{"id":12217,"date":"2025-12-25T14:57:11","date_gmt":"2025-12-25T14:57:11","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12217"},"modified":"2025-12-25T14:58:54","modified_gmt":"2025-12-25T14:58:54","slug":"abbaan-koo-osoo-barnoota-seeraa-irratti-na-eeguun-barnoota-muuziqaa-irratti-argame-weellisaafi-muuziqeessaa-anis-gabii","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/","title":{"rendered":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d &#8211; Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS- Mudde 16\/ 2018<\/p>\n\n\n\n<p>Abbaan isaa Artist Gabii Eda\u2019oo, sirba \u2018Aayyookoo\u2019 jedhuun beekama. Daa\u2019imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan booji\u2019amu isa taasisuu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cAbbaan koo osoo barnoota seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d kan jedhu Anis Gabii, \u201cabbaan koo hojii muuziqaan hojjadhu haa jajjabeessu malee, faayidaa irraa argamuun wal qabatee, akkan dirree hojii biraa irratti fuuleffadhu barbaada ture\u201d jedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhoksee baratee, yeroo eebbifamu akka abbaan isaa muuziqaan eebbifame beekuu kan dubbatu Anis, kanumaa waltajjii lama ta\u2019anii irratti affeeraman irratti yoo isa argan akka baay\u2019ee na\u2019an, gammadanis ibseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"999\" height=\"711\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-24-070424.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-12219\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-24-070424.png 999w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-24-070424-300x214.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-24-070424-768x547.png 768w\" sizes=\"(max-width: 999px) 100vw, 999px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u201cAbbaan keenya nu guddisuuf waan inni ta\u2019e yoon yaadadhu, baay\u2019een isa galateeffadha\u201d kan jedhu Anis, yeroo ammaa abbaa isaa waliin wal gargaaruun muuziqaa hojjachaa jiraachuu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Abbaan Anis, Gabii Eda\u2019oon, turtii kanaan dura AMN PLUS irratti taasisaniin, \u201cAnillee ergan abdii kutee muuziqaa keessaa ba\u2019ee ilmikoo naaf gahee hojiitti na deebise\u201d jechuun dubbatanii turan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHacaaluu Hundeessaa&nbsp; jecha tokkoofi maayikii tokkoon jirtuu jedhee uummata guutuu&nbsp; jirraa jechisiisee humna muuziqaan qabu nutti argisiiseera jedhe&nbsp; Weellisaafi muuziqeessaa Anis Gabii turtii AMN PLUS Og-Aartii waliin taasiseen.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Artistootni keenya uummata guddaa tajaajilanii gaafa rakkatan waan ittiin yaalaman dhabanii kan du&#8217;an hedduudha&#8221; jedheera Anis Gabii.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAsallaatti akka dhalate kan himu wellisan kuni,&nbsp; \u201cYeroon&nbsp; ani dhaladhu Abbaan koo mana hidhaa waan turef&nbsp; yoo Abbaan hin jiraanellee&nbsp; bakka bu&#8217;uu danda\u2019a jedhanii Anis Gabii jedhanii&nbsp; na moggaasan&#8221; jedha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMana barnootaa kutaa 1-8 Finfinneetti akka baratte kan dubbatu Anis Gabii, barnoota isaa hanga sadarkaa 2ffaatti Adaamaafi Asallaatti barachuun sadarkaa Yunivarsiitii&nbsp; Wallootti ogummaa muuziqaan baratee akka xumure ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWeellisaafi muuziqeessaa Anis Gabii daa&#8217;imummaa isaa irraa kaasee sirboota dhaggeeffataa akka guddatte kan himu, \u201cdurumaa keessa kootti&nbsp; kennaan muuziqaa akka jiru nan beeka\u201d jedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSirbi inni jalqaba hawaasa biraan ga&#8217;e \u201cHaadha Milkii\u201d kan jedhu yoo ta\u2019u barreessaan sirbichaa Leencoo Gammachuu akka ta&#8217;e eereera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"578\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065326-1024x578.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-12220\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065326-1024x578.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065326-300x169.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065326-768x433.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065326.png 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u201cMilli ofiyyuu leenji&#8217;ameeti malee silaa hin deemu\u201d kan jedhu Anis Gabii, \u201cwaan&nbsp; boru&nbsp; itti gaafatamtu&nbsp; jalaa ooluuf namni hunduu&nbsp; keessattuu Artistootni muuziqaa barachuu akka qaban\u201d kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cMuuziqaan keenya bakka barbaadamu hin geenye\u201d kan jedhu Aartist Anis Gabii, \u201cijoolleen keenya carraa barumsaa waan hin argataniif akkamiin carraa&nbsp; barnootaa kana&nbsp; argachuu akka&nbsp; danda&#8217;a hojjechuuf murteessuun kanatti seene\u201d&nbsp; jedha<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cAartiin keenyaa kan kaleessa Raadiyoo cabsa jedhamuurra&nbsp; darbee har\u2019a as ga&#8217;eera\u201d&nbsp; kan&nbsp; jedhu Wellisaafi Muuziqeessan kuni,&nbsp; amma garuu dhalootni baay\u2019een itti hirmaachaa akka jiran ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eJalala