{"id":18421,"date":"2026-04-23T09:09:02","date_gmt":"2026-04-23T09:09:02","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=18421"},"modified":"2026-04-23T09:09:04","modified_gmt":"2026-04-23T09:09:04","slug":"umrii-soorama-baanetti-dachee-sammuu-soortu-qalbii-nama-boojitu-finfinnee-daawwannee-ittis-bashannanne-cimdiiwwan-kanaadaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/","title":{"rendered":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Ebla 15\/2018<\/p>\n\n\n\n<p>Kiriisiifi Imiiliin cimdiiwwan lammummaan isaanii Kaanaadaadha.<br>Waggaa Lamaan kana wayita hojii isaanii irraa soorama bahan haala kamiin yeroo jireenyaa isaanii hafu gammachuufi haala namoota biroo gargaaruu danda\u2019aniin akkaataa dabarsuuf mijatuf irratti mari\u2019atan.<\/p>\n\n\n\n<p>Kunis biyyoota addunyaa hunda irra naanna\u2019uun waan dinqisiisaa argan hordoftoota miidiyaa hawaasaa isaaniif qooduu ture. Toorri Yuutuubii \u201cChris and Imilie\u2019\u2019 banatan hordoftoota hedduu horachuu danda\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"607\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145955-1024x607.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18424\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145955-1024x607.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145955-300x178.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145955-768x455.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145955.png 1239w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Daawwii Biyyoota addunyaa isaanii keessatti tibbana Finfinnee qalbii isaaniitti dhufteefi addunyaan hunduu faarsu irraa hafuu akka hin barbaadne dubbatti, Imiliin.<\/p>\n\n\n\n<p>Daawwannaa ishee Paarkii Tokkummaa irraa eegalte. Barreeffama afaan Ingiliziin \u201cE-IOPIA\u201d jedhu kan qubeen tokko hafe, namni hunduu jidduu dhaabbachuun \u201cT\u201d itti dabaluun, \u201cETHIOPIA\u201d taasisu guutuun eegalti. Harka ishee bal\u2019istees miira gammachuun, \u201cBaga nagaan gara Finfinnee, Ethiopia\u201d dhuftan jechuun keessummoota biroos simatti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"548\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145411-1024x548.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18430\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145411-1024x548.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145411-300x160.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145411-768x411.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145411.png 1318w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Finfinneen magaalaa guddoo Itoophiyaafi Afrikaa jiraattota Miliyoona Jahaa ol qabdu ta\u2019uu eeruun, akkasuma illee bakka teessoo Gamtaa Afriikaafi biyya Afriikaa tasumaa koloneeffatamtee hin beekne ta\u2019uu ibisiti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"595\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145638-1024x595.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18425\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145638-1024x595.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145638-300x174.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145638-768x446.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145638.png 1263w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Misooma qarqara laggeenii hojjataman keessaa isa tokko bira dhaabbachuun dinqisiifatti, misoomni koriidarii daandiiwwan bal\u2019ina qabaniifi namootni irra adeeman miidhagoo ta\u2019an caalaatti hawwattumaa Finfinnee ol kaasanii mul\u2019isuu dubbatti. Magaalaan Finfinnee magaalaa jaal\u2019atan, mararsiifatanii fi ajaa\u2019ibsiifatan ta\u2019uu qalbiin dubbatti.<\/p>\n\n\n\n<p>Imiiliin gara Godaambaa Biyyaalessaa Itoophiyaatti goruun Itoophiyaan bakka argama dhala namaa ta\u2019uu eeruun Luusii\/Dinqinash daawwachiisti. Yeroo isheen Luusiin as jirti jettee miira gammachuun ibsitu, Abbaan warraa ishee Kiriis ammoo haasaa ishee jidduu seenuun, Luusiin dhalli namaa erga lafa irra jiraachuu eegalee booda ol jedhee adeemuu isaa kan mirkaneessite akkasumas muka illee yaabbachuu kan hin dandeenye ta\u2019uu ibsaa yeroo daawwatanitti kennameefi waa ishee barreeffamee kan arge irraa hubachuu dubbata.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"665\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150058-1024x665.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18431\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150058-1024x665.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150058-300x195.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150058-768x499.