{"id":17243,"date":"2026-02-25T10:46:54","date_gmt":"2026-02-25T10:46:54","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17243"},"modified":"2026-02-25T10:46:56","modified_gmt":"2026-02-25T10:46:56","slug":"nyaata-yeroo-soomaa-afuura-namaa-sassaabu-teemira","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/","title":{"rendered":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu &#8211; Teemira"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Guraandhala 17\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Sooma Ramadaanaa Keessa Teemirri Maaliif Akka Baay\u2019ee Barbaadamu Beektuu?<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri, biyyoota addaa addaa keessatti keessumaa bakkeewwan qilleensa gammoojjii qabanitti biqila. Dheerinni hojjaa isaa giddu galeessaan faana miilaa 60-110 ta\u2019a. Waggoota muraasaa as nyaata irra darbee faayidaa fayyaa hedduu akka qabu qorannoowwan mirkaneessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaanis, namoota hedduu biratti jaallatamaafi filatamaa ta\u2019aa dhufeera. Teemirri biyyoota Lixaatiif dhiyaatu, garri caalu gogaadha. Gogiinsa Teemiraa ijaan arganii beekuun ni danda\u2019ama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eYoo qolli teemiraa shushuntuure \u2018gogaadha\u2019, yoo lallaafe ammoo \u2018jiidhaadha\u2019 jechuun ni danda\u2019ama. Akkaatuma gosa isaaniitti teemirri ho\u2019aan kan hammi isaa xiqqaatu yoo ta\u2019u, halluun isaas akkuma waqtii isaatti diimaa ifaa irraa haga keelloo ifaatti ni argama. Gosti teemiraa baay\u2019inaan namootni fayyadaman Meejuliifi Deeglet Nuur kanneen jedhamanidha.<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri firii mukaa mi\u2019aawaa alanfatamee nyaatamu yoo ta\u2019u qabiyyee madaalawaa ilma namaaf faayidaa hedduu qaban of keessaa qaba. Teemirri waan qaama namaa ijaaru of keessaa akka qabu, qorannoon \u2018Health Line\u2019 ni mul\u2019isa.<\/p>\n\n\n\n<p>Faayidaan Teemiraa Maali?<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri waayita soomaa hawaasa Musliimaa biratti nyaata ulfinaa fi faayidaa fayyaa olaanaa qabudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri Albuudotaa fi vaayitaaminoota hedduu of keessaa qaba.<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri Qabiyyee, soodiyamii, pootaasiyemii, maagniiziyemii ziinkii fi Vitaamiin B6 kan of keessaa qabuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Faayidaan teemira nyaachuun qaamaa namaaf kennu keessaa muraasni, gogiinsa garaa ittisuudha. Teemirri uumamaan amala waa laaffisuu waan qabuuf nyaanni mar\u2019imaan keessa akka sosochoo\u2019uf ga\u2019ee guddaa qaba. Tajaajila kanaaf akka oolus bishaan keessa bulchuun nyaachuun ni danda\u2019ama.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17245\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n-300x300.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n-150x150.jpg 150w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n-768x768.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n-600x600.jpg 600w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641597983_1379288024219970_1650848463826673596_n-560x560.jpg 560w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Yeroo Sooma Ramadaanaa kanatti, namni guyyaa guutuu soomaa oole, battaluma sooma hiikutti gara nyaata jajjabaa biraatti seenuurra akka garaan namaa laafuuf nyaataan wal baruuf kan jalqaba irratti fudhatamu ykn garaan akka laafuuf faayidaa irra kan oolu ta\u2019uu himama.<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri jabina lafeef illee ni fayyada: qabiyyeen teemira keessatti argamu jabina lafeef baay\u2019ee barbaachisaa akka ta\u2019e qorattootni mirkaneeffataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Teemirri seeleeniyeem maangaaneez, koopparaa fi maagniiziyam waan of-keessaa qabuuf guddina fayya qabeessa lafee keenyaaf murteessaadha.