{"id":19073,"date":"2026-05-16T11:47:19","date_gmt":"2026-05-16T11:47:19","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=19073"},"modified":"2026-05-16T11:47:23","modified_gmt":"2026-05-16T11:47:23","slug":"finfinneen-daawwitii-waa-maraa-tahu-daawwadheen-arge-ilaalchi-koo-jijjiirameera-namnis-laftis-nyaannis-na-marare-jetti-isheen-eenyu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/","title":{"rendered":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS -Caamsaa 08\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Daandiin Xiyyaaraa Itoophiyaa wayita gara Finfinneetti ishee balaliisu, guyyuma tokko keessa bultee akka magaalaa cehumsaatti fayaydamuuf qofa yaaddee dhufuu dubbatti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haa ta\u2019u malee, samii Finfinnee balbala ta\u2019ee miidhagina addaa Finfinnee banee itti agarsiise irraa tasumaa ija ishee qabachuu hin dandeenye.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinnee keessa akkasumaan darbuun waan hin fakkaanne, bubbuleen ilaala malee jette.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shamarreen miidhaginaa fi qulqullina akkasumas hawwatummaa Finfinneen booj\u2019iamtee, Finfinnee daawwachuu isheen qofa ilaalcha Afrikaaf qabdu bara baraaf akka jijjiirtu taasisuu himtu kun, Oriyaanaa Findleey jedhamti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"738\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/699978114_1449003057248466_1920392571255469747_n-1-1024x738.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19080\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/699978114_1449003057248466_1920392571255469747_n-1-1024x738.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/699978114_1449003057248466_1920392571255469747_n-1-300x216.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/699978114_1449003057248466_1920392571255469747_n-1-768x554.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/699978114_1449003057248466_1920392571255469747_n-1.jpg 1036w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo ammaa magaalaa Abu Daabii keessa jiraatti. Magaalota gurguddoo addunyaa irra deemtee ilaaluun, muuxannoo daawwannaa ishee irraa argatte hordoftoota isheef qooddi.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Magaalaa uumamaan qofa osoon taane surraan miidhaginaa misooma koriidarii fi qarqara lageenii akkasumas hojiilee namooma irratti hojjatamaniin alaalaa nama afeeru Finfinnee keessa dhuguma iyyuu callisan darbuun hin danda\u2019amu jetti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Seenaatti achi deebi\u2019uun koloneeffatamuu dhabuu Itoophiyaa yaadachiisuun injifannoo uummata gurraacha addunyaa fi Afrikaa labsuun, burqaa qaroomina addunyaa jechuun Finfinneen ammoo Wiirtuu Aviyeeshinii guddittii jechuun ajaa\u2019ibsiifatti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinneen magaalaa guddoo Afrikaa qofa osoo hin taane, gabaan ishee guddichi Agamsaatti (Markaatoo) giddu gala daldalaa guddicha Afrikaa ta\u2019uu beeksifti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-full\"><img decoding=\"async\" width=\"866\" height=\"629\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700499816_1449003037248468_3071149830847364601_n-1.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19079\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700499816_1449003037248468_3071149830847364601_n-1.jpg 866w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700499816_1449003037248468_3071149830847364601_n-1-300x218.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700499816_1449003037248468_3071149830847364601_n-1-768x558.jpg 768w\" sizes=\"(max-width: 866px) 100vw, 866px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhangaa mi\u2019aawaa Finfinneetti buna mukuu baasee mijuu tolchuun unachaa soorattu, dhiyaana quufaa qofa osoo hin taane, haalli keessummeessitootni ittiin namaaf dhiyeessan ammoo boqonnaa qalbii ta\u2019uu himti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Taaksiidhaan Finfinnee keessa asii fi achi imaltee manneen amantaa Kiristaanaa fi Islaamaa daawwachuun, lammiilee biyyattii yaada garaa isaanii waaqa irra kaawwatanii kadhannaan jilbeeffatan, uumaa isaanii galateeffatan mil\u2019attee, wal jaallachuu fi danda\u2019uun waloon jiraachuu isaanii yaadachaa gammaddi.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Godaambaa Biyyaalessaatti goruun Luusii (Dinqinash) daawwachuun Itoophiyaan bakka argama dhala namaa jalqabaa ta\u2019uu yaadachiisti.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"584\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701056281_1449003107248461_6878676844006874496_n-1-1024x584.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19078\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701056281_1449003107248461_6878676844006874496_n-1-1024x584.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701056281_1449003107248461_6878676844006874496_n-1-300x171.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701056281_1449003107248461_6878676844006874496_n-1-768x438.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701056281_1449003107248461_6878676844006874496_n-1.jpg 1295w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinnee lammata dhalatte jechuun ibsitu keessa uffata aadaa Itoophiyaanotaa uffachuun basha\u2019aa gammachuun burraaqxi.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhiinaanis gara galgalaa Mana Shubbisaa fi bashannana aadaa tokkootti goruun nyaataafi dhugaatii aadaa biyyattiin gammadaa miidhagina halkanii magaalaa saffisaan guddachaa jirtuu faarsiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana hunda yoo gootu yaadannoo ishee suur-sagaleen miidhagsitee qopheessuun hordoftoota ishee Yuutuubiin daawwatan biraan gahaati.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinnee keessa ooltee bubbuluu isheetti tasumaa hin gaabbine. Inumaa Miidhaginni Finfinnee ishee hawwatee ilaalcha Afrikaaf qabdu akka ishee jijjiirsise ibsite malee.