{"id":12747,"date":"2026-01-11T15:30:59","date_gmt":"2026-01-11T15:30:59","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12747"},"modified":"2026-01-11T15:31:03","modified_gmt":"2026-01-11T15:31:03","slug":"biyya-tokkummaan-sab-daneessummaa-keessatti-mirkanaaee-ijaaruuf-sirnoota-akka-seeraa-jabeessuun-murteessaadha-indaashaw-xaasoo-phd","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/","title":{"rendered":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;ee ijaaruuf Sirnoota akka &#8220;Seeraa&#8221; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Amajjii 3\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eAyyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa &#8220;Seeraa&#8221;n magaalaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. Sirna kanarratti ergaa kan dabarsan<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200ePirezidaantiin Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Indaashaw Xaasoo (PhD) Naannoofi biyya Tokkummaan Sab &#8211; Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;e ijaaruuf Sirna Seeraa dabalatee beekkumsa ganamaa jabeessuun hedduu murteessaa tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eBiyya seenessa waloo cimaa qabdu dhugoomsuuf Mootummaan Jijjiiramaa kutannoo olaanaan hojjachaa jiraachuu kan ibsan Dooktar Indaashaw, tokkummaa ummata biyyattiin Badhaadhinaafi Ol ka&#8217;insi Itoophiyaa kan dhugoomu tahuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eImala ariifachiisaa badhaadhina Afrikaaf fakkeenya taheefi Itoophiyaan taasisaa jirtu keessatti Godina Halaabaas tahee Naannoon Jiddu Galeessa Itoophiyaa qooda gamasaanii bahachuufi irraas fayyadamuuf xiyyeeffannoo olaanaan kan hojjatamu tahuus himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-9-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12749\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-9-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-9-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-9-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/3-9.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eDeetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Aadde Nafiisaa Al -Mahaadii ergaa dabarsaniin Itoophiyaan Aad- Daneessummaan kan beekkamtuufi kannneen keessaa Seeraan kan eeramu tahuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eMootummaan Jijjiiramaa Yaadama Ida&#8217;amuutiin Duudhaalee Aadaa jajjabeessuun, Duudhaaleen kunneen osoo hin faalamne dhaloottatti akka darbu gochaa jiraachuusaan, bu&#8217;aaleen hedduun argamuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eAyyaanni Seeraa Karaa Duudhaasaa eeggatee qulqulluun isaa Dhalootatti akka darbuuf Ministeerri Aadaafi Ispoortii xiyyeeffannoo olaanaan kan hojjatu tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSirna kanarratti keessummootaan Anaa Dhufu kan jedhan Bulchaan Godina Halaabaa Muddiin Huseen &#8220;Sirni Seeraa Sirna Dhala Namaafi Uumama, Ilmaan Namootaa kan walitti hidheefi araarsee waliin jiraachisu sirna addaati&#8221; jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eQabeenya guddaa biyyattii kan tahe beekkumsa ganamaa kunuunsuufi sirnaan itti gargaaramuu dhabuu keenyaan rakkoolee hedduuf saaxilamaa turre kan jedhan Obbo Muddiin, Seeraan Duudhaaleen kanneen keessaa Hambaa Kiiliyaa Saba Halaabaa kan eeramu tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10-1024x576.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12750\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10-1024x576.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/4-10.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eGodinni Halaabaa Bu&#8217;aa Jijjiiramaa tahuu kan ibsan Obbo Muddiin Jijjiiramaan Booda Ummanni kallattii hedduun fayyadamaa tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSirna kabaja Ayyaanichaan wal qabatee piroojaktoonni gara garaa eebbifamuu kan ibsan Muddiin Gamoon Bulchiinsa Godina Halaabaa Birriin Miiliyoona dhibba 4 fi Miiliyoona 61 ol baasii itti tahe eebbifamuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eDabalataaniis Marsaan duraa Istaadiyeemii Halaabaa Birrii Miiliyoona Dhibba 6 fi Miiliyoona 23 oliin kan ijaarameeefi Piroojaktoota lameen dabalatee piroojaktoonni gara garaa walumaa galatti Birrii Biiliyoona 1.1&#8217;n kan ijaaraman tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eSirna kanarratti Hoggantoonni Naannoofi Federaalaa, Hawaasniifi Dargaggoonni qaama sagantichaa argamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u200eMahaammad Toofiq tu gabaas<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5c49012809\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12747\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Amajjii 3\/2018 \u200eAyyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa &#8220;Seeraa&#8221;n magaalaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. Sirna kanarratti ergaa kan dabarsan \u200ePirezidaantiin Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Indaashaw Xaasoo (PhD) Naannoofi biyya Tokkummaan