{"id":12307,"date":"2025-12-29T13:10:18","date_gmt":"2025-12-29T13:10:18","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12307"},"modified":"2025-12-29T13:56:26","modified_gmt":"2025-12-29T13:56:26","slug":"siidaa-abishee-garbaa-ijaaruudhaan-mulatakoo-milkeeffadheera-ogeessa-bobbocaa-lammii-beenyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/","title":{"rendered":"&#8220;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#8217;atakoo milkeeffadheera&#8221; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS- Mudde 20\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo&#8217;aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa hojjeteera. <\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yoo lafeen Abishee Garbaa deebi\u2019uu baateyyuu seenaa isaan dhaaba jedheen siidaa isaa hojjedhe jedhe Ogeessi Bobbocaafi Barsiisaa Lammii Beenyaa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eGodina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti dhalatee akka guddatte kan dubbatu Lammiin barnootasaa hanga sadarkaa 2ffaatti achumatti barate.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"672\" height=\"608\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-58-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12311\" style=\"width:806px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-58-1.jpg 672w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-58-1-300x271.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 672px) 100vw, 672px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yuunivarsiitii Finfinneetti Aartiidhaan waggaa 4 baratee ba\u2019ee yeroo ammaa Asallaatti Barsiisaa Kolleejjii fi Dhaabbata dhuunfaa Istuudiyoo &#8220;Bobboca Lammiif&#8221; jedhu hundeessee Asallaafi&nbsp; Buraayyuutti hojjechaa akka jiru dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eLammiin daa&#8217;imummaa irraa kaasee hojii fakkii akka jaallatu gaafa dubbatu &#8220;bunni akaayii bada, ilmi eessuma bada&#8221; akkuma jedhamu, eessuma koofi ilmi wasiila koo kennaa bobbocaa waan qabaniif&nbsp; tarii isaanittan ba&#8217;e ta&#8217;a jedhe turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200e&#8221;Mul&#8217;atakoo keessaa Waaqayyo nagargaaree Siidaa Abishee Garbaa hojjechuu kootti bay\u2019een itti gammada&#8221; jedhe<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-48-1024x768.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12312\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-48-1024x768.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-48-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-48-768x576.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-48.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eHojiin isaa jalqabaa bobboca Abbaa Gadaa yoo ta&#8217;u hojii bobbocaa hedduu akka hojjetee kaasee, hanga harraatti biyyattii keessatti Siidaan Biroonziin hojjetame 3 kan hin caalle yoo ta\u2019u keessaa tokko kan Abishee Garbaa ta\u2019uu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSiidaa&nbsp; Goototaa keessaa jalqaba irratti bara 2005 kan Oliiqaa Dingil jalqabee haalotni isa dhaabsisu akka muddate kan dubbatu Lammiin itti aansee siidaa&nbsp; Gooticha Abishee Garbaa kaka\u2019umsa ofii isaatiin bara 2008 jalqabee waggaa 4f dadhabbii heeddu booda bara&nbsp; 2012 walii galteen taasifamee, bara 2013 eebbaaf akka qaqqabe dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Du&#8217;i Gooticha Abishee Garbaa gaabbii hundatti gateen yoo lafeen isaa deebi&#8217;uu baatellee dheebuu dhalootaa deebiisuuf&nbsp; Siidaa isaa hojjedhe jedhe.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"546\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-18.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12313\" style=\"width:825px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-18.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-18-300x228.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eAartii keessaa hojiin bobbocaa ulfaataafi dadhabsiisaa ta\u2019uu kan kaase Lammiin, siidaa kana hojjechuufis bu\u2019aa ba\u2019ii hedduu akka dabarse dubbata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSiidaan kan bakkee dhaabbatu yoo ta\u2019ee mateeriyaalii roobaaf aduu dandamachuu danda\u2019u akka ta\u2019eefi sadarkaa adda addaan biroonzii irraa hojjetamuu akka qabu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eGooticha Abishee Garbaas goota Jaarraa 19ffaa walakkeessa, bara 1850 keessa ture roorroo karaa Goojjam&nbsp; dhufu&nbsp; qolatee&nbsp; Oromiyaan akka hin sarbamne godhaa&nbsp; turedha&nbsp; jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSiidaan Gooticha Abishee Garbaas giddugala&nbsp; Magaalaa Shaambuutti birrii&nbsp; Miliyena 6.8 n hojjetame akka xumurame dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-26-1-1024x768.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12314\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-26-1-1024x768.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-26-1-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-26-1-768x576.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-26-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eLammiin hojii Misooma koridarii magaalaa Finfinnee miidheksuuf hojjetamaa jiru keessatti ashaaraa isaa kaa&#8217;achaa jiraachuufi Paarkii tokkummaafi galma guddaa Masaraa keessatti argamu keessattis akka hirmaate himeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSiidaadhaan nama du&#8217;ee qofa yaadanna miti kan jedhe Lammiin, Artiist Alii Birraafi Artiist Hacaaluu Hundeessaaf osoo lubbuun&nbsp; jiraanii hojjedheefi galateeffachuuf osoon jedhuu du&#8217;atu itti ariifate jedhe.