{"id":17346,"date":"2026-02-28T12:08:12","date_gmt":"2026-02-28T12:08:12","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17346"},"modified":"2026-02-28T12:08:15","modified_gmt":"2026-02-28T12:08:15","slug":"nu-miti-fardeen-keenya-ni-beeku-bareechanii-haacaaluu-hundeessaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/","title":{"rendered":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 21\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Seenaa Injifannoo Adawaa Umrii Waggoota 130 Lakkoofsise Keessatti Sabootni, Sablammootniifi Uummattootni Itoophiyaa Kallattii Arfaniin Duuluun Diina Biyya Seenuuf Dhufe Akka Qaama Tokkotti Socho\u2019uun Ofiirraa Qolachuu Seenaa Gootota Kaleessaan Gudunfameetu Dhaloota Har\u2019aaf Dhugaa Baha.<\/p>\n\n\n\n<p>Seenaa Injifannoo Adawaa Keessatti Jeneraalotni 12 Waraanicha Dursan, Lammiileen Itoophiyaa Koorniyaa Lameen Dhiiraafi Dhalaan Duubarra Hiriiran Qaama Injifannoo Boonsaa Waggaa 130 Dura Galmaa\u2019eeti.<\/p>\n\n\n\n<p>Lola Birmadummaa Itoophiyaanota Akka Ardiifi Addunyaatti Lallabe, Faajjii Birmadummaa Itoophiyaanotni Akka Fannisan Taasise Kana Keessatti Fardeen Oromoo Yeroo Sanaa Addatti Bakka Qabaachuu Ragaaleen Garaagaraa Mirkaneessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanumaaf Natti Fakkaata Seenaa Injifannoo Adawaa Sagaleen Dhaloota Ammaaf Gudunfee Kan Lubbuun Darbe, Indaastirii Muuziqaa Keessatti Kan Maqaas Mataas Qabu Artiistiin Gameessi Gootni Sagalee Kiloolee Sun Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa Sirba Isaa Waa\u2019ee Adawaa Keessatti Gaafa Lola Adawaa, Gaafa Maqalee Sana, Nu Mitii Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii Kan Jedheef Jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"900\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/645550077_1382738563874916_8986107716807625676_n-1024x900.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17348\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/645550077_1382738563874916_8986107716807625676_n-1024x900.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/645550077_1382738563874916_8986107716807625676_n-300x264.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/645550077_1382738563874916_8986107716807625676_n-768x675.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/645550077_1382738563874916_8986107716807625676_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Seenaa Injifannoo Adawaa 123ffaa Waggoota 7 Dura Kabajameerratti Yeroo Lubbuun Jiru Gootota Adawaa Warreen Diina Itoophiyaaf Hidhate Dhufe Dhaabiitti Salphisan Aartii Keessatti Yoo Yaadatu Biyyaafi Biyyoo Abbaafi Haadha Ofiif Aarsaa Kaffalamu Haacaaluun Sagaleen Xiinxaleera.<\/p>\n\n\n\n<p>Haacaaluun Hojii Isaa Artii Ganamaan Keessatti Guddateen Gootota Adawaa Gabaabse Yoo Ibsu Qorichoota Itaalii Jechuun Seenaa Keessatti Seenaa Qorachuun Xiinxalees Ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Seenessi Qeenxee Citee Seenessi Waloo Akka Dagaaguuf Fuulaa Fuulatti Mootummaa Wayyaanee Waliin Mormatti Wal-Qabaa Kan Ture Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa Keessattu Seeneffamni Injifannoon Adawaa Injifannoo Saba Tokko Fakkeeffamee Leellifamaa Ture Akka Burkutaa\u2019uuf Falmii Yaadaa Ijibbaata Qabu Taasisaa Tureen Har\u2019a Kunoo Yaadannoon Injifannoo Adawaa Finfinnee Birbirsa Goorootti Ijaarame Itoophiyaanota Akkuma Gaafa Lola Adawaa Sana Gaaddisa Tokko Jalatti Walitti Qabuun Waa\u2019ee Aarsaa Injifannoon Deebi\u2019eef Namni Komii Qabu Hin Jiru Jechuun Ni Danda\u2019ama.<\/p>\n\n\n\n<p>Mulatni Aartiistichaa Dhugoomee, Hiika Godhatee Arguun Seenaa Injifannoo Adawaa 2ffaa Yoo Jedhamellee Gammachuu Guddaadha. Hin Xiqqaatu Jechuudha. Ashaaraa Waloomaa Tahees Waan Itti Fufuuf.