{"id":12534,"date":"2026-01-04T17:17:02","date_gmt":"2026-01-04T17:17:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12534"},"modified":"2026-01-04T17:17:06","modified_gmt":"2026-01-04T17:17:06","slug":"pirojektoota-guguddoo-addunyaa-adeemsarra-jiran-keessaa-tokko-ijaarsa-buufata-xiyyaaraa-bishooftuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/","title":{"rendered":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Mudde 26\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu tarree pirojektoota guguddoo Buufatalee Xiyyaaraa Sadarkaa Addunyaatti ijaaramaa jiran keessatti hammatame.<\/p>\n\n\n\n<p>Fuulli Miidiyaa hawaasummaa \u2018Construction Briefing\u2019 jedhamu baasii pirojektootaa, lakkoofsa balallii keessummeessanii fi lakkoofsa Tarminaalaa bu\u2019uura godhachuun buufataalee xiyyaaraa guguddoo Addunyaarratti ijaaramaa jiran 15 ifoomseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan Buufaata Xiyyaaraa Bishooftuu dabalatee kan Awustiraaliyaa Piriiz, Kan Hindi, Nooyidaa, akkasumas kan Ameerikaa Saanfiraansiskoo fi Saandiyaagoon tarree kana keessa jiraachuun eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka odeeffannichaatti Buufanni Xiyyaaraa Bishooftuu Teeknooloojii, Diizaayinii, Lakkoofsa Tarminaalaa fi kannneen biroon buufataalee xiyyaaraa biroo wajjiin walitti hidhamiinsi qabu Buufataalee xiyyaaraa Idil Addunyaa keessaa tokko akka ta\u2019uuf dandeessisa jedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>Piroojektichi Dhaabbilee garaagaraa, gorsitoota teeknikaa,mahaandisootaa fi ogeeyyii Bulchiinsa pirojektii fi hordooftoota kan of keessaa qabudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"581\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-4-1024x581.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12536\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-4-1024x581.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-4-300x170.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-4-768x436.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-4.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hojii gorsaa ijaarsicha kan raawwatan gorsitoota pirojektii \u2018Zaha Hadid Architects fi Dar Al Handasah\u2019 akka ta\u2019an eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi sadarkaa jalqabaa Piroojekticjaa bara faranjoota 2029 wayita xumuramuu imaltoota miiliyoona 60 kan keessummeessu yoo ta\u2019u, ijaarsi boqonnaa 2ffaa wayita xumuramuufi humna guutuun tajaajila kennuu eegalu imaltoota biyyoota garaagaraa miiliyoona 100 fi miiliyoona 10 kan keessummeessuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Dandeettiin kun Buufata xiyyaaraa guddicha kan isa taasisuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojiin Diizaayinii Buufatichaa xumuramuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Buufanni xiyyaaraa kun dandeettii Ityoophiyaan karra galuumsaa aviyeeshinii ardii fi idil-addunyaa ta\u2019uuf qabdu cimsuu irra darbee walitti hidhamiinsi naannawaa fi ardiichaa akka guddatuuf gumaacha olaanaa qabataa jedhamee abdatama.<\/p>\n\n\n\n<p>Karoorri Pirojektichaa Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasew Baankii Misooma Afrikaa fi Gorsaan Piroojektii Daar Al Handashi fi Qooda fudhattoonni argamanitti gaggeeffamuun ni yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojii Raawwachiisaa Olaanaan obbo Masfin Xaasew Wayita kana akka jedhanitti, Ijaarsa Piroojekticharratti dhaabbileen biyya keessaa fi alaa 40 ol ni hirmaatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi Buufata Xiyyaara kanaa guddina diinagdee biyyattiif gahee olaanaa qabaachuu irra darbee Afrikaaf oduu gammachiisaa ta\u2019a jedhamee eegama.<\/p>\n\n\n\n<p>Ijaarsi Buufata Xiyyaara Bishooftuu dhiheenya bakka hoggantoonni Olaanoo Mootummaa argamanitti ni eegala.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12534\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5cc0d5fc8f\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12534\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 26\/2018 Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu tarree pirojektoota guguddoo Buufatalee Xiyyaaraa Sadarkaa Addunyaatti ijaaramaa jiran keessatti hammatame. Fuulli Miidiyaa hawaasummaa \u2018Construction Briefing\u2019 jedhamu baasii pirojektootaa, lakkoofsa balallii keessummeessanii fi lakkoofsa Tarminaalaa bu\u2019uura godhachuun buufataalee xiyyaaraa guguddoo Addunyaarratti ijaaramaa jiran 15 ifoomseera. Haaluma kanaan Buufaata Xiyyaaraa Bishooftuu dabalatee kan Awustiraaliyaa Piriiz, Kan Hindi, Nooyidaa, [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12535,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,18],"tags":[],"class_list":["post-12534","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 26\/2018 Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu tarree pirojektoota guguddoo Buufatalee Xiyyaaraa Sadarkaa Addunyaatti ijaaramaa jiran keessatti hammatame. Fuulli Miidiyaa hawaasummaa \u2018Construction Briefing\u2019 jedhamu baasii pirojektootaa, lakkoofsa balallii keessummeessanii fi lakkoofsa Tarminaalaa bu\u2019uura godhachuun buufataalee xiyyaaraa guguddoo Addunyaarratti ijaaramaa jiran 15 ifoomseera. Haaluma kanaan Buufaata Xiyyaaraa Bishooftuu dabalatee kan Awustiraaliyaa Piriiz, Kan Hindi, Nooyidaa, [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-04T17:17:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-04T17:17:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"800\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"533\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu\",\"datePublished\":\"2026-01-04T17:17:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-04T17:17:06+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/\"},\"wordCount\":293,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/2-4.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/\",\"name\":\"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/2-4.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-04T17:17:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-04T17:17:06+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/2-4.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/2-4.jpg\",\"width\":800,\"height\":533},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12534\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 26\/2018 Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu tarree pirojektoota guguddoo Buufatalee Xiyyaaraa Sadarkaa Addunyaatti ijaaramaa jiran keessatti hammatame. Fuulli Miidiyaa hawaasummaa \u2018Construction Briefing\u2019 jedhamu baasii pirojektootaa, lakkoofsa balallii keessummeessanii fi lakkoofsa Tarminaalaa bu\u2019uura godhachuun buufataalee xiyyaaraa guguddoo Addunyaarratti ijaaramaa jiran 15 ifoomseera. Haaluma kanaan Buufaata Xiyyaaraa Bishooftuu dabalatee kan Awustiraaliyaa Piriiz, Kan Hindi, Nooyidaa, [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-04T17:17:02+00:00","article_modified_time":"2026-01-04T17:17:06+00:00","og_image":[{"width":800,"height":533,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu","datePublished":"2026-01-04T17:17:02+00:00","dateModified":"2026-01-04T17:17:06+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/"},"wordCount":293,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/","name":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg","datePublished":"2026-01-04T17:17:02+00:00","dateModified":"2026-01-04T17:17:06+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/2-4.jpg","width":800,"height":533},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12534\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Pirojektoota guguddoo Addunyaa adeemsarra jiran keessaa tokko- Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12534","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12534"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12534\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12537,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12534\/revisions\/12537"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12535"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12534"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12534"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12534"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}