{"id":18044,"date":"2026-03-25T10:54:51","date_gmt":"2026-03-25T10:54:51","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=18044"},"modified":"2026-03-25T10:54:53","modified_gmt":"2026-03-25T10:54:53","slug":"finfinneen-tajaajila-doqdoqqeewwan-anniisaa-elektirikaan-hojjetanii-babalisuun-daballii-gatii-bobaaa-irraa-dandamachaa-jirti-xinhua","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/","title":{"rendered":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Bitootessa 14\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Saamu\u2019eel Abbaabbuu dargaggeessa waggaa 22 jiraataa Magaalaa Finfinneeti. Dhaabbata Kiliik (Klik) kan tajaajila nyaata, dhugaatii, qorichaafi tajaajiloota biroo bakka tokkoo gara bakka biraatti geejjibsiisuun hawaasa tajaajilu keessa hojjata. Dhaabbatni kun hojjattoota tajaajila kana kennan 100 yoo qabaatu, Saamu\u2019eel isa tokkodha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tajaajila kana ammoo kan kennu motora elekirikaa \u2018e-bikes\u2019n yoo ta\u2019u madda galii mijeeffachuu irra darbee faayidaalee garaagaraa isaaf argamsiisuu \u2018Xinhua\u2019tti himeera. Rakkoo tiraafikaaf saaxilameen dhaabbadha, gatii boba\u2019aatu dabale, bakkan itti dhaabbadhu yookaan paarkingiin dhabe jedhanii yaadda\u2019uun akka hin jirre dubbachuun walaba ta\u2019ee hojii isaa hojjachaa jiraachuu dubbateera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Saamu\u2019eel, motora elektirikaa fayyadamuun gatiin isaa madaalawaa ta\u2019uu irra darbee doqdoqqeewwan idilee kanneen boba\u2019aan socho\u2019an caalaa saffisa qabu. Inni guddaan ammoo yeroo akkas gatiin boba\u2019aa qaala\u2019u faayidaa hanga hin jedhamne qabu\u201d jechuun ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Motorootni elektirikaa tajaajila meeshaa fayyadaman barbaadu bakka tokko irraa gara bakka biraatti geessuu taasisaa jiraniin qofa osoon taane, faayidaan isaan Itoophiyaa keessumaa Finfinnee keessatti argamsiisaa jiran olaanaa ta\u2019uu gabaasni \u2018Xinhua\u2019 kun eereera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1011\" height=\"674\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657343441_1402458778569561_2357757623238725536_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-18046\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657343441_1402458778569561_2357757623238725536_n.jpg 1011w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657343441_1402458778569561_2357757623238725536_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/657343441_1402458778569561_2357757623238725536_n-768x512.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 1011px) 100vw, 1011px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Keessumaa tarsiimoo Itoophiyaan tajaajila geejjibaa gara elektirikaatti ceesisuuf taasisaa jirtu ceesisuun, biyyattiin sharafa alaan maallaqa guddaa doolaara biliyoonaan lakka\u2019aamu boba\u2019aaf dhangalaastu gama hir\u2019isuun milkaa\u2019ina olaanaa kan galmeessisu ta\u2019uu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gabaasni Xinhua kun Itoophiyaan ALA\u2019tti bara 2024 irraa eegaluun konkolaataawwan bobo\u2019aan socho\u2019an biyya alaa irraa galchuu kan dhaabde ta\u2019uu eeruun kanneen konkolaataawwan elektrikaa galchaniif onnachiisuuf hir\u2019isa gibiraa taasisuu ishee yaadachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii FDRI tibbana rakkoo Baha Giddugaleessaa keessatti uumame hordofuun gatiin boba\u2019aa dabaluufi hanqinni uumamuu hordofee ce\u2019umsa tajaajila geejjibaa elektirikaa kan jajjabeessu ta\u2019uu eereera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhaabbilee tajaajila geejjiba motora elektirikaa kennaa jiran keessaa tokko \u201cLodric Trading PLC\u201d kan jedhamu ta\u2019uu eeruun maqaa daldalaa \u201cYadea Ethiopia\u201d doqdoqqeewwan elektirikaa magaalota Itoophiyaa Shan keessatti erga raabsuu jalqabee waggootni muraasni lakka\u2019amuu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Magaalaa Finfinnee keessatti namootni eyyema konkolaachisummaa qaban daangaa ariitii sa\u2019aatii tokko keessatti Kiiloo Meetira 30\u2019n daandii biskileetii irra akka oofan eyyemameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Fayyadamtoota mootora elektirikaa keessaa Isaayyaas Faxxanaa, karoora motora elektirikaa bitachuu akka qabu ibsuun, \u201cmalli geejjibaa elektirikaa baasii qusachuu irra darbee, dhaabbatni gurguraa jiru illee meeshaawwan jijjiirraa waan qabuuf yoo caban suphuuf rakkisaa hin ta\u2019u jechuun Xinhua\u2019f yaada