{"id":12602,"date":"2026-01-06T08:43:32","date_gmt":"2026-01-06T08:43:32","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12602"},"modified":"2026-01-06T08:43:34","modified_gmt":"2026-01-06T08:43:34","slug":"aadaa-fi-seera-tapha-qiillee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/","title":{"rendered":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Mudde 28\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Taphni Qiillee baroota dheeraaf saayinsiifi seerota ispoortii ammayyaa malee uummataan akkuma tapha aadaatti taphatamaa akka ture Ogeessi Saayinsii Ispoortii Inistiraaktar Faxxanaa Taaddasaa dubbatan. Namoonnis akkuma oollaa isaanii waliin jiraatannitti tapha aadaa kana kan taphatan ta\u2019uus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphni qiillee kunis seeraafi dambii daangeffama kan hin guuttatiin oollan gareedhan ruurii ykn kubbaa xiqqaa tapha qiillee&nbsp; kanaaf qophaa\u2019ee rukutuun taphaatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka aadaatti lafti seeraafi dambiin kan hin daangeffamnee, lafa wantaa tokko ol fagaaturraa taphachaa akka turanis ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1-1024x576.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12607\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1-1024x576.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/610813661_904530821943706_642695217260340816_n-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Tapha kanas yeroo boqonnaa hawaasni kan taphaatan yoo ta\u2019uu haga ruuriin ykn kubbaan tapha qiillee fagaattee deemtutti kan oofan ta\u2019uus kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Adeemsa&nbsp; keessa taphni qiillee kunis ispoortii aadaa keessatti hammaatamuun seeraafi dambiin itti bahee taphatamaa akka jirus ogeessi saayinsii Ispoortii Inistiraaktar Faxxanaa Taaddaasaa turtii AMN Dijitaal waliin taasisanirratti ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphaa aadaa kanaanis gareen tokko daangaa ceesisee yoo injifate gareen kun cimaafi laafaa jedhamee kan leellifamuu osoo hin ta\u2019in ykn waa walirraa kaffalatan osoo hin ta\u2019in, akka aadaa naannoo sanitti cidhaa waliif qopheessanii kan wal affeeran ta\u2019uus Inistiraaktar Faxxanaan himaaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphaa qiillee kana wanni adda taasisuu ulee tapha kanaaf qophaa\u2019een kan taphatamuu ta\u2019uu isaati kan jedhan Inistriaaktar Faxxanaan, ulee kanaan taphatan yoo wal rukutellee haaloo walitti kan hin qabannee ta\u2019uu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Meeshaaleen ittin taphatan uleen sun hiddaa fa\u2019arra kan qophaa\u2019uufi ruuriinis wantootuma naannootti argamurraa bifa aadaatiin kan qophaa\u2019u akkasumas laftii irratti taphatanis baay\u2019ee kan walqixxaate osoo hinta\u2019iin lafuma diriiraa muka hinqabne akka filatan Inistiraaktar Faxxanaan&nbsp; kan ibsan.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"461\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-08-1024x461.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12608\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-08-1024x461.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-08-300x135.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-08-768x346.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-08.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Yeroo ammaa garuu&nbsp; seeraafi dambiin isaa itti bahee seera taphaa, seera ruurii, seera taphni ittin eegalamuu qabatee akkasumas yeroo inni itti taphatamuu adda bahee taphatamaa kan jiru ta\u2019uus eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Seeraafi dambiin&nbsp; tapha qiillees akka ispoortii aadaatti beekamee taphatamaa kan jiru yoo ta\u2019u, bal\u2019inni dirree meetira 45 haga 50 akkasumas dheerinni isaa meetira 90 haga 100 akka ta\u2019e kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gareen tokko miseensa kudhan kan qabu yoo ta\u2019uu, yeroo tokkotti&nbsp; dirreen tapha qiillee namoota digdama kan keessummeessu ta\u2019uus himaniiru. Miseensa garee tokkoo keessaa tokko kan ulaa goolii eeguu yoo ta\u2019u sagal ni taphatu jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Akka seera tapha qiilletti gareen tokko yoo nama torba kan dhiyeeffatu ta\u2019e taphni eegalamuu akka danda\u2019u kaasaniiru. Garuu taphaattotni torbaa gadi taanan taphichi eegalamuu akka hin dandeenyes ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"461\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-04-1024x461.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12609\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-04-1024x461.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-04-300x135.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-04-768x346.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-04.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Taphni qiillee kunis akka tapha kubbaa miilaa garee tokkoof kennamee taphni kan eegalamuu osoo hin ta\u2019in gareen lamaanuu kan waliin eegalan akka ta\u2019es Inistiraaktar Faxxanaan dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Innis abbaan murtii taphichaa sagalee eegalaa jedhuu yoo dhageessise, gareen lachuun (ulee lafaan tuquun as ruurii , samitti ulee olqabuun as qiillee\u2026x3) si\u2019a sadi jechuun tapha eegalu.