{"id":17220,"date":"2026-02-24T12:07:42","date_gmt":"2026-02-24T12:07:42","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17220"},"modified":"2026-02-24T12:07:44","modified_gmt":"2026-02-24T12:07:44","slug":"finfinnee-wiirtuu-gahumsa-turizimii-fayyaa-waadaa-gochaan-eegamu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/","title":{"rendered":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS \u2013 Guraandhala 16\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikuun Bu\u2019a Qabeessa Tahan Keessaa Taayilaandi Dorgomaa Hin Qabdu.<\/p>\n\n\n\n<p>Turkiyyee, Hindiifi Gamtaan Emiraatota Arabaa Hawaasa Fayya Buleessa Hojjetee Jijjiiramu Horachuuf Carraaquun Wal-Qabatee Taayilaanditti Aanuun Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikaa Jiran Keessatti Maqaan Isaanii Eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyootni Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuun Tajaajilaa Jiran Kunniin Kallattii Arfaniin Hawaasa Idil Addunyaa Tajaajila Fayyaa Fooyya\u2019aa Argachuu Barbaadu Ofitti Waamu.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojiin Kun Addunyaa Qaroomte Waliin Waan Deemu Tahuun Gama Maraan Kenna Tajaajila Fayyaa Sadarkaa Isaa Eeggatte, Gatii Madaalawaan Argachuuf Filannoo Jalqabaa Taha Jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Dachee Argama Dhala Namaa Kan Taate Itoophiyaanis Hojii Moodela Tahe Kana Akkuma Biyyoota Biroo Qabatamaan Agarsiisuu Kan Barbaaddu Yoo Tahu, Magaalaan Guddoo Biyyattii Teessoon Gamtaa Afrikaafi Dippiloomatootaa Finfinneen Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuuf Karooraan Hojjechaa Jirti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641228656_1378927807589325_6183803555117599378_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17222\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641228656_1378927807589325_6183803555117599378_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641228656_1378927807589325_6183803555117599378_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641228656_1378927807589325_6183803555117599378_n-768x511.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641228656_1378927807589325_6183803555117599378_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Karoora Magaalattii Wiirtuu Turizimii Fayyaa Taasisuu Qabateen Dhaabbilee Tajaajila Fayyaa Sadarkaa Isaanii Eeggatan Ijaaruu Dabalatee Kanneen Duraan Turan Hojii Fooyyessuun Milkaa\u2019aa Jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana Biratti Galteewwan Tajaajila Fayyaa Guutuu Keessattu Humni Namaa Gahoome Sektara Fayyaaf Baay\u2019ee Murteessaa Tahuun Guutaa, Tajaajila Fayyaa Ammayyaa Addunyaa Har\u2019aa Waliin Deemu Kennaa Jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Raawwiin Hojii Baatiin Jahan Darbanii Magaalaa Finfinnee Akka Agarsiisuutti Buufataaleen Fayyaa haaraa 9 ijaaramuun Tajaajilaaf Banaa Tahaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Buufataaleen Fayyaa Duraan Turan 13 Ammoo Ijaarsi Isaanii Fooyya\u2019uun Akka Babal\u2019atu Taasifamuun Har\u2019a Tajaajila Yaala Fayyaa Sadarkaa Isaa Eeggate Kennaa Jiraachuun Ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ijaarsa Hospitaalootaa Sadarkaa Isaanii Eeggatanii Dabalatee Galteewwan Barbaachiisan Dhiyeessuun Ala Finfinneen Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuu Hin Dandeessuun Amanu.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanas Waadaa Gochaan Agarsiisaa Kan Jiran Kantiibaa Adaanech Hospitaaloota Gurguddoo Dhugumatti Finfinnee Wiirtuu Turizimii Fayyaa Taasisuu Dhugoomsuuf Humna Qaban Kolfee Mandiidaa, Nifaas Silki Laaftoofi Galaanitti Ijaaramaa Jiraniif Hordoffiin Taasisaa Jiran Carraa Guddaa Magaalattiin Guddina Damee Fayyaaf Qabdu Keessaa Warreen Duraati.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinnee Roga Maraan Misoomaa Jirtu Keessatti Karoora Bulchiinsa Magaalattiin Hojjetamaa Jiran Cinaatti Abbootiin Qabeenyaa Dhuunfaas Hirmaannaa Ijaarsa Piroojektootaa Irratti Shoorri Taphachaa Jiran Hojii Finfinnee Wiirtuu Turizimii Fayyaa Taasisuuf Hojjetamaa Jiru As Dhiyeessuuf Murteessuun Aadaan Hojii Magaalattii 24\/7 Dhimmoota Finfinneef Bu\u2019uura Kahan Tahuu Tilmaamamuun Nama Hin Rakkisu.