{"id":18590,"date":"2026-04-29T07:35:35","date_gmt":"2026-04-29T07:35:35","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=18590"},"modified":"2026-04-29T07:35:53","modified_gmt":"2026-04-29T07:35:53","slug":"finfinneen-waan-fakkaattu-addunyaan-hin-amantu-singaapoor-tookiyoofi-finfinneen-wal-natti-fakkaatee-raajeffachaan-keessaa-deeme-yuutuubara-beekamaa-piriinsi-hiivansi","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/","title":{"rendered":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme &#8211; Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi"},"content":{"rendered":"\n<p>AMN PLUS &#8211; Ebla 21\/ 2018<\/p>\n\n\n\n<p>Yuutuubarri beekamaa biyyoota garaagaraatti imaluun seenaawwan ajaa\u2019ibsiisoofi imala isaa keessatti isa mudatan qoodu Piriins Hiivans tibbana Finfinneetti argamuun taajjabbii isaa mata duree \u201cAddunyaan bakki kun Finfinnee ta\u2019uu tasumaa hin amanu\u201d jedhuun turtii isaa hawwataa ta\u2019e hordoftoota isaaf qoodeera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"559\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421-1024x559.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18593\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421-1024x559.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421-300x164.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421-768x419.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421-1320x720.png 1320w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-161421.png 1325w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Finfinneen dhahannaa onnee Afriikaa taate magaalaa guddoo biyyattii fi Afriikaa ta\u2019uu kan ibsu yuutuubarri beekamaan kun daandiiwwan bal\u2019ina qaban lafa deemtotaaf hojjetaman irra asii achi maggaalaa bakkeewwan hawwatoo ta\u2019anis daawwachiisa.<\/p>\n\n\n\n<p>Piriins cal\u2019uma jedhee miti daandiiwwan mimmiidhagoo Finfinnee irra imala osoo hin taane yeroo tokko biskileeta, yeroo biraa motora elektirikaa fayyadamaa ofii bashannanee hordoftootni isaa illee akka basha\u2019an gochuuf yaala.<\/p>\n\n\n\n<p>Cehumsa gama maraa magaalaan Finfinnee taasifte waggoota muraasa dura dhufee ture waliin wal bira qabee ajaa\u2019ibsiifata, waraabduu suur sagalee isaan fudhatees daawwattoota isaaf qooda.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"515\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155805-1024x515.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18595\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155805-1024x515.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155805-300x151.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155805-768x386.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155805.png 1289w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Ammayyummaan Finfinneetti mul\u2019ate tasumaa kan hin yaadamne ta\u2019uu kan kaasu Piriins daandiiwwan miilaa naannawaa qarqara laggeeniitti riqichaan ijaaraman irratti fuullewwan jajjaboo daandii nama qaxxaamursiisan kan arge magaalota addunyaa akka Singaaporii fi Tookiyoo keessatti ta\u2019uu ibsa.<\/p>\n\n\n\n<p>Laggeen waggaa sadan kana kuusaa balfaa ta\u2019aniifi faalaman amma garuu iddoowwan miidhagoo magariisummaan faayaman, paarkiiwwan ajaa\u2019ibsiisoo irratti ijaaramuun bakka bineensotni illee itti kunuunfaman ta\u2019uu yaadannoo isaa waggaa muraasa dura tureen wal bira qabee madaala.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinneen magaalaa egereef ammumaa onnattee hojjachaa jirtu ta\u2019uu ishee warraaqsa konkolaataawwan elektirikaa adeemsisaa jiraachuu ittiin adeemaa kan ibse yoo ta\u2019u bakkeewwan chaarjessa isaaniis ariitii ajaa\u2019ibaan baay\u2019achaa kan dhufan ta\u2019uu hubachiiseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"521\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155908-1024x521.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18596\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155908-1024x521.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155908-300x153.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155908-768x391.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155908.png 1284w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Haala Jireenya Ismaartii \u201cSmart Living\u201d jedhuun ibseen qarqara daandii taa\u2019uun haala mijataa uumameen bilbila isaa shuboo elektirikaa malee chaarjeffataa mul\u2019isuuf yaaleera. Kun Finfinneetti jireenya jiraatu isa sirrii ta\u2019uu ibseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Finfinneen cehumsa si\u2019ataa keessa jiraachuu konkolaataawwan elektirikaa, baaburoota sasalphaa akkasumas fayyadama teeknoloojii dijitaalaa kan ittiin kaffaltii raawwatan \u201cQR CODE\u201d fi kanneen biroon akkasumas qulqullina ajaa\u2019ibsiisaa magaalattii irraa hubachuu akka danda\u2019e dubbata.<\/p>\n\n\n\n<p>Maal kana qofa magaalattiin handaara aadaan simannaa keessummaa adda itti ta\u2019e jechuun jiraattota magaalattii galateeffata. Waanuman manakoo jiru natti fakkaate jechuun jaalalaa fi kabaja jiraattotni Finfinnee itti agarsiisan ibsa.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"587\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155553-1024x587.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18597\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155553-1024x587.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155553-300x172.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155553-768x440.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155553.png 1297w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Bakkeewwan bashannanaa haga nyaata aadaatti, daandiiwwan koriidarii Finfinnee haga qarqara laggeeniitti, hambaawwan seenaa akka Yaadannoo Injifannoo Adawaa haga Godaambaa Saayinsiitti daawwachuun Finfinneen seenaa fi aadaa biyyattii saayinsii fi teeknoloojii ammayyummaan ittiin mirkanaa\u2019een walitti fiddee cehaa jiraachuu hordoftoota isaa Kuma 127 ol ta\u2019aniif qooduun namoota hedduunis ilaalamuun yaada qajeelaa itti argateera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"510\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-160611-1024x510.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18598\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-160611-1024x510.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-160611-300x149.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-160611-768x382.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-160611.png 1302w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Tajaajila Buufata Poolisii Ismaartii Finfinnee kan daawwate Piriins, magaalaa guddoo keessaas bahuun naannolee Itoophiyaa garaagaraa daawwachuun muuxannoo isaa kutaa lamatti qooduun toora yuutuubii isaan dabarseera.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhugumatti Finfinneen cehumsa ajaa\u2019ibsiisaa irra jiraachuu irra darbee fakkeenya ammayyummaafi imala badhaadhinaa magaalota addunyaa biroof ta\u2019uu irra geesseetti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"578\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155530-1024x578.