{"id":17406,"date":"2026-03-03T08:15:54","date_gmt":"2026-03-03T08:15:54","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17406"},"modified":"2026-03-03T08:15:56","modified_gmt":"2026-03-03T08:15:56","slug":"miila-fagoo-imale-dhibeen-gandatti-deebiste-gootittii-komaandar-atileet-geexee-urgeetiin-buchiinsi-magaalaa-finfinnee-maal-jedhe","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/","title":{"rendered":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Guraandhala 23\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Gootota Atileetiksii Dachee Oromiyaa Godina Arsii Naannawaa Magaalaa Asallaa Qe&#8217;ee Galaana Atileetootaatti Bara 1962 Dhalatte Komaandar Atileet Geexee Urgee.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma Nama Kamii Maatii Ishee Waan Dandeessu Hundaan Harka Qabaa Guddachuu Atileettiin Yeroo Garaagaraatti Dhugoomteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Bultii Keessa Aduu Tokko Atileet Faaxumaa Roobaa Waliin Gara Finfinnee Dhufuun Miseensa Mana Amala Sirreessaa Federaalaa Tahuun Leenjii Bu&#8217;uuraa Fudhattee Kennaan Qabdu Gara Dirree Atileetiksiitti Qajeelchuun Achumaan Carraa Dorgommiiwwan Biyya Keessaa, Ardii Afrikaafi Addunyaa Argachuun Seenaan Komaandar Atileet Geexee Urgee Asii Eegale.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"579\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645752973_1384718917010214_7424030662445301345_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17408\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645752973_1384718917010214_7424030662445301345_n.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645752973_1384718917010214_7424030662445301345_n-300x241.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>\u25cf Komaandar Atileet Geexee Urgee Dorgommii Idil Addunyaan Eessaa Garamitti:<\/p>\n\n\n\n<p>Komaandar Atileet Geexee Urgee Bara 1970 Keessaa Hanga 1990 Keessaa<\/p>\n\n\n\n<p>Badhaasota Meedaaliyaafi Waancaa Sadarkaa Garaagaraatti Kenmamu Dabalatee Maqaa Biyyaa Waamsisteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Idil Addunyaa Bara 1982 Kanaadaatti Adeemsifame Bakka Itti Of-Ilaalte Tahuu Ibsiteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDorgommii Shaampiyonaa Atileetiksii Afriikaa Irratti Bara 1992 Hirmaachuun Fiigicha Meetira 1,500&#8217;n Meedaaliyaa Meetii Argachuu Dandeessetti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eShaampiyoonaa Atileetiksii Anaabaatti Bara 1988 Adeemsifameen Meedaaliyaa Meetii kan argatte Yommuu Ta&#8217;u, Fageenya Walfakkaataa Fiigicha Meetira 1500&#8217;n a!Ammas Waggaa 5 Booda Bara 1993tti Dorgommii Shaampiyonaa Darbaanitti Adeemsifameen Medaaliyaa Meetii Argachuu Dandeessetti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDorgommiin Shaampiyonaa Idil Addunyaa Kun Atileet Mirutsi Yifxar Bara 1992&#8217;tti Meedaaliyaa Meetii Biyya Isaaf Fageenya Meetira 3000&#8217;n Erga Meetii Argamsiisee Booda Maqaa Atileet Geexee Urgeen Kan Argame Isa Jalqabaa Ta&#8217;uu Seenaan Gootittii Ni Mul&#8217;isa.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDorgommii Shaampiyoonaa Guutuu Afriikaa Bara 1991 Kaayirootti Adeemsifameenis Atileet Geexeen Badhaasa Ittiin Beekamtu Meedaaliyaa meetii Fageenya Meetira 1500&#8217;n Argatteetti<\/p>\n\n\n\n<p>Ammas \u200eBara 1999 Badhaasa Meedaaliyaa Meetii Fiigicha Meetira 5000&#8217;n Shaampiyonaa Atileetiksii Addunyaa Irratti Biyya Isheef Argamsiisteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eBaroota 1990, 92, 94, 96 fi 2000&#8217;tti Waggaa Lama Lamaan Dorgommii Atileetiksii Idil Addunyaa Irratti Hirmaachuun Meedaaliyaa Argamsiisuun Gareewwan 6 Waldaa Federeeshinii Atileetiksii Addunyaan Beekamtii Argatan Keessaa Atileet Geexee Urgee Ishee Tokko Tahuu Seenaan Durduubee Ishee Dhugoomeera.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDorgommiiwwan Fageenya Gabaabaa Meetira 1500 Hanga Walakkaa Maaraatooniitti Meedaaliyaafi Badhaasota Garaagaraa Argachuu Dabalatee Sa&#8217;aatii Fooyya&#8217;aa Dhuunfaashee Galmeessisuu Komaandar Atileet Geexeen Maqaa Qabdi.<\/p>\n\n\n\n<p>\u25cf Atileetiin Addunyaarra Naannoftee Faajjii Biyyaa Mirmirsite Akkamiin Gandattis Manattis Deebite?<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"508\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645759992_1384719010343538_2620528269807756086_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17409\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645759992_1384719010343538_2620528269807756086_n.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645759992_1384719010343538_2620528269807756086_n-300x212.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Jireenya Qananii Keessaa Bahuun Haga Waan Nyaatamu Dhabutti, Jireenya Gadadoon Dabarsuuf Dirqamteetti.<\/p>\n\n\n\n<p>Sababni Kun Hundi Dhibee Kaansariin Qabamuu Isheeti. Qabeenya Ishee Hunda Gurgurtee Yaalamtus Fayyuu Hin Dandeenye.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKomaandar Atileet Geexee Urgee Urjiin Addunyaa Duraanii Manatti Deebi&#8217;uun Guyyaa Eeggachuun Ala Kana Sana Waan Jettu Hin Qabdu Ture. Ijoollee Ishee 4 Waliin Mana Firaatti Baqachuuf Dirqamte.<\/p>\n\n\n\n<p>\u25cf Guyyaa Keessa Guyyaan Jira. Komaandar Atileet Geexee Urgee Bulchiinsa Magaalaa Finfineen Mil&#8217;atamte. Maaltu Ta&#8217;eef?