{"id":17852,"date":"2026-03-18T12:52:02","date_gmt":"2026-03-18T12:52:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17852"},"modified":"2026-03-18T12:52:05","modified_gmt":"2026-03-18T12:52:05","slug":"finfinneetti-hiikkaan-gaailaa-kuma-5fi-800-caalu-baatii-jaha-keessatti-galmaae","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/","title":{"rendered":"Finfinneetti hiikkaan gaa&#8217;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#8217;e"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS- Bitootessa 09\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Fuutiifi Duuti Hin Oolun mammaaksa uummata Oromoo biratti hiika guddaafi kabajas qabudha. Haata\u2019utii gaa\u2019ila moo itti gaafatamummaaf qophaa\u2019utuu dursa?<\/p>\n\n\n\n<p>Gaa\u2019illi raawwatamu har\u2019a akka kaleessaa osoo hin taane galmeen qabamuun eessatti maaltu, yoom, eenyu waliin raawwatame kan jedhu sanadaan ol kaa\u2019ama.<\/p>\n\n\n\n<p>Fakkeenyaaf Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejensiin Galmeessa Siiviliifi Tajaajila Jiraattotaa Magaalatti dhimmoota hordofuu keessaa tokko waliigaltee gaa\u2019ilaati.<\/p>\n\n\n\n<p>Ejensichi hordoffii taasisuun baatiiwwan jahan darbanitti gaa\u2019illi haaraan kuma 19 fi 800 kan galmaa\u2019e yoo tahu akkuma kana cimdiiwwan kuma 5 fi 800 caalan ammoo waliigaltee gaa\u2019ilaa waliin qaban addaan kutuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Daayirektarri Itti Aanaa Ejensii Galmeessa Siiviliifi Tajaajila Jiraattotaa Magaalaa Finfinnee Obbo Xigaabuu Shuumey, tajaajiloota hawaasummaa garaagaraaf ragaan gaa\u2019ilaa akka haal-dureetti kan fudhatamu waan ta\u2019eef bultiiwwan diigaman sirnaan galmaa\u2019aa jiraachuu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"771\" height=\"711\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653855044_1397637315718374_3679070198939933203_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17855\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653855044_1397637315718374_3679070198939933203_n-1.jpg 771w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653855044_1397637315718374_3679070198939933203_n-1-300x277.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653855044_1397637315718374_3679070198939933203_n-1-768x708.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 771px) 100vw, 771px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Gama biraatiin, hiikkaawwan galmaa\u2019an keessaa kuma Tokkoo fi 750 ol kanneen murtiin hiikkaa erga kennamee booda guyyaa 30 keessatti galmaa\u2019an yoo ta\u2019u kanneen hafan 695 immoo turanii kan galmaa\u2019an akka ta\u2019an hubatameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis lakkoofsi galmee hiikkaa bara darbee waliin wal bira qabamee yoo ilaalamu, kuma lamaa ol caalmaa qabaachuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Sababoota hiikkaa ilaalchisee, Ogeettiin Seeraafi Dhimma Hawaasummaa Aadde Maqdas Asfaawu, rakkooleen gaa\u2019ela keessatti uumaman yeroo baay\u2019ee tasa kan uumaman osoo hin ta\u2019in, dhimmoonni xiyyeeffannaa dhabanii yeroo dheeraaf harkifatan xumurri isaanii akka hiikkaa ta\u2019u ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gaa\u2019ela hundeessuunis ta\u2019e diiguun filannoo namoota dhuunfaa ta\u2019us, dhiibbaan wal hiikuu booda dhufu salphaatti to\u2019atamuu akka hin dandeenye kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cHiikkaan gaa\u2019elaa kallattiin namoota dhuunfaa fi daa\u2019imman irratti miidhaa geessisa; akkasumas karaa al-kallattiin immoo bu\u2019uura biyyaa kan ta\u2019e diiga\u201d jechuun dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Lammiin fayyaalessi maatiifi bultii fayyaalessa keessaa akka maddu kan eeran ogeettiin seeraa kun, daa\u2019imman rakkinaafi wal\u2019aansoo jireenya maatii isaanii ilaalaa guddachuun rakkoo eenyummaa akka isaan irratti uumu hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>\u201cKunis daa\u2019imman kunneen hawaasaaf yaaduu caalaa ofii isaanii qofa irratti xiyyeeffachuu yookaan ofittummaa (individualism) akka gabbifatan taasisuu mala\u201d kan jedhan, Aadde Maqdas deemee deemee guddina biyyaatti danqaa akka ta\u2019us ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Lakkoofsa hiikkaa hir\u2019isuufi daa\u2019imman gaaga\u2019ama xiin-sammuu irraa baraaruuf furmaanni guddaan qophii gaa\u2019ela duraa ta\u2019uu kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaafis namoonni gaa\u2019elatti osoo hin seenin dura itti gaafatamummaaf qophaa\u2019uu isaanii dursanii hubachuu, akkasumas dhiibbaa dhuunfaafi naannawwaa isaanii irraa itti dhufu adda baasanii beekuu akka qaban hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Gabaasa Barakat Geetaachoo, Malkaamuu Abbabaatu qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17852\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"6942f30482\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17852\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS- Bitootessa 09\/2018 Fuutiifi Duuti Hin Oolun mammaaksa uummata Oromoo biratti hiika guddaafi kabajas qabudha. Haata\u2019utii