{"id":19447,"date":"2026-05-29T11:05:36","date_gmt":"2026-05-29T11:05:36","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=19447"},"modified":"2026-05-29T11:05:39","modified_gmt":"2026-05-29T11:05:39","slug":"turtii-peep-gaardiyollaan-maanchistar-siitii-waliin-dabarse-lakkoofsotni-maal-ibsu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/","title":{"rendered":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Caamsaa 21\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maanchistar Siitiin tarii waan irra hin deebi&#8217;amne kan hojjeteef leenjisaa isaa kabajaan gaggeessera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Leenjisaan umriin waggaa 55, turtii waggoota 10 kilabicha waliin dabarsaniin waancaa hedduu mo\u2019achuun seenaa addaa barreessaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dorgommiiwwan hedduu mo\u2019achuun kan beekaman Peep Gaardiyollaan yeroo kilaba Maanchistar Siitii leenjisaa turanitti hojiiwwan yeroo hunda yaadataman hojjetaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dhaabbanni odeeffannoo istaatistiksii kubbaa miilaa Optaan akka xiinxaleetti Peep turtii isaanii keessatti lakkoofsota hojii isaanii ibsan keessaa muraasa dhiyeesseera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"682\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711149461_1460923216056450_7866929201046160232_n-1024x682.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19449\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711149461_1460923216056450_7866929201046160232_n-1024x682.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711149461_1460923216056450_7866929201046160232_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711149461_1460923216056450_7866929201046160232_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711149461_1460923216056450_7866929201046160232_n.jpg 1250w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><img decoding=\"async\" height=\"16\" width=\"16\" alt=\"\ud83d\udd18\" src=\"https:\/\/z-p3-static.xx.fbcdn.net\/images\/emoji.php\/v9\/t34\/1\/16\/1f518.png\">Waancaa 20<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Peep Gaardiyollaan turtii isaaniin waancaa 20 mo\u2019achuun umrii leenjisummaa Siitii waliin dabarsan keessatti ashaaraa addaa ol kaa&#8217;aniiru.Waancaawwan kanneen keessaa waancaan 6 kan Pirimeerliigiiti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Seenaa Pirimeerliigii Ingilaandi keessatti Peep caalaa waancaa liigichaa 13 kan injifatan Sir Aleeksi Ferguseen qofadha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Peep Gaardiyollaan waancaa pirimeerliigii Ingilaandi 6 injifatan keessaa 4 walitti aansuun injifachuun dorgomaa hin qaban. Isaan nama jalqabaati jechuudha. Ammoo waggoota lameen xumuraa Maanchistar Siitii waliin dabarsan waancaa pirimeerliigii Ingilaandi injifachuu hin dandeenye.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kunis erga bara 2008 yeroo Baarseloonaa leenjisanii as yeroo jalqabaaf waggoota lama walitti aansanii waancaa malee xumuruu agarsiisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\"><img decoding=\"async\" height=\"16\" width=\"16\" alt=\"\ud83d\udd18\" src=\"https:\/\/z-p3-static.xx.fbcdn.net\/images\/emoji.php\/v9\/t34\/1\/16\/1f518.png\">Taphoota 593 Dursan<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Tapha isaanii xumuraa Astoon Viillaa waliin taasiisuun galchii 2 fi 1\u2019n kan injifataman Peep walumaagalatti taphoota 593 Siitii dursan keessaa 416 injifachuun dhibbeentaa tapha mo\u2019achuu 70.2 qabu.Kunis leenjisaa kamirrayyuu qabxii injifannoo fooyya\u2019aa akka qaban agarsiisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Carraa kana hundaan leenjistoota 159 faallaa hiriiruun kan morkatan keessaa Peep 142 olaantummaan xumuraniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Leejistoota yeroo tokkoo ol morkachuun Peep osoo hin mo\u2019atiin hafan keessaa Roonaaldi Koomaan, Alvaaroo Arbee\u2019olaa, Faabiyaan Herzileer fi Biruunoo Jeeneesihoodha.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Leenjistoota taphoota pirimeerliigii Ingilaandi 20 ol dursan keessaa qabxii giddu galeessaa 2.28 galmeessuun Peep olaantummaa qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Peep Gaardiyollaa liigichaan taphoota 380 dursuun 269 injifannoon bahuunis maqaa qabu. Giddu galeessaan qabxiin tapha tokko irratti qaban 2.28 yoo tahuu kunis Sir Aleeksi Ferguseen nama liigicha keessa bubbuluun giddu galeessaan tapharratti qabxii 2.16 qaban caalan akka argaman isaan taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Seenaa pirimeerliigii Ingilaandi keessatti qabxii 100 galmeessuun waancaa fudhachuun barri waldorgommii 2017\/18 hanga guyyaa har\u2019aa Peep Gaardiyollaa hin dagatu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bara tokkotti galchiiwwan 106 lakkoofsisuun erga liigichi akka haaraatti qindaa\u2019ee 1992 as Peep namni dursuu akka hin jirrees lakkoofsotni dhugoomaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Peep turtii isaanii Maanchistar Siitii keessatti taphattoota 111 fayyadamuun injifannoowwan kanneen kilabichaaf gudunfaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Taphattoota kanneen keessaa Peep Gaardiyollaa waliin Maanchistar Siitiitti kan nagaa dhaammate Beernaandoo Siilvaa taphoota 460 irratti hiriiruun filannoo yeroo maraa leenjisichaa tahuu mirkaneessera. Siilvaatti aanee Keeviin Deebriyuunaan taphoota 381irratti hiriiruun isa hordofa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Taphattoota