<\/p>\n\n\n\n<p>Iddoosaa Abdiitiin Qindaa&#8217;e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17220\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b8cacd0a32\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17220\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS \u2013 Guraandhala 16\/2018 Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikuun Bu\u2019a Qabeessa Tahan Keessaa Taayilaandi Dorgomaa Hin Qabdu. Turkiyyee, Hindiifi Gamtaan Emiraatota Arabaa Hawaasa Fayya Buleessa Hojjetee Jijjiiramu Horachuuf Carraaquun Wal-Qabatee Taayilaanditti Aanuun Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikaa Jiran Keessatti Maqaan Isaanii Eerameera. Biyyootni Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuun Tajaajilaa Jiran Kunniin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17221,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[3,31],"tags":[],"class_list":["post-17220","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-finfinnee","category-tuurizimii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS \u2013 Guraandhala 16\/2018 Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikuun Bu\u2019a Qabeessa Tahan Keessaa Taayilaandi Dorgomaa Hin Qabdu. Turkiyyee, Hindiifi Gamtaan Emiraatota Arabaa Hawaasa Fayya Buleessa Hojjetee Jijjiiramu Horachuuf Carraaquun Wal-Qabatee Taayilaanditti Aanuun Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikaa Jiran Keessatti Maqaan Isaanii Eerameera. Biyyootni Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuun Tajaajilaa Jiran Kunniin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-24T12:07:42+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-24T12:07:44+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1080\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!\",\"datePublished\":\"2026-02-24T12:07:42+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-24T12:07:44+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/\"},\"wordCount\":340,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Finfinnee\",\"Tuurizimii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/\",\"name\":\"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-24T12:07:42+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-24T12:07:44+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg\",\"width\":1080,\"height\":720},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17220\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS \u2013 Guraandhala 16\/2018 Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikuun Bu\u2019a Qabeessa Tahan Keessaa Taayilaandi Dorgomaa Hin Qabdu. Turkiyyee, Hindiifi Gamtaan Emiraatota Arabaa Hawaasa Fayya Buleessa Hojjetee Jijjiiramu Horachuuf Carraaquun Wal-Qabatee Taayilaanditti Aanuun Biyyoota Addunyaa Wiirtuu Turizimii Fayyaa Hojiitti Hiikaa Jiran Keessatti Maqaan Isaanii Eerameera. Biyyootni Wiirtuu Turizimii Fayyaa Tahuun Tajaajilaa Jiran Kunniin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-24T12:07:42+00:00","article_modified_time":"2026-02-24T12:07:44+00:00","og_image":[{"width":1080,"height":720,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!","datePublished":"2026-02-24T12:07:42+00:00","dateModified":"2026-02-24T12:07:44+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/"},"wordCount":340,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg","articleSection":["Oduu Finfinnee","Tuurizimii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/","name":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu! - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg","datePublished":"2026-02-24T12:07:42+00:00","dateModified":"2026-02-24T12:07:44+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641654169_1378927694256003_2322558933029513980_n.jpg","width":1080,"height":720},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17220\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinnee Wiirtuu Gahumsa Turizimii Fayyaa Waadaa Gochaan Eegamu!"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17220","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17220"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17220\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17223,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17220\/revisions\/17223"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17221"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17220"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17220"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17220"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}