gaa\u2019ila moo itti gaafatamummaaf qophaa\u2019utuu dursa? Gaa\u2019illi raawwatamu har\u2019a akka kaleessaa osoo hin taane galmeen qabamuun eessatti maaltu, yoom, eenyu waliin raawwatame kan jedhu sanadaan ol kaa\u2019ama. Fakkeenyaaf Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejensiin Galmeessa Siiviliifi Tajaajila Jiraattotaa Magaalatti dhimmoota [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17853,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[15],"tags":[],"class_list":["post-17852","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-hawaasummaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneetti hiikkaan gaa&#039;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#039;e - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneetti hiikkaan gaa&#039;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#039;e - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS- Bitootessa 09\/2018 Fuutiifi Duuti Hin Oolun mammaaksa uummata Oromoo biratti hiika guddaafi kabajas qabudha. Haata\u2019utii gaa\u2019ila moo itti gaafatamummaaf qophaa\u2019utuu dursa? Gaa\u2019illi raawwatamu har\u2019a akka kaleessaa osoo hin taane galmeen qabamuun eessatti maaltu, yoom, eenyu waliin raawwatame kan jedhu sanadaan ol kaa\u2019ama. Fakkeenyaaf Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejensiin Galmeessa Siiviliifi Tajaajila Jiraattotaa Magaalatti dhimmoota [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-18T12:52:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-18T12:52:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1365\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Finfinneetti hiikkaan gaa&#8217;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#8217;e\",\"datePublished\":\"2026-03-18T12:52:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-18T12:52:05+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/\"},\"wordCount\":397,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Hawaasummaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/\",\"name\":\"Finfinneetti hiikkaan gaa'ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa'e - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-18T12:52:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-18T12:52:05+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1365},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17852\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneetti hiikkaan gaa&#8217;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#8217;e\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneetti hiikkaan gaa'ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa'e - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneetti hiikkaan gaa'ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa'e - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS- Bitootessa 09\/2018 Fuutiifi Duuti Hin Oolun mammaaksa uummata Oromoo biratti hiika guddaafi kabajas qabudha. Haata\u2019utii gaa\u2019ila moo itti gaafatamummaaf qophaa\u2019utuu dursa? Gaa\u2019illi raawwatamu har\u2019a akka kaleessaa osoo hin taane galmeen qabamuun eessatti maaltu, yoom, eenyu waliin raawwatame kan jedhu sanadaan ol kaa\u2019ama. Fakkeenyaaf Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ejensiin Galmeessa Siiviliifi Tajaajila Jiraattotaa Magaalatti dhimmoota [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-18T12:52:02+00:00","article_modified_time":"2026-03-18T12:52:05+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1365,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Finfinneetti hiikkaan gaa&#8217;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#8217;e","datePublished":"2026-03-18T12:52:02+00:00","dateModified":"2026-03-18T12:52:05+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/"},"wordCount":397,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg","articleSection":["Hawaasummaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/","name":"Finfinneetti hiikkaan gaa'ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa'e - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg","datePublished":"2026-03-18T12:52:02+00:00","dateModified":"2026-03-18T12:52:05+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/653369265_1397637335718372_3159728676839061244_n.jpg","width":2048,"height":1365},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17852\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneetti hiikkaan gaa&#8217;ilaa kuma 5fi 800 caalu baatii jaha keessatti galmaa&#8217;e"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17852","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17852"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17852\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17856,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17852\/revisions\/17856"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17853"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17852"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17852"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17852"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}