{"id":12328,"date":"2025-12-30T12:46:33","date_gmt":"2025-12-30T12:46:33","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12328"},"modified":"2025-12-30T13:05:13","modified_gmt":"2025-12-30T13:05:13","slug":"dhaloota-jaarraa-dijitaalaa-hubatetu-egeree-itoophiyaaf-dhaabbata","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/","title":{"rendered":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Mudde 21\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si\u2019atanii fi saffisanii argamanidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo dijitaalaa kana keessatti argamuu qofa osoo hin taane, waan yeroon gaafatu hubachuun of gahoomsanii ittiin fayyadamuun akka bashannanaatti osoo hin taane akka carraa jireenyaa ijaaruuttis itti fayyadamuun barbaachisaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma loltuun tokko harka qullaa ykn ulee qabatee dirree waraanaatti hin seenne, dhalootni ammaa kunis osoo meeshaalee teekinooloojii yeroon gaafatu sirnaan hin gonfatin, addunyaa ammaa faana tarkaanfachuun akka hin danda\u2019amne ifaadha. Kanaaf, barnootni, ogummaan fi dandeettiin dijitaalaa har\u2019a dirree dorgommii jireenyaa ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi Ahimad yeroo adda addaatti artefishaal intelijensii fi cehumsi dijitaalaa egeree Itoophiyaa keessatti gahee murteessaa akka qabaatu irra deddeebi\u2019anii ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cDhaloota Egereesaa hubatu, beekee akka isaaf ta\u2019utti itti fayyadamuuf, faayidaa AI fi teekinoolojii irraa fayyadamuun murteessaadha,\u201d jechuun kanneen sodaatanii of irraa fageessan immoo hiree isaanii ofumaan dabarsanii kennuu isaanii akeekkachiisaa turaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kitaaba isaanii Ida\u2019amuu keessattis teekinoolojiin galma osoo hin taane, akkaataa itti dhalootni itti fayyadamuu fi itti qindeessu murteessaa akka ta\u2019e ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hubannoon namtolchee (AI) nama maashinootaan bakka buusuuf osoo hin taane, beekumsa namaa teekinoolojii wajjin walitti fiduun guddina Itoophiyaa saffisiisuuf akka gargaaru jala muranii kaa\u2019aniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/583473470_1296254359190004_8439696966153484494_n-1024x768.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12330\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/583473470_1296254359190004_8439696966153484494_n-1024x768.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/583473470_1296254359190004_8439696966153484494_n-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/583473470_1296254359190004_8439696966153484494_n-768x576.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/583473470_1296254359190004_8439696966153484494_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Yaadni kun haala qabatamaa ta\u2019een hojii irra oolaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Sagantaa \u2018Digital Ethiopia 2025\u2019 jalatti, Itoophiyaan tajaajilawwan mootummaa dhibbootaan lakkaa\u2019aman dijitaala taasisuun, tajaajila uummataaf kennamu saffisaa, iftoomina kan qabuu fi haqa qabeessa akka ta\u2019u taasifteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Lakkoofsi fayyadamtoota bilbilaa waggoota muraasa keessatti dabaluun, tajaajilamtoota miliyoona 97 oliif tajaajilli kennamaa jiraachuu ibsuun, tajaajila intarneetiis akkasuma dachaan dabaluun lammiileen miliyoona 42 ol akka tajaajilicha argatan taasifamuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajilawwan mootummaa 800 ol ta\u2019anis bifa dijitaalaan kennamuu jalqabanii akka jiranis akkasuma ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana waliin walqabatee, mootummaan Tajaajila dijitaalaa Giddugala tokkoo Masoob<\/p>\n\n\n\n<p>jedhamu hojiirra oolchuun, tajaajilawwan mootummaa hedduu bakka tokkootti walitti fiduun tajaajilamootni bakka tokko ta\u2019anii, osoo baasii hin baasin tajaajila saffisaa akka argatu taasisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni kun galmee eenyummaa dijitaalaa, gibiraa, hayyama hojii, invastimantii fi tajaajilawwan biroos walitti hidhee hojiirra oolchuun, yeroo, baasii fi gufuu sirna tajaajilaa hedduu hir\u2019iseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama biraatiin, dandeetti dargaggootaa ijaaruuf sagantaan \u201cFive Million Ethiopian Coders Initiative\u201d jedhamu wal ta\u2019umsa Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), mootummaa Gamtaa Eemireetota Arabaa waliin tahuun hojiirra oolchan dargaggoota hedduu fayyadamoo taasiseera.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Sagantaa kanaan hanga ammaatti barattoota dabalatee dargaggoota, hojjattoota mootummaafi qaamoleen hawaasaa garaa garaa Miliyoona Lamatti dhiyaatan, gosoota barnootaa \u2018AI, Programming Fundamentals, Data Science Analysis fi Android for Developer \u2018 jedhamaniin bilisaan onlaayinii leenji\u2019uun waraqaa raga idil addunyaa fudhataniiru, kanneen hafan hedduuf leenji\u2019aa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis dargaggoonni Itoophiyaa qofa osoo hin taane gabaa hojii dijitaalaa addunyaa irratti akka hirmaatan carraa banaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana hunda walitti qabnee yoo ilaalle, cehumsi dijitaalaa Itoophiyaa gaggeessitoota amma jiraniif qofa osoo hin taane, invastimantii dhaloota egeree irratti taasifamu ta\u2019uu isaa ifatti agarsiisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Itti fufuunis tarsiimoon Digital Ethiopia 2030 eegalames, barnoota dijitaalaa babal\u2019isuu, hojii dijitaalaa uumuun carraa hojii miliyoona tokko olii banuu fi qooda diinagdee cehumsi dijitaalaa guddina waliigalaa biyyattii keessatti qabu guddisuu akka galmaatti qabateera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img decoding=\"async\" width=\"718\" height=\"600\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/603756881_122165753900683092_7758578476210656159_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12331\" style=\"width:830px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/603756881_122165753900683092_7758578476210656159_n.jpg 718w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/603756881_122165753900683092_7758578476210656159_n-300x251.