kenneera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"9d46163b8d\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18044\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Bitootessa 14\/2018 Saamu\u2019eel Abbaabbuu dargaggeessa waggaa 22 jiraataa Magaalaa Finfinneeti. Dhaabbata Kiliik (Klik) kan tajaajila nyaata, dhugaatii, qorichaafi tajaajiloota biroo bakka tokkoo gara bakka biraatti geejjibsiisuun hawaasa tajaajilu keessa hojjata. Dhaabbatni kun hojjattoota tajaajila kana kennan 100 yoo qabaatu, Saamu\u2019eel isa tokkodha. Tajaajila kana ammoo kan kennu motora elekirikaa \u2018e-bikes\u2019n yoo ta\u2019u [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":18045,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[5],"tags":[],"class_list":["post-18044","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-idil-adunyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.7 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 14\/2018 Saamu\u2019eel Abbaabbuu dargaggeessa waggaa 22 jiraataa Magaalaa Finfinneeti. Dhaabbata Kiliik (Klik) kan tajaajila nyaata, dhugaatii, qorichaafi tajaajiloota biroo bakka tokkoo gara bakka biraatti geejjibsiisuun hawaasa tajaajilu keessa hojjata. Dhaabbatni kun hojjattoota tajaajila kana kennan 100 yoo qabaatu, Saamu\u2019eel isa tokkodha. Tajaajila kana ammoo kan kennu motora elekirikaa \u2018e-bikes\u2019n yoo ta\u2019u [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-03-25T10:54:51+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-03-25T10:54:53+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"590\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"393\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:54:51+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:54:53+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/\"},\"wordCount\":381,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Idil Adunyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/\",\"name\":\"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-03-25T10:54:51+00:00\",\"dateModified\":\"2026-03-25T10:54:53+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/03\\\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg\",\"width\":590,\"height\":393},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18044\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Bitootessa 14\/2018 Saamu\u2019eel Abbaabbuu dargaggeessa waggaa 22 jiraataa Magaalaa Finfinneeti. Dhaabbata Kiliik (Klik) kan tajaajila nyaata, dhugaatii, qorichaafi tajaajiloota biroo bakka tokkoo gara bakka biraatti geejjibsiisuun hawaasa tajaajilu keessa hojjata. Dhaabbatni kun hojjattoota tajaajila kana kennan 100 yoo qabaatu, Saamu\u2019eel isa tokkodha. Tajaajila kana ammoo kan kennu motora elekirikaa \u2018e-bikes\u2019n yoo ta\u2019u [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-03-25T10:54:51+00:00","article_modified_time":"2026-03-25T10:54:53+00:00","og_image":[{"width":590,"height":393,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019","datePublished":"2026-03-25T10:54:51+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:54:53+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/"},"wordCount":381,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg","articleSection":["Idil Adunyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/","name":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019 - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg","datePublished":"2026-03-25T10:54:51+00:00","dateModified":"2026-03-25T10:54:53+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/03\/655573246_1402458775236228_1305979845779383246_n.jpg","width":590,"height":393},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18044\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneen tajaajila doqdoqqeewwan anniisaa elektirikaan hojjetanii babal\u2019isuun daballii gatii boba\u2019aa irraa dandamachaa jirti- \u2018Xinhua\u2019"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18044","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=18044"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18044\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":18047,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18044\/revisions\/18047"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/18045"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=18044"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=18044"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=18044"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}