{"id":17479,"date":"2026-03-04T12:35:43","date_gmt":"2026-03-04T12:35:43","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17479"},"modified":"2026-03-04T12:35:47","modified_gmt":"2026-03-04T12:35:47","slug":"ejensiin-galmeessa-siivilii-fi-tajaajila-jireenyaa-magaalaa-finfinnee-galmee-taateewwanii-ammayyeessaa-jiraachuu-beeksise","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/","title":{"rendered":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise."},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS- Guraandhala 25\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa Obbo Xigaabuu Shumey AMN Digital\u2019tti akka himanitti, ejensichi qooda fudhattoota adda addaa waliin ta\u2019uun dhaloota, gaa\u2019ela, hiikka gaahelaa, guddifachaa fi du\u2019a sirnaan galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAdeemsa galmee kana bu\u2019a qabeessa taasisuuf, ejensichi dhaabbilee fayyaa galmee dhalootaa 147, akkasumas Manneen Murtii Sadarkaa Duraa Federaalaa 11 Finfinnee keessatti argaman waliin galmee hiikkaa gaahelaa fi guddifachaaf hojjechaa jiraachuus Obbo Xigaabuun ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItti aanaan daayreektarri muummichaas sirna taateewwan hatattamaan galmeessuuf hayyamu diriirsuuf manneen barnootaa, dhaabbilee amantaa fi poolisii waliin walitti dhiheenyaan hojjechaa akka jiran ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkka Obbo Xigaabuun ibsanitti, sirni galmee kun bakka gurguddoo sadiitti qoodama; inni jalqabaa \u201cgalmee ammaa\u201d yoo ta\u2019u, kunis tajaajila taatee dhalootaa guyyoota 90 keessatti, akkasumas gaa\u2019ela, wal hiikkaa, guddifachaa fi du\u2019a guyyoota 30 keessatti raawwatamudha.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGalmeen taatee sana booda waggaa tokko keessatti raawwatamu \u201cgalmee booda\u201d jedhamee kan ramadamu yoo ta\u2019u, taateewwan waggaa tokkoo ol ta\u2019an ammoo \u201cgalmee yeroon isaa darbe\u201d jedhamee ramadama.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eGalmeen taateewwan murteessoo ta\u2019an kun qulqullina odeeffannoo istaatiksii biyyattii, rogummaa seeraa, fi hojii bulchiinsa waliigalaatif barbaachisummaa guddaa akka qabu Obbo Xigaabuun ibsaniiru. Haa ta\u2019u malee, istaatistiksii biyyaalessaatiif akka galteetti kan oolu daataa yeroo galmee yeroon fi harkifate keessatti galmaa\u2019e qofa ta\u2019uu hubachiisaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17479\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"2136d4d785\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17479\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Guraandhala 25\/2018 \u200eEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise. \u200eItti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa Obbo Xigaabuu Shumey AMN Digital\u2019tti akka himanitti, ejensichi qooda fudhattoota adda addaa waliin ta\u2019uun dhaloota, gaa\u2019ela, hiikka gaahelaa, guddifachaa fi du\u2019a sirnaan galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17480,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19,45],"tags":[],"class_list":["post-17479","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","category-dijitaalaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Guraandhala 25\/2018 \u200eEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise. \u200eItti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa Obbo Xigaabuu Shumey AMN Digital\u2019tti akka himanitti, ejensichi qooda fudhattoota adda addaa waliin ta\u2019uun dhaloota, gaa\u2019ela, hiikka gaahelaa, guddifachaa fi du\u2019a sirnaan galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-04T12:35:43+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-04T12:35:47+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"929\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"542\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.\",\"datePublished\":\"2026-03-04T12:35:43+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-04T12:35:47+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/\"},\"wordCount\":238,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\",\"Dijitaalaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/\",\"name\":\"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-04T12:35:43+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-04T12:35:47+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg\",\"width\":929,\"height\":542},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17479\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Guraandhala 25\/2018 \u200eEjensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmeessa taateewwan magaalattii akkaataa istaandaardii idil-addunyaatiin galmeessisuuf hojii qindoomina qabu hojiirra oolchuusaa beeksise. \u200eItti aanaan Daayreektara Olaanaa Ejensichaa Obbo Xigaabuu Shumey AMN Digital\u2019tti akka himanitti, ejensichi qooda fudhattoota adda addaa waliin ta\u2019uun dhaloota, gaa\u2019ela, hiikka gaahelaa, guddifachaa fi du\u2019a sirnaan galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-04T12:35:43+00:00","article_modified_time":"2026-03-04T12:35:47+00:00","og_image":[{"width":929,"height":542,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise.","datePublished":"2026-03-04T12:35:43+00:00","dateModified":"2026-03-04T12:35:47+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/"},"wordCount":238,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii","Dijitaalaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/","name":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg","datePublished":"2026-03-04T12:35:43+00:00","dateModified":"2026-03-04T12:35:47+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/645278910_1392578316248871_3527348063404236905_n.jpg","width":929,"height":542},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17479\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ejensiin Galmeessa Siivilii fi Tajaajila Jireenyaa magaalaa Finfinnee galmee taateewwanii ammayyeessaa jiraachuu beeksise."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17479","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17479"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17479\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17481,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17479\/revisions\/17481"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17480"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17479"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17479"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17479"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}