<\/p>\n\n\n\n<p>Faayidaan teemiraa inni biraa hir\u2019ina dhiigaa ittisuuf oola. Teemirri Albuuda waan of keessaa qabu hir\u2019ina dhiigaa hir\u2019isuuf ga\u2019ee guddaa qaba.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama biraan, gogaan qaama namaa fayyaalessa akka tahu (alarjii) adda addaa ittisa; teemirri qabiyyee saalfarii waan of keessaa qabuuf dandeettiin dhibee ittisuu isaas olaanaa ta\u2019uu ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Faayidaan teemirri narviif qabus akkasuma olaanaadha. Vaayitaaminootni teemira keessatti argaman narvii fayyaa qabessaa akka qabaannuf ni gargaara.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkasumas, teemirri hanga kooleestiroola fayyaa keenya miidhuu danda\u2019u hir\u2019isuun onneen namaa fayyaa akka ta\u2019u deeggara.<\/p>\n\n\n\n<p>Dubartootni yeroo ulfaafi da\u2019umsaa teemira yoo sooratan illee fayyummaa daa\u2019ima garaa keessaa fi yeroo da\u2019umsaas dubartiin yeroo ciniinsifattu humna kennuufiin akka gargaaru hubatama.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis, fayyaa sammuu namaa ni haaromsa. Qabiyyeen teemira keessatti argamu vaayitaamiin B6 jedhamu namootni sammuu fooyya\u2019aa akka qabaatan kan fayyadudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Madda: <a href=\"https:\/\/l.facebook.com\/l.php?u=http%3A%2F%2FHealth.com%2F%3Ffbclid%3DIwZXh0bgNhZW0CMTAAYnJpZBEyVmNFa2k3R3hzUE5kZmozUXNydGMGYXBwX2lkEDIyMjAzOTE3ODgyMDA4OTIAAR4UZmhB0ifCMoQ40wtoFCkSm8UOL9sJlNvUucjtNtp1xYlhvKyG5f1kf--zhA_aem_VRQmFDP6czHVWc4anJ6u3w&amp;h=AT4v6QneneUX9M7sKtrlBqPh9gLJDvwOLAA7v86yX53D2MVfM1TKewZgejU_Z7O6gH3M3bJZv7VGUgGPBbZSalZnUHYIh1qUPZtEsYNC9IYIslEEkD-9LGaa6wSH6aM97wYc8BsePI14D0v_&amp;__tn__=-UK-R&amp;c[0]=AT4CQmlytH5ZlFmm5t6pfax_VdRPhBjH5ThkYtCMmmlT4L0f8d--hM0vM9AfpOR4WpCg_Bx_x8T_I6y7Q5Rw8fLJnkrS_96M8VQOXcrGO9ozqSFytPMLQqt06bWfXwN7dhKwt0tPIoxDoaTSxvf-5Lp0G--o8shVPoqAh6dKYHiEAfXjD0u_UAgHaUItHjBXDBHR9WQglHaYOm2vQT0vw0fpyA\" rel=\"noreferrer noopener\" target=\"_blank\">Health.com<\/a> fi <a href=\"https:\/\/l.facebook.com\/l.php?u=http%3A%2F%2FHealthline.com%2F%3Ffbclid%3DIwZXh0bgNhZW0CMTAAYnJpZBEyVmNFa2k3R3hzUE5kZmozUXNydGMGYXBwX2lkEDIyMjAzOTE3ODgyMDA4OTIAAR7zX_eWDkKcQsX2LcHSs4rhWI_Fe6Ye5Rt7DgaRgKd4Zt0ZGz37YnZYUNCP0g_aem_0BdF6y58vItu6aLgqnCruw&amp;h=AT51ckGDGz7KdlYtQkvzSQXhPFYHUut5tL0W-6yx4KSevpXHMiEshN5fIIVXdk_lQq3oPPM53xFFo14Bomeqc5yCtE1W1bDoYqM6J1p-XgMhdulzzb2re-RX-VKQvXh1AieHNQgs45M_j4lc&amp;__tn__=-UK-R&amp;c[0]=AT4CQmlytH5ZlFmm5t6pfax_VdRPhBjH5ThkYtCMmmlT4L0f8d--hM0vM9AfpOR4WpCg_Bx_x8T_I6y7Q5Rw8fLJnkrS_96M8VQOXcrGO9ozqSFytPMLQqt06bWfXwN7dhKwt0tPIoxDoaTSxvf-5Lp0G--o8shVPoqAh6dKYHiEAfXjD0u_UAgHaUItHjBXDBHR9WQglHaYOm2vQT0vw0fpyA\" rel=\"noreferrer noopener\" target=\"_blank\">Healthline.com<\/a><\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin qindaa\u2019e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17243\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b69e9ae061\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17243\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Guraandhala 17\/2018 Sooma Ramadaanaa Keessa Teemirri Maaliif Akka Baay\u2019ee Barbaadamu Beektuu? Teemirri, biyyoota addaa addaa keessatti keessumaa bakkeewwan qilleensa gammoojjii qabanitti biqila. Dheerinni hojjaa isaa giddu galeessaan faana miilaa 60-110 ta\u2019a. Waggoota muraasaa as nyaata irra darbee faayidaa fayyaa hedduu akka qabu qorannoowwan mirkaneessaniiru. Kanaanis, namoota hedduu biratti jaallatamaafi filatamaa ta\u2019aa dhufeera. Teemirri [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17244,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[22],"tags":[],"class_list":["post-17243","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-fayyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Guraandhala 17\/2018 Sooma Ramadaanaa Keessa Teemirri Maaliif Akka Baay\u2019ee Barbaadamu Beektuu? Teemirri, biyyoota addaa addaa keessatti keessumaa bakkeewwan qilleensa gammoojjii qabanitti biqila. Dheerinni hojjaa isaa giddu galeessaan faana miilaa 60-110 ta\u2019a. Waggoota muraasaa as nyaata irra darbee faayidaa fayyaa hedduu akka qabu qorannoowwan mirkaneessaniiru. Kanaanis, namoota hedduu biratti jaallatamaafi filatamaa ta\u2019aa dhufeera. Teemirri [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-25T10:46:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-25T10:46:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"340\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu &#8211; Teemira\",\"datePublished\":\"2026-02-25T10:46:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-25T10:46:56+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/\"},\"wordCount\":458,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Fayyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/\",\"name\":\"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-25T10:46:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-25T10:46:56+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg\",\"width\":720,\"height\":340},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17243\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu &#8211; Teemira\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Guraandhala 17\/2018 Sooma Ramadaanaa Keessa Teemirri Maaliif Akka Baay\u2019ee Barbaadamu Beektuu? Teemirri, biyyoota addaa addaa keessatti keessumaa bakkeewwan qilleensa gammoojjii qabanitti biqila. Dheerinni hojjaa isaa giddu galeessaan faana miilaa 60-110 ta\u2019a. Waggoota muraasaa as nyaata irra darbee faayidaa fayyaa hedduu akka qabu qorannoowwan mirkaneessaniiru. Kanaanis, namoota hedduu biratti jaallatamaafi filatamaa ta\u2019aa dhufeera. Teemirri [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-25T10:46:54+00:00","article_modified_time":"2026-02-25T10:46:56+00:00","og_image":[{"width":720,"height":340,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu &#8211; Teemira","datePublished":"2026-02-25T10:46:54+00:00","dateModified":"2026-02-25T10:46:56+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/"},"wordCount":458,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg","articleSection":["Fayyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/","name":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu - Teemira - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg","datePublished":"2026-02-25T10:46:54+00:00","dateModified":"2026-02-25T10:46:56+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/641363537_1379288047553301_596241934885492199_n.jpg","width":720,"height":340},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17243\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Nyaata Yeroo Soomaa Afuura Namaa Sassaabu &#8211; Teemira"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17243","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17243"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17243\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17246,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17243\/revisions\/17246"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17244"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17243"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17243"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17243"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}