{"id":12497,"date":"2026-01-03T16:48:17","date_gmt":"2026-01-03T16:48:17","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12497"},"modified":"2026-01-04T09:15:09","modified_gmt":"2026-01-04T09:15:09","slug":"qabeenyi-fi-guddinni-biyyaa-holqa-keessa-jira-jedha-abbuuraa-holqa-334-argate-naasir-ahmad","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/","title":{"rendered":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Mudde 25\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAbbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta&#8217;u akka Afriikaatti isa 2ffaati.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAfiriikaa bakka bu\u2019ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii taasiseen.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Biyyikoo ogummaa kootiin ana qofa waan qabduuf hamman kan akka kootii kumaan baay&#8217;isutti jedheen carraa biyya alaa argadhe dide&#8221; jedha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eOromiyaa Bahaa Godina Harargee Aanaa Kombolchaatti dhalatee akka guddate kan dubbatu Naasir yeroo ammaa Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaatti Qorataa Holqaa ta\u2019ee hojjechaa jira.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"720\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-2.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12507\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-2.jpg 960w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-2-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-2-768x576.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 960px) 100vw, 960px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eNaasir ogummaa namoonni hin barannee kan qabuufi barnootni isaa Itoophiyaa keessatti kan kennamu waan hin taaneef biyyoota alaatti, Faransaayi, Xaaliyaaniifi Jarmanitti akka barate himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eQorannoo holqaa irratti yeroo dheeraaf akka hojjete kan dubbatu Naasir hanga ammaatti holqoota uumamaa 334 qoratee isaan keessaa 200 irratti kitaaboota kan barreesse &#8220;Caves in Oromia&#8221; kan jedhu ammoo waggaa 3 dura eebbisiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDabalataanis barruuwwan umurii dheeraa qaban qaroomina seenaa Oromoo duraatti holqa irraatti barraa\u2019an 133 qoratee isaan keessaas 62 kaartaafi pilaanii isaa xumuree kitaaba isaallee xumuruuf persantaa 90 irra ga&#8217;ee eebbaaf qophii irra akka jiru kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkkasumas iddoowwan amantaa holqawwan jiran 82 kan qorate yoo ta&#8217;u hanga ammaatti ogummaa barateen holqoota 549 akka qorate himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Harargeetti kan argamu holqi Naasii&#8217;ol jedhamus maqaa isaan moggaaffamee akka jiru kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Qorannoon holqaa ulfaataa waan ta\u2019eef namoonni holqa qoratan yeroo hedduu maqaa isaaniitiin mogga\u2019a&#8221; jedhe.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"731\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/1-3-1024x731.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12506\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/1-3-1024x731.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/1-3-300x214.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/1-3-768x548.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/1-3.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eNasiir qorataa qofa osoo hin taane bareessaadhas kitaabota karaa BATO&#8217;tiin barraa\u2019an hedduu keessatti qooda guddaa kan taphatuufi dhuunfaa isaatii kitaabota mana kitaaba biyyattiin qabdu gurguddoo keessa taa&#8217;uu danda\u2019an 5 Afaan Ingiliffaatiin barreessee, 2 eebbisiisee kan 3ffaa &#8220;Sof Omer Cave and Prehistoric Rock painting&#8221; kan jedhu ammoo yeroo xiqqoo booda eebbisiisuuf akka jiru himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eTuurizimii hin beekamne Soofumar irratti akkuman hojjedhe ammas Soofumar irratti kitaaba fuula 350 qabu barreessee xumuree eebbisisuuf akka jiru himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Mullannikoo ofiikoo kumaan baayisuufi dhaabbata qorannoo holqaa banee dhaloota leenjisee bakka buusuudha&#8221; jedhee, mootummaanis xiyyeeffannoo amma jiru kana cimsee itti fufuu qabu himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHolqa qorachuun ulfaataa ta&#8217;uu kan dubbatu Naasir gaaf tokko sa\u2019atii 10 millaan deeme halkan sa\u2019atii 5 booda Holqa qoradhee yeroon keessaa ba\u2019u, bakki bulanis mannis naannoo sana waan hin jirreef lafuman biyyee irra ciisee bule jedhe.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"577\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2-1024x577.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12510\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2-1024x577.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2-768x433.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-2.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200eYeroo ammaas holqa Naasi&#8217;ol saamuuda kiilo 18.6 fuudhee Yuunivarsitii Ji&#8217;oo Saayinsii Biyyaalessaa Taayiwaan akka deemeefi holqichi umuriin isaa wagga Miliyeena hedduu dura akka uumame baramee, kan hafes akkan qoradhuuf leenjii akka kennaameef dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSaayintistoonni yuunivarsitichaa holqichi haala jijjiirama qilleensa Afrikaafi Itoophiyaa, qonna illee kan ittiin utubamu ta\u2019uu himaniiru jedhee, qorannoon isaa booda ifa akka ta\u2019u himeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAddunyaa kana irraa namoonnii qorannoo holqaa gaggeessan persantii 100 keessaa persantaa 25 du\u2019aaf saaxilamu jedhee, holqa qorachuun ulfaataa seensa holqaa irraatti bineensota jawweefi boftifaan kan argamaniifi nannoowwan isaas qeerransa, Leencaafi bineensota biroon guutuu waan ta&#8217;eef gootummaa barbaada jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessattuu yaroo keessa seenanis finyoo tokkoon kan seenamuufi bishaan kan qabu laftisaa namaan kan sigigaatuufi boolla gadi fagoo meetira 60-100 ta\u2019an waan seenaniif kufuu, dhagaan namarratti jiguufi oksiijinii dhabuun nama mudachuu akka danda&#8217;u hima.