guddaa muuziqaaf&nbsp; akka qabu kan himu Anis Gabii, \u201chiriyaa koo taanaan ooltee bulteen&nbsp; waa&#8217;ee muuziqaa dhaggeeffachuudha\u201d&nbsp; jedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAddunyaa guutuun Oromoo irraa waa eegaa jiru ibsuun , aartiin&nbsp; Oromoos cimuu akka qabu dhaameera Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii turtii AMN PLUS Qophi Og-Aartii&nbsp; waliin taasise irratti<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDaraartuu Tarreessaatiin&nbsp; qindaa\u2019e<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12217\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12217\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Mudde 16\/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda\u2019oo, sirba \u2018Aayyookoo\u2019 jedhuun beekama. Daa\u2019imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan booji\u2019amu isa taasisuu dubbateera. \u201cAbbaan koo osoo barnoota seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d kan jedhu Anis Gabii, \u201cabbaan koo hojii muuziqaan hojjadhu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12218,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[8,20],"tags":[],"class_list":["post-12217","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bashananaa","category-og-artii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Mudde 16\/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda\u2019oo, sirba \u2018Aayyookoo\u2019 jedhuun beekama. Daa\u2019imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan booji\u2019amu isa taasisuu dubbateera. \u201cAbbaan koo osoo barnoota seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d kan jedhu Anis Gabii, \u201cabbaan koo hojii muuziqaan hojjadhu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-25T14:57:11+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-25T14:58:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1284\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"709\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d &#8211; Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii\",\"datePublished\":\"2025-12-25T14:57:11+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-25T14:58:54+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/\"},\"wordCount\":494,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Screenshot-2025-12-25-065429.png\",\"articleSection\":[\"Bashananaa\",\"Og-artii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/\",\"name\":\"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Screenshot-2025-12-25-065429.png\",\"datePublished\":\"2025-12-25T14:57:11+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-25T14:58:54+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Screenshot-2025-12-25-065429.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Screenshot-2025-12-25-065429.png\",\"width\":1284,\"height\":709},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12217\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d &#8211; Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Mudde 16\/ 2018 Abbaan isaa Artist Gabii Eda\u2019oo, sirba \u2018Aayyookoo\u2019 jedhuun beekama. Daa\u2019imummaa isaatti abbaan isaa sagantaa irratti yoo affeeraman isa fudhatanii gara waltajjii deemuun akka jaalala muuziqaan booji\u2019amu isa taasisuu dubbateera. \u201cAbbaan koo osoo barnoota seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d kan jedhu Anis Gabii, \u201cabbaan koo hojii muuziqaan hojjadhu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-25T14:57:11+00:00","article_modified_time":"2025-12-25T14:58:54+00:00","og_image":[{"width":1284,"height":709,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d &#8211; Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii","datePublished":"2025-12-25T14:57:11+00:00","dateModified":"2025-12-25T14:58:54+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/"},"wordCount":494,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png","articleSection":["Bashananaa","Og-artii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/","name":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d - Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png","datePublished":"2025-12-25T14:57:11+00:00","dateModified":"2025-12-25T14:58:54+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Screenshot-2025-12-25-065429.png","width":1284,"height":709},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12217\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"\u201cAbbaan koo osoo barnoota Seeraa irratti na eeguun barnoota muuziqaa irratti argame\u201d &#8211; Weellisaafi Muuziqeessaa Anis Gabii"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12217","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12217"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12217\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12221,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12217\/revisions\/12221"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12218"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12217"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12217"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12217"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}