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150058.png 1133w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Birrii 50 qofa kaffaluun Godaambaa kana keessatti hambaalee aadaa, seenaafi duudhaa akkasumas dhufaatii dhala namaa agarsiisan daawwachuu haati warraa isaa yoo ibsitu, Kiriis ammoo qarqara lagaa fi koriidarii akkas miidhagee hojjatame ilaaluu isaa dinqisiifachuun, \u201cosoo gara Finfinnee hin dhufin dura wantoota ajaa\u2019ibsiisoo akkanaa arga jedhee hin yaadne ture\u201d jedhe.<\/p>\n\n\n\n<p>Bakkeewwan bashanannaa fi ijaarsaaleen hojjataman Roomaa fi Giriik keessatti kan arganin wal itti fakkaachuu ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>Duraan bakki itti nama saamaniifi xuraawaa turan miidhaganii hojjatamuun amma paarkii ta\u2019uun bakka daawwataman, beelladootaa fi bineensotni garaagaraa itti argamaniifi miidhagoo ta\u2019an ibsuun, misooma hojjatameen rakkoon saamichaaf saaxilamuu illee gara malee hir\u2019isuu jiraattota irraa gaafachuun, Finfinneen nageenyaa fi tasgabbiin ishee mirkanaa\u2019e tuuristootaafi keessummoota ishee haalaan keessummeessaa jiraachuu dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"598\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833-1024x598.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18426\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833-1024x598.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833-300x175.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833-768x449.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833-1200x700.png 1200w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150833.png 1261w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachuun Itoophiyaan weerartoota faashistii daangaa qaxxaamuranii dhufan tokkummaa fi wareegamaan dhaabbatanii birmadummaa isaanii eegsifachuu haalaan kaasuun, daandii Charchil irra imalanii miidhagina naannawichaa hordoftoota isaaniif qoodu.<\/p>\n\n\n\n<p>Hara Nam-tolchee Magaalaa Finfinnee isa jalqabaatti goruun qilleensa gaarii, biqiltoota miidhagoo fi haala hawwataa harichaa fi naannawa isaa jiru sirriitti daawwachiisuun Finfinnnee dhufuu isaaniitti gammaduu irra deddeebi\u2019uun kaasu.<\/p>\n\n\n\n<p>Itoophiyaan ijaarsa gamoowwan gurguddoo adeemsisaa jiraachuu eeruun haalli teessuma ishee Meeksikoo waliin wal fakkaachuu muuxannoo isaanii irraa ibsuun, afaaniin dubbachuu irra taajjabaa irra deddeebi\u2019anii dinqisiifatu.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"590\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150355-1024x590.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18428\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150355-1024x590.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150355-300x173.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150355-768x443.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-150355.png 1259w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Jiraattotni Finfinnee kan namatti dhiyaataniifi amala gaarii namatti agarsiisan, nagaa nama gaafatan jechuun aadaa keessummaa simachuu gaarii qabaachuu isaanii ibsu.<\/p>\n\n\n\n<p>Mana nyaataa aadaa Itoophiyaatti goruun nyaata Itoophiyaanotni hedduun qooddatan soorachuun itti gammaduu fi mi\u2019aawaa addaa qabaachuu akkasumas gatiin isaas rakasa ta\u2019uu himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Buna Itoophiyaa dhamdhama addaa qabuun bohaaraa aadaa dhiyaana bunaa biyyattiis dinqisiifataniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"577\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030-1024x577.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18429\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030-1024x577.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030-300x169.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030-768x433.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030-800x450.png 800w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-151030.png 1304w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Finfinnee, Itoophiyaa dhufuu isaaniitti hedduu gammaduu cimdiiwwan Kaanaadaa Yuutuubii isaanii irratti hordoftoota isaaniif qoodan kunneen Finfinnee hawaasa idil addunyaatti beeksisuun, viidiyoon isaaniis carraa namoota Kuma 67 caalaniin daawwatamuu argateera.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinneen hawaasa idil addunyaan akkuma daawwatamteefi hawwattummaan ishee itti fufetti argamtu, caaalaatti hojjachuufi qalbii heddummootaa hawwachuuf cimtee hojjachaa jirti.<\/p>\n\n\n\n<p>Kanaaf ammoo dhuga baatiin Cimdiiwwan Kaanaadaa kanaa fi taateewwan idil addunyaafi ardiif akkasumas daawwannaaf dhufanii heddummootni ragaa bahaniif agarsiistuudha.