{"id":17948,"date":"2026-03-22T10:27:41","date_gmt":"2026-03-22T10:27:41","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17948"},"modified":"2026-03-22T10:27:44","modified_gmt":"2026-03-22T10:27:44","slug":"ogeeyyiin-miidiyaa-haala-qabatamaa-addunyaa-waliin-tarkaanfachuun-faayidaa-biyyoolessaa-itoophiyaa-kabachiisuu-qabu-amb-reeduwaan-huseen","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/","title":{"rendered":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 12\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ogeeyyiin Miidiyaa biyya keenya haala qabatamaa Addunyaan keessa jirtu waliin of gahoomsuun faayidaa biyyoolessaa Itoophiyaa kabachiisuuf jabaatanii hojjachuu qabu jedhan Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaafi Walitti Qabaan Boordii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ogeeyyii Miidiyaa 36 guyyoota 21&#8217;f Leenjisaa ture eebbisiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirna Eebbaa kanarratti ergaa kan Daayireektara Olaantuun Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Hayimaanot Zallaqaa, Miidiyaaleen biyya keenyaafi Ogeeyyiin yeroo yerootti beekumsaan of gahoomsaafi of ijaaraa deemuun ergama biyya isaanii amanamummaan tajaajiluu bahachuu akka qaban hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full is-resized\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"720\" height=\"480\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/9-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-17950\" style=\"width:840px;height:auto\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/9-1.jpg 720w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/9-1-300x200.jpg 300w\" sizes=\"(max-width: 720px) 100vw, 720px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Abbaan Taayitichaa Miidiyaalee hordofuufi To&#8217;achuun cinaatti hojii Ogeeyii Miidiyaalee beekumsaan cimsuufi gahoomsuu hojjachuun, tajaajila uummataafi biyyi irraa barbaaddu kennuu akka danda&#8217;an taasisuu hojjachaa jiraachuus himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo biyyoolessaafi Walitti Qabaan Boordii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen gama isaaniin Miidiyaaleen hojii waliigaltee biyyoolessaa uumuufi darbees ijaarsa biyyaa keessatti gahee olaanaa bahachaa jiraachuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kanaafiis Mootummaan Ijaarsa Dhaabbilee Miidiyaaleefi Ogeeyyii irratti xiyyeeffannoo olaanaan hojjachaa jiraachuu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Odeeffannoon kamiyyuu of eeggannoofi itti gaafatamummaa olaanaan tamsa&#8217;uu akka qabuus Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen hubachiisaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Leenjiin kennamaa ture akkaataa Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa ittiin kabachiisuun danda&#8217;amu irratti kan fuulleffate tahuu kan eeran Ambaasaaddar Reeduwaan, Ogeeyyiin kunneen haala qabatamaa Addunyaa Odeeffannoo ammayyaa amma keessa jirru waliin tarkaanachuun faayidaafi fayyadamummaa uummata biyyattii mirkaneessuuf kutannoon akka hojjatan dhaamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gabaasni kan Mahaammad Toofiq<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"322c78e791\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17948\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 12\/2018 Ogeeyyiin Miidiyaa biyya keenya haala qabatamaa Addunyaan keessa jirtu waliin of gahoomsuun faayidaa biyyoolessaa Itoophiyaa kabachiisuuf jabaatanii hojjachuu qabu jedhan Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaafi Walitti Qabaan Boordii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen. Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ogeeyyii Miidiyaa 36 guyyoota 21&#8217;f Leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna Eebbaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17949,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-17948","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 12\/2018 Ogeeyyiin Miidiyaa biyya keenya haala qabatamaa Addunyaan keessa jirtu waliin of gahoomsuun faayidaa biyyoolessaa Itoophiyaa kabachiisuuf jabaatanii hojjachuu qabu jedhan Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaafi Walitti Qabaan Boordii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen. Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ogeeyyii Miidiyaa 36 guyyoota 21&#8217;f Leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna Eebbaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-22T10:27:41+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-22T10:27:44+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"720\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"480\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:27:41+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:27:44+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/\"},\"wordCount\":230,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/8-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/\",\"name\":\"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/8-1.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:27:41+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:27:44+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/8-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/8-1.jpg\",\"width\":720,\"height\":480},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17948\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 12\/2018 Ogeeyyiin Miidiyaa biyya keenya haala qabatamaa Addunyaan keessa jirtu waliin of gahoomsuun faayidaa biyyoolessaa Itoophiyaa kabachiisuuf jabaatanii hojjachuu qabu jedhan Daayireektarri Olaanaa Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaafi Walitti Qabaan Boordii Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ambaasaaddar Reeduwaan Huseen. Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa Ogeeyyii Miidiyaa 36 guyyoota 21&#8217;f Leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna Eebbaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-22T10:27:41+00:00","article_modified_time":"2026-03-22T10:27:44+00:00","og_image":[{"width":720,"height":480,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen","datePublished":"2026-03-22T10:27:41+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:27:44+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/"},"wordCount":230,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/","name":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg","datePublished":"2026-03-22T10:27:41+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:27:44+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/8-1.jpg","width":720,"height":480},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17948\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Ogeeyyiin Miidiyaa Haala Qabatamaa Addunyaa Waliin Tarkaanfachuun Faayidaa Biyyoolessaa Itoophiyaa Kabachiisuu Qabu \u2013 Amb. Reeduwaan Huseen"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17948","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17948"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17948\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17951,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17948\/revisions\/17951"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17949"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17948"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17948"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17948"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}