{"id":19948,"date":"2026-06-16T10:00:14","date_gmt":"2026-06-16T10:00:14","guid":{"rendered":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?p=19948"},"modified":"2026-06-16T10:00:17","modified_gmt":"2026-06-16T10:00:17","slug":"magaalaa-hojiin-tola-ooltummaa-walitti-dhufeenya-hawaasaa-akka-cimsu-agarsiifte-finfinnee","status":"publish","type":"post","link":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/","title":{"rendered":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte &#8211; Finfinnee"},"content":{"rendered":"\n<p class=\"wp-block-paragraph\">AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 09\/2018<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Waggoota jijjiiramaa darban keessatti Finfinneetti tajaajilli tola ooltummaa gannaa hojii qabatamaa ta\u2019aa kan dhufe deeggarsa meeshaalee irra darbuun dandeettii namaa ijaaruu fi miira abbummaa guddisuun humna guddaa akka qabu mirkaneessaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojiin tola ooltummaa kunis Magaalaa Finfinneetti yeroodha gara yerootti dabalaa kan dhufe jiraattota magaalattii birattis dinqisiifannaa olaanaa argachaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sochiin kunis maqaa gaarii magaalattii jijjiiruu qofa osoo hin taane, hariiroo hawaasummaa jiraattotaa cimsuufi miira abbummaa isaanii magaalattii irratti qaban baay\u2019ee guddisaa jira.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeetis gaarummaa fi hojiin tola ooltummaa akka mallattoo jiraattota Magaalaa Finfinnee ta\u2019etti yeroo hedduu ibsaniiru.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img fetchpriority=\"high\" decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"683\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/725803389_1477989364349835_4706815938765178424_n-1024x683.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19950\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/725803389_1477989364349835_4706815938765178424_n-1024x683.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/725803389_1477989364349835_4706815938765178424_n-300x200.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/725803389_1477989364349835_4706815938765178424_n-768x512.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/725803389_1477989364349835_4706815938765178424_n.jpg 1080w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gaarummaan namoota biroo gargaaruu qofa osoo hin taane, namni kennellee gammachuu argachuufi walitti dhufeenya kan ittiin cimsannu qabeenya guddaa akka ta&#8217;es kaasaniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Finfinneetti guddina diinagdee qofa osoo hin taane kabaja namaa fi gaarummaan akka beekamtuuf hojiileen baay\u2019een akka hojjetaman kan eeran Kantiibaa Adaanech,waggoota jijjiiramaa darban keessatti tajaajila tola ooltummaa gannaatiin kutaalee hawaasaa garaagaraa walitti fiduun rakkoo waliinii irratti waloon hojjechuu kan dandeessisu aadaa gaarii guddisuun waan baay\u2019een akka hojjetamanis dubbataniiru.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Haaluma kanaan dargaggoonni manneen namoota humna hin qabnee haaromsuun, naannoo qulqulleessuun, daandiiwwan keessa keessaa suphuun akkasumas bo\u2019oowwan balfa dhangalaa\u2019aa qulqulleessuu hojjechuun rakkoolee jireenya hawaasaa guyyaa guyyaa mudatan furuuf gumaacha guddaa taasisaa kan ture yoo ta\u2019u, kunis miira itti gaafatamummaa dargaggootaa guddisuu qofa osoo hin taane, hawaasa walitti fiduun tokkummaa cimsuuf akka riqichaatti kan tajaajilu akka ta\u2019es kaafameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Sochii gaarummaatiin kan deggarame misoomni ashaaraa magariisaa bifti Magaalaa Finfinnee akka jijjiiramu taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Pirojektoonni misoomaa kan akka qarqara laga Inxoxxoo hanga Qacaneetti jiru jiraattonni uumama waliin walitti dhufeenya isaanii akka cimsatan dandeessisuun pirojektii fakkeenya guddaa qabuudha.