{"id":16754,"date":"2026-02-05T19:01:01","date_gmt":"2026-02-05T19:01:01","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=16754"},"modified":"2026-02-05T19:01:04","modified_gmt":"2026-02-05T19:01:04","slug":"dargaggoo-naayiroobii-ofii-daoo-hin-qabne-garuu-simbiraaf-daoo-tae","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/","title":{"rendered":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#8217;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#8217;oo ta&#8217;e"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Amajjii 27\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Abbaa Simbirroo Naayiroobii \u2018Nairobi Birdman\u2019 jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta\u2019uuf kanaan.<\/p>\n\n\n\n<p>Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27, kun guyya guyyaan magaalaa keessa olii fi gadi deemuun simbirroota miidhaman barbaaduun kunuunsa.<\/p>\n\n\n\n<p>Sababa kanaan \u2018Abbaa Simbirroo Naayiroobii; Kunuunsaa simbirroota Keeniyaa dawoon qabne jedhamuun beekame.<\/p>\n\n\n\n<p>Simbirrootni kunneen akkuma waan kunuunsa inni isaaniif taasisuu fi jaalala inni isaaniif qabu beekanii mataa fi saggoo isaa irra taa\u2019uun midhaan dheedhii sooratu.<\/p>\n\n\n\n<p>Haga isaan gara bosonaatti deebi\u2019anitti, dawoo dhabeessa dawoo ta\u2019eef waliin turu.<\/p>\n\n\n\n<p>Simbirrootni tokko tokko isa dhiisanii deemuuf fedhii akka hin qabne kan ibsame yoo ta\u2019u, innis waan argate hundaa simbirroota kanaaf qoodee yeroo isaa faana dabarsuutti akka gammadu ibseera; nama caalaa waan itti hiriyoomaniif bakka guddaa qabaaf.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"750\" height=\"500\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/14.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-16756\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/14.jpg 750w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/14-300x200.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 750px) 100vw, 750px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hiriyummaan Maagotaa fi Simbirrootaa kun bara faranjootaa darbe 2025 gara jalqabaa eegalame.<\/p>\n\n\n\n<p>Namootni magaalaa Naayiroobiitti isa marsanii yoo mul\u2019atan illee simbirrootni kunneen hin saalfatan, mataa fi gateettii isaa, irree isaa irra qubatanii waliin taphatu; waca isaanii miidhagaan gurra isaatti hasaasu.<\/p>\n\n\n\n<p>Maagotaan waggoota shanan darban keessatti guyyuu gara Paarkii Biyyaalessaa Naakuruu dhaquun simbirroota akka filaamingoo, istoorkis, kaayitii guraachaa fi kanneen biroo daawwachuun akka isa gamaachiisu dubbata.<\/p>\n\n\n\n<p>Guyyaa tokko simbirroon kaayitii miidhamtee dhiyeenyatti mul\u2019attu gargaarsa isaa waan barbaadde itti fakkaate. Waan inni gochuufii danda\u2019u hambaa nyaataa namootni kennaniif qooduufii ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Simbirroon miidhamtee turte bayyanachuu ishee arge. Baay\u2019ee gammades. Maqaa simbirroo kanaa Joonsan jechuun moggaasuun,bakka deeme hundatti wal biraa hin dhabaman. Kanumaan hiriyooman.<\/p>\n\n\n\n<p>Simbirrootni amanamummaa Maagotaa, Joonsan irraa hubatan, simbirroota miidhaman biroo gara isaa fiduu eegalan. Namni simbira waliin isa arge, simbirroota biroo gara isaa fiduu eegale.<\/p>\n\n\n\n<p>Leenjii fi barnoota kunuunsa bineensotaa tokko malee simbirroota kunuunsuu itti fufe. Yoo dhibaman wal\u2019aanee fayyisuun gara bosona keessaa dhufaniitti deebisa. Kan akka Joonsan ammo tasumaa irraa adda bahuun feeneefi ooltee fi bultee isaanii daandiiwwan Naayiroobii irra Maagotaa waliin taasifatanis jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cNamootni simbirroota waliin na argan waanan humna addaa ykn raajii wayii fayyadamee gara kootti waamu itti fakkaata.<\/p>\n\n\n\n<p>Ta\u2019us, gaheen koo gargaaruu, kunuunsuu fi yeroo fayyan ammo gara bosonaatti deebisuudha\u201d jedheera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dargaggeessi dawo-dhabeessi Naayiroobii kun Haga ammaatti gosa simbirrootaa 20 ol dawoo rbayyanachiisee gara dawoo isaaniitti deebisuu kan gabaase Oddity Central gargaaruuf garaa gaarii malee qabeenya qabaachuun qofti gahaa akkan taane hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunuunsi inni naannoo fi simbirrootaaf gochaa jiru kunis miidiyaa hawaasummaa garaa garaa irratti qoodamaa akka jiru ibsameera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"16754\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"1defeea4f8\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16754\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Amajjii 27\/2018 Abbaa Simbirroo Naayiroobii \u2018Nairobi Birdman\u2019 jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta\u2019uuf kanaan. Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27, kun guyya guyyaan magaalaa keessa olii fi gadi deemuun simbirroota miidhaman barbaaduun kunuunsa. Sababa kanaan \u2018Abbaa Simbirroo Naayiroobii; Kunuunsaa simbirroota Keeniyaa dawoon qabne jedhamuun beekame. