{"id":16426,"date":"2026-01-28T08:42:10","date_gmt":"2026-01-28T08:42:10","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=16426"},"modified":"2026-01-28T08:42:12","modified_gmt":"2026-01-28T08:42:12","slug":"mararaa-mulaatuu-finfinneetti-daandii-biskileetii-babalate-fayyadamuun-dargaggoo-hojii-pedal-fly-jedhamu-hundeesse","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/","title":{"rendered":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#8217;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS- Amajjii 20\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mararaa Mulaatuu jedhama. Dargaggoon kun biyya Hindiitti digirii isaa jalqabaa dhiyeenyatti xumuree dhufe. Sababaan biyya alaatti barateef taa\u2019ee hojii eeguuf tasa hin yaadne. Hojii waajjira keessaa miindaa fooyya\u2019aa isaaf argamsiisuuf dorgomuuf illee fedhii hin qabaanne.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sana irra waan Hindiitti arge, muuxannoo addunyaa irraas qorate adda baasuu eegale. Magaalaan Finfinnee haala amma jirtuun carraa hojii isaaf mijeessuuf dandeessu adda baase. Hiriyoota isaa waliin gadi taa\u2019ee mari\u2019ate. Yaada tokkotu dhufeef.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Innis Misooma Kooriidariin daandiiwwan biskileettiif hojjataman akkamiin teekinooloojiin deggeruun hojiiitti galchu isa jedhu ture.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Itti yaaduun yeroo dheeraa hin dabarsine, mariin maatii fi hiriyoota waliinii milkaa\u2019ee, teekinooloojiin dijitaalaa \u201cPedal Fly\u201d hojii irra oole.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunoo Teekinooloojiin applikeeshinii \u2018Pedal Fly\u2019 bakka Magganaanyaa jedhamuun beekamuu hamma CMC fi Hayaat jedhamuun waamamaniitti maamiltoota biskileetii daandii saayikilii ykn \u2018Bike Lane\u2019 irra balaliisa.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"571\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234709-1024x571.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-16428\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234709-1024x571.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234709-300x167.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234709-768x428.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234709.png 1291w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sababa misooma kooriidariin daandiin biskileetii magaalaa Finfinnneetti waan babal\u2019ateef carraa hojii uumame keessaa kun tokko.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Daandii biskileetii fayyadamuun imala saffisiisuu hojii dhaquu hojiidhaa galuun baratamaa dhufeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mararaa Mulaatuu carraan hojii ofumaan uummate \u2018pedal fly\u2019n faalama qilleensaa ittisuuf gahee olaanaa akka qabu AMN PLUS\u2019tti himeera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Carraan hojii biskileettii mala teekinooloojiitti fayyadamuun kireessuu kun Shamarree Dibooraa Faasiliif buddeena baasuu ibsiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dibooraan kanaan dura Finfinnee keessatti sababaa dhiphina daandiifi haalli hin mijanneef biskileettiidhaan deemuun Carraa guddaa kan ta\u2019eef biskileettii dhaan deemuun baay\u2019ee hin baratamne garuu isa wal barsiisaa jiraachuu kaasti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Amma akkuma magaalota gurguddoo addunyaa biraa keessatti biskileettiin imaluun aadaa ta\u2019aa dhufeera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802-1024x576.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-16429\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802-1024x576.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802-300x169.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802-768x432.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802-800x450.png 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234802.png 1310w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Daandiin kooriidarii yoo hojjatamu bike lane ykn karaan saayikilii hojjatamuun carraa hojii mijeessuu ibsiteetti<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggootni lamaanuu hojii kana irraa galii gaarii argataniin jireenya isaanii akka geggeeffataa jiran dubbatu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u201cDibooraan faayidaan isaa galii madaalawaa argachuu qofaa miti\u201d jetti, namootni biskileettiin imalanii dhimma isaanii ariitiin xumuratanii yoo deebi\u2019an baasii xiqqoo qofaan akka fayyadaman ibsiteetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajilli Taaksii biskileettii kun teekinooloojiin deggeramee waan kennamuuf hojii isaanii salphisuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Teekinooloojiin deggeramuun isaa ammoo yaaddoo akka hin qabaanne taasisa; ni hatama, ni bada jedhanii dhiphachuun akka hin jirre ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Teekinooloojii dijitaalaa fayyadamuun namni kireeffatu waraqaa eenyummaa dijitaalaa Faayidaan applikeeshinii \u2018Pedal Fly\u2019 irratti galmeessisa, kaffaltii isaas onlaayinii kaffaluu danda\u2019a.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Namni tokko yoo kireeffachuuF dhufu Faayidaa qabaachuu qaba. Isaan galmaa\u2019ee saayikilii kana fudhatee deema. Teekinoooloojii kanaan fayyadamuun bilbila isaa irraa applikeeshinii \u2018pedal fly\u2019 buufachuun bakka ga\u2019ee deebi\u2019uu qabu ga\u2019ee yoo deebi\u2019u hamma kaffaltii applikeeshinii sana irratti galmaa\u2019e kaffalee deema. Ykn bakka imaletti namni irraa fuudhu waan jiruuf kennee deema.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajilamtootni yeroo isaanii qusachuu irra darbee fayyaa isaaniifillee bu\u2019a qabeessa ta\u2019uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"573\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234510-1024x573.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-16430\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234510-1024x573.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234510-300x168.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234510-768x430.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234510.png 1308w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Li\u2019ul Yilmaasaw yeroo barnoota dhquufi deebi\u2019u akka fayyadamu dubbate. Hiriyoota isaa wajjinis akka bashannanaatti fayyadamuu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Galgala yeroo mana barumssaa ba\u2019u rakkoon taaksii jira jedhee hiriira irratti yeroo isaa hin gubu. Saayikilii qabatee ittiin gara safara isaatti imala malee.