{"id":16909,"date":"2026-02-10T12:03:43","date_gmt":"2026-02-10T12:03:43","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=16909"},"modified":"2026-02-10T12:03:46","modified_gmt":"2026-02-10T12:03:46","slug":"biyyootni-addunyaa-tajaajila-buufata-poolisii-nam-maleessa-ismaartii-hojiirra-oolchan-isaan-kami","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/","title":{"rendered":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Guraandhala 03\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti arguun raajeffachuun itti fufeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo amma Finfinnee keessatti yakka raawwachuu malu ittisuuf dirqama poolisiin qofti uffata seeraa uffate 24\/7 dhaabbachuun waan irra jiraatu hin fakkaatu.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Galatni Addunyaa har&#8217;a teeknoloojiin badhaateef haa tahu malee buufatni poolisii nam-maleessi Finfinnee keessatti ijaaramuun tajaajila eegaleera.<\/p>\n\n\n\n<p>Ofii oduu aagaa Finfinneen nu dhageessiste kana biyyootni Addunyaa warreen biroo hojiitti hiikaniiru moo kan jalqabaati? Dubbiin toora qabdi\u2026<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"444\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22-1024x444.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-16911\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22-1024x444.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22-300x130.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22-768x333.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22-1320x573.jpg 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/Smart-police-stations-in-Dubai-_-Cover-8-9-22.jpg 1440w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>&nbsp;<br>1.&nbsp; Dubaayi (UAE)<\/p>\n\n\n\n<p>Dubaayi (Gamtaan Eemireetota Arabaa) ALA&#8217;tti bara 2017 baatii Fulbaanaa keessa tajaajila poolisii nam-maleessa yeroo eegelchiistu galmeen raajii Addunyaa \u201cGuinness World Records\u201d akka oduu ajaa\u2019ibsiisaatti hordoftoota isaa biraan gahee ture.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajila poolisii ammayyaa sa\u2019aatii 24\/7 deeggarsa nama tokko malee kennu kun gocha yakkaa gabaasuu, gabaasa balaa tiraafikaa, waraqaa ragaa kennuu fi tajaajila hawaasummaa dijitaalawaa kenna.<\/p>\n\n\n\n<p>Dubaayi ergasii tajaajiloota garaagaraa si\u2019eessuun namootni kuma 100\u2019n lakkaa\u2019aman dhimma kan itti ba\u2019an yommuu ta\u2019u, namootni miliyoonaan lakkaa\u2019aman tajaajila saffisaa fi si\u2019ataa kanaan waan fooyya\u2019e ilaaluuf achumaan dhimma itti ba\u2019uuf bakka gahumsa tajaajila poolisii nama maleessaa kanaatti imaluun daawwataniiru.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Akkaataa baratameen hojii poolisii hojjachuu keessaa bahuun Dubaayi, amantaan uummatni poolisiifi adeemsa nagaa kabachiisuu irratti qabu akka guddatu illee taasisuun hubatameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"932\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-1024x932.jpeg\" alt=\"\" class=\"wp-image-16912\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-1024x932.jpeg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-300x273.jpeg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-768x699.jpeg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-1536x1398.jpeg 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-2048x1864.jpeg 2048w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/kdn06q971k81b76pn-1320x1202.jpeg 1320w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>2.&nbsp; Sarbiyaa<\/p>\n\n\n\n<p>Gamtaa Eemireetota Arabaa, Dubaayitti aansuun ammoo biyyi tajaajila dijitaalaa sirna poolisii ammayyeesse, buufata poolisii ismaartii kana hojiitti seensiste Sarbiyaadha. Sarbiyaan tajaajila poolisii nam-maleessa kana bara 2023&#8217;tti eegalchiiste.<\/p>\n\n\n\n<p>Sarbiyaan Dubaayitti aanuun waggaa 6 booda tajaajila poolisii dijitaalaa kana yeroo hojiitti galchitu akka muuxannoo idil addunyaa isa olaanaatti ilaalamee ture. Keessumaa cehumsa teekinooloojii idil addunyaa gama olaantummaa seeraa mirkaneessuufi fedhii maammiltootni dhaqqabamummaa seeraa si\u2019ataa fi haqa qabeessa ta\u2019eef qaban gama dhugoomsuun hojiitti hiikamuu isaa kan mirkaneesse ta\u2019uutu ibsame.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"900\" height=\"600\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/1509667586512567580-jpg.jpeg\" alt=\"\" class=\"wp-image-16913\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/1509667586512567580-jpg.jpeg 900w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/1509667586512567580-jpg-300x200.jpeg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/1509667586512567580-jpg-768x512.jpeg 768w\" sizes=\"(max-width: 900px) 100vw, 900px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>3.&nbsp; Neezerlaand<\/p>\n\n\n\n<p>Neezerlaand biyya sadarkaa 3ffaatti tajaajila poolisii ismaartii eegalchiiste yoo taatu, kunis bara 2024 hojii irra oole. Neezerlaand, Dubaayi irraa yoo muuxannoo fudhattu, poolisoota dijitaalaa irraa qofa osoo hin taane, ogeeyyiin kanaan leenji\u2019anis gama kanaan ogummaa horatan Neezerlaandiif qoodaniiru.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Kanumaan, tajaajilli poolisii kanneen akka gabaasa dijitaalaa, eeruu kennuu, odeeffannoo fi deeggersa jiraattotaaf akka kennaman taasifameera.<\/p>\n\n\n\n<p>4.&nbsp; Itoophiyaa<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajilli poolisii nam-maleessi harka Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimadiin eebbiifamee hojii eegale, akka Afrikaatti isa jalqabaa yoo ta\u2019u, akka addunyaatti ammoo isa 4ffaa ta\u2019uu ragaaleen ni agarsiisu.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis tarkaanfii murteessaa Itoophiyaan tarsiimoo haaraa Dijitaal Itoophiyaa 2030 milkeessuuf karoorfattee hojjechaa jirtu qaama dhugoomsu tahee galmaa&#8217;era.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) buufata poolisii nam-maleessa (Smart Police Station) Itoophiyaafi Afriikaaf kan jalqabaa ta&#8217;e kana yoo eebbisan, \u201cbuufatni kun lammiileen tajaajila Poolisii saffisaafi teekinooloojiin deeggarame akka argatan dandeessisa\u201d jechuun toora miidiyaa hawaasaa isaaniin ibsaniiru.