{"id":17069,"date":"2026-02-17T10:46:55","date_gmt":"2026-02-17T10:46:55","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17069"},"modified":"2026-02-17T10:47:00","modified_gmt":"2026-02-17T10:47:00","slug":"harka-qaleessi-daandiirra-jiraatu-konkolaataa-gatii-qaalii-oofe-jireenya-maatii-isaa-gaagae-akkamiin-eessatti-maaltu-tahe-poolisiin-dhimmicha-hordofeera","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/","title":{"rendered":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera."},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 10\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Firaansi, Naannoo Vaawulilas keessatti namtichi ofii daandii irra jiraatu osoo konkolaataa gati-jabeessa, doolaara Ameerikaa kuma 200 fi kuma 50 baasu \u201cFerrari\u201d osoo oofuu tibbana to\u2019atame toora miidiyaalee hawaasummaan ijoo dubbii tahee wal-harkaa fuudhamaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Namni konkolaataa gatii qaalii \u201cFerrari Portofino\u201d jedhamuun beekamu kana osoo oofuu poolisiin qabame kun mana keessa jiraatu kan hin qabneefi deeggersa mootummaan taasisuufiin jireenya isaa gaggeeffatu kun konkolaataa diimaa dureeyyiin idil Addunyaa muraasni qabatan, hedduun ammoo bituuf hawwan \u201ceessaa fide, akkamiin kan isaa taasifate\u201d gaaffiin jedhu poolisii isa to\u2019ate akkasumas namoota dhimmicha itti dhiyeenyaan hordofan ajaa\u2019ibsiisuu hin oolle.<\/p>\n\n\n\n<p>Poolisiin ajaa\u2019ibsiifatee hin dhiisne, dhimmicha qorachuu itti fufe. Feraarii diimtuu sa\u2019aatii tokko keessatti Kiiloo Meetira 250 kaattu kun tasumaa namticha daandii irra jiraatu kana waliin waan wal qabatu hin qabu. Qabeenyummaan konkolaataa kanaa maqaa isaan galmaa\u2019ee hin jiru. Hojii hin qabu, qabeenya hin qabu, galii hin qabu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"750\" height=\"513\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637093143_1372698444878928_3721972646213090187_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17071\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637093143_1372698444878928_3721972646213090187_n.jpg 750w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637093143_1372698444878928_3721972646213090187_n-300x205.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 750px) 100vw, 750px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Konkolaataan ispoortii miidhagduu fi saffistuu kun kan haadha isaa ta\u2019uu ibse. Poolisiin Firaansi qorannoo isaa itti fufuun yoo ragaalee haadha isaa sakattaa\u2019u haadha qabeenyaa dhaabbata ijaarsaa (reel-estate) ta\u2019uu ishee ibsa. Feraariin kun maqaa haadha isaa fi obboloota isaa lamaan galmaa\u2019ee jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Namni kun daandii irra haa jiraatu malee maatiin isaa kanaan dura yakka galii isaanii dhoksuun gibira waliin dha\u2019uun shakkamanii barbaadamaa turan.<\/p>\n\n\n\n<p>Innis kanuma dhoksuuf ta\u2019innaa kan daandiitti ba\u2019e jechuun poolisiin shake, qorannoo isaa itti fufe, haalli itti maatiin isaa jiraatan qananiin kan guutame ta\u2019uu mirkaneeffate. Nyaata dhandhama mi\u2019aawwaa arrabatti toluu fi filatamaa bitu, yeroodhaa yeroottis bakkeewwan hawwata tuuristiifi bashannanaa daawwatu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"576\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n-1024x576.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17072\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n-1024x576.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/634794413_1372698504878922_3645116591405421875_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Haa ta\u2019u malee waraqaarra ragaan jiru hojii kan hin qabne ta\u2019uu isaanii, jireenyi isaanii sadarkaan gadi bu\u2019aa ta\u2019uun fayyadamtoota deeggersa maallaqaa mootummaan taasifamuu ta\u2019uu isaanii ragaan poolisiin argate ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojii isaanii riil isteetii irraas ta\u2019e kan biraa irraa tasumaa gibira kaffalanii hin beekan. Kun ammoo biyyattiin galii doolaara miliyoona 2.1 akka dhabdu taasisuu, galii maddi isaa hin beekamne doolaara miliyoona 1.9 qabaachuu dabalatee miseensa maatii isaanii daandii irra jiraatu waliin to\u2019atamanii qoratamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhimmi isaaniis mana murtii qaqqabuun, gocha yakkaa ittiin shakkamanii himatamanis; hojii hin galmeeffamne hojjachuu, maallaqa hangi isaa baay\u2019ee ta\u2019e waliin dha\u2019uu fi qabeenya kaampaaniitti gara malee dhimma ba\u2019uu fi malaammaltummaa tahuu bu\u2019aan qorannoo ibseera .