{"id":16250,"date":"2026-01-20T10:55:11","date_gmt":"2026-01-20T10:55:11","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=16250"},"modified":"2026-01-20T10:55:13","modified_gmt":"2026-01-20T10:55:13","slug":"itoophiyaan-faayidaa-biyyaalessaashee-eegsisuuf-diippiloomaasii-dijitaalaatiif-xiyyeeffannoo-addaa-kennitee-hojjechaa-jirti","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/","title":{"rendered":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti"},"content":{"rendered":"\n<p><a><\/a>\u200eAMN PLUS &#8211; Amajjii 12\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan faayidaa biyyaalessaa ishee eegsisuuf akkasumas maqaa gaarii biyyaa addunyaatti beeksisuuf bu\u2019aawwan teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDaayirektarri Diippiloomaasii Dijitaalaa Ministeera Dhimma Alaa, Obbo Silaabbaat Mannaayyee, akka jedhanitti, diippiloomaasii dijitaalaan faayidaa biyya tokkoo tiksuuf karaa tarsiimoo (istraateejii) fayyadamuun meeshaa murteessaa ta\u2019ee hojirra oolaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSadarkaa biyyaatti karoora &#8216;Digital Ethiopia 2025&#8217; hojiirra oolchuun, hojiilee diippiloomaasii dijitaalaatiif haala mijataa uumuu isaa yaadachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkkasumas, &#8216;Digital Ethiopia 2030&#8217; tarsiimoon babal\u2019ina bu\u2019uura misoomaa irratti xiyyeeffachuun waan hojjetamuuf, damee kanaaf carraa guddaa fida jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan giddugala gahumsa Artificial Intelligence (AI) Afrikaa ta\u2019uuf imala taasisaa jirtu, diippiloomaasii dijitaalaa daran deeggaruu akka danda\u2019u eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eFuulduratti tajaajilamtoonni karaa Artificial Intelligence konsoolaatti qaamaan deemuu osoo hin barbaachisin, bilbila isaanii qofaan tajaajila argachuu akka danda\u2019an sirni ni diriira jedhanii ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYeroo Muummichi Ministeeraa Hindii, Naareendiraa Moodii, Itoophiyaa daawwatanitti ijaarsi giddugala daataa ifa taasifame, diippiloomaasii dijitaalaa caalaatti cimsuu akka danda\u2019u dubbatani<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan biyya diippiloomaasii hedduu qabaachuun filatamummaa kan qabdu ta&#8217;uu kaasuun, biyyattiin giddu-galeessa Bahaa fagoo Eeshiyaa fi Awurooppaa gidditti kan argamtuufi akkasumas galaana Diimaatti dhihaachuu isheetiin diippiloomaasii cimaa akka qabaatu ishee taasisuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eHojii diippiloomaasii tuurizimii illee karaa diippiloomaasii dijitaalaa hojjetamaa jiraachuu dabaluun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkkasumas bakka tuurizimii yaada Muummicha Ministeera Abiyyi Ahmad (PhD) tiin hojjetaman karaa dijitaalaa addunyaatti beeksisuun fakkeenyaaf kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eJaarraa 21ffaa keessatti, dorgommii odeeffannoo fi to\u2019annoo seenaa (narrative) irratti dorgommii cimaan akka jiru Daayirektarichi hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eTeknooloojii yeroo ammaa jijjiiramaa jiru kana abbummaadhan itti fayyadamuun odeeffannoo akka biyyaaf ta&#8217;utti qindeessuuf hojjechaa akka jiranis ENA gabaaseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"16250\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16250\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Amajjii 12\/2018 \u200eItoophiyaan faayidaa biyyaalessaa ishee eegsisuuf akkasumas maqaa gaarii biyyaa addunyaatti beeksisuuf bu\u2019aawwan teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera. \u200eDaayirektarri Diippiloomaasii Dijitaalaa Ministeera Dhimma Alaa, Obbo Silaabbaat Mannaayyee, akka jedhanitti, diippiloomaasii dijitaalaan faayidaa biyya tokkoo tiksuuf karaa tarsiimoo (istraateejii) fayyadamuun meeshaa murteessaa ta\u2019ee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":16251,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-16250","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Amajjii 12\/2018 \u200eItoophiyaan faayidaa biyyaalessaa ishee eegsisuuf akkasumas maqaa gaarii biyyaa addunyaatti beeksisuuf bu\u2019aawwan teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera. \u200eDaayirektarri Diippiloomaasii Dijitaalaa Ministeera Dhimma Alaa, Obbo Silaabbaat Mannaayyee, akka jedhanitti, diippiloomaasii dijitaalaan faayidaa biyya tokkoo tiksuuf karaa tarsiimoo (istraateejii) fayyadamuun meeshaa murteessaa ta\u2019ee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-20T10:55:11+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-20T10:55:13+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"391\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti\",\"datePublished\":\"2026-01-20T10:55:11+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-20T10:55:13+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/\"},\"wordCount\":267,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/\",\"name\":\"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-01-20T10:55:11+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-20T10:55:13+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":391},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16250\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Amajjii 12\/2018 \u200eItoophiyaan faayidaa biyyaalessaa ishee eegsisuuf akkasumas maqaa gaarii biyyaa addunyaatti beeksisuuf bu\u2019aawwan teeknooloojii ammayyaa fayyadamuun diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera. \u200eDaayirektarri Diippiloomaasii Dijitaalaa Ministeera Dhimma Alaa, Obbo Silaabbaat Mannaayyee, akka jedhanitti, diippiloomaasii dijitaalaan faayidaa biyya tokkoo tiksuuf karaa tarsiimoo (istraateejii) fayyadamuun meeshaa murteessaa ta\u2019ee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-20T10:55:11+00:00","article_modified_time":"2026-01-20T10:55:13+00:00","og_image":[{"width":720,"height":391,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti","datePublished":"2026-01-20T10:55:11+00:00","dateModified":"2026-01-20T10:55:13+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/"},"wordCount":267,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/","name":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg","datePublished":"2026-01-20T10:55:11+00:00","dateModified":"2026-01-20T10:55:13+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/619617533_1347515794063860_334230973491866149_n.jpg","width":720,"height":391},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16250\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Itoophiyaan faayidaa biyyaalessaashee eegsisuuf, diippiloomaasii dijitaalaatiif xiyyeeffannoo addaa kennitee hojjechaa jirti"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16250","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=16250"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16250\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":16252,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16250\/revisions\/16252"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/16251"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=16250"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=16250"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=16250"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}