{"id":17297,"date":"2026-02-27T08:16:40","date_gmt":"2026-02-27T08:16:40","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17297"},"modified":"2026-02-27T08:16:42","modified_gmt":"2026-02-27T08:16:42","slug":"sagaleen-tokkollee-buaa-filannoo-akka-jijjiiru-beekuun-waan-nurraa-eegamu-raawwachuu-qabna-dargaggoota-finfinnee-2","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/","title":{"rendered":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna &#8211; Dargaggoota Finfinnee"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 19\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Dargaggootni magaalaa Finfinnee filannoon sirnaafi biyya ijaaruuf murteessaa waan ta\u2019eef paartii kamtu gaaffii dargagoo deebisa kan jedhu deebisuuf wal morkii paartilee siyaasaa jidduutti adeemsifamu beekuu akkasumas Maanifeestoo siyaasaa isaanii beekuun murteessaa ta\u2019uu AMN PLUS\u2019tti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Jiraataan magaalaa Finfinnee Ittafaa Yaadasaa dargaggootni paartii hawaas-diinagdee fi misoomaan fayyadamaa isaan taasisu filachuuf paartilee kanneen dursanii beekuufi madaaluun barbaachisaa tahuu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dargaggoon bakka isaaf maluufi guddina diingadee keessatti hirmaataa akkasumas fayyadamaa akka ta\u2019uuf haala mijeessuu paartii sanaa kan beeku ammoo maanifeestoo paartichaa irraa hubachuun ta\u2019uu kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Shamarree Hayimaanot Zinaabuu dargaggootni gaaffii yeroo waliin jijjiiramaa deemu qaban deebisuuf paartii gahumsa qabuu fi biyya itti fufsiisuu danda\u2019u filachuuf manifeestoo paartilee beekuu kan qaban ta\u2019uu ibsiteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama biraan, paartii wal qixxummaa amantaafi sabaatti amanu filachuun dargaggoota irraa kan eegamu ta\u2019uu eeruun, faayidaa dargaggootaa mirkaneessuuf paartii socho\u2019u filachuun gahee dargaggootaa tahuu kan hime ammoo dargaggoo Olumaa Amanteedha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"567\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/643785768_1380965650718874_2325021033411726451_n-1-1024x567.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17299\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/643785768_1380965650718874_2325021033411726451_n-1-1024x567.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/643785768_1380965650718874_2325021033411726451_n-1-300x166.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/643785768_1380965650718874_2325021033411726451_n-1-768x425.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/643785768_1380965650718874_2325021033411726451_n-1.jpg 1305w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Kanuma irraa kahuunis miidiyaa garaa garaatti dhimma bahuun sagantaa paartilee kanneenii beekuun, kan keessaa guddinaa fi egeree dargaggoo biyyattiif akkasumas jijjiirama dargaggootaaf hojjatu filachuuf, kaardii filannoo isaan dandeessisu galmaa\u2019anii fudhachuuf gamanumaa qophii taasisaa jiraachuu dargaggootni kunneen kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sagaleen tokko illee gatii olaanaa waan qabuuf guyyaa kaardii filannoof galmaa\u2019uun fudhachuu irraa eegalee hanga gaafa filannootti qophii taasisuun barbaachisaa ta\u2019uu dargaggootni kunneen ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Dargaggoon sagaleen koo biyya koof, hiree koof gatii olaanaa qaba jechuun hirmaannaa isaa mirkaneessuuf gamanumaa qophii taasisuufi karaa ittiin dimookiraasii shaakalu kanatti dhimma bahuu akka qabu yaadachiisuun, filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Caamsaa 24 bara 2018 akka haqa qabeessa, bilisaafi dimookiraatwaa akkasumas hirmaachisaa ta\u2019u gamanumaa gahee isaanii bahachuu kan eegalan ta\u2019uu dargaggootni magaalaa Finfinnee yaada isaanii AMN PLUS\u2019f kennan ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad filannoon marsaa 7ffaa barana adeemsifamu kan kana duraa irra gama maraanuu fooyya\u2019aa akka ta\u2019u xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta\u2019uu Baatii Amajjii bara 2018\u2019tti Miseensota Mana Maree bakka bu\u2019oota uummataaf ibsuun isaanii yaadatama.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatu qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17297\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3d058f0ad3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17297\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 19\/2018 Dargaggootni magaalaa Finfinnee filannoon sirnaafi biyya ijaaruuf murteessaa waan ta\u2019eef paartii kamtu gaaffii dargagoo deebisa kan jedhu deebisuuf wal morkii paartilee siyaasaa jidduutti adeemsifamu beekuu akkasumas Maanifeestoo siyaasaa isaanii beekuun murteessaa ta\u2019uu AMN PLUS\u2019tti himaniiru. Jiraataan magaalaa Finfinnee Ittafaa Yaadasaa dargaggootni paartii hawaas-diinagdee fi misoomaan fayyadamaa isaan taasisu filachuuf paartilee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17298,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-17297","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 19\/2018 Dargaggootni magaalaa Finfinnee filannoon sirnaafi biyya ijaaruuf murteessaa waan ta\u2019eef paartii kamtu gaaffii dargagoo deebisa kan jedhu deebisuuf wal morkii paartilee siyaasaa jidduutti adeemsifamu beekuu akkasumas Maanifeestoo siyaasaa isaanii beekuun murteessaa ta\u2019uu AMN PLUS\u2019tti himaniiru. Jiraataan magaalaa Finfinnee Ittafaa Yaadasaa dargaggootni paartii hawaas-diinagdee fi misoomaan fayyadamaa isaan taasisu filachuuf paartilee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-27T08:16:40+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-27T08:16:42+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1281\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"719\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna &#8211; Dargaggoota Finfinnee\",\"datePublished\":\"2026-02-27T08:16:40+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-27T08:16:42+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/\"},\"wordCount\":336,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/\",\"name\":\"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-27T08:16:40+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-27T08:16:42+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg\",\"width\":1281,\"height\":719},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17297\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna &#8211; Dargaggoota Finfinnee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 19\/2018 Dargaggootni magaalaa Finfinnee filannoon sirnaafi biyya ijaaruuf murteessaa waan ta\u2019eef paartii kamtu gaaffii dargagoo deebisa kan jedhu deebisuuf wal morkii paartilee siyaasaa jidduutti adeemsifamu beekuu akkasumas Maanifeestoo siyaasaa isaanii beekuun murteessaa ta\u2019uu AMN PLUS\u2019tti himaniiru. Jiraataan magaalaa Finfinnee Ittafaa Yaadasaa dargaggootni paartii hawaas-diinagdee fi misoomaan fayyadamaa isaan taasisu filachuuf paartilee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-27T08:16:40+00:00","article_modified_time":"2026-02-27T08:16:42+00:00","og_image":[{"width":1281,"height":719,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna &#8211; Dargaggoota Finfinnee","datePublished":"2026-02-27T08:16:40+00:00","dateModified":"2026-02-27T08:16:42+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/"},"wordCount":336,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/","name":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna - Dargaggoota Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg","datePublished":"2026-02-27T08:16:40+00:00","dateModified":"2026-02-27T08:16:42+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642180534_1380965544052218_4601480258615841108_n.jpg","width":1281,"height":719},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17297\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Sagaleen Tokkollee Bu\u2019aa Filannoo Akka Jijjiiru Beekuun Waan Nurraa Eegamu Raawwachuu Qabna &#8211; Dargaggoota Finfinnee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17297","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17297"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17297\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17300,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17297\/revisions\/17300"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17298"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17297"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17297"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17297"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}