{"id":17317,"date":"2026-02-28T08:04:52","date_gmt":"2026-02-28T08:04:52","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17317"},"modified":"2026-02-28T08:04:54","modified_gmt":"2026-02-28T08:04:54","slug":"hariiroon-itoophiyaa-fi-azarbaajaan-gara-tumsaa-tarsiimoo-guutuutti-ceeera","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/","title":{"rendered":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS-Guraandhala 21\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Waggoota muraasaa asitti hariiroon Itoophiyaafi Azarbaajaan daran cimaa kan dhufe walta\u2019iinsa damee dinagdee keessatti gumaacha guddaa buusaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyyoonni lameen hariiroo diiploomaasii ifaa kan eegalan bara 1992 (ALA)tti yoo ta\u2019u, Azarbaajaan Gamtaa Sooviyeet irraa walaba kan taate bara 1991 booda Itoophiyaan osoo hin turin beekamtii kenniteefii ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Hariiroon biyyoota lamaanii kabajaa abbaa biyyummaa, guutummaa daangaa fi waltajjiiwwan addunyaa irratti Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keessatti sochii biyyootni biroo hin hirmaanne (Non-Aligned Movement) keessatti hirmaachaa turuu isaaniitiin seenaa walitti siqu qabu.<\/p>\n\n\n\n<p>Utubaan guddaan hariiroo biyyoota lamaanii damee humna ibsaa fi bu\u2019uuraalee misoomaa irratti kan xiyyeeffate yoo ta\u2019u, Azarbaajaan naannoo Kaaspiyaan keessatti oomishtuu humna ibsaa guddaa ta\u2019uun muuxannoo boba\u2019aa, gaazii fi teekinooloojii humna haaromfamaa qooduun tumsa cimaa ijaaraa jirti<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan ammoo karoora misooma magariisaa jalatti humna bishaanii, qilleensaa fi humna anniisaa aduu babal\u2019isuun hojii bal\u2019aa gaggeessaa kan jirtu wal jijjiirraa beekumsaa, invastimantii fi tumsi teekinikaa dameewwan misooma humna haaromfamaa, cimina dandeettii damee boba\u2019aa, wal qunnamtii geejjibaa fi loojistikii akkasumas haaromsa qonnaa irratti muuxannoon Azarbaajaan Itoophiyaaf barnoota guddaadha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642827016_1382528467229259_1610000514960149051_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17319\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642827016_1382528467229259_1610000514960149051_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642827016_1382528467229259_1610000514960149051_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642827016_1382528467229259_1610000514960149051_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/642827016_1382528467229259_1610000514960149051_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Hariiroon siyaasaa fi dinagdee qofa osoo hin taane, akkuma Itoophiyaan seenaa dheeraa qabdu Azarbaajaanis biyya aadaa warra Bahaa fi Dhihaa walitti fiduun jabina wal fakkaataa uumuun riqaa mallattoo hawaasaa ta\u2019uun tumsi aadaa fi barnootaas suuta suutaan babal\u2019achaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p>Gara fuuldurattis, hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan dameewwan kanneen akka jijjiirama dijitaalaa fi tumsa ICT, marii nageenyaa fi ittisa biyyaa, tarkaanfiiwwan jijjiirama qilleensaa fi guddina magariisaa akkasumas waltajjiiwwan invastimantii gabaa Afrikaa keessatti hariiroo isaanii gara tumsa tarsiimoo guutuutti ol guddisuuf iddoo gaarii irratti argamu.<\/p>\n\n\n\n<p>Keessumaayyuu tumsa damee dinagdee keessatti saffisaan guddachaa jiruun damee aviyeeshinii, misooma paarkiiwwan industirii, naannolee daldala bilisaa, akkasumas \u2018Ethiopian Investment Holdings\u2019 (EIH) dhaabbata mootummaa olaanoo mootummaa Federaalaa Dimokiraatawaa Rippabiliika Itoophiyaa jalatti kan hundaa\u2019e dhaabbilee mootummaa gurguddoo walitti qabuun qabeenya uummataa to\u2019achuu, bu\u2019a qabeessa gochuu fi guddina isaa mirkaneessuu irratti hojjechaa kan jiru dhaabbata mootummaa Azarbaajaan wajjiin walfakkaachuun isaa hariiroo biyyoota lamaaniif bu\u2019uura cimaa uumeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Hariiroo kanas daran cimsuuf Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Giftii Duree Zinnaash Taayyachoo fi Hoggantoota Mootummaa olaanoo waliin Azarbaajaanitti imaluun daawwannaa taasisaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Ministira Muummee Abiyyi Ahimadifi jila isaaniitiif simannaa ho\u2019aan kan taaisfame yoo ta\u2019u, isaanis sirna abaaboo kaa\u2019uu yaadannoo gootota Azrbaajaan \u201cAlley of Honor\u201d fi \u201cVictory Monument\u201d jedhamu magaalaa Baakuu keessatti argamu irratti hirmaataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Sirni yaadannoo tokkummaa uummata Azarbaajaan Magaalaa Baakuu keessatti