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18599\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155530-1024x578.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155530-300x169.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155530-768x434.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155530.png 1316w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Miidhagina, hawwatummaa, simboo fi magariisummaan ishee qalbii hawaasa idil addunyaa ofitti harkisuun hedduun jaalala isheen booji\u2019amanii dhufanii yoo daawwatan ammoo aadaa keessummeessa jiraattota isheen caalaatti hawwatamanii deebi\u2019anii dhufuuf hedduun waadaa galaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"579\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155214-1024x579.png\" alt=\"\" class=\"wp-image-18601\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155214-1024x579.png 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155214-300x170.png 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155214-768x434.png 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155214.png 1282w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p>Gaggeessitootni biyyootaa, hayyootniifi tarsiimoo baastotni, gaazexessitootni, ispoortessitootniifi namootni aartii, namootni bebbeekamoo fi dhageettii qaban akkasumas qaamoleen hawaasa idil addunyaa garaagaraa Finfinnee daawwachuun dhugamatti iyyuu magaalaa jijjiirama si\u2019ataafi waaraa akkasumas ammayyummaa fakkeenya ta\u2019u keessa jirtu ta\u2019uu ishee mirkaneessaa jiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Malkaamuu Abbabaatiin qindaa\u2019e<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"18590\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"edecd2b76a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18590\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Ebla 21\/ 2018 Yuutuubarri beekamaa biyyoota garaagaraatti imaluun seenaawwan ajaa\u2019ibsiisoofi imala isaa keessatti isa mudatan qoodu Piriins Hiivans tibbana Finfinneetti argamuun taajjabbii isaa mata duree \u201cAddunyaan bakki kun Finfinnee ta\u2019uu tasumaa hin amanu\u201d jedhuun turtii isaa hawwataa ta\u2019e hordoftoota isaaf qoodeera. Finfinneen dhahannaa onnee Afriikaa taate magaalaa guddoo biyyattii fi Afriikaa ta\u2019uu [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":18592,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,3,31],"tags":[],"class_list":["post-18590","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-oduu-finfinnee","category-tuurizimii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.5 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Ebla 21\/ 2018 Yuutuubarri beekamaa biyyoota garaagaraatti imaluun seenaawwan ajaa\u2019ibsiisoofi imala isaa keessatti isa mudatan qoodu Piriins Hiivans tibbana Finfinneetti argamuun taajjabbii isaa mata duree \u201cAddunyaan bakki kun Finfinnee ta\u2019uu tasumaa hin amanu\u201d jedhuun turtii isaa hawwataa ta\u2019e hordoftoota isaaf qoodeera. Finfinneen dhahannaa onnee Afriikaa taate magaalaa guddoo biyyattii fi Afriikaa ta\u2019uu [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-04-29T07:35:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-04-29T07:35:53+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1295\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"648\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/png\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"4 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme &#8211; Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi\",\"datePublished\":\"2026-04-29T07:35:35+00:00\",\"dateModified\":\"2026-04-29T07:35:53+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/\"},\"wordCount\":533,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-28-155723.png\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Oduu Finfinnee\",\"Tuurizimii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/\",\"name\":\"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-28-155723.png\",\"datePublished\":\"2026-04-29T07:35:35+00:00\",\"dateModified\":\"2026-04-29T07:35:53+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-28-155723.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/04\\\/Screenshot-2026-04-28-155723.png\",\"width\":1295,\"height\":648},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/18590\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme &#8211; Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Ebla 21\/ 2018 Yuutuubarri beekamaa biyyoota garaagaraatti imaluun seenaawwan ajaa\u2019ibsiisoofi imala isaa keessatti isa mudatan qoodu Piriins Hiivans tibbana Finfinneetti argamuun taajjabbii isaa mata duree \u201cAddunyaan bakki kun Finfinnee ta\u2019uu tasumaa hin amanu\u201d jedhuun turtii isaa hawwataa ta\u2019e hordoftoota isaaf qoodeera. Finfinneen dhahannaa onnee Afriikaa taate magaalaa guddoo biyyattii fi Afriikaa ta\u2019uu [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-04-29T07:35:35+00:00","article_modified_time":"2026-04-29T07:35:53+00:00","og_image":[{"width":1295,"height":648,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png","type":"image\/png"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"4 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme &#8211; Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi","datePublished":"2026-04-29T07:35:35+00:00","dateModified":"2026-04-29T07:35:53+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/"},"wordCount":533,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png","articleSection":["Editor's Pick","Oduu Finfinnee","Tuurizimii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/","name":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme - Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png","datePublished":"2026-04-29T07:35:35+00:00","dateModified":"2026-04-29T07:35:53+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/04\/Screenshot-2026-04-28-155723.png","width":1295,"height":648},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/18590\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneen waan fakkaattu addunyaan hin amantu! Singaapoor, Tookiyoofi Finfinneen wal-natti fakkaatee raajeffachaan keessaa deeme &#8211; Yuutuubara beekamaa Piriinsi Hiivansi"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18590","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=18590"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18590\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":18602,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/18590\/revisions\/18602"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/18592"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=18590"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=18590"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=18590"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}