{"id":12777,"date":"2026-01-12T12:35:53","date_gmt":"2026-01-12T12:35:53","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12777"},"modified":"2026-01-12T12:35:56","modified_gmt":"2026-01-12T12:35:56","slug":"nageenyaa-fi-tasgabbii-itoophiyaa-kabachiisuun-hojiin-milkaaina-qabu-hojjatameera-komishinara-jeneraalaa-dammallaash-gabramikaael","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/","title":{"rendered":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#8217;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS- Amajjii 4\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta&#8217;uun ji&#8217;oota ja&#8217;an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa&#8217;ina qabu hojjateera&#8221; jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash humnoota shororkeessaa naannolee biyyattii garaa garaa keessa socho&#8217;an to&#8217;achuun akka danda&#8217;ame gamaaggama raawwii hojii Ji&#8217;a ja&#8217;aa irratti kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKeessumaa Komaandoon Addaa Farra Shororkeessaa fi Humnootni Dafee Qaqqabaa wareegama lubbuu kaffaluu dabalatee oppereeshinii qindoominaan raawwataniin biyya keenyatti haalli nageenyaa fi tasgabbii amansiisaan yeroo dhaa gara yerootti guddachaa dhufe akka uumame ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHojiin qorannoo yakkaa teeknooloojii fayyadamuun haaromsuun, akkasumas dandeettii qorannoo teeknikaa fi taaktikaa cimsuu hojjatamuu kan kaasan Komishinarri Jeneraalaa, Kunis haala mirga namoomaa kabajee fi bu\u2019a qabeessa ta\u2019een akka raawwatame dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItti dabaluunis, &#8221; Ji\u2019oota jahan darbanitti galmeewwan yakkaa kuma tokko fi dhibba shantamaa (1500) ol sakatta\u2019uun, %90 isaanii gara Abbaa Alangaa akka ergaman, addatti ammoo galmeewwan yakkaa shororkeessummaa wajjin walqabatan dhibba lama (200) guutummaatti (%100) qorannoon isaanii xumuramee gara Abbaa Alangaatti darbamuun hojiin milkaa\u2019ina qabu galmeeffameera&#8221; jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHumna namaa barnootaa fi leenjii gahumsuun, akkasumas baay\u2019inaa fi qulqullinaan sadarkaa olaanaatti guddisuun, dandeettii raawwii dhaabbataa yerootti yerootti akka dabaluuf hojii bal\u2019aan hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomishanarri Jeneraalaa Dammallaash &#8220;Tajaajila poolisii haala baratame irraa gara sirna ammayyaatti yeroo gabaabaa keessatti jijjiiruun, bulchiinsa humna namaa dijitaalaayizii gochuun akkasumas sirna haaraa diriirsuun hojiin jajjabeessaa hojjatameera&#8221; jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSirna riifoormii dura, raawwiin pirojektootaa sadarkaa olaanaatti harkifataa ture furuun, naannolee biyyattii gara garaatti pirojektoonni ijaarsa irra turan akkasumas pirojektoonni haaraan dandeettii ofii fayyadamuun yeroo gabaabaa keessatti ijaaramee xumuramuun bu\u2019aa olaanaa galmeessuun akka danda\u2019ame ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomishinarri Jeneraalaa, dandeettii oppereeshinii poolisii guddisuuf, akkasumas itti gaafatamummaa cimsuuf kan gargaaru, Poolisii Federaalaa Itoophiyaa bakka bu\u2019u ammayyaa fi haaraa ta\u2019e lakkoofsa gabatee konkolaataa (vehicle plate) dhiheenyatti hojiirra akka oolu beeksisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Yeroo jalqabaaf akka dhaabbataatti, leenjii \u201cLeadership Challenge\u201d kennameen dandeettii oppereeshinii keenya sadarkaa olaanaatti guddisuun danda\u2019ameera&#8221; jechuun, kanaanis dirqamni humni poolisii ba&#8217;atu bu\u2019a qabeessa akka ta\u2019uuf gumaacha guddaa akka qabu Komishinarri Jeneraalaa Itti dabaluun ibsaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12777\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"eb9530e721\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12777\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Amajjii 4\/2018 \u200e&#8221;Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta&#8217;uun ji&#8217;oota ja&#8217;an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa&#8217;ina qabu hojjateera&#8221; jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el. \u200eKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash humnoota shororkeessaa naannolee biyyattii garaa garaa keessa socho&#8217;an to&#8217;achuun akka danda&#8217;ame gamaaggama raawwii hojii Ji&#8217;a [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12778,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[44],"tags":[],"class_list":["post-12777","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dhimma-seeraa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#039;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#039;el - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#039;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#039;el - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Amajjii 4\/2018 \u200e&#8221;Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta&#8217;uun ji&#8217;oota ja&#8217;an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa&#8217;ina qabu hojjateera&#8221; jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el. \u200eKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash humnoota shororkeessaa naannolee biyyattii garaa garaa keessa socho&#8217;an to&#8217;achuun akka danda&#8217;ame gamaaggama raawwii hojii Ji&#8217;a [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-12T12:35:53+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-12T12:35:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1365\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#8217;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el\",\"datePublished\":\"2026-01-12T12:35:53+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-12T12:35:56+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/\"},\"wordCount\":354,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dhimma Seeraa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/\",\"name\":\"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa'ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa'el - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-12T12:35:53+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-12T12:35:56+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1365},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12777\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#8217;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa'ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa'el - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa'ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa'el - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Amajjii 4\/2018 \u200e&#8221;Poolisiin Federaalaa Qaamolee Nageenyaa Naannolee fi Federaalaa waliin ta&#8217;uun ji&#8217;oota ja&#8217;an darbanitti nageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuu fi olaantummaa seeraa mirkaneessuun hojii milkaa&#8217;ina qabu hojjateera&#8221; jedhan Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el. \u200eKomishinarri Jeneraalaa Dammallaash humnoota shororkeessaa naannolee biyyattii garaa garaa keessa socho&#8217;an to&#8217;achuun akka danda&#8217;ame gamaaggama raawwii hojii Ji&#8217;a [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-12T12:35:53+00:00","article_modified_time":"2026-01-12T12:35:56+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1365,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#8217;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el","datePublished":"2026-01-12T12:35:53+00:00","dateModified":"2026-01-12T12:35:56+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/"},"wordCount":354,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg","articleSection":["Dhimma Seeraa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/","name":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa'ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa'el - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg","datePublished":"2026-01-12T12:35:53+00:00","dateModified":"2026-01-12T12:35:56+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615455020_1345089844331052_2194809483293891731_n.jpg","width":2048,"height":1365},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12777\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"\u200eNageenyaa fi tasgabbii Itoophiyaa kabachiisuun hojiin milkaa&#8217;ina qabu hojjatameera- Komishinara Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa&#8217;el"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12777","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12777"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12777\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12779,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12777\/revisions\/12779"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12778"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12777"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12777"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12777"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}