{"id":19611,"date":"2026-06-04T11:47:35","date_gmt":"2026-06-04T11:47:35","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=19611"},"modified":"2026-06-04T11:47:38","modified_gmt":"2026-06-04T11:47:38","slug":"filannichi-waan-hunda-caalaa-seena-qabeessaafi-aadaa-siyaasaa-biyyattii-jijjiiruun-buuura-cimaa-kaaera-hayyuu-saayinsii-siyaasaa","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/","title":{"rendered":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kaa&#8217;era &#8211; Hayyuu Saayinsii Siyaasaa"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Caamsaa 27\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan adeemsifte seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii kan Jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kan kaa&#8217;edha Jedhan Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafaabaasaa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Obbo Gaaromaan Turtii Addatti AMN PLUS Sagalee Dhalootaa waliin taasisaniin filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa kun akka hin gaggeeffamneef dhiiibbaan keessaafi alaa jiraatus filannoo qofaan hiree ofii murteeffachuu waan barbaadeef uummanni Itoophiyaa yaada mormiifi dhiibbaa tureef osoo gurra hin kenniin filateera Jedhan.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"390\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/714323476_1466960932119345_32854110899197284_n-1-1024x390.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19614\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/714323476_1466960932119345_32854110899197284_n-1-1024x390.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/714323476_1466960932119345_32854110899197284_n-1-300x114.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/714323476_1466960932119345_32854110899197284_n-1-768x292.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/714323476_1466960932119345_32854110899197284_n-1.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Dimokiraasiin aadaa waldanda\u2019uu horachuu irraa kan eegaluufi ilaalcha jijjiiruun, walqixxummaatti amanuu, waliin jireenyaafi hirmaannaa qaamolee hedduu kan barbaadu ta\u2019uu Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafabaasaa Himaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Akka Obbo Gaaromaa Nafabaasaa Jedhanitti, filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa kana irratti uummanni bal\u2019inaan bahee hirmaachuun aadaan siyaasaa biyyatti jijjiiramaa jiraachuu kan agarsiisuufi aangoon siyaasaa kaardii filannoon qofa kan argamu akka ta\u2019e uummanni itti amanuus mul\u2019isaa kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Filannoo baranaa kana irratti hirmaannaan uummataafi qaamolee garaagaraa filannicha naga-qabeessaafi seena qabeessa akka ta\u2019u taasiseeraas Jedhan.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Boordiin Filannoo Biyyaalessaa teeknoloojii fayyadamuun, caasaa dhaabbataa isaa fooyyessuun, birmadummaa isaa eeggachuun akkasumas ergama itti kenname sirnaan bahachuun hojii filannoo karaa haqa qabeessaan adeemsiisuu isaaf Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafaabaasaa dinqisiifataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gabaasni kan Bayyanaa Taaddasaati<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"b74bc1ca91\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19611\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Caamsaa 27\/2018 Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan adeemsifte seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii kan Jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kan kaa&#8217;edha Jedhan Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafaabaasaa. Obbo Gaaromaan Turtii Addatti AMN PLUS Sagalee Dhalootaa waliin taasisaniin filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa kun akka hin gaggeeffamneef dhiiibbaan keessaafi alaa jiraatus filannoo qofaan [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":19613,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[16,4],"tags":[],"class_list":["post-19611","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-editors-pick","category-itoophiyaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v27.9 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#039;uura cimaa kaa&#039;era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#039;uura cimaa kaa&#039;era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Caamsaa 27\/2018 Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan adeemsifte seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii kan Jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kan kaa&#8217;edha Jedhan Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafaabaasaa. Obbo Gaaromaan Turtii Addatti AMN PLUS Sagalee Dhalootaa waliin taasisaniin filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa kun akka hin gaggeeffamneef dhiiibbaan keessaafi alaa jiraatus filannoo qofaan [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-06-04T11:47:35+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-06-04T11:47:38+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1280\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"886\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kaa&#8217;era &#8211; Hayyuu Saayinsii Siyaasaa\",\"datePublished\":\"2026-06-04T11:47:35+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-04T11:47:38+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/\"},\"wordCount\":216,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Editor's Pick\",\"Itoophiyaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/\",\"name\":\"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu'uura cimaa kaa'era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-06-04T11:47:35+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-04T11:47:38+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg\",\"width\":1280,\"height\":886},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19611\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kaa&#8217;era &#8211; Hayyuu Saayinsii Siyaasaa\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu'uura cimaa kaa'era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu'uura cimaa kaa'era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Caamsaa 27\/2018 Filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa Itoophiyaan adeemsifte seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii kan Jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kan kaa&#8217;edha Jedhan Hayyuun Saayinsii Siyaasaafi Hariiroo Idil-Adunyaa Obbo Gaaromaa Nafaabaasaa. Obbo Gaaromaan Turtii Addatti AMN PLUS Sagalee Dhalootaa waliin taasisaniin filannoon waliigalaa marsaa 7ffaa kun akka hin gaggeeffamneef dhiiibbaan keessaafi alaa jiraatus filannoo qofaan [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-06-04T11:47:35+00:00","article_modified_time":"2026-06-04T11:47:38+00:00","og_image":[{"width":1280,"height":886,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kaa&#8217;era &#8211; Hayyuu Saayinsii Siyaasaa","datePublished":"2026-06-04T11:47:35+00:00","dateModified":"2026-06-04T11:47:38+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/"},"wordCount":216,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg","articleSection":["Editor's Pick","Itoophiyaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/","name":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu'uura cimaa kaa'era - Hayyuu Saayinsii Siyaasaa - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg","datePublished":"2026-06-04T11:47:35+00:00","dateModified":"2026-06-04T11:47:38+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/710831119_1466960852119353_2919569750469503132_n.jpg","width":1280,"height":886},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19611\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Filannichi waan hunda caalaa seena qabeessaafi aadaa siyaasaa biyyattii jijjiiruun bu&#8217;uura cimaa kaa&#8217;era &#8211; Hayyuu Saayinsii Siyaasaa"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19611","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=19611"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19611\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":19615,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19611\/revisions\/19615"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/19613"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=19611"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=19611"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=19611"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}