{"id":17688,"date":"2026-03-12T13:47:32","date_gmt":"2026-03-12T13:47:32","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17688"},"modified":"2026-03-12T13:47:35","modified_gmt":"2026-03-12T13:47:35","slug":"dhaabbileen-amantaa-dahoo-daldala-siyaasaa-tau-hin-qaban-obbo-xilaahun-warquu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/","title":{"rendered":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#8217;u Hin Qaban &#8211; Obbo Xilaahun Warquu"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 03\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eDhaabbileen Amantaa dahoo daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta&#8217;u akka hin qabne Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu himan.<\/p>\n\n\n\n<p>Mariin &#8220;Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu Dhaabbilee Amantaaf&#8221; jedhu bu\u2019uureffate Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraa keessatti adeemsifameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Marii Kutaa Magaalaa Qiirqoositti adeemsifame irratti kan argaman Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu Dhaabbileen Amantaa barsiisfata duudhaa amantaatiin alatti galma daheeffannaa daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta&#8217;uu akka hin qabne hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kutaa Magaalaa Lidataattis dhimma ijaarsa biyyaafi nageenyaa irratti Abbootii Amantaa Warra Wangeelaa waliin kan mari\u2019atame yoo tahu maricharratti Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti Itti Gaafatamaa Hordoffii Dhaabbilee Obbo Mollaa Nugus dabalatee hoggantootni kutaa magaalichaa argamuun hirmaattoota marichaa waliin yaada wal jijjiiraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma wal-fakkaatuun marichi Kutaa Magaalaa Gullalleettis kan gaggeeffame yoo tahu saganticharratti argamuun ergaa kan dabarsan Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hogganaan Biiroo Paabilik Sarvisiifi Qabeenya Humna Namaa Magaalaa Finfinnee Jamaaluu Jambar (PhD) bari jijjiiramaa as Mootummaan Dhaabbilee Amantaa gidduutti hariiroo fayyaalessa uumuu irraa eegalee hojii bu\u2019a qabeessa hojjechaa turu ibsuun Dhaabbileen Amantaa hojiilee hojjetaman eeggachaa misoomaafi ijaarsa biyyaa irratti fuulleffachuu akka qaban ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gama biroon marii wal-fakkaataa Kutaa Magaalaa Araadaatti gaggeeffame irratti kan argaman Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoogganaan Biiroo Maallaqaa Magaalaa Finfinnee Obbo Abdulqaadir Reeduwaan Bulchiinsi Magaalichaa hojiilee hojjetu hunda dursee kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin mari&#8217;achuun hojjechaa jiraachuu eeruun kun ammoo hariiroon jabaan Dhaabbilee Amantaa dabalatee kutaalee hawaasaa warreen biroofi mootummaa gidduu akka jiraatu taasiseera jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Abbootiin Amantaa marii kutaalee magaalaa Finfinnee garaagaraatti gaggeeffame irratti qooda fudhatan gama isaaniin barsiisaafi kallattii macaafa qulqulluu bu&#8217;uura godhachuun biyyaafi dhaloota ijaaruu keessatti gahee irraa eegamu akka bahatan waadaa galuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dabalataanis jijjiirama booda xiyyeeffannaan amantaalee hundaaf walqixa kennamaa jiru kan jajjabeeffamu ta&#8217;uus Abbootiin Amantaa kunniin waltajjicharratti ibsuun misooma akka biyyaafi Finfinneetti eegalame humnaafi kadhannaa keenyaan ni deeggarras jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gabaasni kan rippoortaroota keenya Kaasiyyee Maanguddaa, Geetaahun Katamaa, Tsahaay Zawudeefi Jiraataa Biyyanaati<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17688\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"edecd2b76a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17688\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 03\/2018 \u200eDhaabbileen Amantaa dahoo daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta&#8217;u akka hin qabne Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu himan. Mariin &#8220;Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu Dhaabbilee Amantaaf&#8221; jedhu bu\u2019uureffate Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraa keessatti adeemsifameera. Marii Kutaa Magaalaa Qiirqoositti adeemsifame irratti kan argaman Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17689,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[23],"tags":[],"class_list":["post-17688","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-siyaasa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#039;u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#039;u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 03\/2018 \u200eDhaabbileen Amantaa dahoo daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta&#8217;u akka hin qabne Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu himan. Mariin &#8220;Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu Dhaabbilee Amantaaf&#8221; jedhu bu\u2019uureffate Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraa keessatti adeemsifameera. Marii Kutaa Magaalaa Qiirqoositti adeemsifame irratti kan argaman Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-12T13:47:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-12T13:47:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"640\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#8217;u Hin Qaban &#8211; Obbo Xilaahun Warquu\",\"datePublished\":\"2026-03-12T13:47:32+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-12T13:47:35+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/\"},\"wordCount\":320,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Siyyaasa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/\",\"name\":\"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta'u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-12T13:47:32+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-12T13:47:35+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg\",\"width\":960,\"height\":640},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17688\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#8217;u Hin Qaban &#8211; Obbo Xilaahun Warquu\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta'u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta'u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 03\/2018 \u200eDhaabbileen Amantaa dahoo daldala siyaasaafi yakkamtootaa ta&#8217;u akka hin qabne Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun Warquu himan. Mariin &#8220;Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu Dhaabbilee Amantaaf&#8221; jedhu bu\u2019uureffate Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraa keessatti adeemsifameera. Marii Kutaa Magaalaa Qiirqoositti adeemsifame irratti kan argaman Itti Gaafatamaan Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xilaahun [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-12T13:47:32+00:00","article_modified_time":"2026-03-12T13:47:35+00:00","og_image":[{"width":960,"height":640,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#8217;u Hin Qaban &#8211; Obbo Xilaahun Warquu","datePublished":"2026-03-12T13:47:32+00:00","dateModified":"2026-03-12T13:47:35+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/"},"wordCount":320,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg","articleSection":["Siyyaasa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/","name":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta'u Hin Qaban - Obbo Xilaahun Warquu - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg","datePublished":"2026-03-12T13:47:32+00:00","dateModified":"2026-03-12T13:47:35+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/650359096_1392599012888871_9113796533135528407_n.jpg","width":960,"height":640},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17688\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaabbileen Amantaa Dahoo Daldala Siyaasaa Ta&#8217;u Hin Qaban &#8211; Obbo Xilaahun Warquu"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17688","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17688"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17688\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17690,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17688\/revisions\/17690"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17689"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17688"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17688"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17688"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}