{"id":17486,"date":"2026-03-05T08:22:29","date_gmt":"2026-03-05T08:22:29","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17486"},"modified":"2026-03-05T08:22:32","modified_gmt":"2026-03-05T08:22:32","slug":"waaee-buufata-poolisii-nam-maleessa-smart-police-station-tibbana-tajaajila-eegalee-miidiyaaleen-idil-addunyaa-maal-jedhan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/","title":{"rendered":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Guraandhala 26\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Miidiyaalee Idil Addunyaa buufata poolisii nam-lameessa tibbana hojii eegale BBC\u2019n xiinxaleera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Miidiyichi gabaasa qindeesseen tajaajilli poolisii nam-maleessi magaalaa Finfinneetti kennamu eegale namoota tajaajila poolisii barbaadan hedduu bira gaha jiraachuu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajilli poolisii ammayyaa kun \u201cqondaala fuuldura dhaabbatee simatu, kutaa odeeffannoo, teessoo irra taa\u2019anii dabaree eeggatan akkasumas qondaala poolisii dhaabbatee maqaa waamu hin qabu\u201d jechuun tajaajilli nam-maleessi kun hagam warraaqsa dijitaalaa Itoophiyaan eegalte milkeessuuf kan onnatte ta\u2019uu BBC\u2019n ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajilichi Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Booleettii hundeeffamuun kan hawaasa tajaajilamaa dhaqqabu yoo ta\u2019u qaama boqonnaa haaraa biyyattiin gama dijitaalaayizeeshiniin milkeessuu eegalte ta\u2019uu hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Poolisootni naannawwaa giddu gala ismaartii kanaatti argaman haala itti fayyadamaa isaa agarsiisaa jiraachus kan ibse BBC\u2019n wiirtuun kun bakka itti oomishaalee teeknoloojii beeksisan (Tech showroom) fakkaachuu haalaan kaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Qindeessaan Damee Babal\u2019ina Teekinooloojii Tajaajila Poolisii Ismaartii kanaa Komaandar Damissee Yilmaa, miseensotni poolisii giddu galichatti argaman namootatti haala fayyadamaa agarsiisuuf\u201d tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iskiriiniin mul\u2019atu haala itti gabaasa godhaniifi maalumaa taatee sanaa jechuunis tiraafikamoo dhimma waliigalaati\u201d kan jedhu adda baasuun erga iskiriinicha cuqaasanii booda, qondaalli poolisii dhimmi ilaallatu kallattiin Iskiriinichuma irratti gaafachuun odeeffannoowwaniifi ragaalee guutuu fudhachuu kan eegalu ta\u2019uu Qindeessaan kun BBC\u2019f ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yoo rakkoon jiraate, qondaaltotni dafanii deebisuun, akka deebiin hatattamaa kennamuuf ramaddiin taasifamee akka dhufan, rakkoo sanaafis furmaata kennan taasifama\u201d jechuun BBC\u2019tti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"577\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-1024x577.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17488\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-1024x577.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-300x169.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-768x432.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-1536x865.jpg 1536w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-800x450.jpg 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n-1320x743.jpg 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628222362_1299706578854389_6565126844921005177_n.jpg 2048w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Torbanoota muraasa darban keessattis gabaasotni akka baduu paaspoortii, maallaqa waliin dhahuufi komiin wal qabatu dhiyaachuu kaasuun, yeroo ammaa lakkoofsi namoota tajaajila poolisii ismaartii kanatti dhimma ba\u2019anii akkuma hubannoon hawaasaa dabaleen cimaa kan dhufu ta\u2019uu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajilli Poolisii gara fuulduraa hawaasatti dhiyaachuun kennamuu kan qabu ta\u2019uu kan eeran Obbo Damisseen, bu\u2019uuraalee teeknoloojii tajaajila kanneen babal\u2019isuuf oolan bakka hundaatti guutamaa deemuun hawaasa si\u2019aa\u2019inaafi ariitiin tajaajiluu kan itti fufan ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">BBC\u2019n dubbii Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) yeroo tajaajila poolisii ismaartii kana eegalchiisan dubbatan keessaa, dhaabbilee haqaa dorgomoofi filatamoo horachuuf qaama rifoormii dijitaalaa biyyattiin hojiirra oolchaa jirtu ta\u2019uu kan kaasan, yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mootummaan Tarsiimoo Dijitaal Itoophiyaa 2030 milkeessuuf imala eegale milkeessuuf akka ashaaraatti kan ilaalamu ta\u2019uu kan eerame tajaajilli kun tajaajiloota mootummaafi manneen murtii dijitaalessuuf tarkaanfii olaanaa ta\u2019uu gabaasni kun ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajila waraqaa eenyummaa dijitaalaafi dhaabbilee mootummaa hedduu sirna dijitaalaa kanaan onlaayinii taasisuu Itoophiyaa