<\/p>\n\n\n\n<p>Ho\u2019i guddaafi fi qorris muddachuu waan danda&#8217;uuf sombi namaa fayya qabeessa suusiiwwan kami irraayyuu walaba yoo hin taane du&#8217;aaf saaxilamuu danda&#8217;a jedhe.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-2-1024x768.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12511\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-2-1024x768.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-2-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-2-768x576.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-2.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Biyyi hundi holqa hin qabdu Itoophiyaa keessaa iyyuu Oromiyaa qofaatu holqaan badhaatuudha jedhee, holqoota qorachaa ture naannoo Tigiraay, Amaaraafi Uummattoota Kibbaa kan jiran ammoo ulaagaa hin guutan jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eUNESCO&#8217;tti holqi hanga ammaatti galmaa&#8217;e hin jiru kan jedhe Naasir Soofumar galmeessuuf adeemsa irra akka jiran kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eNama tokko ta\u2019eeni holqa 334 qoradhee malee, osoo kan akka kootii jiraatee holqoota biyya keenya addunyaa irratti mullisa kumatamatu hin argamin jira jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Ani holqa tokko qoraachuuf deemee achitti hafuun jiraachuu waan danda\u2019uuf waanan jalqabe kana itti fufsiisuuf mootumaan xiyyeeffannoo itti kennee na cina dhaabbatee namoota akkakoo bakka bu&#8217;uu danda&#8217;an hojjechuu qaba jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eQabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa waan jiruuf namni hundi kunuunsuu akka qabu turtii AMN Dijitaal waliin taasiseen Abbuuraa Holqaa Naasir Ahmad dhaameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Daraartuu Tarreessaatu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12497\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12497\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Mudde 25\/2018 \u200eAbbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta&#8217;u akka Afriikaatti isa 2ffaati. \u200eAfiriikaa bakka bu\u2019ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii taasiseen. \u200e&#8221;Biyyikoo ogummaa kootiin ana qofa waan qabduuf hamman kan akka kootii kumaan baay&#8217;isutti jedheen carraa biyya alaa argadhe dide&#8221; jedha. \u200eOromiyaa Bahaa Godina Harargee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12504,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,42],"tags":[],"class_list":["post-12497","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-seenaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Mudde 25\/2018 \u200eAbbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta&#8217;u akka Afriikaatti isa 2ffaati. \u200eAfiriikaa bakka bu\u2019ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii taasiseen. \u200e&#8221;Biyyikoo ogummaa kootiin ana qofa waan qabduuf hamman kan akka kootii kumaan baay&#8217;isutti jedheen carraa biyya alaa argadhe dide&#8221; jedha. \u200eOromiyaa Bahaa Godina Harargee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-03T16:48:17+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-04T09:15:09+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"639\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad\",\"datePublished\":\"2026-01-03T16:48:17+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-04T09:15:09+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/\"},\"wordCount\":647,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-2.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Seenaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/\",\"name\":\"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-2.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-03T16:48:17+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-04T09:15:09+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-2.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-2.jpg\",\"width\":1280,\"height\":639},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12497\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Mudde 25\/2018 \u200eAbbuuraa holqaa Naasir Ahimad Qorataa holqaa Itoophiyaa yeroo jalqabaa yoo ta&#8217;u akka Afriikaatti isa 2ffaati. \u200eAfiriikaa bakka bu\u2019ee Jarmanitti baadhafameera jedha AMN Dijitaal waliin turtii taasiseen. \u200e&#8221;Biyyikoo ogummaa kootiin ana qofa waan qabduuf hamman kan akka kootii kumaan baay&#8217;isutti jedheen carraa biyya alaa argadhe dide&#8221; jedha. \u200eOromiyaa Bahaa Godina Harargee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-03T16:48:17+00:00","article_modified_time":"2026-01-04T09:15:09+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":639,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad","datePublished":"2026-01-03T16:48:17+00:00","dateModified":"2026-01-04T09:15:09+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/"},"wordCount":647,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Seenaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/","name":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg","datePublished":"2026-01-03T16:48:17+00:00","dateModified":"2026-01-04T09:15:09+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-2.jpg","width":1280,"height":639},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12497\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Qabeenyi fi guddinni biyyaa holqa keessa jira jedha, Abbuuraa holqa 334 argate Naasir Ahmad"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12497","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12497"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12497\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12512,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12497\/revisions\/12512"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12504"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12497"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12497"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12497"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}