{"id":12803,"date":"2026-01-13T04:50:22","date_gmt":"2026-01-13T04:50:22","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=12803"},"modified":"2026-01-13T04:50:26","modified_gmt":"2026-01-13T04:50:26","slug":"biyyaafi-biyyoo-abbaatu-eeggata-pireezidaanti-shimallis-abdiisaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/","title":{"rendered":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>AMN PLUS- Amajjii 4\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duula eegumsa biyyoo fi bishaanii guyyaa boruu akka naannoo Oromiyaatti eegalamu ilaalchisee ergaa dabarsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Guutuun ergaa isaanii haala argamaan gadiin dhiyaateera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cBiyyaafi Biyyoo Abbaatu Eeggata\u201d<\/p>\n\n\n\n<p>Addunyaan hariiroo madaala uumaaf uumamaan tikfamti. Uumamni kunneenis asaasa uumamaatiin seeraafi sirna isaanii eeggatanii tokko kan biroof hirkoo ta\u2019uun waliin jiraatu. Ulfinni uumamaas madaala kana bifa ta\u2019uun tiksuun ijaarama.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"845\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615482401_1341173688031404_5643328062623886162_n-845x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12805\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615482401_1341173688031404_5643328062623886162_n-845x1024.jpg 845w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615482401_1341173688031404_5643328062623886162_n-248x300.jpg 248w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615482401_1341173688031404_5643328062623886162_n-768x931.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615482401_1341173688031404_5643328062623886162_n.jpg 1056w\" sizes=\"(max-width: 845px) 100vw, 845px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Deemsa uumamaa kana kan hubate Oromoon gaarri wayyu bosonaan miidhaga, Burqaan wayyuu adiyootti hin hambifamu, dachaanis wayyu bishaan keessaa hin dhabamu jechuun afoolaan hojii kunuunsaafi eegumsa qabeenya uumamaa dhaloota hubachiisaa seeraafi sirnaanis qajeelchaa dhufe. Safuufi safeeffannaa uumama tiksuuf qabuunis seera tumee lallabuun uumamni ida\u2019amee waliin akka jiraatu duudhaa keenya ganamaatu nu barsiise.<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan Naannoo Oromiyaa safuufi duudhaa ganamaa itita seera sirna Gadaatiin qajeelfamuun qormaata jijjiirama qilleensaa qolachuuf uummata isaa qindeessee tajaajila lammummaatiin waktii Bonaa hojii Misooma Sululaa fi waktii Gannaa sagantaa Ashaaraa Magariisaatiin gola Oromiyaa hundatti hojii qabeenya uumamaa manca\u2019e deebisuu hojjetameen injifannoon galmaa\u2019aa dhufeera. Akkuma abbootni keenya safuufi duudhaan nuuf kudhaamanii ergaa jabaa afoolaan nu dhaalchisanitti har\u2019as biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata kan jedhu jabeessinee amanuun hojii mootummaafi uummata keenyaa kan guyyaa guyyaa taasifanneerra.<\/p>\n\n\n\n<p>Ummatni keenyas harkasaa gootummaa aadeffate diriirsee duudhaa isaafis ulfina kennee madaala uumamaa dabe deebisuuf hojii waggoottan torban darbe hojjetameen sululootni hedduun misoomanii, biqilootni biliyoona hedduunis dhaabamanii kunuunfamaa jiru. Gaarotni duwwaatti hafanii turan bosonoomanii dachaawwan goganii turanis mirgisanii dacheen Oromiyaa qe\u2019ee gaaddisa ganamaatti deebi\u2019uu eegaleera. Uwwisni bosona naannoo keenyaa mancaatii mudateen % 17 tti gad bu\u2019ee ture gara % 29tti olguddachuu danda\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"736\" height=\"417\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615059070_1341173638031409_407439378161861584_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12806\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615059070_1341173638031409_407439378161861584_n.jpg 736w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615059070_1341173638031409_407439378161861584_n-300x170.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 736px) 100vw, 736px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Kabajamtoota uummata naannoo keenyaa; milkaa\u2019inni kun dirree xiiqiitti bobbaatanii injifannoo xiiqii galmeessitanii dafqa keessaniin gaaddisa dhalootaa dhaabuuf murteessuu keessan irraa kan maddedha. Hojiin misooma Sululaa hojjetamaa dhufe kun guddummaa Oromoo kan olkaase maraarfannaa uumamaaf qabnus kan mul\u2019isedha.<\/p>\n\n\n\n<p>Kabajamtoota uummata naannoo keenyaa; Qabeenyi uumamaa hojii altokko hojjechuun yeroo biraa dhaabbatu miti. Itti fufiinsaan hojjechuun madaala uumamaa tiksuu kan gaafatu jiruu ilma namaa yeroo maraati. Akka Oromoottis dhugaa kana bira kan darbe aadaa abboota keenyarraa dhaalle dhaloota dhaalchisuuf hojjennu hojmanee keenya safuun masaknee itti fufiinsaan imalludha.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2018 kanas mootummaan Naannoo Oromiyaa ergama guddaa qabate kana milkeessuuf hojii misooma sululaafi eegumsa qabeenya uumamaa dhaadannoo Misoomsuu, Kunuunsuufi Eeguu Olka&#8217;iinsa Biyyaaf jedhuun guyyoota Jaatamaaf gaggeeffamu Amajjii 5\/2018 gola Oromiyaa hundatti ni eegalchiifama. Hojichi tajaajila lammummaatiin kan hojjetamu yoo ta\u2019u; qaamolii hawaasa garaagaraa miliyoona 9.8 oltu irratti hirmaata.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"590\" height=\"332\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/614568875_1341173608031412_5774090355720554399_n-2.