{"id":1365,"date":"2024-11-13T05:29:52","date_gmt":"2024-11-13T05:29:52","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1365"},"modified":"2024-11-14T12:36:21","modified_gmt":"2024-11-14T12:36:21","slug":"aadaan-hojii-yeroo-gabaabaafi-baasii-xiqqaan-xumuruu-fayyadamummaa-jiraattota-magaalaa-finfinnee-dabalaa-jira-kantiibaa-adaanech-abeebee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/","title":{"rendered":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN- Sadaasa 03\/2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gamaggamni raawwii hojii kurmaana jalqabaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, bakka Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee argamanitti geggeeffame.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Aadaan hojii keenyaa baasii kan qusatu, hojiiwwaan qulqullina fi yeroo gabaabaa keessatti hojjenne magaalaa jiraattotaaf mijattuu gama taasisuutiin hiikaa guddaa kan qaban yoo ta&#8217;u, Finfinnee bakka gahuumsa tuurizimii, giddu gala hawwataa idil-addunyaa taasisuu fi misoomni koriidarii fuula biyya ijaaruuf hojjennee fi hojiileen magaalaa deebisanii haaromsuu bu&#8217;a qabeessa ta&#8217;anii magaalichaatti kurmaana jalqabaa qofaatti konfaransiilee garaagaraa Afrikaa fi Idil-addunyaa 20 haala gaariin keessummeessuu dandeettee jirti jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kurmaana jalqabaa kanaan gama raawwii dhaabbilee karooffanneen harka 86 raawwiin bu&#8217;aa qabeessi kan itti mul&#8217;ate yoo ta&#8217;u,uummata waliin walitti dhiheenyaan kan itti hojjenne,tokkummaa hooggansaa, aadaa hojii jijjiiruu fi hojiileen ijaarsa Smart City magaalaa keenya madaaluu kannneen ittiin milkoofneedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sababa misooma koriidariitiin naannawa jireenyaaf hin mijannee irraa jiraattota keenya kaasne jireenyaaf naannawa mijataa ta&#8217;ee fi mana jireenyaa qulqullaa&#8217;aa akka argatan gochuu kan itt dandeenye yennaa ta&#8217;u magaala qofaa osoo hin taane raawwii jireenyi ilma namaas waliin itti haaroomfame ta&#8217;uu gamaaggamnee jirra.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"960\" height=\"640\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466071282_991730139642429_6831203457546676925_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-1367\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Milkaa&#8217;inoota qormaatilee cehaa galmeessineen osoo hin gammadin gama kennaa tajaajilaatiin fedhii uummata keenyaa fi standard keenyeetiin hannaa fi hojimaata badaa kan hin ceesisin ta&#8217;uusaa amannee ofirraa ittisuuf hojimaatni diriirsine akkasumas yaadaa fi akeeka jiraattonni nuuf laatan bu&#8217;uura godhachuun hojiileen hojjenne bu&#8217;aa buusuu kan eegalan yennaa ta&#8217;u, ammallee xiyyeeffannoo laannee sadarkaa rakkinicha madaaluun hundeerraa sirreessuuf kan dandeessisu sadarkaa hooggansa uumuuf,iftoomina dabalaa fi jiraattotaa hirmaachisaa hojjechuu kan dandeessisu kallattii keenyee jirra.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis ijaarsa dhaabbileetti;hojiilee namarratti xiyyeeffatan cimsuun,carraa hojii uumuu,qaala&#8217;iinsa jireenyaa hir&#8217;isuu,sassaabbii galii fooyyessuu,sirna daldalaa jabeessuu,magaalaa jiraattotaaf mijattuu ijaaruu akkasumas piroojektoota eegalaman saffisaan xumuruun gara tajaajilaatti galchuun fi hojii misooma koriidarii marsaa 2ffaa qulqullinaa fi ariitiin xumuruun yeroo itti aanutti xiyyeeffannoon hojiiwwan hojjennuudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kenniinsi tajaajilaa keenya daran saffisaa, hannaa fi hoji-maata badaa irraa kan qulqullaa&#8217;e taasisuun ciminaa fi amanamummaadhaan hirmaachisuun hojjechuu keenya ammallee cimsinee itti fufna jedhan fuula fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"bbf391e162\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1365\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Sadaasa 03\/2017 Gamaggamni raawwii hojii kurmaana jalqabaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, bakka Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee argamanitti geggeeffame. Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Aadaan hojii keenyaa baasii kan qusatu, hojiiwwaan qulqullina fi yeroo gabaabaa keessatti hojjenne magaalaa jiraattotaaf [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1366,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[3],"tags":[],"class_list":["post-1365","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Sadaasa 03\/2017 Gamaggamni raawwii hojii kurmaana jalqabaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, bakka Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee argamanitti geggeeffame. Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Aadaan hojii keenyaa baasii kan qusatu, hojiiwwaan qulqullina fi yeroo gabaabaa keessatti hojjenne magaalaa jiraattotaaf [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2024-11-13T05:29:52+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2024-11-14T12:36:21+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"675\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee\",\"datePublished\":\"2024-11-13T05:29:52+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-14T12:36:21+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/\"},\"wordCount\":363,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/\",\"name\":\"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg\",\"datePublished\":\"2024-11-13T05:29:52+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-14T12:36:21+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg\",\"width\":960,\"height\":675},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1365\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Sadaasa 03\/2017 Gamaggamni raawwii hojii kurmaana jalqabaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, bakka Kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanech Abeebee argamanitti geggeeffame. Raawwii karoora kurmaana jalqabaa hanqinaalee fi ciminoota jiran sababoota isaanii waliin adda baasuun madaallee jirra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Aadaan hojii keenyaa baasii kan qusatu, hojiiwwaan qulqullina fi yeroo gabaabaa keessatti hojjenne magaalaa jiraattotaaf [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2024-11-13T05:29:52+00:00","article_modified_time":"2024-11-14T12:36:21+00:00","og_image":[{"width":960,"height":675,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee","datePublished":"2024-11-13T05:29:52+00:00","dateModified":"2024-11-14T12:36:21+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/"},"wordCount":363,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg","articleSection":["Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/","name":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg","datePublished":"2024-11-13T05:29:52+00:00","dateModified":"2024-11-14T12:36:21+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/466123427_991730002975776_9210742285435933386_n.jpg","width":960,"height":675},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1365\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Aadaan hojii yeroo gabaabaafi baasii xiqqaan xumuruu, fayyadamummaa jiraattota magaalaa Finfinnee dabalaa jira- Kantiibaa Adaanech Abeebee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1365","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1365"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1365\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1386,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1365\/revisions\/1386"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1366"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1365"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1365"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1365"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}