Sab &#8211; Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;e ijaaruuf Sirna Seeraa dabalatee beekkumsa ganamaa jabeessuun hedduu murteessaa tahuu ibsaniiru. \u200eBiyya seenessa waloo cimaa qabdu dhugoomsuuf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12748,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[29,32,4],"tags":[],"class_list":["post-12747","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-aadaa","category-ayyaana","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#039;ee ijaaruuf Sirnoota akka &quot;Seeraa&quot; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#039;ee ijaaruuf Sirnoota akka &quot;Seeraa&quot; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Amajjii 3\/2018 \u200eAyyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa &#8220;Seeraa&#8221;n magaalaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. Sirna kanarratti ergaa kan dabarsan \u200ePirezidaantiin Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Indaashaw Xaasoo (PhD) Naannoofi biyya Tokkummaan Sab &#8211; Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;e ijaaruuf Sirna Seeraa dabalatee beekkumsa ganamaa jabeessuun hedduu murteessaa tahuu ibsaniiru. \u200eBiyya seenessa waloo cimaa qabdu dhugoomsuuf [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-11T15:30:59+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-11T15:31:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;ee ijaaruuf Sirnoota akka &#8220;Seeraa&#8221; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)\",\"datePublished\":\"2026-01-11T15:30:59+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-11T15:31:03+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/\"},\"wordCount\":334,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/5-8.jpg\",\"articleSection\":[\"Aadaa\",\"Ayyaana\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/\",\"name\":\"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa'ee ijaaruuf Sirnoota akka \\\"Seeraa\\\" jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/5-8.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-11T15:30:59+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-11T15:31:03+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/5-8.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/5-8.jpg\",\"width\":1280,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12747\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;ee ijaaruuf Sirnoota akka &#8220;Seeraa&#8221; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa'ee ijaaruuf Sirnoota akka \"Seeraa\" jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa'ee ijaaruuf Sirnoota akka \"Seeraa\" jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Amajjii 3\/2018 \u200eAyyaanni Jijjiirraa Bara Haaraa Saba Halaabaa &#8220;Seeraa&#8221;n magaalaa Qullittootti haala Miidhagaan kabajamaa jira. Sirna kanarratti ergaa kan dabarsan \u200ePirezidaantiin Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa Indaashaw Xaasoo (PhD) Naannoofi biyya Tokkummaan Sab &#8211; Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;e ijaaruuf Sirna Seeraa dabalatee beekkumsa ganamaa jabeessuun hedduu murteessaa tahuu ibsaniiru. \u200eBiyya seenessa waloo cimaa qabdu dhugoomsuuf [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-11T15:30:59+00:00","article_modified_time":"2026-01-11T15:31:03+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":720,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;ee ijaaruuf Sirnoota akka &#8220;Seeraa&#8221; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)","datePublished":"2026-01-11T15:30:59+00:00","dateModified":"2026-01-11T15:31:03+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/"},"wordCount":334,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg","articleSection":["Aadaa","Ayyaana","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/","name":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa'ee ijaaruuf Sirnoota akka \"Seeraa\" jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg","datePublished":"2026-01-11T15:30:59+00:00","dateModified":"2026-01-11T15:31:03+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/5-8.jpg","width":1280,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12747\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Biyya Tokkummaan Sab-Daneessummaa keessatti mirkanaa&#8217;ee ijaaruuf Sirnoota akka &#8220;Seeraa&#8221; jabeessuun murteessaadha- Indaashaw Xaasoo (PhD)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12747","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12747"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12747\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12751,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12747\/revisions\/12751"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12748"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12747"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12747"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12747"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}