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":16755,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[26],"tags":[],"class_list":["post-16754","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-dinqisiisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#039;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#039;oo ta&#039;e - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#039;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#039;oo ta&#039;e - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Amajjii 27\/2018 Abbaa Simbirroo Naayiroobii \u2018Nairobi Birdman\u2019 jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta\u2019uuf kanaan. Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27, kun guyya guyyaan magaalaa keessa olii fi gadi deemuun simbirroota miidhaman barbaaduun kunuunsa. Sababa kanaan \u2018Abbaa Simbirroo Naayiroobii; Kunuunsaa simbirroota Keeniyaa dawoon qabne jedhamuun beekame. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-05T19:01:01+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-05T19:01:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"770\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"513\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#8217;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#8217;oo ta&#8217;e\",\"datePublished\":\"2026-02-05T19:01:01+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-05T19:01:04+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/\"},\"wordCount\":398,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/15.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Dinqisiisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/\",\"name\":\"Dargaggoo Naayiroobii ofii da'oo hin qabne, garuu simbiraaf da'oo ta'e - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/15.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-05T19:01:01+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-05T19:01:04+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/15.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/15.jpg\",\"width\":770,\"height\":513},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16754\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#8217;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#8217;oo ta&#8217;e\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da'oo hin qabne, garuu simbiraaf da'oo ta'e - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da'oo hin qabne, garuu simbiraaf da'oo ta'e - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Amajjii 27\/2018 Abbaa Simbirroo Naayiroobii \u2018Nairobi Birdman\u2019 jedhaniin, dargaggeessa daandiiwwan magaalaa Guddoo Keeniyaa Naayirobii dawoo godhatee, simbirrootaaf ammoo dawoo ta\u2019uuf kanaan. Roojers Ooluu Maagotaa jedhama. Dargaggeessi ganna 27, kun guyya guyyaan magaalaa keessa olii fi gadi deemuun simbirroota miidhaman barbaaduun kunuunsa. Sababa kanaan \u2018Abbaa Simbirroo Naayiroobii; Kunuunsaa simbirroota Keeniyaa dawoon qabne jedhamuun beekame. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-05T19:01:01+00:00","article_modified_time":"2026-02-05T19:01:04+00:00","og_image":[{"width":770,"height":513,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#8217;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#8217;oo ta&#8217;e","datePublished":"2026-02-05T19:01:01+00:00","dateModified":"2026-02-05T19:01:04+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/"},"wordCount":398,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg","articleSection":["Oduu Dinqisiisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/","name":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da'oo hin qabne, garuu simbiraaf da'oo ta'e - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg","datePublished":"2026-02-05T19:01:01+00:00","dateModified":"2026-02-05T19:01:04+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/15.jpg","width":770,"height":513},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16754\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dargaggoo Naayiroobii ofii da&#8217;oo hin qabne, garuu simbiraaf da&#8217;oo ta&#8217;e"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16754","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=16754"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16754\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":16757,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16754\/revisions\/16757"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/16755"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=16754"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=16754"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=16754"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}