{"id":1889,"date":"2024-12-20T12:47:03","date_gmt":"2024-12-20T12:47:03","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=1889"},"modified":"2024-12-20T12:47:06","modified_gmt":"2024-12-20T12:47:06","slug":"waliigalteen-ankaaraa-seenaa-dippilomaasii-itoophiyaa-keessatti-hawwii-yeroo-dheeraaf-karra-galaanarraa-qabduuf-milkaaina-guddaa-kan-agarsiisudha-gizaachoo-asiraat-dr","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/","title":{"rendered":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha &#8211; Gizaachoo Asiraat (Dr.)"},"content":{"rendered":"\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"2048\" height=\"1391\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-1890\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p>AMN &#8211; Muddee 11\/2017<\/p>\n\n\n\n<p>Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaana irraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisu ta\u2019uu isaa Insitiitiyuutii Dhimma Alaatti Daarikteer Jeneraalaa Qorannoo Dhimmoota Afrikaa kan ta\u2019an Gizaachoo Asiraat (Dr) ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p><a><\/a>Waliigalteen kun Somaaliyaa, Turkiyee, fi dhaabbileen idil-addunyaa adda addaatiin beekamtii kan argate yoo ta\u2019u, hawwii karra galaanaa Itoophiyaan qabdu seera qabeessa ta\u2019uu isaa kan hubachiisu akkasumas waggoota kurnan darbaniif dhimma kanarratti akka naannoottis ta\u2019e akka addunyaatti irratti mari\u2019achuun akka qaaniitti ilaalamaa ture kan cabseedha jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Tarkaanfiin kun Ityoophiyaaf qofa osoo hin taane gaanfa Afrikaa guutuuf illee dhimma akka jijjiiramaati ilaalamu ta\u2019uu isaa Daarikteer Jeneraalichi himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Waliigalteen kun Itoophiyaaf gaaffii waggoota 30n darbaniif galma gahuu hin danda\u2019u jedhamee sodaatamaa tureef furmaata akka argatu tarsiimoo boqonnaa haaraa kan uume ta\u2019uus himan.<\/p>\n\n\n\n<p>Dhimmi karra galaanaa argachuu kana booda mormii imaammataa ta\u2019ee dhiyaachuu akka hin qabnee kan himan Gizaachoo (Dr.) akka biyyaatis ta\u2019ee akka naannootti barbaachisummaan issa beekamee dursa kennamu qaba jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p>Jijjiiramni kun Itoophiyaan koridarii daldalaa babal\u2019isuu fi bu\u2019uura loojistikii ishee ammayyeessuuf barbaachisaa ta\u2019uu kan calaqqisiisudhas jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Karra galaanaa argachuun Itoophiyaa dandeettii baasii qusachuu mirkaneessuu fi walitti dhufeenya daldalaa naannoo cimsuu kan dandeessisu akka ta\u2019e himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Hiikni Waliigaltee kanaa Itoophiyaan gama dippilomaasiitiin rakkoo kamiyyuu karaa nagaa, marii fi walta\u2019iinsaan furuuf kutannoo akka qabdu kan mirkaneessu ta\u2019uu Dooktar Gizaachoon kaasanirru.<\/p>\n\n\n\n<p>Adeemsi kun karra galaana argachuuf waldhabdee osoo hin taane marii fi wal-hubannoon akka ta\u2019u kutannoo mootummaan qabu kan agarsiisedhas jedhaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"2048\" height=\"1357\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470212795_1019960923486017_8114986011129580594_n.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-1891\"\/><\/figure>\n\n\n\n<p>Waliigaltichi Somaaliyaan Itiyoophiyaa irraa deeggarsa nageenyaa fi dhimma bulchiinsa itti fufiinsaan argatu qofa osoo hin taane, gama diinagdeetiins, faayidaa argachuuf jirtu akka salphaatti kan ilaalamu akka hintaanee daayireektarichi himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Akkuma Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ejjennoo isanii dhimma kana ilaalchisee beeksisanitti dhimmi kun dhimma jiraachuu biyyaa ta\u2019us waliigalteen kun injifannoo dippilomaasii ta\u2019ee, Itoophiyaan tasgabbii fi fayyadamummaa naannoof kutannoo akka qabdu kan agarsiisedha. Waliigalteen kun Somaaliyaafis faayidaa dinagdee fi nageenyaa argamsiisuu keesatti barbaachisumman isaa gudda ta\u2019uu Gizaachoon (Dr.) ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Itti dabaluun, Somaaliyaan bu\u2019uuraaleen misoomaa fooyya\u2019e, loojistikii galaanaa fooyya\u2019ee fi faayidaa wiirtuu buufata doonii naannoo ta\u2019uun argamu qabatamaan argachuu dandeessu keessaa isaan muraasa ta\u2019uu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Waliigaltichi ija idil-addunyaatiin yoo ilaalamu deeggarsa cimaa kan argate dha kan jedhan Gizaachoon (Dr.), sababiin isaas kaayyoon waliigaltichaa amsiisaa ta\u2019uu isaa himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p>Somaaliyaa keessatti shororkeessummaa ittisuuf tattaaffii taasifamu keessatti qooda guddaa kan qabdu Ameerikaan waliigaltee kana fudhachuun Ityoophiyaan walabummaa Somaaliyaa mirkaneesuun tumsa waliin qaban akka deeggartu beeksfitee jirti.<\/p>\n\n\n\n<p>Haaluma walfakkatuun Gamtaan Awurooppaa Waliigaltee kana tarkaanfii Gaanfa Afrikaa keessatti ngaan waaraa akka jiraatu agarsiisa jechuun deegarsa ishee mul\u2019istee jirti jedhaniiru.