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"768\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630509046_1517394639743311_716963477087338514_n-1024x768.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-16914\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630509046_1517394639743311_716963477087338514_n-1024x768.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630509046_1517394639743311_716963477087338514_n-300x225.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630509046_1517394639743311_716963477087338514_n-768x576.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630509046_1517394639743311_716963477087338514_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Dooktar Abiyyi, poolisiidhaafis gahumsa yakka ittisuu akka dabaluufi tarkaanfii hatattamaa akka fudhatuuf kan carraa bane ta&#8217;uu eeruun, \u201ctajaajilli qaama tarsiimoo haaraa Dijitaal Itoophiyaa 2030 ti\u201d jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Qaamoleen seera kabachiisan ga&#8217;umsa kan qabaniifi dorgomaa akka ta&#8217;aniif akkasumas, hojii riifoormii poolisiin eegalame kan guddisu ta&#8217;uullee himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Komishinarri jeneraalaa poolisii federaalaa Dammallaash Gabramikaa\u2019el gama isaaniin, tuttuqqiin namaa osoo hin jiraatiin tajaajilaman tajaajila barbaadu karaa salphaa ta\u2019een akka argatu kan taasisu ta\u2019uu kaasuun, kunis biyyoota muraasa keessatti hojiirra ooluu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Tajaajilli poolisii nam-maleessi kun Afriikaarraa isa jalqabaa yoo tahu Addunyaarraa ammoo 4ffaa akka ta\u2019es hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis hojii poolisii sadarkaa olaanaan kan mul\u2019isu ta\u2019uu ibsuun, bu\u2019a qabeessummaa hojichaa kan guddisuu, hawaasa biratti iftoominni akka mul\u2019atuufi tarkaanfii poolisii kan ariifachiisu ta\u2019uu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Madda: Waajjira Ministira Muummee, Poolisii Federaalaa,Galmee raajii Addunyaa (Guinness world records) Arabian business, WAM, TNW fi Zyinowaadha.&nbsp;<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"16909\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16909\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Guraandhala 03\/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.&nbsp; Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti arguun raajeffachuun itti fufeera. Yeroo amma Finfinnee keessatti yakka raawwachuu malu ittisuuf dirqama poolisiin qofti uffata seeraa uffate 24\/7 dhaabbachuun waan irra jiraatu hin fakkaatu.&nbsp; [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":16910,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[43,45,5,17],"tags":[],"class_list":["post-16909","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dijitaal-itoophiyaa-2030","category-dijitaalaa","category-idil-adunyaa","category-teeknoloojii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Guraandhala 03\/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.&nbsp; Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti arguun raajeffachuun itti fufeera. Yeroo amma Finfinnee keessatti yakka raawwachuu malu ittisuuf dirqama poolisiin qofti uffata seeraa uffate 24\/7 dhaabbachuun waan irra jiraatu hin fakkaatu.&nbsp; [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-10T12:03:43+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-10T12:03:46+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"719\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?\",\"datePublished\":\"2026-02-10T12:03:43+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-10T12:03:46+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/\"},\"wordCount\":607,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dijitaal Itoophiyaa 2030\",\"Dijitaalaa\",\"Idil Adunyaa\",\"Teeknoloojii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/\",\"name\":\"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-10T12:03:43+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-10T12:03:46+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":719},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/16909\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Guraandhala 03\/2018 Magaalaan Finfinnee fakkeenya magaalota Afrikaati yoo jennu amma ragaaleen sana mirkaneessan hedduuti jiru.&nbsp; Kan jennu caalaa warreen keessa oolanii bulan guyyaa guyyaan waantoota haaraa magaalatti keessatti arguun raajeffachuun itti fufeera. Yeroo amma Finfinnee keessatti yakka raawwachuu malu ittisuuf dirqama poolisiin qofti uffata seeraa uffate 24\/7 dhaabbachuun waan irra jiraatu hin fakkaatu.&nbsp; [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-10T12:03:43+00:00","article_modified_time":"2026-02-10T12:03:46+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":719,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?","datePublished":"2026-02-10T12:03:43+00:00","dateModified":"2026-02-10T12:03:46+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/"},"wordCount":607,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg","articleSection":["Dijitaal Itoophiyaa 2030","Dijitaalaa","Idil Adunyaa","Teeknoloojii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/","name":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg","datePublished":"2026-02-10T12:03:43+00:00","dateModified":"2026-02-10T12:03:46+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/630001839_1371923421647694_7274990469115819781_n.jpg","width":1080,"height":719},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/16909\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Biyyootni Addunyaa Tajaajila Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Ismaartii) Hojiirra Oolchan Isaan Kami?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16909","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=16909"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16909\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":16915,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/16909\/revisions\/16915"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/16910"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=16909"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=16909"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=16909"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}