{"id":1598,"date":"2024-11-26T12:26:35","date_gmt":"2024-11-26T12:26:35","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1598"},"modified":"2024-11-26T12:48:05","modified_gmt":"2024-11-26T12:48:05","slug":"jijjiiramni-dhiibbaa-ummataa-fi-hawwatummaa-paartiin-dhufe-boqonnaan-jalqabaa-ceaa-jira-dooktar-abiy-ahimad","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/","title":{"rendered":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN- Sadaasa 17\/ 2017<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><a><\/a>Boqonnaa jalqabaa kana keessatti yaadonni jijjiiramichaa jechaa fi gochaaf saaxilamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qormaatileen jijjiiramichas haalan saaxilamuun ummanni hubatee akka qabsaa\u2019uu taasiifameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunis bu\u2019aaleen jijjiiramaa guddachuun qormaatilee akka injifatan carraa uumeera jedhan Dooktar Abiy ergaa dabarsaniin.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoottaan jahan darban seenaa siyyaasa Itiyoophiyaa keessatti gaaffileen gaafatamaa turan jechaan qofa osoo hin taane gochaan deebii argataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Jijjiirama imaammataa, seeraa fi hojmaataa qofa osoo hin taane jijjiirama aadaa fideera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Jijjiiramichi cabiinsa biyyattii kaleessaa kan suphu, kan har\u2019aa kan madaaluu fi imala boruu kan qajeelchuudha jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paartiin Badhaadhinaa waggaa 5ffaa isaa waayita kabaju bu\u2019aalee jajjaboo hedduu galmeesseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paartiin Badhaadhinaa seenaa Siyaasa paartiilee Itiyoophiyaa keessatti paartii hawaasni hubannoo siyaasaa ammayyaa akka goonfatu taasiiseedha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gurmaa\u2019insa siyaasaa fideera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gaaffiilee ummataa toora qabsiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mala qabsoo siyaasaa haaraa beeksiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hundeeffamni badhaadhinaa daangaa moggaafi gidduu miseensaafi deeggaraa horsiisee bulaafi qonnaan bulaa tarkaanfataafi achumee firaafi diina kkf jedhu jiksuun Jaarmiyaa siyaasaa yaada qofa irratti hundaa\u2019e uumeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paartiin badhaadhinaa garaagarummaa yaadaa akka faayaafi duudhaatti fudhata; morkattootasaa akka diinaatti hin ilaalu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Damee diinagdee, siyaasaa, hawaasummaa, Dippiloomaasii fi misoomaan bu&#8217;aalee hedduu galmeessera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bilisummaa fi guddina miidiyaalee, bilisummaan yaada mallattoo qaroominaa fi ibsituu sabdaneessummaati.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Jijjiiramichaan bilisummaan miidiyaa akka kabajamu, miidiyaaleen seeran qofaann akka hojjetanii fi bulan, hawaasaa hundaaf maaddii yaadaa akka ta\u2019an taasiisuun danda\u2019ameera jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Abbaan Taayitaa Miidiyaalee hojii seera fooyyessuu, hojmaata miidiyaalee fooyyessuu, qaqqabummaa miidiyaa jajjabeessuu, sirna miidiyaaleen ofiin waltoo\u2019atan diriirsuu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Lakkoofsi miidiyaalee jijjiiramaan dura 122 qofa turan yeroo ammaa 272 gahuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Buufataaleen Teeleeviizyiinii 25 turan amma 78, Raadiyoon 52 gara 73tti, afaannoonni miidiyaa biyya keessaa 39 irraa gara 60tti ol guddachuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Barri kun bara guddina Itiyoophiyaa akka ta\u2019u waloon haa hojjennu jedhuun waamicha dhiyeessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Oomishni Aannaan jijjiiramaan dura Liitira biiliyoona 7.2 ture yeroo ammaa liitira biiliyoona 10tti guddateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Oomishni misooma Dammaa toonii kuma 100 fi kuma 29 ture gara toonii kuma 200 fi kuma 72tti guddateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoottaan jahan darban biqiltuuwwan faayidaa diinagdee adda addaa qaban biiliyoonni 40 dhaabbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkaawuntiin diijitaalaa miiliyoona 52 ture gara miiliyoona 200 fi miiliyoona 5 fi kuma 400 qaqqabeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Lakkoofsa herraagaa diijitaalaan Birrii biiliyoona 7.7 walitti qabuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ijaarsi Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa % 97.6 irra qaqqabeera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b5faf626b5\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1598\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Sadaasa 17\/ 2017 Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Boqonnaa jalqabaa kana keessatti yaadonni jijjiiramichaa jechaa fi gochaaf saaxilamaniiru. Qormaatileen jijjiiramichas haalan saaxilamuun ummanni hubatee akka qabsaa\u2019uu taasiifameera. Kunis bu\u2019aaleen jijjiiramaa guddachuun qormaatilee akka injifatan carraa uumeera jedhan Dooktar Abiy ergaa dabarsaniin. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1599,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-1598","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Sadaasa 17\/ 2017 Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Boqonnaa jalqabaa kana keessatti yaadonni jijjiiramichaa jechaa fi gochaaf saaxilamaniiru. Qormaatileen jijjiiramichas haalan saaxilamuun ummanni hubatee akka qabsaa\u2019uu taasiifameera. Kunis bu\u2019aaleen jijjiiramaa guddachuun qormaatilee akka injifatan carraa uumeera jedhan Dooktar Abiy ergaa dabarsaniin. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2024-11-26T12:26:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2024-11-26T12:48:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad\",\"datePublished\":\"2024-11-26T12:26:35+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-26T12:48:05+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/\"},\"wordCount\":368,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/\",\"name\":\"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg\",\"datePublished\":\"2024-11-26T12:26:35+00:00\",\"dateModified\":\"2024-11-26T12:48:05+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/11\\\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg\",\"width\":960,\"height\":960},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1598\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Sadaasa 17\/ 2017 Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Boqonnaa jalqabaa kana keessatti yaadonni jijjiiramichaa jechaa fi gochaaf saaxilamaniiru. Qormaatileen jijjiiramichas haalan saaxilamuun ummanni hubatee akka qabsaa\u2019uu taasiifameera. Kunis bu\u2019aaleen jijjiiramaa guddachuun qormaatilee akka injifatan carraa uumeera jedhan Dooktar Abiy ergaa dabarsaniin. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2024-11-26T12:26:35+00:00","article_modified_time":"2024-11-26T12:48:05+00:00","og_image":[{"width":960,"height":960,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad","datePublished":"2024-11-26T12:26:35+00:00","dateModified":"2024-11-26T12:48:05+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/"},"wordCount":368,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/","name":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg","datePublished":"2024-11-26T12:26:35+00:00","dateModified":"2024-11-26T12:48:05+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/11\/468299702_1001876575294452_419398386112744948_n.jpg","width":960,"height":960},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1598\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Jijjiiramni Dhiibbaa ummataa fi hawwatummaa Paartiin dhufe boqonnaan jalqabaa ce\u2019aa jira \u2013 Dooktar Abiy Ahimad"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1598","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1598"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1598\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1605,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1598\/revisions\/1605"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1599"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1598"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1598"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1598"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}