{"id":17311,"date":"2026-02-27T13:40:49","date_gmt":"2026-02-27T13:40:49","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17311"},"modified":"2026-02-27T13:40:52","modified_gmt":"2026-02-27T13:40:52","slug":"bulchiinsi-nageenya-odeeffannoo-biyyaalessaa-haleellaawwan-miidiyaa-hawaasummaa-whats-app-irratti-taasifamu-ilaalchisee-ibsa-of-eeggaannoo-kenne","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/","title":{"rendered":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Guraandhala 20\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni mirkaneessuu beeksiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Namootni haleellaa saayibarii raawwatan haalota waqtaawoo filachuun fayyadamtoota pilaatifoormii Whats APP keessumaa anga\u2019oota hojii mootummaa, barattoota biyya alaatti baratan, namoota fageenya irra taa\u2019anii barnoota dijitaalaa barataniifi namoota hawaasa keessatti dhiibbaa uuman irratti fuuleffachuu bulchiinsichi hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Fayyadamtootni Whats App kunneenii fi warreen biroo haleellaa saayibarii waliin dhooftotaan raawwatamu irraa akka of eeggatus akeekkachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Maloota waliin dhooftotni kunneen fayyadaman keessaa adeemsa filannoo fi taateewwan siyaasaa shiraan fayyadamuu yoo ta\u2019u, deggertoota filannoo fakkaachuun, deggersa keessaan mallattoo (logo) kanaan ibsaa jechuun ergaa namaaf erguu kan malan ta\u2019uu ifoomseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkasumas waan odeeffannoo filannoon wal qabatan fakkeessuun geessituu (Link) namaaf erguun namni sun yoo cuqaasee seenu odeeffannoo dhuunfaa nama sanaa faayidaa hin malleef kan oolchuu malan ta\u2019uu yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Namootni haleellaa saayibarii gama pilaatifoormii Whats App\u2019n raawwatan kunneen barattootaafi hordoftoota barnoota sadarkaa olaanaa irratti fuuleffachuun haaromsa viizaa, hir\u2019isa gatii barnootaa ykn odeeffannoo qormaataa mala jedhuun liinkiiwwan (geessituuwwan) ergan yoo kan banan ta\u2019e battalumatti odeeffannoon Whats App namoota haleellaa kanaaf saaxilamanii kan manca\u2019u ta\u2019uu akeekkachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Koodii ykn lakkoofsa dhoksaa dijitii 6 qabu isiniif bilbila irratti ergame akka deebistanii ergitan taasisuun akkaawuntii Whats App keessan waan ugguruu danda\u2019aniif eeggannoo gochuun murteessaa ta\u2019uu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa yaadachiisera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaafuu, tarkaanfiiwwan akka mirkaneessituu abbaa sadarkaa lamaa (WhatsApp Settings &gt; Account &gt; Two-step verification &gt; Turn On)tiin seenuun odeeffannoo Ii-meelii (E-mail) galchuun of irraa ittisuu kan dandeessan ta\u2019uu hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis, lakkoofsa mirkaneessituu (Verification Code) dijitii 6 nama kamiif iyyuu qooduu dhiisuun, liinkota shakkisiisoo cuqaasuu dhiisuun, gaaffii maallaqaa bilbila harkaa keessaniin mirkaneessuunii fi odeeffannoowwan murteessoo kam iyyuu \u201cWhats App\u201d dhaan waliif qooduu dhiisuufi maloota quunnamtii nageenyummaan isaanii mirkanaa\u2019etti fayyadamuun haleellaa saayibarii irraa akka of eeggattan yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana irra darbees yoo akkaawuntiin keessan isin jalaa uggurame ammoo battaluma sanatti, Whats App balleessitanii irra deebiin fe\u2019uun galmaa\u2019uuf yaaluun akka namni isin uggure bahu (log out) ta\u2019u waan taasifamuuf odeeffannoo ergaa barreeffamaan isiniif ergame galchuu kan dandeessan ta\u2019uu ibseera .<\/p>\n\n\n\n<p>Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ergaa akeekkachiisaa dabarseen, battaluma sanatti firoota, hiriyoota akkasumas namoota waliin ergaa pilaatifoormii kanaan qooddatanitti bilbiluun akka isin jalaa uggurame beeksisuun ergaa kam iyyuu akka hin deebisne yaadachiisuu kan qabdan ta\u2019uu hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Anga\u2019aa olaanaa hojii mootummaa yoo taatan ykn haleellaan dhaqqabe kan dhaabbaticha miidhu yoo ta\u2019e Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaatti wayituma sana beeksisuun barbaachisaa ta\u2019uu yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Bulchiinsichi nageenya odeeffannoo saayibarii biyyattii eegsisuuf hojii eegale cimsee kan itti fufu ta\u2019uu eeruun, hawaasnis of eeggannoo barbaachisaa ta\u2019e taasisuun saamtota saayibariif ulaa isaa akka hin banne akeekkachiiseera.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17311\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17311\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Guraandhala 20\/2018 Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni mirkaneessuu beeksiseera. Namootni haleellaa saayibarii raawwatan haalota waqtaawoo filachuun fayyadamtoota pilaatifoormii Whats APP keessumaa anga\u2019oota hojii mootummaa, barattoota biyya alaatti baratan, namoota fageenya irra taa\u2019anii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17312,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[45,17],"tags":[],"class_list":["post-17311","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dijitaalaa","category-teeknoloojii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Guraandhala 20\/2018 Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni mirkaneessuu beeksiseera. Namootni haleellaa saayibarii raawwatan haalota waqtaawoo filachuun fayyadamtoota pilaatifoormii Whats APP keessumaa anga\u2019oota hojii mootummaa, barattoota biyya alaatti baratan, namoota fageenya irra taa\u2019anii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-27T13:40:49+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-27T13:40:52+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"715\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"715\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne\",\"datePublished\":\"2026-02-27T13:40:49+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-27T13:40:52+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/\"},\"wordCount\":459,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dijitaalaa\",\"Teeknoloojii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/\",\"name\":\"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-27T13:40:49+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-27T13:40:52+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg\",\"width\":715,\"height\":715},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17311\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Guraandhala 20\/2018 Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamaa jiru ilaalchisee ibsa kenneen adeemsa Filannoo Marsaa 7ffaa sababeeffachuun, pilaatifoormicharratti haleellaan saayibarii raawwatamaa jiraachuu xiinxalootni mirkaneessuu beeksiseera. Namootni haleellaa saayibarii raawwatan haalota waqtaawoo filachuun fayyadamtoota pilaatifoormii Whats APP keessumaa anga\u2019oota hojii mootummaa, barattoota biyya alaatti baratan, namoota fageenya irra taa\u2019anii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-27T13:40:49+00:00","article_modified_time":"2026-02-27T13:40:52+00:00","og_image":[{"width":715,"height":715,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne","datePublished":"2026-02-27T13:40:49+00:00","dateModified":"2026-02-27T13:40:52+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/"},"wordCount":459,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg","articleSection":["Dijitaalaa","Teeknoloojii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/","name":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg","datePublished":"2026-02-27T13:40:49+00:00","dateModified":"2026-02-27T13:40:52+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/640317240_1387973086709394_7422943879429332245_n.jpg","width":715,"height":715},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17311\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa haleellaawwan miidiyaa hawaasummaa \u201cWhats App\u201d irratti taasifamu ilaalchisee ibsa of-eeggaannoo kenne"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17311","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17311"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17311\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17313,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17311\/revisions\/17313"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17312"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17311"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17311"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17311"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}