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirna jalqabbii tapha kanaarratti kara gadiitti lafan tuquu, yoo gara samiitti ol qaban ulee waliin tuquu jechuudha. Kana keessaa gareen seera kana osoo hin hordofin ruurii tuqe adabbii fudhateeti ruuriin garee morkataaf kennamtee&nbsp; taphni itti fufa jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Taphni kuni akkuma kubbaa miilaa marsaa kan qabuu yoo ta\u2019u turtiin tapha tokko daqiiqaa 60 keessatti taphatama.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"461\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-09-1024x461.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12610\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-09-1024x461.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-09-300x135.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-09-768x346.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-09.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Boqonnaa duraa daqiiqaa 30 kan taphatan yoo ta\u2019u, turtii boqonnaa daqiiqaa 10 booda daqiiqaa 30 taphatu jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Gareen injifachaa dhufe akkuma kubbaa miilaa waancaa kan argatu yoo ta\u2019u, tapha tokkorratti gareen tokko taphattoota 5 jijjiiru akka danda\u2019us Inistiraaktar Faxxanaa Taaddasaa turtii AMN Dijitaal waliin taasisanirratti ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Bal\u2019inni goolii dalgeen meetira sadii yoo ta\u2019u, dheerinni ykn oleen isaa meetira tokko akka ta\u2019es Inistiraaktar Faxxanaan&nbsp; kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12602\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"773431482b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12602\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Mudde 28\/2018 Taphni Qiillee baroota dheeraaf saayinsiifi seerota ispoortii ammayyaa malee uummataan akkuma tapha aadaatti taphatamaa akka ture Ogeessi Saayinsii Ispoortii Inistiraaktar Faxxanaa Taaddasaa dubbatan. Namoonnis akkuma oollaa isaanii waliin jiraatannitti tapha aadaa kana kan taphatan ta\u2019uus ibsaniiru. Taphni qiillee kunis seeraafi dambii daangeffama kan hin guuttatiin oollan gareedhan ruurii ykn kubbaa xiqqaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":12606,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[29],"tags":[],"class_list":["post-12602","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-aadaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Mudde 28\/2018 Taphni Qiillee baroota dheeraaf saayinsiifi seerota ispoortii ammayyaa malee uummataan akkuma tapha aadaatti taphatamaa akka ture Ogeessi Saayinsii Ispoortii Inistiraaktar Faxxanaa Taaddasaa dubbatan. Namoonnis akkuma oollaa isaanii waliin jiraatannitti tapha aadaa kana kan taphatan ta\u2019uus ibsaniiru. Taphni qiillee kunis seeraafi dambii daangeffama kan hin guuttatiin oollan gareedhan ruurii ykn kubbaa xiqqaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-06T08:43:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-06T08:43:34+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"576\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee\",\"datePublished\":\"2026-01-06T08:43:32+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-06T08:43:34+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/\"},\"wordCount\":564,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Aadaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/\",\"name\":\"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-06T08:43:32+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-06T08:43:34+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg\",\"width\":1280,\"height\":576},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12602\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Mudde 28\/2018 Taphni Qiillee baroota dheeraaf saayinsiifi seerota ispoortii ammayyaa malee uummataan akkuma tapha aadaatti taphatamaa akka ture Ogeessi Saayinsii Ispoortii Inistiraaktar Faxxanaa Taaddasaa dubbatan. Namoonnis akkuma oollaa isaanii waliin jiraatannitti tapha aadaa kana kan taphatan ta\u2019uus ibsaniiru. Taphni qiillee kunis seeraafi dambii daangeffama kan hin guuttatiin oollan gareedhan ruurii ykn kubbaa xiqqaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-06T08:43:32+00:00","article_modified_time":"2026-01-06T08:43:34+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":576,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee","datePublished":"2026-01-06T08:43:32+00:00","dateModified":"2026-01-06T08:43:34+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/"},"wordCount":564,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg","articleSection":["Aadaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/","name":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg","datePublished":"2026-01-06T08:43:32+00:00","dateModified":"2026-01-06T08:43:34+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/photo_2026-01-05_23-47-06-2-1.jpg","width":1280,"height":576},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12602\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Aadaa fi Seera Tapha Qiillee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12602","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12602"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12602\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12611,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12602\/revisions\/12611"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12606"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12602"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12602"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12602"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}