammoo Gadaa.<\/p>\n\n\n\n<p>Qabsoo waraana dhiisuunis karaa nagaatiin qabsaa\u2019uuf A.L.I tti filannoo bara 1997 irratti hirmaachuun lafa itti dorgomaan Aanaa Boosatiifi Fantaalletti sagalee caalmaa argachuun Parlaamaa seenanii waggoota shaniif tajaajilaa akka turanis ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"636\" height=\"382\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-03-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12214\" style=\"width:802px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-03-1.jpg 636w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-03-1-300x180.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 636px) 100vw, 636px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Sirna mootummaa dhufaa dabraa waliin qabsoo kan taasisan hayyuu Maammoo Gadaa bara mootummaa TPLF illee qabsoo aartii sirbaatiin kan qeeqaa turan waan raagan fakkaatu<\/p>\n\n\n\n<p>Sirbi kunis\u2026<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; \u201cBona duubni gannaa dukkana boodan ifa taatii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Wanni hunduu ni dabraa yoom akka taa\u2019etti haafatii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Ni cima dukkannii yoo barii jala dhiyaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Booda deechi ilmaa haadha cinintiin itti hammaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Sabnillee waa qaba rorroon yoo itti hammaatee<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Oromoo jilchinee cunqursaan kana duraatuu<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Mangistuufuu toollee \u201cgooliin qayyii shibbiriituu\u201d<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Itti rorriiftanii hagam bituu hiddan humnaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Nagaan oolee gala maal godhaa jettan biyyaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Hanga dhiiban qabaa hanga dhiisan qaba utubaanuu<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Bokookeetoo citnaan biyya galaafata du\u2019anuu<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Yoo tuffee butanii hin basin afuura giddumaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Hechoon raasanilleen namatti dhoti guddumaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Dadhabaa se\u2019inaa sabni mataa gadi qabannaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Sareenuu qirransaa gara itti dheechitu dhabnaanii<\/p>\n\n\n\n<p>&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp;&nbsp; Itti baacuu gamnii ka\u2019u galaanaa nama nyaata uummatni\u201d<\/p>\n\n\n\n<p>Jechuun sirbuun akkuma waan&nbsp; raagan fincilli qabsoo uummataa bulchiinsa mootummaa TPLF aangorraa akka buusee jijjiiramni amma dhufe kuni ragaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Ammallee hayyuun kuni Faawundeeshinii \u201cFaanaa Haqaa Maammoo Gadaa\u201d jedhu hundeessuun haqa irratti umri manguddummaa qabaniin waa\u2019ee dhugaa barsiisaa akka jiranis ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootiin qindaa\u2019e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12208\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12208\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 16\/2018 Sirna ciisanyaafi abbaa lafaa bara mootummaa&nbsp; Hayilasillaasee mormuuf qabsoo barattoota keessatti hirmaannaa guddaa qabu, Hayyuu Maammoo Gadaa umrii isaanii guutuu mirgaaf falmachaa akka turan ibsu. Hayyuu Maammoon AMN Dijitaal waliin turtii taasisaniin, uummatni keenya lafti kan waaqaati jedhee kan amanu irra tikfatee qotatee jiraachuufi irra oolee galuu malee kan&nbsp; lafaa wantaan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12209,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[20,42],"tags":[],"class_list":["post-12208","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-og-artii","category-seenaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 16\/2018 Sirna ciisanyaafi abbaa lafaa bara mootummaa&nbsp; Hayilasillaasee mormuuf qabsoo barattoota keessatti hirmaannaa guddaa qabu, Hayyuu Maammoo Gadaa umrii isaanii guutuu mirgaaf falmachaa akka turan ibsu. Hayyuu Maammoon AMN Dijitaal waliin turtii taasisaniin, uummatni keenya lafti kan waaqaati jedhee kan amanu irra tikfatee qotatee jiraachuufi irra oolee galuu malee kan&nbsp; lafaa wantaan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-25T14:01:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-25T14:27:31+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"349\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"5 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban &#8211; Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?\",\"datePublished\":\"2025-12-25T14:01:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-25T14:27:31+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/\"},\"wordCount\":1020,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg\",\"articleSection\":[\"Og-artii\",\"Seenaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/\",\"name\":\"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-25T14:01:03+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-25T14:27:31+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg\",\"width\":720,\"height\":349},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12208\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban &#8211; Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 16\/2018 Sirna ciisanyaafi abbaa lafaa bara mootummaa&nbsp; Hayilasillaasee mormuuf qabsoo barattoota keessatti hirmaannaa guddaa qabu, Hayyuu Maammoo Gadaa umrii isaanii guutuu mirgaaf falmachaa akka turan ibsu. Hayyuu Maammoon AMN Dijitaal waliin turtii taasisaniin, uummatni keenya lafti kan waaqaati jedhee kan amanu irra tikfatee qotatee jiraachuufi irra oolee galuu malee kan&nbsp; lafaa wantaan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-25T14:01:03+00:00","article_modified_time":"2025-12-25T14:27:31+00:00","og_image":[{"width":720,"height":349,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"5 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban &#8211; Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?","datePublished":"2025-12-25T14:01:03+00:00","dateModified":"2025-12-25T14:27:31+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/"},"wordCount":1020,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg","articleSection":["Og-artii","Seenaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/","name":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban - Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg","datePublished":"2025-12-25T14:01:03+00:00","dateModified":"2025-12-25T14:27:31+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-25_05-13-04.jpg","width":720,"height":349},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12208\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ajjeechaa jalaa miliqanii, seenaa hin awwaalamne kan kataban &#8211; Hayyuu Maammoo Gadaa eenyu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12208","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12208"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12208\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12216,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12208\/revisions\/12216"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12209"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12208"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12208"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12208"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}