{"id":18014,"date":"2026-03-25T10:38:05","date_gmt":"2026-03-25T10:38:05","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=18014"},"modified":"2026-03-25T10:38:08","modified_gmt":"2026-03-25T10:38:08","slug":"hojjettootni-bilbila-harkaa-akka-hin-qabanne-waajjira-dhorke-beektuu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/","title":{"rendered":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu?"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinnee Keessaa Mana Hojii Mootummaa Tokkotti Hojjettootni Waajjiraa, Bilbila Harkaa Qabatan Bakka Hojiitti Argamuun Hin Danda\u2019amu. Biiroo isa kam? Bilbilli maaliif dhorkama? AMN Dijitaal guutuu odeeffannichaa qabateera<\/p>\n\n\n\n<p>Yeroo dhiyoo as itti quufiinsa maammiltootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran bakka tokko tokkotti kunis jira sadarkaa nama jechisiisurra gahaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Naannawwaa manneen hojii mootummaa hojjetaafi tajaajilamaaf mijeessuun tajaajila saffisaafi qulqullina qabu diriirsuun gama boqona kenniinsa tajaajilaa dijitaalessuunillee hojiileen hojjetaman hojimaata badaa kaleessa ture hir\u2019isuun sadarkaa balleessuurraan gahuun danda\u2019ameera.<\/p>\n\n\n\n<p>Bakka tokko tokkotti hojjetan mootummaa tajaajilamaa kaa\u2019ee bilbila harkaa ykn ammoo Kompiwutaraa itti gargaaramu tuttuquun hafee xiyyeeffannoo isaa gara hojii itti ramadamee hojjetuutti akka fuulleffatu taasifameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"512\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/654421465_1403227315159374_62030346346867130_n-1024x512.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-18016\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/654421465_1403227315159374_62030346346867130_n-1024x512.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/654421465_1403227315159374_62030346346867130_n-300x150.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/654421465_1403227315159374_62030346346867130_n-768x384.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/654421465_1403227315159374_62030346346867130_n.jpg 1242w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Akka fakkeenyaatti kaasuuf Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Kutaa galmeessaafi Eeyyama daladalaa onlaayinii (Online) tajaajila barbaaddan argachuuf yoo deemtan hojjetan mana hojichaa hundi maammiltoota tajaajiluuf oliifi gadii yoo jedhu malee nama bilbila ykn kompiwutara tuttuqu tokko hin argitan jechuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Kun maalirraa dhufe yoo jettan hojjettootni biiricha duruma gaafa gara mana hojii isaanii deeman bilbilaafi meeashaalee biroo qabatan deeman bakka akka keewwataniif isaaniif eeyyamame keewwachuun hojii isaanii idilee akka seenan murtaa\u2019uun iccitii milkaa\u2019ina mana hojichaati.<\/p>\n\n\n\n<p>Lalisee Alamaayyoofi Abdiisaa Lammeechaa Ogeeyyii galmeessaafi eeyyama daldalaa Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee yoo tahan kanaan dura bilbila qabannee hojii seenuun kabaja tajaajilamaaf kennamu nu dagachiisee tureen ibsuun har\u2019a garuu miira tajaajiltummaa dhugaan maammiltoota mana hojii isaanii deeman onnee guutuun akka tajaajillu nu taasisaan ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis bilbila bakka biraa keewwatanii hojii irratti fuulleffachuun tajaajila qulqullinaafi saffisa qabu kennuuf mala sirrii tahuu ogeeyyiin kunniin turtii AMN Sagalee Dhalootaa waliin taasisaniin ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Biirichi hojjetaaf haala mijessuun bibila fudhatan gara bakka hojii akka hin seenne taasisuu dabalatee tajaajila kennamu dijitaalessuun itti quufinsa maammiltoota mana hojichaa mirkaneessuu keessatti qooda olaanaa qabaachu, hojimaata badaa duraan ture hambisuufi yeroo qusachuufillee hojiin akkasii akka jajjabeeffamuu qabu kan ibsan ammoo Daayirektara Komunikeeshinii Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Obbo Ashannaafii Birhaanuuti.<\/p>\n\n\n\n<p>Hojiin fakkeenyummaa qabu akkasii bakka hundatti yoo babal\u2019ate tajaajila saffisaafi qulqullinaan kennuuf murteessaa tahuu AMN Dijitaal taajjabeera.<\/p>\n\n\n\n<p>Isin hoo! Tajaajila argachuuf Biirolee Hojii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessaa eessa deemtan beektu? Maaltu isiin mudatee taajjabbii qabdu? Yaada keessaan iftoominaan nuuf qooda!<\/p>\n\n\n\n<p>Gabaasa Yaaloowu Geetaaneh Iddoosaa Abdiiti qindeesse<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"18014\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18014\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Finfinnee Keessaa Mana Hojii Mootummaa Tokkotti Hojjettootni Waajjiraa, Bilbila Harkaa Qabatan Bakka Hojiitti Argamuun Hin Danda\u2019amu. Biiroo isa kam? Bilbilli maaliif dhorkama? AMN Dijitaal guutuu odeeffannichaa qabateera Yeroo dhiyoo as itti quufiinsa maammiltootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran bakka tokko tokkotti kunis jira sadarkaa nama jechisiisurra gahaniiru. Naannawwaa manneen hojii mootummaa [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":18015,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[19],"tags":[],"class_list":["post-18014","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-bulchiinsa-gaarii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Finfinnee Keessaa Mana Hojii Mootummaa Tokkotti Hojjettootni Waajjiraa, Bilbila Harkaa Qabatan Bakka Hojiitti Argamuun Hin Danda\u2019amu. Biiroo isa kam? Bilbilli maaliif dhorkama? AMN Dijitaal guutuu odeeffannichaa qabateera Yeroo dhiyoo as itti quufiinsa maammiltootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran bakka tokko tokkotti kunis jira sadarkaa nama jechisiisurra gahaniiru. Naannawwaa manneen hojii mootummaa [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-25T10:38:05+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-25T10:38:08+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1123\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"624\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu?\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:38:05+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:38:08+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/\"},\"wordCount\":360,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Bulchiinsa Gaarii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/\",\"name\":\"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:38:05+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:38:08+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg\",\"width\":1123,\"height\":624},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18014\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Finfinnee Keessaa Mana Hojii Mootummaa Tokkotti Hojjettootni Waajjiraa, Bilbila Harkaa Qabatan Bakka Hojiitti Argamuun Hin Danda\u2019amu. Biiroo isa kam? Bilbilli maaliif dhorkama? AMN Dijitaal guutuu odeeffannichaa qabateera Yeroo dhiyoo as itti quufiinsa maammiltootaa mirkaneessuuf hojiileen hojjetamaa jiran bakka tokko tokkotti kunis jira sadarkaa nama jechisiisurra gahaniiru. Naannawwaa manneen hojii mootummaa [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-25T10:38:05+00:00","article_modified_time":"2026-03-25T10:38:08+00:00","og_image":[{"width":1123,"height":624,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu?","datePublished":"2026-03-25T10:38:05+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:38:08+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/"},"wordCount":360,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg","articleSection":["Bulchiinsa Gaarii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/","name":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg","datePublished":"2026-03-25T10:38:05+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:38:08+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656011060_1403227708492668_10058934507262975_n.jpg","width":1123,"height":624},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18014\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hojjettootni bilbila harkaa akka hin qabanne waajjira dhorke beektuu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18014","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=18014"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18014\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":18017,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18014\/revisions\/18017"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/18015"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=18014"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=18014"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=18014"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}