{"id":17711,"date":"2026-03-16T06:32:17","date_gmt":"2026-03-16T06:32:17","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17711"},"modified":"2026-03-16T06:32:20","modified_gmt":"2026-03-16T06:32:20","slug":"dhaabbileen-amantaa-ijaarsa-nageenyaa-misoomaafi-imala-badhaadhinaa-irratti-adda-durummaan-hirmaataniiru-kantiibaa-adaanech-abeebee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/","title":{"rendered":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee"},"content":{"rendered":"\n<p>\u200eAMN PLUS- Bitootessa 06\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cDhaabbileen Amantaa Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu&#8221; mata duree jedhuun har&#8217;a ganama marii bu&#8217;a qabeessa taasisuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eItoophiyaan biyya amantaa, aadaafi duudhaa hedduu akka taate kan eeran Kantiibaa Adaanech, &#8220;Biyya tokko miidhagee kaan ammoo cooligee itti mul&#8217;atu osoon taane kan amantaan hundumtuu wal qixxummaan itti miidhaganidha&#8221; jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eKantiibaa Adaanech Abeebee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, amantaan Islaamaa illee akkuma amantaawwan biroo hambaawwan durii, seenaawwaniifi duudhaalee kunuunsuun dhalootatti dabarsuun, faayidaa biyyaalessaa eegsisuun, naamusaafi gara laafummaa namummaaf barsiisuun akkasumas hirmaannaa misoomaan Itoophiyaa har&#8217;aa ijaaruu keessatti gumaacha olaanaa bahachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eSeenaa qofa osoo hin taane waggoota jijjiiramaa darban keessatti dhaabbileen amantaa magaalaa Finfinnee ijaarsa nageenyaa bal\u2019aa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti gumaachi taasisaa jiran bakka bu\u2019iinsa hin qabne ta&#8217;uu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Gumaachi guddaan kun akka caalaatti jabaatu gochuudhaan, harka wal qabannee misoomaaf, walitti dhufeenya uummattootaa cimsuuf, nageenyaaf akkasumas faayidaa biyyaalessaa Itoophiyaa eeguuf waliin dhaabbachuu fi waliin hojjechuu irratti walii galtee irra geenyeerra&#8221; jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAkkasumas, waltajjiin marii kun adeemsa keessatti hanqinoota mul\u2019atan haala sirreessuun danda\u2019amu irratti mari\u2019achuun, wal ta\u2019uun sirreessuuf waltajjii kallattii mul&#8217;isee fi bu\u2019a qabeessa tahuu isaa Kantiibaa Adaanech hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eWaltajjiin kun mariilee kanaan dura kutaa magaalaa hunda keessatti adeemsifamaniifi kan xumuraa ta\u2019ee, mootummaa fi dhaabbileen amantaa gahee isaanii ifatti adda baasuun kan agarsiisie akkasumas waliigalteen waloo kan itti uumame tahuu eeraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u200eAbbootii amantii fi hordoftoota amantaa Islaamaa magaalaa Finfinnee hirmaannaa olaanaa taasisan, yaada ijaaraa ta&#8217;e kennaniif dhiheessan hundumaaf maqaa isaanii fi maqaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneen galata dhiyeessuun, dhuma irrattis<\/p>\n\n\n\n<p>\u200e&#8221;Ramadaan Mubaarak&#8221; jechuun Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa isaanii dabarsaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17711\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"7252bbdf18\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17711\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>\u200eAMN PLUS- Bitootessa 06\/2018 \u201cDhaabbileen Amantaa Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu&#8221; mata duree jedhuun har&#8217;a ganama marii bu&#8217;a qabeessa taasisuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. \u200eItoophiyaan biyya amantaa, aadaafi duudhaa hedduu akka taate kan eeran Kantiibaa Adaanech, &#8220;Biyya tokko miidhagee kaan ammoo cooligee itti mul&#8217;atu osoon taane kan amantaan hundumtuu wal qixxummaan itti miidhaganidha&#8221; [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17712,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,15],"tags":[],"class_list":["post-17711","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-hawaasummaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.6 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"\u200eAMN PLUS- Bitootessa 06\/2018 \u201cDhaabbileen Amantaa Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu&#8221; mata duree jedhuun har&#8217;a ganama marii bu&#8217;a qabeessa taasisuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. \u200eItoophiyaan biyya amantaa, aadaafi duudhaa hedduu akka taate kan eeran Kantiibaa Adaanech, &#8220;Biyya tokko miidhagee kaan ammoo cooligee itti mul&#8217;atu osoon taane kan amantaan hundumtuu wal qixxummaan itti miidhaganidha&#8221; [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-16T06:32:17+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-16T06:32:20+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1625\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee\",\"datePublished\":\"2026-03-16T06:32:17+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-16T06:32:20+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/\"},\"wordCount\":282,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Hawaasummaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/\",\"name\":\"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-16T06:32:17+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-16T06:32:20+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1625},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17711\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"\u200eAMN PLUS- Bitootessa 06\/2018 \u201cDhaabbileen Amantaa Yaadama Mootummaa Ida&#8217;amuu&#8221; mata duree jedhuun har&#8217;a ganama marii bu&#8217;a qabeessa taasisuu isaanii Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. \u200eItoophiyaan biyya amantaa, aadaafi duudhaa hedduu akka taate kan eeran Kantiibaa Adaanech, &#8220;Biyya tokko miidhagee kaan ammoo cooligee itti mul&#8217;atu osoon taane kan amantaan hundumtuu wal qixxummaan itti miidhaganidha&#8221; [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-16T06:32:17+00:00","article_modified_time":"2026-03-16T06:32:20+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1625,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee","datePublished":"2026-03-16T06:32:17+00:00","dateModified":"2026-03-16T06:32:20+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/"},"wordCount":282,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Hawaasummaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/","name":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg","datePublished":"2026-03-16T06:32:17+00:00","dateModified":"2026-03-16T06:32:20+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651076628_1395174745964631_8293105109070040334_n.jpg","width":2048,"height":1625},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17711\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Dhaabbileen amantaa ijaarsa nageenyaa, misoomaafi imala badhaadhinaa irratti adda durummaan hirmaataniiru- Kantiibaa Adaanech Abeebee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17711","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17711"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17711\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17713,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17711\/revisions\/17713"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17712"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17711"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17711"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17711"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}