{"id":18026,"date":"2026-03-25T10:43:41","date_gmt":"2026-03-25T10:43:41","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=18026"},"modified":"2026-03-25T10:43:46","modified_gmt":"2026-03-25T10:43:46","slug":"hanqina-bobaaa-akka-addunyaatti-uumame-hordofee-biyyootni-garaagaraa-yaada-furmaataa-akkamii-mala-dhahaa-jiru","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/","title":{"rendered":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walitti bu\u2019iinsa Baha Giddu Galeessaa keessatti uumameen hanqina boba\u2019aa Addunyaa mudate darbuuf biyyootni garaagaraa tarkaanfii yeroo gabaabaafi dheeraa fudhachuuf dirqamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyootni tarkaanfii ariifachiisaa adda addaa fudhachuu dabalatee tarsiimoo yeroo dheeraa isaaniis fooyyessaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tarkaanfiilee furmaataa keessaa: qusannaa humnaa (energy saving), bulchiinsa dhiyeessiifi kuusaa, deeggarsa diinagdeefi jijjiirama dhaabbattummaa yeroo dheeraafi kanneen biroof xiyyeeffannoo kennaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyoota Addunyaa tarkaanfii qusannaa humnaa ariifachiisaa akkasii fudhachaa jiran keessaa Paakistaaniifi Sirilankaan akka fakkeenyaatti kahu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sirilaankaa sirna qoodinsa boba\u2019aa bifa dijitaalawaan (QR code) yoo diriirsitu, Maaynaamaar ammoo lakkoofsa gabatee konkolaattotaa guutuufi qara jechuun daangessuun akkaataa itti fayyadama boba\u2019aa ishee qusachaa jiraachuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Paakistaaniifi Philiippinsi guyyaa hojii torbeetti qaban gara afuritti yoo hir\u2019isan, Baangilaadish itti fayyadama boba\u2019aa qusachuuf barnoota toora intarneetiin kennaa jirti jedhameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"720\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656836654_1403033258512113_4266541647470076527_n-1-1024x720.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-18029\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656836654_1403033258512113_4266541647470076527_n-1-1024x720.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656836654_1403033258512113_4266541647470076527_n-1-300x211.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656836654_1403033258512113_4266541647470076527_n-1-768x540.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656836654_1403033258512113_4266541647470076527_n-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma walfakkaatuun Taayilaandiis hojjettootni hojii mootummaa mana tahan akka hojjetan murteessuun biyyoota Addunyaa itti fayyadama boba\u2019aa qusachuuf tarkaanfii garaagaraa fudhatan keessatti eeramtetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyootni tokko tokko ammoo boba\u2019aa kuusan gadi lakkisuu, boba\u2019aa gara alaatti ergamu daangeessuufi waliigaltee haaraa bittaa boba\u2019aa raawwachuu irratti hojjechaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Fakkeenyaaf Awuustiraaliyaafi Kooriyaan Kibbaa gabaa boba\u2019aa Addunyaa tasgabbeessuuf boba\u2019aa duraan kuusan Liitira Miliyoona hedduu gabaaf dhiyeessuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama biroon Chaayinaan boba\u2019aa gara gabaa alaatti ergitu yoo dhaabdu, Maaleezyiyaan murtoo Chaayinaa kana hordofuu hin ooltuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hindiifi Sirilaankaan biyyoota akka Raashiyaa dhiyeessi boba\u2019aa gahaa qabanirraa galfachuuf yaadaa warreen jiran jedhamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haala amma boba\u2019aan walqabatee Addunyaa mudate dandamachuuf biyyootni tokko tokko ammoo deeggarsa taasisuufi gibira hir\u2019isuun bu\u2019aa argamu to\u2019achuun dinagdeen isaanii akka bayyanatan filannoo taaasifachuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"598\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n-1024x598.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-18030\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n-1024x598.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n-300x175.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n-768x449.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n-1200x700.jpg 1200w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657346698_1403033165178789_4524417159051813715_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Fakkeenyaaf Jaappaan gatii boba\u2019aa yoo daangessitu, Veetinaam ammoo dhiyeessii boba\u2019aa irratti gibira duraan kaffalchiistu 0% taasisuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Xaaliyaaniifi Faransaay ammoo abbootii qabeenyaa bu\u2019aa hin mallee argachuuf hojjetan irratti gibira dabaluufi kuusaa buufataalee boba\u2019aa ofiin to\u2019achuuf murteessuun himameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Biyyootni karoora yeroo dheeraan gara madda anniisaa haaromfamaatti ce\u2019uuf hojjetan jiraachuunis akkasuma ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hanqinni boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame biyyootni