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Seeyifa Haayilee ammoo karaan biskileetii banaaa ta\u2019uun salphumatti dhimma waajjiraa isaa xumuratee dafee deebi\u2019uu isaa ibseera. Akka sochii qaamaatti illee ispoortii bareedaa ta\u2019uu kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"579\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234911-1024x579.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-16431\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234911-1024x579.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234911-300x170.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234911-768x434.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234911.png 1286w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">\u201cTajaajilli kun bakkeewwan misooma koooriidariin daandiin biskileettii kun hojjatame marattuu akka babal\u2019achuu qaba\u201d jechuun carraa hojii uumtotni kunneeniifi tajaajilamtootni dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin qindaa\u2019e<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"029c65907e\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16426\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Amajjii 20\/2018 Mararaa Mulaatuu jedhama. Dargaggoon kun biyya Hindiitti digirii isaa jalqabaa dhiyeenyatti xumuree dhufe. Sababaan biyya alaatti barateef taa\u2019ee hojii eeguuf tasa hin yaadne. Hojii waajjira keessaa miindaa fooyya\u2019aa isaaf argamsiisuuf dorgomuuf illee fedhii hin qabaanne. Sana irra waan Hindiitti arge, muuxannoo addunyaa irraas qorate adda baasuu eegale. Magaalaan Finfinnee haala amma [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":16427,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[7,18,3],"tags":[],"class_list":["post-16426","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-biizinasii","category-misooma","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#039;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#039;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Amajjii 20\/2018 Mararaa Mulaatuu jedhama. Dargaggoon kun biyya Hindiitti digirii isaa jalqabaa dhiyeenyatti xumuree dhufe. Sababaan biyya alaatti barateef taa\u2019ee hojii eeguuf tasa hin yaadne. Hojii waajjira keessaa miindaa fooyya\u2019aa isaaf argamsiisuuf dorgomuuf illee fedhii hin qabaanne. Sana irra waan Hindiitti arge, muuxannoo addunyaa irraas qorate adda baasuu eegale. Magaalaan Finfinnee haala amma [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-01-28T08:42:10+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-01-28T08:42:12+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1311\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"730\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#8217;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse\",\"datePublished\":\"2026-01-28T08:42:10+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-28T08:42:12+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/\"},\"wordCount\":520,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/Screenshot-2026-01-27-234547.png\",\"articleSection\":[\"Biizinasii\",\"Misooma\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/\",\"name\":\"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal'ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/Screenshot-2026-01-27-234547.png\",\"datePublished\":\"2026-01-28T08:42:10+00:00\",\"dateModified\":\"2026-01-28T08:42:12+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/Screenshot-2026-01-27-234547.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/01\\\/Screenshot-2026-01-27-234547.png\",\"width\":1311,\"height\":730},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16426\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#8217;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal'ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal'ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Amajjii 20\/2018 Mararaa Mulaatuu jedhama. Dargaggoon kun biyya Hindiitti digirii isaa jalqabaa dhiyeenyatti xumuree dhufe. Sababaan biyya alaatti barateef taa\u2019ee hojii eeguuf tasa hin yaadne. Hojii waajjira keessaa miindaa fooyya\u2019aa isaaf argamsiisuuf dorgomuuf illee fedhii hin qabaanne. Sana irra waan Hindiitti arge, muuxannoo addunyaa irraas qorate adda baasuu eegale. Magaalaan Finfinnee haala amma [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-01-28T08:42:10+00:00","article_modified_time":"2026-01-28T08:42:12+00:00","og_image":[{"width":1311,"height":730,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#8217;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse","datePublished":"2026-01-28T08:42:10+00:00","dateModified":"2026-01-28T08:42:12+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/"},"wordCount":520,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png","articleSection":["Biizinasii","Misooma","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/","name":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal'ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png","datePublished":"2026-01-28T08:42:10+00:00","dateModified":"2026-01-28T08:42:12+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/01\/Screenshot-2026-01-27-234547.png","width":1311,"height":730},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16426\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Mararaa Mulaatuu:- Finfinneetti daandii biskileetii babal&#8217;ate fayyadamuun, dargaggoo hojii \u2018Pedal Fly\u2019 jedhamu hundeesse"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16426","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=16426"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16426\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":16432,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16426\/revisions\/16432"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/16427"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=16426"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=16426"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=16426"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}