{"id":17790,"date":"2026-03-17T08:12:07","date_gmt":"2026-03-17T08:12:07","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17790"},"modified":"2026-03-17T08:12:09","modified_gmt":"2026-03-17T08:12:09","slug":"fakkiin-maalummaa-magaalaa-tokkoo-ibsuuf-humna-guddaa-qaba-dargaggoota-fakkii-kaasan","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/","title":{"rendered":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 07\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinneetti gaalariiwwan fakkii bakkeewwan garaagaraatti sababaa misooma koriidariin banaman dabalatee godaambaawwan seenuun fakkiiwwaniin bohaaruun kan baratames ta\u2019u yeroo ammaa garuu fakkiiwwan sababaa misooma magaalaa Finfinnee hojjataman seenaa himuu eegalaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggoota ogummaa fakkii kaasuun jireenya isaanii gaggeeffachaa jiran AMN dubbise fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qabaachuu ibsuun misoomni koriidarii ammoo hojiin isaanii soora qalbii sammuu tahe kun fuulduratti akka bahu taasisuus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sababaa misooma koriidariin hojii Finfinnee naannawwaa Farsansaay Beellaa jedhamuun waamamutti hojjatameen fakkiiwwan hedduun kaafaman haala naannawwaa sanaa jijjiiruu irra darbee dargaggoota ogummaa fakkii irratti bobba\u2019anii jiraniif carraa hojii uumuun, jiraattotaaf ammoo seenaa qoodaa jiraachuun himameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggootni haala mijataa hin taane keessatti naannawaa mana jireenyaa isaaniitti daanga\u2019uun fakkii kaasaa turan, amma garuu bakka namootni hunduu isaan arguu danda\u2019anitti dandeettii fakkii isaanii agarsiisuurra darbuun niidhagina misooma koriidarii magaalaa Finfinnee ta\u2019aa jiru jedhameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"513\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651332886_1396202049195234_889937013929733755_n-1024x513.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17792\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651332886_1396202049195234_889937013929733755_n-1024x513.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651332886_1396202049195234_889937013929733755_n-300x150.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651332886_1396202049195234_889937013929733755_n-768x385.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651332886_1396202049195234_889937013929733755_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiiwwan fakkii gurguddaa kanneen xumuruuf akkaataa si\u2019aa\u2019ina ogeeyyii kanaatti hamma baatii sadii gahu kan itti fudhatu yoo ta\u2019u, bu\u2019aan isaanii bifa magaalaa guutummaatti jijjiiraa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Fakkiiwwan goleewwan manneeniifi daandii irratti mul\u2019atan kunneen akkasumaan miidhagina isaaniif qofa kan ilaalaman osoon taane, mul\u2019ata biyyaa kanneen calaqqisiisaniidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mul\u2019ataafi galma egeree Itoophiyaa keessaa abdii mirga ulaa galaanaa argachuu Itoophiyaa kanneen agarsiisan dooniiwwan gurguddoo hedduu, xiyyaarota daandii qilleensaa Itoophiyaafi kanneen biroo suuraan kaafamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiiwwan qarqara daandiiwwanii irratti ededoota jiran fayyadamuun kaafaman kunneen maalummaafi seenaa Itoophiyaa gama ogummaa fakkiin kanneen hubachiisaniifi yaadachiisanidha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dargaggootni ogummaa fakkiin guddataa, abdii egeree biyya fakkiin barsiisan kunneen, &#8220;waa\u2019ee ulaa galaanaafi buufata doonii barumsa guddaa daa\u2019immaniifi jiraattota naannoof kennaa jirra\u201d jechuun AMN\u2019tti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Daandii irratti ba\u2019uun fakkii kaasuun dhiibbaa qabaatus, namootni yeroo isaan bira darban jajjabina isaaniif kennan caalmaatti kan isaan jabeessaa jiru ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiin ogummaa fakkii kun galii isaaniif argamsiisuun maatii akka gargaaran taasisuu irra darbuun ijaarsa biyyaaf ashaaraa isaanii akka ka\u2019an gumaachuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiiwwan fakkii misooma qarqara laggeeniifi koriidarii hordofuun naannawaa Faransaay Beellaatti suuraan kaafaman kunneen magaalattiin gama og-aartiin ce\u2019umsa gaarii mul\u2019isaa jiraachuu kan ibsu ta\u2019uu eerameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiiwwan aartii kunneen miidhagina magaalaa dabaluu irra darbee dandeettii kalaqa dargaggootaa Addunyaatti mul\u2019isuufi riqicha tokkummaa biyyaalessaa ijaaruuf fayyadu ta\u2019uus hubatameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin qindaa\u2019e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f482aeb1c4\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17790\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 07\/2018 Finfinneetti gaalariiwwan fakkii bakkeewwan garaagaraatti sababaa misooma koriidariin banaman dabalatee godaambaawwan seenuun fakkiiwwaniin bohaaruun kan baratames ta\u2019u yeroo ammaa garuu fakkiiwwan sababaa misooma magaalaa Finfinnee hojjataman seenaa himuu eegalaniiru. Dargaggoota ogummaa fakkii kaasuun jireenya isaanii gaggeeffachaa jiran AMN dubbise fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qabaachuu ibsuun misoomni koriidarii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17791,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[20],"tags":[],"class_list":["post-17790","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-og-artii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 07\/2018 Finfinneetti gaalariiwwan fakkii bakkeewwan garaagaraatti sababaa misooma koriidariin banaman dabalatee godaambaawwan seenuun fakkiiwwaniin bohaaruun kan baratames ta\u2019u yeroo ammaa garuu fakkiiwwan sababaa misooma magaalaa Finfinnee hojjataman seenaa himuu eegalaniiru. Dargaggoota ogummaa fakkii kaasuun jireenya isaanii gaggeeffachaa jiran AMN dubbise fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qabaachuu ibsuun misoomni koriidarii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-17T08:12:07+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-17T08:12:09+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"635\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan\",\"datePublished\":\"2026-03-17T08:12:07+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-17T08:12:09+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/\"},\"wordCount\":373,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Og-artii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/\",\"name\":\"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-17T08:12:07+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-17T08:12:09+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":635},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17790\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 07\/2018 Finfinneetti gaalariiwwan fakkii bakkeewwan garaagaraatti sababaa misooma koriidariin banaman dabalatee godaambaawwan seenuun fakkiiwwaniin bohaaruun kan baratames ta\u2019u yeroo ammaa garuu fakkiiwwan sababaa misooma magaalaa Finfinnee hojjataman seenaa himuu eegalaniiru. Dargaggoota ogummaa fakkii kaasuun jireenya isaanii gaggeeffachaa jiran AMN dubbise fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qabaachuu ibsuun misoomni koriidarii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-17T08:12:07+00:00","article_modified_time":"2026-03-17T08:12:09+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":635,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan","datePublished":"2026-03-17T08:12:07+00:00","dateModified":"2026-03-17T08:12:09+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/"},"wordCount":373,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg","articleSection":["Og-artii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/","name":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg","datePublished":"2026-03-17T08:12:07+00:00","dateModified":"2026-03-17T08:12:09+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/651190199_1396201799195259_1619447337187826136_n.jpg","width":1280,"height":635},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17790\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Fakkiin maalummaa magaalaa tokkoo ibsuuf humna guddaa qaba \u2013 Dargaggoota Fakkii Kaasan"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17790","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17790"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17790\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17793,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17790\/revisions\/17793"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17791"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17790"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17790"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17790"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}