{"id":1772,"date":"2024-12-13T05:31:06","date_gmt":"2024-12-13T05:31:06","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1772"},"modified":"2024-12-16T07:50:49","modified_gmt":"2024-12-16T07:50:49","slug":"chokoleetii-manaa-manatti-gurguruu-irraa-gara-qabeenya-doolaara-biiliyoona-400-horachuutti-elon-mask","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/","title":{"rendered":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN- Mudde 03\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Afriikaa Kibbaa Piriitooriyaatti dhalate. Obboleessa isaa waliin Chakooleetii tibba Ayyaana Qillee manatti hojjetame mana namaarra naannessuun gurguraa ture. Har&#8217;a abbaa qabeenya doolaara biiliyoona 400 ta&#8217;uun abbaa qabeenyaa jalqabaa ta&#8217;eera. Elon Mask<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Umriisaa ganna 12tti tapha kompiitaraasa jalqabaa hojjete. Daa&#8217;imummaatti maatiinsaa wal hiikuun, qoosaa mana barumsaa haamlee isa cabsuun dabalata, dandeettii hawaasa waliin walitti makamee akka fedhetti hariiroo uumuusaa dhabuun hedduu rakkataa ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Barnootaa Kooleejiif gara Kanaadaa yeroo imalu garuu daandiin jireenyaasaa jijjiirame. Bara 1990moota keessa barnoota Fiiziksii erga xumuree booda jabana interneetiin addunyaa dhuunfataa turetti innis damee teekinooloojii IT seene.<\/p>\n\n\n\n<p>Jalqaba Sooftiweerii imaltootaaf daandii eeru &#8216;Zip 2&#8217; obboleessa isaa waliin kalaqe. Dhaabbata kana bara 1999tti doolaara miiliyoona 307tti gurguran.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2000tti ammoo tooftaa kaffaltii ammayyaa &#8216;PayPal&#8217; hundeessan. Innis waggaa lama osoo hin turin doolaara biiliyoona 1.5&#8217;n harka dhaabbata &#8216;ebay&#8217; seene.<\/p>\n\n\n\n<p>Elon Maski gurgurtaa kana irraa doolaara miiliyoona 100 fayyadamuun dhaabbata &#8216;Space X&#8217; har&#8217;aa kana hundeesse.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2004tti ammoo warshaa oomisha konkolaataa anniisaan hojjetu &#8216;Tesla&#8217; hundeesse.<\/p>\n\n\n\n<p>Abjuu isaarratti cichoomina qabuun, yeroo hedduu kufee ka&#8217;ee rookeetii gara hawaatti furguggisuun deebisee qubachiisuu kan danda&#8217;e nama dhuunfaa jalqabaati.<\/p>\n\n\n\n<p>Bara 2022tti &#8216;Twitter&#8217; doolaara biiliyoona 44&#8217;n kan dhuunfaasaa yeroo taasifatu siyaasa Amerikaa keessatti homaa shoora hin qabu ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Maqaa dhaabbatichaa gara &#8216;X&#8217;tti jijjiiruun bilisummaa yaadaa ukkaamfamee ture walaba baasuu isaatu dubbatama. Kanaanis Doonaaldi Tiraamp hedduu fayyadamaniiru. Sababnisaas, Elon Maski uggura &#8216;Twitter&#8217; hambisuun dabalata, duula filannoo Tiraamp taasisan keessatti lafee dugdaa ture.<\/p>\n\n\n\n<p>Doonaald Tiraamp filannoo Pirezidaantummaa 2024 injifachuu hordofee qabeenyi Elon Mask akkaan dabale.<\/p>\n\n\n\n<p>Kana malees rookeetiiwwan dhaabbata isaa &#8216;Space X&#8217; irraa furguggisu milkaa&#8217;uun isaanii gatii dhaabbilee isaa olkaaseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Biiliyeenarri kun yeroo ammaa qabeenya qulqulluu taaksiifi gibira booda kuufame doolaara biiliyoona 400&#8217;n gahachuun dureessa jalqabaa ta&#8217;eera.<\/p>\n\n\n\n<p>Tagany Bafiqaaduutiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"1772\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"af9ba02ae0\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1772\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN- Mudde 03\/2017 Afriikaa Kibbaa Piriitooriyaatti dhalate. Obboleessa isaa waliin Chakooleetii tibba Ayyaana Qillee manatti hojjetame mana namaarra naannessuun gurguraa ture. Har&#8217;a abbaa qabeenya doolaara biiliyoona 400 ta&#8217;uun abbaa qabeenyaa jalqabaa ta&#8217;eera. Elon Mask Umriisaa ganna 12tti tapha kompiitaraasa jalqabaa hojjete. Daa&#8217;imummaatti maatiinsaa wal hiikuun, qoosaa mana barumsaa haamlee isa cabsuun dabalata, dandeettii hawaasa waliin [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":1773,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-1772","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN- Mudde 03\/2017 Afriikaa Kibbaa Piriitooriyaatti dhalate. Obboleessa isaa waliin Chakooleetii tibba Ayyaana Qillee manatti hojjetame mana namaarra naannessuun gurguraa ture. Har&#8217;a abbaa qabeenya doolaara biiliyoona 400 ta&#8217;uun abbaa qabeenyaa jalqabaa ta&#8217;eera. Elon Mask Umriisaa ganna 12tti tapha kompiitaraasa jalqabaa hojjete. Daa&#8217;imummaatti maatiinsaa wal hiikuun, qoosaa mana barumsaa haamlee isa cabsuun dabalata, dandeettii hawaasa waliin [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2024-12-13T05:31:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2024-12-16T07:50:49+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"960\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"640\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask\",\"datePublished\":\"2024-12-13T05:31:06+00:00\",\"dateModified\":\"2024-12-16T07:50:49+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/\"},\"wordCount\":291,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/\",\"name\":\"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg\",\"datePublished\":\"2024-12-13T05:31:06+00:00\",\"dateModified\":\"2024-12-16T07:50:49+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg\",\"width\":960,\"height\":640},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1772\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN- Mudde 03\/2017 Afriikaa Kibbaa Piriitooriyaatti dhalate. Obboleessa isaa waliin Chakooleetii tibba Ayyaana Qillee manatti hojjetame mana namaarra naannessuun gurguraa ture. Har&#8217;a abbaa qabeenya doolaara biiliyoona 400 ta&#8217;uun abbaa qabeenyaa jalqabaa ta&#8217;eera. Elon Mask Umriisaa ganna 12tti tapha kompiitaraasa jalqabaa hojjete. Daa&#8217;imummaatti maatiinsaa wal hiikuun, qoosaa mana barumsaa haamlee isa cabsuun dabalata, dandeettii hawaasa waliin [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2024-12-13T05:31:06+00:00","article_modified_time":"2024-12-16T07:50:49+00:00","og_image":[{"width":960,"height":640,"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask","datePublished":"2024-12-13T05:31:06+00:00","dateModified":"2024-12-16T07:50:49+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/"},"wordCount":291,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/","name":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg","datePublished":"2024-12-13T05:31:06+00:00","dateModified":"2024-12-16T07:50:49+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470165390_1014038604078249_8393649116684234228_n.jpg","width":960,"height":640},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1772\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1772","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1772"}],"version-history":[{"count":2,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1772\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1805,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1772\/revisions\/1805"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/1773"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1772"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1772"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1772"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}