{"id":17930,"date":"2026-03-22T10:14:28","date_gmt":"2026-03-22T10:14:28","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17930"},"modified":"2026-03-22T10:14:32","modified_gmt":"2026-03-22T10:14:32","slug":"wal-haleellaa-cimaa-dhimma-waancaaf-falmachuu-arseenaal-vs-siitii-galgala-saatii-130-irraa-eegalu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/","title":{"rendered":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#8217;atii 1:30 irraa eegalu"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 13\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dubbii hin haalamne baay&#8217;een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa dhufeera. Gochootni Arteettaan dirreerratti raawwatu hundi kanuma Peep jechuun ni danda&#8217;ama. Deemee deemee akkaataan uffannaa isaayyuu kan Peep Gaardiyollaa irraa adda hin bahuun baay&#8217;een dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waanuma jedhame kan fakkaatu Mikee&#8217;el Arteettaan muuxannoo leenjisummaa Peep Gaardiyoollaa irraa barateen deebisee waggoota 4ffaan darban jala dhaabbateera. Sirriitti qoreera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo baay&#8217;ee Siitii waancaa biraan gahee kan deebi&#8217;e Arseenaal, barana ammoo waan hundaan Siitii of-duuba hiriirsuun Arteettaan namuma isa leenjise Gaardiyollaatti mataa dhukkubbii hamaa tahuun waanuma dirree irratti mul&#8217;atudha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kilabootni lameen Arseenaal vs Siitiin galgala tapha shaampiyoonummaa waancaa Kaaraabaa&#8217;oof Wambilleetti wal argu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Arseenaal waancaa kanarra baay&#8217;ee fagaatee waggootni 32 darbaniiru. Kilabichi waancaa hunda erga argatee bubbuleera. Kanaaf warri Arseenaal har&#8217;a galgala qoosaan hin jiru jedhan amanu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bakki taphaa Wambillee tahuun ammoo Mikee&#8217;el Arteettaafi Arseenaal akka ayyaana ilaallatan isaan taasiseera. Maaliif jennaan Arteettaan taphataas leenjisaas tahee dirree kana irratti injifatamee hin beeku.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama Arseenaal waan biraas jira. Har&#8217;a Arseenaal Siitii kan injifatu taanaan Eebrich Eezeen Wambilleetti waggaa osoo hin guutiin yeroo 3 miira injifannoo qooddachuuf carraa argata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maanchistar Siitii kilabni Peep Gaardiyollaa gama isaatiin waggoota 7 fi 8 darban hagas mara dharraa waancaa qabaachuus baatan garuu deeggaraa waancaa bare biratti harka duwwaa galuu waan hin barbaadneef tapha duraan taphachuun beekaman irratti sona dabaluun ciman akka dhufan xiinxaluun nama hin rakkisu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kilabootni lameen kana dura tapha xumura waancaa Kaaraabaa&#8217;oon waggaa 8 dura akkuma har&#8217;a wal arguun Siitiin injifateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Har&#8217;a garuu leenjisaan Arseenaal Mikee&#8217;el Arteettaadha. Wambilleen qe&#8217;ee yeroo 8 tti milkaa&#8217;edha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Galgala sa&#8217;atii 1:30 Arseenaal vs Siitii, tapha xumuraa waancaa Kaaraabaa&#8217;oo, hawaasni ispoortii Idil Addunyaa xiyyeeffannoo addaan eegu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kilaba injifateef xiinsammuun waancaa Pirimeerliigii guddaa sanas fuuldura fida. Eenyutu injifata? Tilmaamaa?<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iddoosaa Abdiitiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"1355244c7b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17930\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 13\/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay&#8217;een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa dhufeera. Gochootni Arteettaan dirreerratti raawwatu hundi kanuma Peep jechuun ni danda&#8217;ama. Deemee deemee akkaataan uffannaa isaayyuu kan Peep Gaardiyollaa irraa adda hin bahuun baay&#8217;een dubbataniiru. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17931,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[13],"tags":[],"class_list":["post-17930","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-kubbaa-miilaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#039;atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#039;atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 13\/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay&#8217;een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa dhufeera. Gochootni Arteettaan dirreerratti raawwatu hundi kanuma Peep jechuun ni danda&#8217;ama. Deemee deemee akkaataan uffannaa isaayyuu kan Peep Gaardiyollaa irraa adda hin bahuun baay&#8217;een dubbataniiru. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-22T10:14:28+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-22T10:14:32+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"686\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"386\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#8217;atii 1:30 irraa eegalu\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:14:28+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:14:32+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/\"},\"wordCount\":320,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/2-3.jpg\",\"articleSection\":[\"Kubbaa Miilaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/\",\"name\":\"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa'atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/2-3.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:14:28+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:14:32+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/2-3.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/2-3.jpg\",\"width\":686,\"height\":386},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17930\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#8217;atii 1:30 irraa eegalu\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa'atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa'atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 13\/2018 Arteettaafi Gaardiyolaan barataafi barsiisaa turan. Lammiileen Ispeen kunniin lameen sirriitti quba wal qabu. Dubbii hin haalamne baay&#8217;een kan dhugaa bahan Arteettaa keessatti Peep daawwachuun baratamaa dhufeera. Gochootni Arteettaan dirreerratti raawwatu hundi kanuma Peep jechuun ni danda&#8217;ama. Deemee deemee akkaataan uffannaa isaayyuu kan Peep Gaardiyollaa irraa adda hin bahuun baay&#8217;een dubbataniiru. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-22T10:14:28+00:00","article_modified_time":"2026-03-22T10:14:32+00:00","og_image":[{"width":686,"height":386,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#8217;atii 1:30 irraa eegalu","datePublished":"2026-03-22T10:14:28+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:14:32+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/"},"wordCount":320,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg","articleSection":["Kubbaa Miilaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/","name":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa'atii 1:30 irraa eegalu - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg","datePublished":"2026-03-22T10:14:28+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:14:32+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/2-3.jpg","width":686,"height":386},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17930\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Wal haleellaa cimaa, dhimma Waancaaf falmachuu Arseenaal vs Siitii, galgala sa&#8217;atii 1:30 irraa eegalu"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17930","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17930"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17930\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17932,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17930\/revisions\/17932"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17931"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17930"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17930"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17930"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}