Peep Gaardiyollaan yeroo mara dursi kennamuuf keessaa garuu karra eegaa kilabichaa duraanii Ederseen Mooraayis yeroo 371 dursi kennamuufin hiriiruun dorgomaa hin qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Yeroo gabaabaa Peep waliin dabarsullee galchiiwwan hedduu 162 lakkoofsisuun kan dursu ammoo Eerliingi Biraawut Haalaandi tahuu lakkoofsotni ibsaniiru. Sarjiyoo Kuun Aguweeroo 124, Raahim Isteerliingi ammoo 120 qabu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kubbaawwan galchiif tahan 158 mijeessuun garuu amma Naappooliif kan taphatu Keeviin Deebriyuunaatti kan dhiyaatu hin jiru.Isaatti aanee Beernaandoo Siilvaa kubbaawwan galchiif tahan 75 mijeessera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Walumaagalatti imalli waggoota 10 Peep Joseef Gaardiyollaa nagaan yoo gudunfamu waancaawwan akaakuu garaagaraa Maanchistar Siitiif ol kaa\u2019uun isaanii yeroo mara Ambaasaaddara kilabichaa tahuun kabajaafi ulfinaan nagaatti jedhamaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iddoosaa Abdiitiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"1355244c7b\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19447\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Caamsaa 21\/2018 Maanchistar Siitiin tarii waan irra hin deebi&#8217;amne kan hojjeteef leenjisaa isaa kabajaan gaggeessera. Leenjisaan umriin waggaa 55, turtii waggoota 10 kilabicha waliin dabarsaniin waancaa hedduu mo\u2019achuun seenaa addaa barreessaniiru. Dorgommiiwwan hedduu mo\u2019achuun kan beekaman Peep Gaardiyollaan yeroo kilaba Maanchistar Siitii leenjisaa turanitti hojiiwwan yeroo hunda yaadataman hojjetaniiru. Dhaabbanni odeeffannoo istaatistiksii [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":19448,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[13],"tags":[],"class_list":["post-19447","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-kubbaa-miilaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Caamsaa 21\/2018 Maanchistar Siitiin tarii waan irra hin deebi&#8217;amne kan hojjeteef leenjisaa isaa kabajaan gaggeessera. Leenjisaan umriin waggaa 55, turtii waggoota 10 kilabicha waliin dabarsaniin waancaa hedduu mo\u2019achuun seenaa addaa barreessaniiru. Dorgommiiwwan hedduu mo\u2019achuun kan beekaman Peep Gaardiyollaan yeroo kilaba Maanchistar Siitii leenjisaa turanitti hojiiwwan yeroo hunda yaadataman hojjetaniiru. Dhaabbanni odeeffannoo istaatistiksii [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-05-29T11:05:36+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-05-29T11:05:39+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"912\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1136\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu?\",\"datePublished\":\"2026-05-29T11:05:36+00:00\",\"dateModified\":\"2026-05-29T11:05:39+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/\"},\"wordCount\":466,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Kubbaa Miilaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/\",\"name\":\"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-05-29T11:05:36+00:00\",\"dateModified\":\"2026-05-29T11:05:39+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/05\\\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg\",\"width\":912,\"height\":1136},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19447\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Caamsaa 21\/2018 Maanchistar Siitiin tarii waan irra hin deebi&#8217;amne kan hojjeteef leenjisaa isaa kabajaan gaggeessera. Leenjisaan umriin waggaa 55, turtii waggoota 10 kilabicha waliin dabarsaniin waancaa hedduu mo\u2019achuun seenaa addaa barreessaniiru. Dorgommiiwwan hedduu mo\u2019achuun kan beekaman Peep Gaardiyollaan yeroo kilaba Maanchistar Siitii leenjisaa turanitti hojiiwwan yeroo hunda yaadataman hojjetaniiru. Dhaabbanni odeeffannoo istaatistiksii [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-05-29T11:05:36+00:00","article_modified_time":"2026-05-29T11:05:39+00:00","og_image":[{"width":912,"height":1136,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu?","datePublished":"2026-05-29T11:05:36+00:00","dateModified":"2026-05-29T11:05:39+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/"},"wordCount":466,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg","articleSection":["Kubbaa Miilaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/","name":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg","datePublished":"2026-05-29T11:05:36+00:00","dateModified":"2026-05-29T11:05:39+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/05\/711670926_1460923276056444_3625770239922551981_n.jpg","width":912,"height":1136},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19447\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Turtii Peep Gaardiyollaan Maanchistar Siitii waliin dabarse lakkoofsotni maal ibsu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19447","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=19447"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19447\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":19450,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19447\/revisions\/19450"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/19448"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=19447"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=19447"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=19447"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}