<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n                <input type=\"hidden\" value=\"1889\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_id]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"post\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_type]\" \/>\n\n                <input type=\"hidden\" value=\"0\"\n                       name=\"xs_submit_review_data[xs_post_author]\" \/>\n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"f223f6360a\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1889\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN &#8211; Muddee 11\/2017 Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaana irraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisu ta\u2019uu isaa Insitiitiyuutii Dhimma Alaatti Daarikteer Jeneraalaa Qorannoo Dhimmoota Afrikaa kan ta\u2019an Gizaachoo Asiraat (Dr) ibsaniiru. Waliigalteen kun Somaaliyaa, Turkiyee, fi dhaabbileen idil-addunyaa adda addaatiin beekamtii kan argate yoo ta\u2019u, hawwii karra galaanaa Itoophiyaan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":1,"featured_media":0,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[4],"tags":[],"class_list":["post-1889","post","type-post","status-publish","format-standard","hentry","category-itoophiyaa","entry"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.4 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN &#8211; Muddee 11\/2017 Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaana irraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisu ta\u2019uu isaa Insitiitiyuutii Dhimma Alaatti Daarikteer Jeneraalaa Qorannoo Dhimmoota Afrikaa kan ta\u2019an Gizaachoo Asiraat (Dr) ibsaniiru. Waliigalteen kun Somaaliyaa, Turkiyee, fi dhaabbileen idil-addunyaa adda addaatiin beekamtii kan argate yoo ta\u2019u, hawwii karra galaanaa Itoophiyaan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2024-12-20T12:47:03+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2024-12-20T12:47:06+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"AmnAdmin\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"AmnAdmin\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\"},\"headline\":\"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha &#8211; Gizaachoo Asiraat (Dr.)\",\"datePublished\":\"2024-12-20T12:47:03+00:00\",\"dateModified\":\"2024-12-20T12:47:06+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/\"},\"wordCount\":454,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/\",\"name\":\"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\",\"datePublished\":\"2024-12-20T12:47:03+00:00\",\"dateModified\":\"2024-12-20T12:47:06+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2024\\\/12\\\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1391},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/1889\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha &#8211; Gizaachoo Asiraat (Dr.)\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a\",\"name\":\"AmnAdmin\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"AmnAdmin\"},\"description\":\"MAJOR ASCHIEVMENTS\",\"sameAs\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\"],\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/amnadmin\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN &#8211; Muddee 11\/2017 Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaana irraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisu ta\u2019uu isaa Insitiitiyuutii Dhimma Alaatti Daarikteer Jeneraalaa Qorannoo Dhimmoota Afrikaa kan ta\u2019an Gizaachoo Asiraat (Dr) ibsaniiru. Waliigalteen kun Somaaliyaa, Turkiyee, fi dhaabbileen idil-addunyaa adda addaatiin beekamtii kan argate yoo ta\u2019u, hawwii karra galaanaa Itoophiyaan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2024-12-20T12:47:03+00:00","article_modified_time":"2024-12-20T12:47:06+00:00","og_image":[{"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg","type":"","width":"","height":""}],"author":"AmnAdmin","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"AmnAdmin","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/"},"author":{"name":"AmnAdmin","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a"},"headline":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha &#8211; Gizaachoo Asiraat (Dr.)","datePublished":"2024-12-20T12:47:03+00:00","dateModified":"2024-12-20T12:47:06+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/"},"wordCount":454,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg","articleSection":["Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/","name":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha - Gizaachoo Asiraat (Dr.) - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg","datePublished":"2024-12-20T12:47:03+00:00","dateModified":"2024-12-20T12:47:06+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2024\/12\/470655938_1019960926819350_1506548696839336377_n.jpg","width":2048,"height":1391},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/1889\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Waliigalteen Ankaaraa seenaa dippilomaasii Itoophiyaa keessatti hawwii yeroo dheeraaf karra galaanarraa qabduuf milkaa\u2019ina guddaa kan agarsiisudha &#8211; Gizaachoo Asiraat (Dr.)"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/fb6d21a5c3d5f43ceaba9e5ca818981a","name":"AmnAdmin","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/fa6106fe13a86cad885b1c53c3f2826b7d62220225aaf28abc7c4a16030d08b6?s=96&d=mm&r=g","caption":"AmnAdmin"},"description":"MAJOR ASCHIEVMENTS","sameAs":["https:\/\/www.amn.gov.et"],"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/amnadmin\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1889","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/1"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=1889"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1889\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":1892,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/1889\/revisions\/1892"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=1889"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=1889"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=1889"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}