<\/p>\n\n\n\n<p>Haala kanaan, konkolaataan ispoortii gatii qaalii taate kun jireenya namticha daandiirra jiraatuufi maatii maatii isaa gaaga&#8217;uu BBC fi Oddity Central gabaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17069\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17069\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 10\/2018 Firaansi, Naannoo Vaawulilas keessatti namtichi ofii daandii irra jiraatu osoo konkolaataa gati-jabeessa, doolaara Ameerikaa kuma 200 fi kuma 50 baasu \u201cFerrari\u201d osoo oofuu tibbana to\u2019atame toora miidiyaalee hawaasummaan ijoo dubbii tahee wal-harkaa fuudhamaa jira. Namni konkolaataa gatii qaalii \u201cFerrari Portofino\u201d jedhamuun beekamu kana osoo oofuu poolisiin qabame kun mana keessa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17070,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[26],"tags":[],"class_list":["post-17069","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-dinqisiisaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 10\/2018 Firaansi, Naannoo Vaawulilas keessatti namtichi ofii daandii irra jiraatu osoo konkolaataa gati-jabeessa, doolaara Ameerikaa kuma 200 fi kuma 50 baasu \u201cFerrari\u201d osoo oofuu tibbana to\u2019atame toora miidiyaalee hawaasummaan ijoo dubbii tahee wal-harkaa fuudhamaa jira. Namni konkolaataa gatii qaalii \u201cFerrari Portofino\u201d jedhamuun beekamu kana osoo oofuu poolisiin qabame kun mana keessa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-17T10:46:55+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-17T10:47:00+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"750\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"531\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera.\",\"datePublished\":\"2026-02-17T10:46:55+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-17T10:47:00+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/\"},\"wordCount\":416,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Dinqisiisaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/\",\"name\":\"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-17T10:46:55+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-17T10:47:00+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg\",\"width\":750,\"height\":531},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17069\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 10\/2018 Firaansi, Naannoo Vaawulilas keessatti namtichi ofii daandii irra jiraatu osoo konkolaataa gati-jabeessa, doolaara Ameerikaa kuma 200 fi kuma 50 baasu \u201cFerrari\u201d osoo oofuu tibbana to\u2019atame toora miidiyaalee hawaasummaan ijoo dubbii tahee wal-harkaa fuudhamaa jira. Namni konkolaataa gatii qaalii \u201cFerrari Portofino\u201d jedhamuun beekamu kana osoo oofuu poolisiin qabame kun mana keessa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-17T10:46:55+00:00","article_modified_time":"2026-02-17T10:47:00+00:00","og_image":[{"width":750,"height":531,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera.","datePublished":"2026-02-17T10:46:55+00:00","dateModified":"2026-02-17T10:47:00+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/"},"wordCount":416,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg","articleSection":["Oduu Dinqisiisaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/","name":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg","datePublished":"2026-02-17T10:46:55+00:00","dateModified":"2026-02-17T10:47:00+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/637138087_1372698324878940_8950985627923775357_n.jpg","width":750,"height":531},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17069\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Harka Qaleessi Daandiirra Jiraatu Konkolaataa Gatii Qaalii Oofe, Jireenya Maatii Isaa Gaaga\u2019e. Akkamiin? Eessatti Maaltu Tahe? Poolisiin Dhimmicha Hordofeera."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17069","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17069"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17069\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17073,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17069\/revisions\/17073"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17070"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17069"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17069"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17069"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}