<\/p>\n\n\n\n<p>Seenaa Rirmi Hin Nyaatu. Injifannoon Adawaa 130 Lakkoofsiseera. Aartiistiin Gameessi Haacaaluu Hundeessaa Boonsaa Ammoo Waggaa Torban Har\u2019aa Finfinneetti Oolmaa Gootota Kaleessaa Finfinnee Hanga Maqaleetti Sirriitti Yaadateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Iddoosaa Abdiitiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17346\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"fdc56cd195\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17346\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 21\/2018 Seenaa Injifannoo Adawaa Umrii Waggoota 130 Lakkoofsise Keessatti Sabootni, Sablammootniifi Uummattootni Itoophiyaa Kallattii Arfaniin Duuluun Diina Biyya Seenuuf Dhufe Akka Qaama Tokkotti Socho\u2019uun Ofiirraa Qolachuu Seenaa Gootota Kaleessaan Gudunfameetu Dhaloota Har\u2019aaf Dhugaa Baha. Seenaa Injifannoo Adawaa Keessatti Jeneraalotni 12 Waraanicha Dursan, Lammiileen Itoophiyaa Koorniyaa Lameen Dhiiraafi Dhalaan Duubarra Hiriiran Qaama [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17347,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-17346","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 21\/2018 Seenaa Injifannoo Adawaa Umrii Waggoota 130 Lakkoofsise Keessatti Sabootni, Sablammootniifi Uummattootni Itoophiyaa Kallattii Arfaniin Duuluun Diina Biyya Seenuuf Dhufe Akka Qaama Tokkotti Socho\u2019uun Ofiirraa Qolachuu Seenaa Gootota Kaleessaan Gudunfameetu Dhaloota Har\u2019aaf Dhugaa Baha. Seenaa Injifannoo Adawaa Keessatti Jeneraalotni 12 Waraanicha Dursan, Lammiileen Itoophiyaa Koorniyaa Lameen Dhiiraafi Dhalaan Duubarra Hiriiran Qaama [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-02-28T12:08:12+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-02-28T12:08:15+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"957\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"899\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa\",\"datePublished\":\"2026-02-28T12:08:12+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-28T12:08:15+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/\"},\"wordCount\":324,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/\",\"name\":\"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-02-28T12:08:12+00:00\",\"dateModified\":\"2026-02-28T12:08:15+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/02\\\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg\",\"width\":957,\"height\":899},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17346\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 21\/2018 Seenaa Injifannoo Adawaa Umrii Waggoota 130 Lakkoofsise Keessatti Sabootni, Sablammootniifi Uummattootni Itoophiyaa Kallattii Arfaniin Duuluun Diina Biyya Seenuuf Dhufe Akka Qaama Tokkotti Socho\u2019uun Ofiirraa Qolachuu Seenaa Gootota Kaleessaan Gudunfameetu Dhaloota Har\u2019aaf Dhugaa Baha. Seenaa Injifannoo Adawaa Keessatti Jeneraalotni 12 Waraanicha Dursan, Lammiileen Itoophiyaa Koorniyaa Lameen Dhiiraafi Dhalaan Duubarra Hiriiran Qaama [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-02-28T12:08:12+00:00","article_modified_time":"2026-02-28T12:08:15+00:00","og_image":[{"width":957,"height":899,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa","datePublished":"2026-02-28T12:08:12+00:00","dateModified":"2026-02-28T12:08:15+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/"},"wordCount":324,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/","name":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg","datePublished":"2026-02-28T12:08:12+00:00","dateModified":"2026-02-28T12:08:15+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/02\/644340226_1382738460541593_1764433681263476256_n.jpg","width":957,"height":899},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17346\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Nu Miti Fardeen Keenya Ni Beeku Bareechanii \u2013 Haacaaluu Hundeessaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17346","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17346"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17346\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17349,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17346\/revisions\/17349"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17347"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17346"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17346"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17346"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}