garaagaraa yaada furmaata jedhanii itti amanan akka mala dhahan yoo taasisu Ardiin Awurooppaa imala gara gaazii uumamaa fayyadamutti taasiftu akka saffisiistuu daandii yoo saaquf, Hindii ammoo konkolaattota anniisaa elektirikaan hojjetan akka hatattamaan hojiitti galchitu taasisuun ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walumaagalatti biyyootni Addunuyaa hanqina boba\u2019aa waraana Baha Giddu Galeessaa hordofe jalaa bahuuf filmaatilee dhiyeessiifi qusannaa boba\u2019aa mala dhaha kan jiran yoo tahuu, Itoophiyaanis hawaasni boba\u2019aa qusannaan akka fayyadamu taasisuuf tarkaanfii garaagaraa fudhachaa kan jirtu yoo tahu qaala\u2019iinsa jireenyaa tasgabeessuuf deeggarsa (subsidy) garaagaraa kennaa jirti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iddoosaa Abdiitiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f86f555eb3\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18026\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Walitti bu\u2019iinsa Baha Giddu Galeessaa keessatti uumameen hanqina boba\u2019aa Addunyaa mudate darbuuf biyyootni garaagaraa tarkaanfii yeroo gabaabaafi dheeraa fudhachuuf dirqamaniiru. Biyyootni tarkaanfii ariifachiisaa adda addaa fudhachuu dabalatee tarsiimoo yeroo dheeraa isaaniis fooyyessaa jiru. Tarkaanfiilee furmaataa keessaa: qusannaa humnaa (energy saving), bulchiinsa dhiyeessiifi kuusaa, deeggarsa diinagdeefi jijjiirama dhaabbattummaa yeroo dheeraafi kanneen [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":18027,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-18026","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.6 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Walitti bu\u2019iinsa Baha Giddu Galeessaa keessatti uumameen hanqina boba\u2019aa Addunyaa mudate darbuuf biyyootni garaagaraa tarkaanfii yeroo gabaabaafi dheeraa fudhachuuf dirqamaniiru. Biyyootni tarkaanfii ariifachiisaa adda addaa fudhachuu dabalatee tarsiimoo yeroo dheeraa isaaniis fooyyessaa jiru. Tarkaanfiilee furmaataa keessaa: qusannaa humnaa (energy saving), bulchiinsa dhiyeessiifi kuusaa, deeggarsa diinagdeefi jijjiirama dhaabbattummaa yeroo dheeraafi kanneen [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-25T10:43:41+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-25T10:43:46+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"840\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru?\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:43:41+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:43:46+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/\"},\"wordCount\":418,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/\",\"name\":\"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:43:41+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:43:46+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":840},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18026\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 15\/2018 Walitti bu\u2019iinsa Baha Giddu Galeessaa keessatti uumameen hanqina boba\u2019aa Addunyaa mudate darbuuf biyyootni garaagaraa tarkaanfii yeroo gabaabaafi dheeraa fudhachuuf dirqamaniiru. Biyyootni tarkaanfii ariifachiisaa adda addaa fudhachuu dabalatee tarsiimoo yeroo dheeraa isaaniis fooyyessaa jiru. Tarkaanfiilee furmaataa keessaa: qusannaa humnaa (energy saving), bulchiinsa dhiyeessiifi kuusaa, deeggarsa diinagdeefi jijjiirama dhaabbattummaa yeroo dheeraafi kanneen [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-25T10:43:41+00:00","article_modified_time":"2026-03-25T10:43:46+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":840,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru?","datePublished":"2026-03-25T10:43:41+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:43:46+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/"},"wordCount":418,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/","name":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg","datePublished":"2026-03-25T10:43:41+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:43:46+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/656876757_1403033225178783_684240904788914398_n.jpg","width":1280,"height":840},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18026\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Hanqina boba\u2019aa akka Addunyaatti uumame hordofee biyyootni garaagaraa yaada furmaataa akkamii mala dhahaa jiru?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18026","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=18026"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18026\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":18031,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18026\/revisions\/18031"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/18027"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=18026"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=18026"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=18026"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}