{"id":17956,"date":"2026-03-22T10:31:56","date_gmt":"2026-03-22T10:31:56","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=17956"},"modified":"2026-03-22T10:31:59","modified_gmt":"2026-03-22T10:31:59","slug":"baga-ayyaana-iid-al-faxirii-waggaa-1447ffaa-ittiin-isin-gahe-ofii-biyyootni-guutuu-addunyaa-ayyaanicha-akkamiin-kabaju-amn-dijitaal-irra-marseera","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/","title":{"rendered":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera."},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 11\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho&#8217;aan kabajama.<\/p>\n\n\n\n<p>Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa isaanii xumuruun booda ayyaana kana haala ho\u2019aa ta\u2019een kabajatu. Haa ta\u2019uu malee biyyoonni addunyaa kanaa aadaafi sirna mataa isaaniitiin kabaju.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma kanaan biyya Afgaanistaanitti warri dhiirotaa killee bilchaatee fudhatanii bahuun dorgommii taphaa adeemsisu. Dorgommiin kunis \u201cTapha Killee\u201d jedhamuun kan beekamu yoo ta\u2019u kunis hanqaaquu wal harkatti cabsuudha. Dhumarrattis namni osoo hanqaaquun isaa hin cabin oolfate dorgomicha ni injifata jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya Chaayinaatti ammoo hordoftoonni amanta Islaamaa ayyaana Eid kabajuuf, gara awwaala abbootii isaanii duraanii deemun bakkee awwaala qulqulleessuufi Quraana dubbisuun kan dabarsan yoo ta\u2019u kunis warra darban yaadachuun ayyaana isaanii maatii isaanii waliin ciminaan walitti hidhata akka qabuutti kan yaadamuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya Turkiyee keessatti ayyaanni Iid Al-Faxirii yeroo tokko tokko \u201cAyyaana Karamellaa yookaan Sukkaaraa\u201d jedhamee kan waamamu yoo ta\u2019u, ijoolleen ollaarraa deemuudhaan, firoottanfi maatii isaanii nagaa yoo gaaafatan jaarsoliifi maatiin ammoo ijoollee kanneenif karamellaa, chokoleetiifi waan mi\u2019aawwaa kennuudhaan kabajatu.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya Indoneezhiyaa ammoo ayyaana Iid Al-Faxirii kabajuuf namoonni miiliyoonotan lakkaa\u2019aman magaala guddoo biyyatti irraa ka\u2019anii gara gandoota dhalootaa isaanitti imaluun kan kabajatan yoo ta\u2019u, imalli kunis Addunyaa irratti sochii uummataa waggaa waggaan taasifaman keessaa isaa guddaa akka ta\u2019e kan agarsiisuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Biyya Morookoo keessatti dhiironni ayyaana Iid Al-Faxirii kabajuuf uffata aadaa isaanii \u201cJillaabaa\u201d jedhamu uffatanii masgiida dhaqanii soolaatinii erga deebi\u2019anii booda nyaata aadaa isaanii kan ta\u2019e \u201cNanaa shaayii\u201d fi nyaata \u201cMisaman\u201d jedhamuu qopheessanii maatii waliin nyaachuun sirna ayyaanaa kabajamuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaa keessatti, Musliimonni ayyaana Iid Al-Faxirii tokkummaan daandii irratti soolaatu, kabaju, ollaafi maatiin walwaamuufi waan qaban waliif qooduun ayyaana kabajamuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Ayyaanichi guutuu Addunyaarratti akkasiin kabajama jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Isin mana mana keessanitti haala kamiin kabajaa jirtu? Yaada keessan nuf qoodaa!<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"17956\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"7f4c13970f\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17956\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 11\/2018 Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho&#8217;aan kabajama. Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa isaanii xumuruun booda ayyaana kana haala ho\u2019aa ta\u2019een kabajatu. Haa ta\u2019uu malee biyyoonni addunyaa kanaa aadaafi sirna mataa isaaniitiin kabaju. Haaluma kanaan biyya Afgaanistaanitti warri [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":17957,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-17956","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.3 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 11\/2018 Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho&#8217;aan kabajama. Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa isaanii xumuruun booda ayyaana kana haala ho\u2019aa ta\u2019een kabajatu. Haa ta\u2019uu malee biyyoonni addunyaa kanaa aadaafi sirna mataa isaaniitiin kabaju. Haaluma kanaan biyya Afgaanistaanitti warri [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-22T10:31:56+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-22T10:31:59+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"698\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:31:56+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:31:59+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/\"},\"wordCount\":316,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/12-1.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/\",\"name\":\"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/12-1.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-22T10:31:56+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-22T10:31:59+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/12-1.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/12-1.jpg\",\"width\":1280,\"height\":698},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/17956\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 11\/2018 Ayyaanni Iid Al-Faxirii waggaa 1447ffaa Addunyaa guutuu keessatti hordoftoota amantaa Islaamaatiin akkaataa duudhaa amantichaatti sirna ho&#8217;aan kabajama. Hordoftoonni amantaa Islaamaa Ramadaana keessa soomaa fi kadhannaa isaanii xumuruun booda ayyaana kana haala ho\u2019aa ta\u2019een kabajatu. Haa ta\u2019uu malee biyyoonni addunyaa kanaa aadaafi sirna mataa isaaniitiin kabaju. Haaluma kanaan biyya Afgaanistaanitti warri [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-22T10:31:56+00:00","article_modified_time":"2026-03-22T10:31:59+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":698,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera.","datePublished":"2026-03-22T10:31:56+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:31:59+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/"},"wordCount":316,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/","name":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera. - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg","datePublished":"2026-03-22T10:31:56+00:00","dateModified":"2026-03-22T10:31:59+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/12-1.jpg","width":1280,"height":698},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/17956\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Baga Ayyaana Iid Al-Faxirii Waggaa 1447ffaa Ittiin Isin Gahe! Ofii Biyyootni Guutuu Addunyaa Ayyaanicha Akkamiin Kabaju? AMN Dijitaal Irra Marseera."}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17956","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=17956"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17956\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":17958,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/17956\/revisions\/17958"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/17957"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=17956"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=17956"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=17956"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}