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large is-resized\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"669\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-41-669x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12315\" style=\"width:839px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-41-669x1024.jpg 669w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-41-196x300.jpg 196w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-41.jpg 710w\" sizes=\"(max-width: 669px) 100vw, 669px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eHojiin bobbocaa yeroo amma harka tokko 3ffaadhaan ogeessa bobbocaa bira ga&#8217;a kan jedhu ogeessichi, garuu kun hojii artistii waan ta&#8217;eef&nbsp; kallattiidhaan qaamni hojjechiisuufi ogeessa bobbocaaf&nbsp; kennamuu akka qabu hime.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan xiyyeeffannaa dhimma kana ilaaluu akka qabu Ogeessa Bobocaafi Barsiisaa Lammii Beenyaa AMN Dijitaal waliin turtii taasiseen dubbateera<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eDaraartuu Tarreessaatu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"d9e1f770e1\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12307\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 20\/2018 Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo&#8217;aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa hojjeteera. Yoo lafeen Abishee Garbaa deebi\u2019uu baateyyuu seenaa isaan dhaaba jedheen siidaa isaa hojjedhe jedhe Ogeessi Bobbocaafi Barsiisaa Lammii Beenyaa. \u200eGodina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12309,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[20,42],"tags":[],"class_list":["post-12307","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-og-artii","category-seenaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.6 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>&quot;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#039;atakoo milkeeffadheera&quot; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"&quot;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#039;atakoo milkeeffadheera&quot; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 20\/2018 Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo&#8217;aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa hojjeteera. Yoo lafeen Abishee Garbaa deebi\u2019uu baateyyuu seenaa isaan dhaaba jedheen siidaa isaa hojjedhe jedhe Ogeessi Bobbocaafi Barsiisaa Lammii Beenyaa. \u200eGodina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-29T13:10:18+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-29T13:56:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"&#8220;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#8217;atakoo milkeeffadheera&#8221; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa\",\"datePublished\":\"2025-12-29T13:10:18+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-29T13:56:26+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/\"},\"wordCount\":467,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg\",\"articleSection\":[\"Og-artii\",\"Seenaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/\",\"name\":\"\\\"Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul'atakoo milkeeffadheera\\\" Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg\",\"datePublished\":\"2025-12-29T13:10:18+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-29T13:56:26+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg\",\"width\":1280,\"height\":960},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12307\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"&#8220;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#8217;atakoo milkeeffadheera&#8221; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\"Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul'atakoo milkeeffadheera\" Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\"Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul'atakoo milkeeffadheera\" Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 20\/2018 Misooma Qarqara Laggeenii Finfinnee keessaa Ashaaraa ofiisaa qaba. Misooma Kooriidarii naannawa Shiroo Meedaatti hojjetame keessatti haadholii jirbii foo&#8217;aniif yaadannoo ijaarame irratti hirmaateera. Paartkii Tokkummaattis bobboca garagaraa hojjeteera. Yoo lafeen Abishee Garbaa deebi\u2019uu baateyyuu seenaa isaan dhaaba jedheen siidaa isaa hojjedhe jedhe Ogeessi Bobbocaafi Barsiisaa Lammii Beenyaa. \u200eGodina Hoorroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-29T13:10:18+00:00","article_modified_time":"2025-12-29T13:56:26+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":960,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"&#8220;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#8217;atakoo milkeeffadheera&#8221; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa","datePublished":"2025-12-29T13:10:18+00:00","dateModified":"2025-12-29T13:56:26+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/"},"wordCount":467,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg","articleSection":["Og-artii","Seenaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/","name":"\"Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul'atakoo milkeeffadheera\" Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg","datePublished":"2025-12-29T13:10:18+00:00","dateModified":"2025-12-29T13:56:26+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/photo_2025-12-29_00-17-27.jpg","width":1280,"height":960},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12307\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"&#8220;Siidaa Abishee Garbaa ijaaruudhaan mul&#8217;atakoo milkeeffadheera&#8221; Ogeessa Bobbocaa, Lammii Beenyaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12307","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12307"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12307\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12318,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12307\/revisions\/12318"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12309"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12307"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12307"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12307"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}