taasisan kunis seenaa yaadannoo injifannoo Adawaa wajjiin kan walfakkaatu walitti dhufeenya biyyoota lamaanii daran kan cimsu ta\u2019uu isaa agarsiisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalatanis, imalli isaanii kun hariiroon biyyoota lamaanii sadarkaa olaanaatti akka ol guddatu kan taasise yoo ta\u2019u, dame adda addaa irratti tumsaan hojjechuuf walii galuu isaanii mallatteessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Shuumii Badhaasootu Qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17317\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17317\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS-Guraandhala 21\/2018 Waggoota muraasaa asitti hariiroon Itoophiyaafi Azarbaajaan daran cimaa kan dhufe walta\u2019iinsa damee dinagdee keessatti gumaacha guddaa buusaa jira. Biyyoonni lameen hariiroo diiploomaasii ifaa kan eegalan bara 1992 (ALA)tti yoo ta\u2019u, Azarbaajaan Gamtaa Sooviyeet irraa walaba kan taate bara 1991 booda Itoophiyaan osoo hin turin beekamtii kenniteefii ture. Hariiroon biyyoota lamaanii kabajaa abbaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17318,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[24],"tags":[],"class_list":["post-17317","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-dipploomasii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS-Guraandhala 21\/2018 Waggoota muraasaa asitti hariiroon Itoophiyaafi Azarbaajaan daran cimaa kan dhufe walta\u2019iinsa damee dinagdee keessatti gumaacha guddaa buusaa jira. Biyyoonni lameen hariiroo diiploomaasii ifaa kan eegalan bara 1992 (ALA)tti yoo ta\u2019u, Azarbaajaan Gamtaa Sooviyeet irraa walaba kan taate bara 1991 booda Itoophiyaan osoo hin turin beekamtii kenniteefii ture. Hariiroon biyyoota lamaanii kabajaa abbaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-28T08:04:52+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-28T08:04:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1024\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera\",\"datePublished\":\"2026-02-28T08:04:52+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-28T08:04:54+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/\"},\"wordCount\":449,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Dipploomasii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/\",\"name\":\"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-28T08:04:52+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-28T08:04:54+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":1024},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17317\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS-Guraandhala 21\/2018 Waggoota muraasaa asitti hariiroon Itoophiyaafi Azarbaajaan daran cimaa kan dhufe walta\u2019iinsa damee dinagdee keessatti gumaacha guddaa buusaa jira. Biyyoonni lameen hariiroo diiploomaasii ifaa kan eegalan bara 1992 (ALA)tti yoo ta\u2019u, Azarbaajaan Gamtaa Sooviyeet irraa walaba kan taate bara 1991 booda Itoophiyaan osoo hin turin beekamtii kenniteefii ture. Hariiroon biyyoota lamaanii kabajaa abbaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-28T08:04:52+00:00","article_modified_time":"2026-02-28T08:04:54+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":1024,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera","datePublished":"2026-02-28T08:04:52+00:00","dateModified":"2026-02-28T08:04:54+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/"},"wordCount":449,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg","articleSection":["Dipploomasii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/","name":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg","datePublished":"2026-02-28T08:04:52+00:00","dateModified":"2026-02-28T08:04:54+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644203327_1382528357229270_9178797769395313795_n.jpg","width":1280,"height":1024},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17317\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hariiroon Itoophiyaa fi Azarbaajaan Gara Tumsaa Tarsiimoo Guutuutti Ce\u2019eera"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17317","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17317"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17317\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17320,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17317\/revisions\/17320"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17318"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17317"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17317"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17317"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}