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-12809\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/614568875_1341173608031412_5774090355720554399_n-2.jpg 590w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/614568875_1341173608031412_5774090355720554399_n-2-300x169.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 590px) 100vw, 590px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hojii misooma Sululaa waktii Bonaa hojjetamu kanaan suluuloota 6,386 keessatti lafa hektaara miliyoona 3.1 ol irratti hojii eegumsa biyyeefi bishaanii hojjechuuf kan karoorfame yoo ta\u2019u sululootni 5930 GPS adda baasuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Milkaa\u2019ina misooma sululaa waktii Bonaa hojjetamu sadarkaa olaanaatti ceesisuuf sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuun gosa garaa garaa biliyoona 5.4 qopheessuuf karoorfamee hojjetamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojii kunuunsaaf eegumsa qabeenya uumamaaf xiyyeeffannoo addaa kennee gaaddisa egeree har\u2019a dhaabuuf kutannoon hojjechaa jira. Galmi keenya madaala uumamaa tiksuun dinagdee magarisaa milkeessuudha. Uummata keenya waliin qindoofnee ni hojjenna; ni milkoofnas!<\/p>\n\n\n\n<p>Amajjii 5 hunduu harkasaa misooma sululaaf haa diriirsu; biyyaafi biyyoo keenyas waloon haa eeggannu!<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"12803\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"a0eb89d285\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12803\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Amajjii 4\/2018 Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duula eegumsa biyyoo fi bishaanii guyyaa boruu akka naannoo Oromiyaatti eegalamu ilaalchisee ergaa dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala argamaan gadiin dhiyaateera. \u201cBiyyaafi Biyyoo Abbaatu Eeggata\u201d Addunyaan hariiroo madaala uumaaf uumamaan tikfamti. Uumamni kunneenis asaasa uumamaatiin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":12808,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4,18],"tags":[],"class_list":["post-12803","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","category-misooma","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Amajjii 4\/2018 Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duula eegumsa biyyoo fi bishaanii guyyaa boruu akka naannoo Oromiyaatti eegalamu ilaalchisee ergaa dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala argamaan gadiin dhiyaateera. \u201cBiyyaafi Biyyoo Abbaatu Eeggata\u201d Addunyaan hariiroo madaala uumaaf uumamaan tikfamti. Uumamni kunneenis asaasa uumamaatiin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-13T04:50:22+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-13T04:50:26+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"608\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa\",\"datePublished\":\"2026-01-13T04:50:22+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-13T04:50:26+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/\"},\"wordCount\":507,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\",\"Misooma\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/\",\"name\":\"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-13T04:50:22+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-13T04:50:26+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":608},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/12803\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Amajjii 4\/2018 Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa duula eegumsa biyyoo fi bishaanii guyyaa boruu akka naannoo Oromiyaatti eegalamu ilaalchisee ergaa dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala argamaan gadiin dhiyaateera. \u201cBiyyaafi Biyyoo Abbaatu Eeggata\u201d Addunyaan hariiroo madaala uumaaf uumamaan tikfamti. Uumamni kunneenis asaasa uumamaatiin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-13T04:50:22+00:00","article_modified_time":"2026-01-13T04:50:26+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":608,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa","datePublished":"2026-01-13T04:50:22+00:00","dateModified":"2026-01-13T04:50:26+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/"},"wordCount":507,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa","Misooma"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/","name":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata - Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg","datePublished":"2026-01-13T04:50:22+00:00","dateModified":"2026-01-13T04:50:26+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/615268908_1341173784698061_5689618020442136861_n.jpg","width":1080,"height":608},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/12803\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Biyyaafi biyyoo abbaatu eeggata &#8211; Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12803","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=12803"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12803\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":12810,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/12803\/revisions\/12810"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/12808"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=12803"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=12803"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=12803"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}