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin,<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"18421\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"eb9530e721\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18421\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Ebla 15\/2018 Kiriisiifi Imiiliin cimdiiwwan lammummaan isaanii Kaanaadaadha.Waggaa Lamaan kana wayita hojii isaanii irraa soorama bahan haala kamiin yeroo jireenyaa isaanii hafu gammachuufi haala namoota biroo gargaaruu danda\u2019aniin akkaataa dabarsuuf mijatuf irratti mari\u2019atan. Kunis biyyoota addunyaa hunda irra naanna\u2019uun waan dinqisiisaa argan hordoftoota miidiyaa hawaasaa isaaniif qooduu ture. Toorri Yuutuubii \u201cChris and [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":18422,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[3,31],"tags":[],"class_list":["post-18421","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-finfinnee","category-tuurizimii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Ebla 15\/2018 Kiriisiifi Imiiliin cimdiiwwan lammummaan isaanii Kaanaadaadha.Waggaa Lamaan kana wayita hojii isaanii irraa soorama bahan haala kamiin yeroo jireenyaa isaanii hafu gammachuufi haala namoota biroo gargaaruu danda\u2019aniin akkaataa dabarsuuf mijatuf irratti mari\u2019atan. Kunis biyyoota addunyaa hunda irra naanna\u2019uun waan dinqisiisaa argan hordoftoota miidiyaa hawaasaa isaaniif qooduu ture. Toorri Yuutuubii \u201cChris and [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-04-23T09:09:02+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-04-23T09:09:04+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1299\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"733\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"5 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa\",\"datePublished\":\"2026-04-23T09:09:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-04-23T09:09:04+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/\"},\"wordCount\":606,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-22-145556.png\",\"articleSection\":[\"Oduu Finfinnee\",\"Tuurizimii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/\",\"name\":\"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-22-145556.png\",\"datePublished\":\"2026-04-23T09:09:02+00:00\",\"dateModified\":\"2026-04-23T09:09:04+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-22-145556.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-22-145556.png\",\"width\":1299,\"height\":733},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18421\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Ebla 15\/2018 Kiriisiifi Imiiliin cimdiiwwan lammummaan isaanii Kaanaadaadha.Waggaa Lamaan kana wayita hojii isaanii irraa soorama bahan haala kamiin yeroo jireenyaa isaanii hafu gammachuufi haala namoota biroo gargaaruu danda\u2019aniin akkaataa dabarsuuf mijatuf irratti mari\u2019atan. Kunis biyyoota addunyaa hunda irra naanna\u2019uun waan dinqisiisaa argan hordoftoota miidiyaa hawaasaa isaaniif qooduu ture. Toorri Yuutuubii \u201cChris and [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-04-23T09:09:02+00:00","article_modified_time":"2026-04-23T09:09:04+00:00","og_image":[{"width":1299,"height":733,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"5 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa","datePublished":"2026-04-23T09:09:02+00:00","dateModified":"2026-04-23T09:09:04+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/"},"wordCount":606,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png","articleSection":["Oduu Finfinnee","Tuurizimii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/","name":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png","datePublished":"2026-04-23T09:09:02+00:00","dateModified":"2026-04-23T09:09:04+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-22-145556.png","width":1299,"height":733},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18421\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Umrii soorama baanetti dachee sammuu soortu, qalbii nama boojitu Finfinnee daawwannee, ittis bashannanne \u2013 Cimdiiwwan Kanaadaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18421","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=18421"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18421\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":18434,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18421\/revisions\/18434"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/18422"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=18421"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=18421"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=18421"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}