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 718px) 100vw, 718px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi, dhalootni egeree kan waan itti kennan qofa fayyadamu qofa osoo hin taane kan uumu; kan fakkeessu osoo hin taane kan kalaqu; kan hordofu osoo hin taane kan gaggeessu akka ta\u2019u abdii guutuun dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhalootni ammaa hordoftoota AI osoo hin taane, mahaandisummaa fi kalaqa AI ittiin fayyadamuun badhaadhina Itoophiyaa kan mirkaneessu ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Teekinoolojiin aadaa, duudhaafi safuu uummataan wal simuu akka qabus hubachiisanii jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Teekinoolojiin duudhaa kabaju guddina dhugaa, nama irratti xiyyeeffate fiduu waan danda\u2019uuf, dhalootni itti aanu kabaja, nagaafi namummaa bu\u2019uura godhachuu akka qabu yaadachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gara xumuraatti, dargaggoonni jaarraa AI kana keessatti of eeggannoo guddaa qabaachuu akka qaban irra deddeebiin yaadachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/600892284_122165235140683092_8815653548892776263_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12332\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/600892284_122165235140683092_8815653548892776263_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/600892284_122165235140683092_8815653548892776263_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/600892284_122165235140683092_8815653548892776263_n-768x511.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/600892284_122165235140683092_8815653548892776263_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u201cRakkoon kun maaliif uumame?\u201d jechuu qofa osoo hin taane, \u201cAkkamiinan rakkoo kana furu danda\u2019a? Hawaasa koo fi biyyaa kootiif maal hojjachuun danda\u2019a?\u201d jechuun of gaafachuun, yaada isaanii gara hojiitti jijjiiruun irraa eegama.<\/p>\n\n\n\n<p>Barreessuu, koodii gochuu, yaada isaanii gara barreeffamaa, suura, sagalee fi qabiyyee dijitaalaatti jijjiiruun, carraa yeroon kun isaaniif kenne fayyadamuun dirqama dhaloota kanaati.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma Dooktar Abiyyi kitaaba Ida\u2019amuu keessatti ibsanitti, \u201cDhalootni egeree isaa ilaalee, yeroo isaa dursee of qopheesse, hogganaa dijitaalaa fuulduraa ta\u2019a; kan duubatti hafe ammoo waan kanneen biroo kalaqaniif qofa fayyadama.\u201d<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaafuu, jijjiiramni dijitaalaa kan galma fagoo qaban qofa badhaasa, egereen immoo kan dhaloota beekumsa, teekinoolojii fi sirna yeroo isaa dursee ijaaru ta\u2019uu isaa ifatti nuuf mul\u2019isa.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhalootni Jaarraa Dijitaalaa hubate, badhaadhina Itoophiyaaf tumsa, Badhaadhina biyya isaas mirkaneessa!<\/p>\n\n\n\n<p>Madda: Miidiyaa garaa garaa fi Kitaabota Ida\u2019amuu irraa<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin Qindaa&#8217;e<\/p>\n\n\n\n<p><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12328\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12328\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 21\/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si\u2019atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti argamuu qofa osoo hin taane, waan yeroon gaafatu hubachuun of gahoomsanii ittiin fayyadamuun akka bashannanaatti osoo hin taane akka carraa jireenyaa ijaaruuttis itti fayyadamuun barbaachisaadha. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12329,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[43,16,4,17],"tags":[],"class_list":["post-12328","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dijitaal-itoophiyaa-2030","category-editors-pick","category-itoophiyaa","category-teeknoloojii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 21\/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si\u2019atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti argamuu qofa osoo hin taane, waan yeroon gaafatu hubachuun of gahoomsanii ittiin fayyadamuun akka bashannanaatti osoo hin taane akka carraa jireenyaa ijaaruuttis itti fayyadamuun barbaachisaadha. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2025-12-30T12:46:33+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2025-12-30T13:05:13+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata\",\"datePublished\":\"2025-12-30T12:46:33+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-30T13:05:13+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/\"},\"wordCount\":747,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png\",\"articleSection\":[\"Dijitaal Itoophiyaa 2030\",\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\",\"Teeknoloojii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/\",\"name\":\"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png\",\"datePublished\":\"2025-12-30T12:46:33+00:00\",\"dateModified\":\"2025-12-30T13:05:13+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2025\\\/12\\\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png\",\"width\":1280,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12328\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 21\/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si\u2019atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti argamuu qofa osoo hin taane, waan yeroon gaafatu hubachuun of gahoomsanii ittiin fayyadamuun akka bashannanaatti osoo hin taane akka carraa jireenyaa ijaaruuttis itti fayyadamuun barbaachisaadha. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2025-12-30T12:46:33+00:00","article_modified_time":"2025-12-30T13:05:13+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":720,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata","datePublished":"2025-12-30T12:46:33+00:00","dateModified":"2025-12-30T13:05:13+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/"},"wordCount":747,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png","articleSection":["Dijitaal Itoophiyaa 2030","Editor's Pick","Itoophiyaa","Teeknoloojii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/","name":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png","datePublished":"2025-12-30T12:46:33+00:00","dateModified":"2025-12-30T13:05:13+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2025\/12\/Orange_Modern_Africa_Trip_Youtube_Thumbnail_20251230_153827_0000.png","width":1280,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12328\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12328","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12328"}],"version-history":[{"count":3,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12328\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12337,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12328\/revisions\/12337"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12329"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12328"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12328"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12328"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}