{"id":17820,"date":"2026-03-17T13:27:28","date_gmt":"2026-03-17T13:27:28","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17820"},"modified":"2026-03-17T13:27:31","modified_gmt":"2026-03-17T13:27:31","slug":"finfinneen-waadaa-jiraattota-ishee-waliin-guddachuu-dhugoomsaa-jiraachuu-biiroon-misoomaafi-bulchiinsa-lafaa-magaalattii-ibse","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/","title":{"rendered":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 08\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Magaalaa Finfinneetti daldaltootni hojiilee misoomaaf bakka hojii isaanii irraa kaafamaniifi humna deebisanii ijaarrachuu hin qabne suuqiiwwan mootummaan ijaaraman carraadhaan kennamuufiin ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kaafamtootni misoomaa kanaan dura manneen daldalaa gandaafi mootummaa kireeffatanii hojjataa turan, aksiyoonaan gurmaa\u2019anii gamoo daldalaa akka ijaaran carraa argatan kan turan tahus jiraattotni hedduun kaffaltii liizii raawwachuun ijaarrachuuf humna kan hin qabne ta\u2019uun Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti iyyachaa turaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Misooma Lafaa Magaalaa Finfinnee Obbo Mokonnin Yaa\u2019ii, misooma koriidarii, qarqara lageeniifi deebisanii misoomsuuf kaafamanii daldaltoota aksiyoonaan itti fufuu hin dandeenyeefi humna hin qabne qaboo yaa\u2019iin gargar baasuun, suuqiiwwan bakka bu\u2019iinsaan akka kennameef kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo ammaas suuqiiwwan misooma koriidariin hojjataman kireeffatanii akka hojjatan haalli mijachuus ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Suuqiiwwan 315 bakka sochiin daldalaa bal\u2019inaan itti adeemsifamutti kan argaman yoo ta\u2019an, isaan keessaas 249 kutaa magaalaa Lidataafi 66 ammoo Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti kan argaman ta\u2019uu AMN\u2019tti himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Namoota carraa kanaan fayyadamoo ta\u2019an keessaa obbo Amduu Kadir, carraa kana argachuu isaaniitti gammaduu ibsuun cimanii hojjachuun ofis ta\u2019e biyya isaanii tajaajiluuf kaka\u2019umsa qabaachuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Aadde Alamwarqi Abbabaa gama isaaniin, waggaa 4\u2019f hojii daldala buna jabanaa hojjachaa turuu eeruun, suuqii amma kennameefitti hojii fooyya\u2019aa ta\u2019e hojjachuuf karoora qabaachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dabalataanis Obbo Sayid Hasan, daldaltootni kunneen manaafi bakka hojii isaanii irraa kaafamuun rakkachaa turuu kaasuun, Bulchiinsi Magaaalaa Finfinnee suuqiiwwan daldalaa kanneen ijaaree kennuun isaa abdiifi jijjiirama guddaa ta\u2019uu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Misooma Lafa Magaalaa Finfinnee Magaalattiin waadaa jiraattota ishee waliin guddachuu dhugoomsaa jiraachuuf hojiin akkasii agarsiiftuu tahuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin qindaa\u2019e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"0d6d40457b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17820\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 08\/2018 Magaalaa Finfinneetti daldaltootni hojiilee misoomaaf bakka hojii isaanii irraa kaafamaniifi humna deebisanii ijaarrachuu hin qabne suuqiiwwan mootummaan ijaaraman carraadhaan kennamuufiin ibsameera. Kaafamtootni misoomaa kanaan dura manneen daldalaa gandaafi mootummaa kireeffatanii hojjataa turan, aksiyoonaan gurmaa\u2019anii gamoo daldalaa akka ijaaran carraa argatan kan turan tahus jiraattotni hedduun kaffaltii liizii raawwachuun ijaarrachuuf humna [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17821,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19,3],"tags":[],"class_list":["post-17820","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 08\/2018 Magaalaa Finfinneetti daldaltootni hojiilee misoomaaf bakka hojii isaanii irraa kaafamaniifi humna deebisanii ijaarrachuu hin qabne suuqiiwwan mootummaan ijaaraman carraadhaan kennamuufiin ibsameera. Kaafamtootni misoomaa kanaan dura manneen daldalaa gandaafi mootummaa kireeffatanii hojjataa turan, aksiyoonaan gurmaa\u2019anii gamoo daldalaa akka ijaaran carraa argatan kan turan tahus jiraattotni hedduun kaffaltii liizii raawwachuun ijaarrachuuf humna [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-17T13:27:28+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-17T13:27:31+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1204\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"737\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse\",\"datePublished\":\"2026-03-17T13:27:28+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-17T13:27:31+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/\"},\"wordCount\":268,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/\",\"name\":\"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-17T13:27:28+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-17T13:27:31+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg\",\"width\":1204,\"height\":737},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17820\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 08\/2018 Magaalaa Finfinneetti daldaltootni hojiilee misoomaaf bakka hojii isaanii irraa kaafamaniifi humna deebisanii ijaarrachuu hin qabne suuqiiwwan mootummaan ijaaraman carraadhaan kennamuufiin ibsameera. Kaafamtootni misoomaa kanaan dura manneen daldalaa gandaafi mootummaa kireeffatanii hojjataa turan, aksiyoonaan gurmaa\u2019anii gamoo daldalaa akka ijaaran carraa argatan kan turan tahus jiraattotni hedduun kaffaltii liizii raawwachuun ijaarrachuuf humna [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-17T13:27:28+00:00","article_modified_time":"2026-03-17T13:27:31+00:00","og_image":[{"width":1204,"height":737,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse","datePublished":"2026-03-17T13:27:28+00:00","dateModified":"2026-03-17T13:27:31+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/"},"wordCount":268,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/","name":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg","datePublished":"2026-03-17T13:27:28+00:00","dateModified":"2026-03-17T13:27:31+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655023234_1396934625788643_933754446603138697_n.jpg","width":1204,"height":737},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17820\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneen Waadaa Jiraattota Ishee Waliin Guddachuu Dhugoomsaa Jiraachuu Biiroon Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa Magaalattii Ibse"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17820","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17820"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17820\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17822,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17820\/revisions\/17822"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17821"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17820"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17820"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17820"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}