{"id":12588,"date":"2026-01-05T19:01:12","date_gmt":"2026-01-05T19:01:12","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12588"},"modified":"2026-01-05T19:01:19","modified_gmt":"2026-01-05T19:01:19","slug":"dhalootni-ammaa-kan-abdiin-irra-kaaamudha-ministira-muummee-abiyyi-ahimad-phd","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/","title":{"rendered":"&#8220;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Mudde 27\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa&#8217;ibsiisaa tahuu kaasuun, &#8220;dhaloota abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; jechuun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti argamuun &#8220;Gahee Hayyootaa, Badhaadhina Biyyaalessaaf&#8221; mata-duree jedhuun waraqaa qorannoo erga dhiyeessanii booda gaaffii hirmaattota irraa isaaniif dhiyaate deebii kennaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>&#8220;Sadarkaa dhalootni amma jiru itti yaadu egeree biyyaaf abdiin guddaa kan irra kaa&#8217;amu ta&#8217;uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDooktar Abiyyi dhaloota bakka lamatti hiruun kan ammaafi kan duraanii jedhamee yaada isaaniif dhiyaate irratti gabbisuun, &#8220;Dhalootni kanaan dura ture falmiitti amana ture&#8221; erga jedhanii booda falmii isaan garuu kiyya qofatu sirriidha jechuun yaada tokko irratti rincicuun yaada nama ykn hayyuu biraa dhageeffachuuf qophaa&#8217;aa akka hin taane kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYeroo warraaqsa Hayyootaa sanatti, qabeenyiifi diinagdeen guddaan lafa akka ture kan yaadachiisan Ministirri Muummee, Dhalootni itti aanus aadaa, safuufi duudhaa hawaasaa kabajuun beekumsa qabaatus, yeroo ofis tahe waliisaa dhaggeeffatu dhabuu irraa kan kahe ulaagaa hayyummaa keessaa kan hanqisu akka qabu hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKana irraa kan kahes muuxannoo biyyoota alaatii argate yerooma tokkotti hojiitti hiikuuf yaadee garuu osoo tokkoleee hin hojjatin waan hafeef, ilaalchaafi yaadaan Wal diigee, ijaarsa biyyaa keessattis osoo hiree isaa hin bahatin akka darbe caqasan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhalootni ilaalama siyaasaa Giddu Galeessaa qabachuun dhufe hamma aangoo isaaf tole qofaatti hojjachuun galma waloo Biyyaalessaa waan dagateef milkaa&#8217;ina akka hin argamsiisne eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eIlaalama Ida&#8217;amuun Badhaadhina biyyaaf kan hojjatu garuu waan gaarii arge tokko tokkoon Finfinnee keessatti misooma hojjatameen mul&#8217;isuun jijjiirama waaraa agarsiisaa jiraachuu akka fakkeenyaatti kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBiyyaaf kan yaadu, &#8220;Anatu yaada fooyya&#8217;aa qaba kan jedhu akkuma beekaa, fiixeewwan biyyattii kam irratti illee argamuu mala&#8221; kan jedhan Dooktar Abiyyi, Wal dhaggeeffatee fi hubatee yaada isaa Wal simsiisee seenessa waloo ijaaruun badhaadhina biyya isaaf, guddina lammiilee isaaf haga hin tumsinetti garuu ulaagaa hayyummaa irraa akka hir&#8217;isu ifatti ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eTokkoon tokkoo namni hayyuun ofiin jedhu qorannoofi qo&#8217;annoon deggeramuun, shiraafi haaloo irraa walaba bahuun, Wal hubateefi yaadaan Wal unatee badhaadhina biyya isaaf yoo dhaabbatu hayyummaan akka mirkanaa&#8217;u ibsan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhalootni har&#8217;a jiru, yaadni isaa ajaa&#8217;ibsiisaa tahuu yoo kaasan &#8220;Nama sodaachisa&#8221; jechuun sagaleen Dhalootaa bara kanaa abdiin guddaa kan irra kaa&#8217;amu tahuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatu Qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12588\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"8862aa1820\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12588\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Mudde 27\/2018 \u200eMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa&#8217;ibsiisaa tahuu kaasuun, &#8220;dhaloota abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; jechuun ibsaniiru. \u200eDooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti argamuun &#8220;Gahee Hayyootaa, Badhaadhina Biyyaalessaaf&#8221; mata-duree jedhuun waraqaa qorannoo erga dhiyeessanii booda gaaffii hirmaattota irraa isaaniif dhiyaate deebii kennaniiru. &#8220;Sadarkaa dhalootni amma jiru itti yaadu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12589,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-12588","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>&quot;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#039;amudha&quot; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"&quot;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#039;amudha&quot; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Mudde 27\/2018 \u200eMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa&#8217;ibsiisaa tahuu kaasuun, &#8220;dhaloota abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; jechuun ibsaniiru. \u200eDooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti argamuun &#8220;Gahee Hayyootaa, Badhaadhina Biyyaalessaaf&#8221; mata-duree jedhuun waraqaa qorannoo erga dhiyeessanii booda gaaffii hirmaattota irraa isaaniif dhiyaate deebii kennaniiru. &#8220;Sadarkaa dhalootni amma jiru itti yaadu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-05T19:01:12+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-05T19:01:19+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"853\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"&#8220;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)\",\"datePublished\":\"2026-01-05T19:01:12+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-05T19:01:19+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/\"},\"wordCount\":365,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-7.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/\",\"name\":\"\\\"Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa'amudha\\\" Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-7.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-05T19:01:12+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-05T19:01:19+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-7.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/4-7.jpg\",\"width\":1280,\"height\":853},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12588\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"&#8220;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\"Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa'amudha\" Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\"Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa'amudha\" Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Mudde 27\/2018 \u200eMinistirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) dhalootni amma jiru sadarkaa yaada isaan ajaa&#8217;ibsiisaa tahuu kaasuun, &#8220;dhaloota abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; jechuun ibsaniiru. \u200eDooktar Abiyyi tibbana Yunivarsiitii Finfinneetti argamuun &#8220;Gahee Hayyootaa, Badhaadhina Biyyaalessaaf&#8221; mata-duree jedhuun waraqaa qorannoo erga dhiyeessanii booda gaaffii hirmaattota irraa isaaniif dhiyaate deebii kennaniiru. &#8220;Sadarkaa dhalootni amma jiru itti yaadu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-05T19:01:12+00:00","article_modified_time":"2026-01-05T19:01:19+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":853,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"&#8220;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)","datePublished":"2026-01-05T19:01:12+00:00","dateModified":"2026-01-05T19:01:19+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/"},"wordCount":365,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/","name":"\"Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa'amudha\" Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg","datePublished":"2026-01-05T19:01:12+00:00","dateModified":"2026-01-05T19:01:19+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-7.jpg","width":1280,"height":853},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12588\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"&#8220;Dhalootni ammaa, kan abdiin irra kaa&#8217;amudha&#8221; Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12588","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12588"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12588\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12590,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12588\/revisions\/12590"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12589"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12588"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12588"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12588"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}