kan eeru gabaasni BBC kun biyyattiin guddina magaalaa ajaa\u2019ibsiisaa galmeessuun akkasuma humna dargaggoo misoomaaf galtee olaanaa ta\u2019uu malu kan qabdu ta\u2019uu hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walumaagalatti Itoophiyaan damee dijitaalaan imala gaariirra jiraachuu kan ibse hanga ammaattis hojiileen gama kaffaltii dijitaalaan adeemsifamaniin birrii tiriliyoona hedduu sochoosuun kan danda\u2019ame tahuufi dhaabbileen 130 ol dijitaalaa\u2019uun akka milkaa\u2019inaatti kan ilaalaman ta\u2019uu caqasuun, jalqabbii gaarii mul\u2019atu kana guutuu biyyaatti babal\u2019isuun murteessaa ta\u2019uu xiinxaltootni teekinooloojii dijitaalaa kunneen BBC\u2019tti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"5c49012809\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17486\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Guraandhala 26\/2018 Miidiyaalee Idil Addunyaa buufata poolisii nam-lameessa tibbana hojii eegale BBC\u2019n xiinxaleera. Miidiyichi gabaasa qindeesseen tajaajilli poolisii nam-maleessi magaalaa Finfinneetti kennamu eegale namoota tajaajila poolisii barbaadan hedduu bira gaha jiraachuu ibseera. Tajaajilli poolisii ammayyaa kun \u201cqondaala fuuldura dhaabbatee simatu, kutaa odeeffannoo, teessoo irra taa\u2019anii dabaree eeggatan akkasumas qondaala poolisii dhaabbatee maqaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17487,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19],"tags":[],"class_list":["post-17486","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 26\/2018 Miidiyaalee Idil Addunyaa buufata poolisii nam-lameessa tibbana hojii eegale BBC\u2019n xiinxaleera. Miidiyichi gabaasa qindeesseen tajaajilli poolisii nam-maleessi magaalaa Finfinneetti kennamu eegale namoota tajaajila poolisii barbaadan hedduu bira gaha jiraachuu ibseera. Tajaajilli poolisii ammayyaa kun \u201cqondaala fuuldura dhaabbatee simatu, kutaa odeeffannoo, teessoo irra taa\u2019anii dabaree eeggatan akkasumas qondaala poolisii dhaabbatee maqaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-05T08:22:29+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-05T08:22:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1153\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?\",\"datePublished\":\"2026-03-05T08:22:29+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-05T08:22:32+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/\"},\"wordCount\":469,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/\",\"name\":\"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-05T08:22:29+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-05T08:22:32+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1153},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17486\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Guraandhala 26\/2018 Miidiyaalee Idil Addunyaa buufata poolisii nam-lameessa tibbana hojii eegale BBC\u2019n xiinxaleera. Miidiyichi gabaasa qindeesseen tajaajilli poolisii nam-maleessi magaalaa Finfinneetti kennamu eegale namoota tajaajila poolisii barbaadan hedduu bira gaha jiraachuu ibseera. Tajaajilli poolisii ammayyaa kun \u201cqondaala fuuldura dhaabbatee simatu, kutaa odeeffannoo, teessoo irra taa\u2019anii dabaree eeggatan akkasumas qondaala poolisii dhaabbatee maqaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-05T08:22:29+00:00","article_modified_time":"2026-03-05T08:22:32+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1153,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?","datePublished":"2026-03-05T08:22:29+00:00","dateModified":"2026-03-05T08:22:32+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/"},"wordCount":469,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/","name":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg","datePublished":"2026-03-05T08:22:29+00:00","dateModified":"2026-03-05T08:22:32+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/628793245_1299704662187914_4621115976717349542_n.jpg","width":2048,"height":1153},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17486\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Waa\u2019ee Buufata Poolisii Nam-Maleessa (Smart Police Station) Tibbana Tajaajila Eegalee Miidiyaaleen Idil Addunyaa Maal Jedhan?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17486","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17486"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17486\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17489,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17486\/revisions\/17489"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17487"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17486"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17486"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17486"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}