{"id":19872,"date":"2026-06-12T05:01:42","date_gmt":"2026-06-12T05:01:42","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=19872"},"modified":"2026-06-12T05:01:46","modified_gmt":"2026-06-12T05:01:46","slug":"maatii-harka-qalleeyyiirraa-kaampii-godaantootaa-keessatti-dhalate-asuma-hidda-dhaloota-isaan-sudaan-kibbaati-tapha-waancaa-addunyaa-2026-irratti-mulachuuf-deema-inni-eenyu","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/","title":{"rendered":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu?"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS \u2013 Waxabajjii 05\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu galeessa taheerraa dhalatan hin jiran jechuu miti.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Mee waa\u2019ee taphataa hiddi dhaloota isaa Sudaan Kibbaa, maatii daran harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa Keeniyaatti argamu keessatti dhalatee haa kaasnu.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maqaan isaa guutuun Aweer Buul Maabil jedhama. Akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1995 dhalachuu seenaan durduubee taphatichaa eerera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maatii harka qalleeyyiirraa sanuu kaampii godaantotaa keessatti dhalachuun addunyaatti ol ba\u2019aa miti ganda keessatti dhalatee keessaa ni ba\u2019a jedhee namni amane qubaan lakkaa\u2019ama turee jedha barruun waa\u2019ee taphatichaa xiinxale.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Inni umrii isaa ijoollummaatti miila duwwaa faantoo (kaalsii) walitti hodhee akka ittiin taphachaa tureefi bultii keessa abjuun taphataa kubbaa miilaa tahuu akka dhugoomeef himameera.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"819\" height=\"1024\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/722131982_1473737848108320_5274878132808949674_n-819x1024.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19874\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/722131982_1473737848108320_5274878132808949674_n-819x1024.jpg 819w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/722131982_1473737848108320_5274878132808949674_n-240x300.jpg 240w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/722131982_1473737848108320_5274878132808949674_n-768x960.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/722131982_1473737848108320_5274878132808949674_n.jpg 960w\" sizes=\"(max-width: 819px) 100vw, 819px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Godaansarratti maatii harka qalleeyyiirraa kan dhalatee Aweer bultii keessa maatii isaa godaansa godaansaan Awustiraaliyaa galuun kan himame yoo tahu namni kaleessa kaampii godaantootaa keessatti waanuma arge walitti hodhee boca kubbaa qabsiisuun ittiin taphachaa ture har\u2019a kunoo taphattoota Kuma 1 fi 248 waancaa addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kanaadaafi Meeksikoon gaggeeffamurratti argamuuf garasitti imalan keessaa tokko taheera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Aweer garee biyyaalessaa Awustiraaliyaaf kan taphatu yoo tahu ramaddii tapha waancaa addunyaa baheen Garee D jalatti Turkiyyee, Ameerikaafi Paaraagaay waliin morkata.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Maatii harka qalleeyyii hiddi dhaloota isaanii Sudaan Kibbaa, godaansarra osoo jiranii kaampii godaantootaa Keeniyaatti kan dhalatee fi bultii keessa godaansaan Awustiraaliyaa gahuun lammummaa biyyatti argachuun amma carraa garee biyyaalessaa bakka bu\u2019uun tapha waancaa addunyaarratti hiriiruu kan argate Aweer Buul Maabil Dilbata dhufu Turkiyyee waliin akka taphatu saganteeffameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Bu\u2019aa ba\u2019iin jireenyaa Aweer Buul Maabil Sudaan Kibbaa, Keeniyaadha hanga Awustraaliyaa keessa darbee tapha waancaa addunyaaf qaqqabe qormaata bal\u2019inatti jijjiiruuf, ilkaan cininnatan imaluun kaayyoofi mul\u2019ata qaban akka milkeessu namatti agarsiisa.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Iddoosaa Abdiitiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"ed446a1d49\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19872\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS \u2013 Waxabajjii 05\/2018 Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata. Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu galeessa taheerraa dhalatan hin jiran jechuu miti. Mee waa\u2019ee taphataa hiddi dhaloota isaa Sudaan Kibbaa, maatii daran harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa Keeniyaatti argamu keessatti dhalatee [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":19873,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[13],"tags":[],"class_list":["post-19872","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-kubbaa-miilaa","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS \u2013 Waxabajjii 05\/2018 Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata. Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu galeessa taheerraa dhalatan hin jiran jechuu miti. Mee waa\u2019ee taphataa hiddi dhaloota isaa Sudaan Kibbaa, maatii daran harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa Keeniyaatti argamu keessatti dhalatee [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-06-12T05:01:42+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-06-12T05:01:46+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"2048\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"1366\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"2 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu?\",\"datePublished\":\"2026-06-12T05:01:42+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-12T05:01:46+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/\"},\"wordCount\":309,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Kubbaa Miilaa\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/\",\"name\":\"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-06-12T05:01:42+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-12T05:01:46+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg\",\"width\":2048,\"height\":1366},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19872\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu?\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS \u2013 Waxabajjii 05\/2018 Hireen ilma namaa ganamuma gaariis hamtuus qabdi. Tokko maatii dureeyyiirraa, inni biroo ammoo harka qalleeyyii irraa dhalata. Kana yoo jennu kanneen maatii qabeenyi isaanii giddu galeessa taheerraa dhalatan hin jiran jechuu miti. Mee waa\u2019ee taphataa hiddi dhaloota isaa Sudaan Kibbaa, maatii daran harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa Keeniyaatti argamu keessatti dhalatee [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-06-12T05:01:42+00:00","article_modified_time":"2026-06-12T05:01:46+00:00","og_image":[{"width":2048,"height":1366,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"2 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu?","datePublished":"2026-06-12T05:01:42+00:00","dateModified":"2026-06-12T05:01:46+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/"},"wordCount":309,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg","articleSection":["Kubbaa Miilaa"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/","name":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu? - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg","datePublished":"2026-06-12T05:01:42+00:00","dateModified":"2026-06-12T05:01:46+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/719217404_1473737884774983_7629395828134040803_n.jpg","width":2048,"height":1366},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19872\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Maatii harka qalleeyyiirraa kaampii godaantootaa keessatti dhalate, asuma hidda dhaloota isaan Sudaan Kibbaati, tapha waancaa addunyaa 2026 irratti mul\u2019achuuf deema! Inni eenyu?"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19872","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=19872"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19872\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":19875,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19872\/revisions\/19875"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/19873"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=19872"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=19872"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=19872"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}