<\/p>\n\n\n\n<p>\u200c\u200eDafqi Biyyaaf Cobe, Miilli Biyyaaf Waltajjii Idil Addunyaa Irratti Kaatee Injifannoon Galuun Biyya Boonse Oolmaa Isaaf Gatii Argachuu Qaban Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Harka Deeggarsaa Diriirseef Jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200c\u200eKantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen yaadatamtee, Imimmaan Sun Qooree, Mataan Gadi Jedhe Lubbuun Gaddite Gammachuutti Ceete.<\/p>\n\n\n\n<p>Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Atileetoota Oolmaa Biyyaaf Oolaniin Yaadamuu Qabuun Deeggarsa Akka Argatan Murteessee Hojitti Hiike Keessaa Komaandar Atileet Geexee Urgee Isgee Tokkodha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200c\u200eKanaanis Komaandar Atileet Geexee Urgeef Birrii miiliyoona 10, Mana Jireenya Abbaa Ciisa 3 Meeshaa Mana Keessaa Guutuu Waliiin Akkasumas Rakkoo Fayyaa Atileetitti Mudatee Irraa Akka Fayyituuf Deeggarsa Taasisuun Yaalchisuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Qooda fudhattoota Waliin Ta&#8217;uun Waan Danda&#8217;u Hunda Kan Taasisu Ta&#8217;uu Kantiibaa Adaanech Hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatu Qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17406\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"773431482b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17406\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS &#8211; Guraandhala 23\/2018 Gootota Atileetiksii Dachee Oromiyaa Godina Arsii Naannawaa Magaalaa Asallaa Qe&#8217;ee Galaana Atileetootaatti Bara 1962 Dhalatte Komaandar Atileet Geexee Urgee. Akkuma Nama Kamii Maatii Ishee Waan Dandeessu Hundaan Harka Qabaa Guddachuu Atileettiin Yeroo Garaagaraatti Dhugoomteetti. Bultii Keessa Aduu Tokko Atileet Faaxumaa Roobaa Waliin Gara Finfinnee Dhufuun Miseensa Mana Amala Sirreessaa Federaalaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17407,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[15],"tags":[],"class_list":["post-17406","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-hawaasummaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS &#8211; Guraandhala 23\/2018 Gootota Atileetiksii Dachee Oromiyaa Godina Arsii Naannawaa Magaalaa Asallaa Qe&#8217;ee Galaana Atileetootaatti Bara 1962 Dhalatte Komaandar Atileet Geexee Urgee. Akkuma Nama Kamii Maatii Ishee Waan Dandeessu Hundaan Harka Qabaa Guddachuu Atileettiin Yeroo Garaagaraatti Dhugoomteetti. Bultii Keessa Aduu Tokko Atileet Faaxumaa Roobaa Waliin Gara Finfinnee Dhufuun Miseensa Mana Amala Sirreessaa Federaalaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-03T08:15:54+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-03T08:15:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1366\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?\",\"datePublished\":\"2026-03-03T08:15:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-03T08:15:56+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/\"},\"wordCount\":500,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Hawaasummaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/\",\"name\":\"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-03T08:15:54+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-03T08:15:56+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1366},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17406\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS &#8211; Guraandhala 23\/2018 Gootota Atileetiksii Dachee Oromiyaa Godina Arsii Naannawaa Magaalaa Asallaa Qe&#8217;ee Galaana Atileetootaatti Bara 1962 Dhalatte Komaandar Atileet Geexee Urgee. Akkuma Nama Kamii Maatii Ishee Waan Dandeessu Hundaan Harka Qabaa Guddachuu Atileettiin Yeroo Garaagaraatti Dhugoomteetti. Bultii Keessa Aduu Tokko Atileet Faaxumaa Roobaa Waliin Gara Finfinnee Dhufuun Miseensa Mana Amala Sirreessaa Federaalaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-03T08:15:54+00:00","article_modified_time":"2026-03-03T08:15:56+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1366,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?","datePublished":"2026-03-03T08:15:54+00:00","dateModified":"2026-03-03T08:15:56+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/"},"wordCount":500,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg","articleSection":["Hawaasummaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/","name":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg","datePublished":"2026-03-03T08:15:54+00:00","dateModified":"2026-03-03T08:15:56+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645416334_1385255280289911_2684787979858105787_n-1.jpg","width":2048,"height":1366},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17406\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Miila fagoo imale, dhibeen gandatti deebiste, gootittii Komaandar Atileet Geexee Urgeetiin Buchiinsi Magaalaa Finfinnee maal jedhe?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17406","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17406"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17406\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17410,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17406\/revisions\/17410"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17407"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17406"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17406"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17406"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}