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img loading=\"lazy\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"671\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700554879_1449003110581794_5199094805318303714_n-1024x671.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19081\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700554879_1449003110581794_5199094805318303714_n-1024x671.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700554879_1449003110581794_5199094805318303714_n-300x197.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700554879_1449003110581794_5199094805318303714_n-768x503.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/700554879_1449003110581794_5199094805318303714_n.jpg 1108w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Heddumootni magaalota idil addunyaa garaa garaa irraa dhufuun miidhagina Finfinnee, hawwattumaa fi magariisummaa ishee, simboo addaa misooma koriidarii fi qarqara lageeniin gonfatte akkasumas haaromsa waggoota muraasaa as gama maraan itti jirtu aadaa simannaa keessummaa jiraattota isheen masakanii yaadannoo qalbii namaa keessaa haga bara baraatti hin baane kudhaammatanii deebi\u2019aa, ammas deebi\u2019anii dhufuuf waadaa gala jiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akkuma Kantiibaan Magaalaa Finfinnee jedhan, \u201cKan Finfinnee ni eegalame malee, ammas gara fuulduraatti hedduutu jira\u201d<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Malkaamuu Abbabaatiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"3ea2f3c526\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19073\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS -Caamsaa 08\/2018 Daandiin Xiyyaaraa Itoophiyaa wayita gara Finfinneetti ishee balaliisu, guyyuma tokko keessa bultee akka magaalaa cehumsaatti fayaydamuuf qofa yaaddee dhufuu dubbatti. Haa ta\u2019u malee, samii Finfinnee balbala ta\u2019ee miidhagina addaa Finfinnee banee itti agarsiise irraa tasumaa ija ishee qabachuu hin dandeenye. Finfinnee keessa akkasumaan darbuun waan hin fakkaanne, bubbuleen ilaala malee jette. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":19074,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[3,31],"tags":[],"class_list":["post-19073","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-oduu-finfinnee","category-tuurizimii","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS -Caamsaa 08\/2018 Daandiin Xiyyaaraa Itoophiyaa wayita gara Finfinneetti ishee balaliisu, guyyuma tokko keessa bultee akka magaalaa cehumsaatti fayaydamuuf qofa yaaddee dhufuu dubbatti. Haa ta\u2019u malee, samii Finfinnee balbala ta\u2019ee miidhagina addaa Finfinnee banee itti agarsiise irraa tasumaa ija ishee qabachuu hin dandeenye. Finfinnee keessa akkasumaan darbuun waan hin fakkaanne, bubbuleen ilaala malee jette. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-05-16T11:47:19+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-05-16T11:47:23+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1290\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"723\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu?\",\"datePublished\":\"2026-05-16T11:47:19+00:00\",\"dateModified\":\"2026-05-16T11:47:23+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/\"},\"wordCount\":425,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Oduu Finfinnee\",\"Tuurizimii\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/\",\"name\":\"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-05-16T11:47:19+00:00\",\"dateModified\":\"2026-05-16T11:47:23+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg\",\"width\":1290,\"height\":723},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19073\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS -Caamsaa 08\/2018 Daandiin Xiyyaaraa Itoophiyaa wayita gara Finfinneetti ishee balaliisu, guyyuma tokko keessa bultee akka magaalaa cehumsaatti fayaydamuuf qofa yaaddee dhufuu dubbatti. Haa ta\u2019u malee, samii Finfinnee balbala ta\u2019ee miidhagina addaa Finfinnee banee itti agarsiise irraa tasumaa ija ishee qabachuu hin dandeenye. Finfinnee keessa akkasumaan darbuun waan hin fakkaanne, bubbuleen ilaala malee jette. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-05-16T11:47:19+00:00","article_modified_time":"2026-05-16T11:47:23+00:00","og_image":[{"width":1290,"height":723,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu?","datePublished":"2026-05-16T11:47:19+00:00","dateModified":"2026-05-16T11:47:23+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/"},"wordCount":425,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg","articleSection":["Oduu Finfinnee","Tuurizimii"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/","name":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg","datePublished":"2026-05-16T11:47:19+00:00","dateModified":"2026-05-16T11:47:23+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/701088326_1449002490581856_5022409898501147864_n.jpg","width":1290,"height":723},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19073\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Finfinneen daawwitii waa maraa tahu daawwadheen arge! Ilaalchi koo jijjiirameera.Namnis, laftis nyaannis na marare jetti. Isheen eenyu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19073","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=19073"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19073\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":19082,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19073\/revisions\/19082"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/19074"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=19073"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=19073"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=19073"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}