{"id":1508,"date":"2024-11-21T13:34:18","date_gmt":"2024-11-21T13:34:18","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1508"},"modified":"2024-11-21T13:34:20","modified_gmt":"2024-11-21T13:34:20","slug":"humni-shoorarkeessaa-faannoo-naannoo-oromiyaa-aanaa-dharraatti-gochi-suukaneessaa-raawwate-tuffii-uummata-oromoof-qabu-ifatti-kan-mirkaneesseedha-mootummaa-naannoo-oromiyaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/","title":{"rendered":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1280\" height=\"853\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-1509\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN- Sadaasa 12\/2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoofi sabaaf sablammoota biroof qabu ifatti kan mirkaneessee ta\u2019uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>Gochi gara jabinaa gareen faannoo raawwate uummata kan bakka hin buune ta\u2019uu beekuun uummanni Oromoo fi Amaaraa nageenyaaf dhaabachuu akka qabu waamicha dhiyaateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma yeroo irratti ibsa miidiyaaleef kan kenne yoo ta\u2019u Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa humni finxaaleyyii Faannoo gocha gara jabinaa uummata Oromoofi saboota gara garaa irratti raawwatee fi raawwachaa jiru mootumaan Naannoo Oromiyaa kan balaaleeffatudha jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkasumas Oromiyaa keessatti humni shoorarkeessaa Shanees gocha suukkaneessaa raawwachaa jiru kan balaalefatamu dha jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shanneen uummata Oromoo irratti gocha gadadoo fi boodatti deebisu raawwachuun hiyyummaaf saaxilaa jirachuu isaa obbo Haayiluun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkumma humni faannoo uummata Oromoo miidhaa jiru shaneenis gocha walfakkatu Oromoo irratti raawataa kan jiru yoo ta\u2019u qaamota lameenu wal qixxa balaaleefanaa jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gochi suukkaneessaa Faanoos ta\u2019e Shanneen raawwachaa jiru uummata kan bakka hin buune ta\u2019uu beekuun uumanni Oromoos ta\u2019e uummani Amaaraa nageenyaaf tumsuu akka qabu fi akka balaaleeffattu waammicha dhiheesaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan garee gochoota suukkaneesaa fi gadadoo uumataa irratti fidaa jiran irratti tarkaanfii fudhachaa jiru ciminaan itti fufa jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Humni shoorarkeessaa Faannoo Naannoo Oromiyaa Aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate uummata Oromoof tufii qabu ifati kan mirkaneesee ta\u2019uu obbo Haayiluun ibsa isaaniin dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan Naannoo Oromiyaa Mootummaa Federaalaa waliin ta\u2019uun humna Faannoo irratti tarkaanfii kan fudhatu ta\u2019uu beeksisan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itsagannat Damisseetu gabaase<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"21c84c7f94\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1508\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Sadaasa 12\/2017 Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoofi sabaaf sablammoota biroof qabu ifatti kan mirkaneessee ta\u2019uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibseera. Gochi gara jabinaa gareen faannoo raawwate uummata kan bakka hin buune ta\u2019uu beekuun uummanni Oromoo fi Amaaraa nageenyaaf dhaabachuu akka qabu waamicha dhiyaateera. Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-1508","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-itoophiyaa","entry"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Sadaasa 12\/2017 Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoofi sabaaf sablammoota biroof qabu ifatti kan mirkaneessee ta\u2019uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibseera. Gochi gara jabinaa gareen faannoo raawwate uummata kan bakka hin buune ta\u2019uu beekuun uummanni Oromoo fi Amaaraa nageenyaaf dhaabachuu akka qabu waamicha dhiyaateera. Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2024-11-21T13:34:18+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2024-11-21T13:34:20+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa\",\"datePublished\":\"2024-11-21T13:34:18+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-21T13:34:20+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/\"},\"wordCount\":262,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/\",\"name\":\"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\",\"datePublished\":\"2024-11-21T13:34:18+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-21T13:34:20+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":853},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1508\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Sadaasa 12\/2017 Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoofi sabaaf sablammoota biroof qabu ifatti kan mirkaneessee ta\u2019uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa ibseera. Gochi gara jabinaa gareen faannoo raawwate uummata kan bakka hin buune ta\u2019uu beekuun uummanni Oromoo fi Amaaraa nageenyaaf dhaabachuu akka qabu waamicha dhiyaateera. Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2024-11-21T13:34:18+00:00","article_modified_time":"2024-11-21T13:34:20+00:00","og_image":[{"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg","type":"","width":"","height":""}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa","datePublished":"2024-11-21T13:34:18+00:00","dateModified":"2024-11-21T13:34:20+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/"},"wordCount":262,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/","name":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg","datePublished":"2024-11-21T13:34:18+00:00","dateModified":"2024-11-21T13:34:20+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/467569972_998187605663349_3468521634701609808_n.jpg","width":1280,"height":853},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1508\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Humni Shoorarkeessaa Faannoo naannoo Oromiyaa aanaa Dharraatti gochi suukaneessaa raawwate tuffii uummata Oromoof qabu ifatti kan mirkaneesseedha- Mootummaa naannoo Oromiyaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1508","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1508"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1508\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1510,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1508\/revisions\/1510"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1508"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1508"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1508"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}