<\/p>\n\n\n\n<figure class=\"wp-block-image size-large\"><img decoding=\"async\" width=\"1024\" height=\"782\" src=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724230710_1477989441016494_7927849806513570700_n-1024x782.jpg\" alt=\"\" class=\"wp-image-19951\" srcset=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724230710_1477989441016494_7927849806513570700_n-1024x782.jpg 1024w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724230710_1477989441016494_7927849806513570700_n-300x229.jpg 300w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724230710_1477989441016494_7927849806513570700_n-768x587.jpg 768w, https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724230710_1477989441016494_7927849806513570700_n.jpg 1280w\" sizes=\"(max-width: 1024px) 100vw, 1024px\" \/><\/figure>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Hojii gaarummaatiin kan beekamu waggaa waggaadhaan biqiltuu dhaabuun paarkiiwwan uummataa kunuunsuu fi naannoo misoomsuu irratti hojii hojjetameen magaalattiin caalmaatti mijattuufi miidhagduu akka taatu taasiseera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Keessattuu barattootaafi dargaggootaaf leenjiiwwan dandeettii IT, leenjii afaanii fi leenjii hojii uumuu kennaman dhaloota gahumsaa qabu kan boru Fifinnee dhaalu danda\u2019an qopheessuu keessatti shoora olaanaa akka qabus ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Gama biraatiin tajaajilli karaa dijitaalaatiin kennamaa dhufuun hojiiwwan biirookiraasii hir\u2019isuun, bulchiinsa gaarii diriirsuun fi lammiilee tajaajila saffisaa argachiisuun jijjiirama guddaa fidaa kan jiru yoo ta\u2019u, bu\u2019aan kun hundi kan argame kaka\u2019umsa dhuunfaa qofaan osoo hin taane Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hirmaannaa uummataaf xiyyeeffannoo kennuun hawaasaa gidduutti walta\u2019iinsi bu\u2019a qabeessi uumamuu akka danda\u2019u ta\u2019eera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Magaalaa Finfinneetti hojiin tola ooltummaa gannaa rakkoo waliinii furuun akka danda\u2019amu sirriitti kan agarsiise yoo ta\u2019u, misooma magaalaaf hirmaannaa uummataa murteessaa ta\u2019e kan mul\u2019isu fi bu\u2019uura jijjiiramaa isaa guddaas akka ta\u2019e ibsameera.<\/p>\n\n\n\n<p class=\"wp-block-paragraph\">Shuumii Badhaasootiin<\/p>\n    <div class=\"xs-review-box view-review-list\" id=\"xs-user-review-box\">\n\n        <h3 class=\"total-reivew-headding\">\n\t\t\t0 Reviews ( 0 out of 0 )        <\/h3>\n        <div class=\"xs-review-box-item\">\n\n            <div\n                    class=\"xs-review-media review-full\">\n\n\t\t\t\t\n            <\/div>\n\n\t\t\t\n        <\/div>\n\n    <\/div>\n\n\t\n    <form action=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/\"\n          name=\"xs_review_form_public_data\"\n          method=\"post\"\n          id=\"xs_review_form_public_data\">\n\n        <div class=\"xs-review-box public-xs-review-box\" id=\"xs-review-box\">\n            <h3 class=\"write-reivew-headding\">\n\t\t\t\tWrite a Review             <\/h3>\n\n\t\t\t\n            <div class=\"wur-review-fields\"> \t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-select\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t            <div class=\"xs-review-rating-stars text-center\">\n\t\t\t\t\t\t\t            <ul id=\"xs_review_stars\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  selected\" data-value=\"1\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"2\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"3\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"4\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <li class=\"star-li star  \" data-value=\"5\">\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            <i class=\"xs-star dashicons-before dashicons-star-filled\"><\/i>\n\t\t\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t\t\t            <\/li>\n\t\t\t\t\t\t\t\t            \t\t\t\t\t\t\t            <\/ul>\n\t\t\t\t\t\t\t            <div id=\"review_data_show\"><\/div>\n\t\t\t\t\t\t\t            <input type=\"hidden\" id=\"ratting_review_hidden\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_ratting]\"\n\t\t\t\t\t\t\t                   value=\"1\" 1 \/>\n\t\t\t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t\t            \t\t\t\t            <\/div>\n\t\t\t\t            \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Review Title\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviw_title\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_title]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Name\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_name\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_name]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Reviewer Email\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_email\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_email]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\" 1 \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-text\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n\t\t\t\t\t            <input type=\"text\"\n\t\t\t\t\t                   placeholder=\"Website\"\n\t\t\t\t\t                   id=\"xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   class=\"widefat xs_reviwer_website\"\n\t\t\t\t\t                   name=\"xs_submit_review_data[xs_reviwer_website]\"\n\t\t\t\t\t                   value=\"\"  \/>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t            <div class=\"xs-review xs-textarea\"\n\t\t\t\t                 style=\"display:block;\">\n\n                                    <textarea id=\"xs_reviw_summery\"\n                                              class=\"widefat xs_reviw_summery\"\n                                              name=\"xs_submit_review_data[xs_reviw_summery]\" 1                                              placeholder=\"Review Summary\"><\/textarea>\n\n\t\t\t\t            <\/div> \n\t\t\t\t<input type=\"hidden\" id=\"_wpnonce\" name=\"_wpnonce\" value=\"537f68b2f8\" \/><input type=\"hidden\" name=\"_wp_http_referer\" value=\"\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19948\" \/>                <div class=\"xs-review xs-save-button\">\n                    <button type=\"submit\" name=\"xs_review_form_public_data\" class=\"xs-btn primary\">\n                        Submit Review                    <\/button>\n                <\/div>\n\n            <\/div>\n        <\/div>\n    <\/form>\n\n","protected":false},"excerpt":{"rendered":"<p>AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 09\/2018 Waggoota jijjiiramaa darban keessatti Finfinneetti tajaajilli tola ooltummaa gannaa hojii qabatamaa ta\u2019aa kan dhufe deeggarsa meeshaalee irra darbuun dandeettii namaa ijaaruu fi miira abbummaa guddisuun humna guddaa akka qabu mirkaneessaa jira. Hojiin tola ooltummaa kunis Magaalaa Finfinneetti yeroodha gara yerootti dabalaa kan dhufe jiraattota magaalattii birattis dinqisiifannaa olaanaa argachaa jira. [&hellip;]<\/p>\n","protected":false},"author":12,"featured_media":19949,"comment_status":"open","ping_status":"open","sticky":false,"template":"","format":"standard","meta":{"cybocfi_hide_featured_image":"","footnotes":""},"categories":[15,3],"tags":[],"class_list":["post-19948","post","type-post","status-publish","format-standard","has-post-thumbnail","hentry","category-hawaasummaa","category-oduu-finfinnee","entry","has-media"],"yoast_head":"<!-- This site is optimized with the Yoast SEO plugin v28.1 - https:\/\/yoast.com\/product\/yoast-seo-wordpress\/ -->\n<title>Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo<\/title>\n<meta name=\"robots\" content=\"index, follow, max-snippet:-1, max-image-preview:large, max-video-preview:-1\" \/>\n<link rel=\"canonical\" href=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/\" \/>\n<meta property=\"og:locale\" content=\"en_US\" \/>\n<meta property=\"og:type\" content=\"article\" \/>\n<meta property=\"og:title\" content=\"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"og:description\" content=\"AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 09\/2018 Waggoota jijjiiramaa darban keessatti Finfinneetti tajaajilli tola ooltummaa gannaa hojii qabatamaa ta\u2019aa kan dhufe deeggarsa meeshaalee irra darbuun dandeettii namaa ijaaruu fi miira abbummaa guddisuun humna guddaa akka qabu mirkaneessaa jira. Hojiin tola ooltummaa kunis Magaalaa Finfinneetti yeroodha gara yerootti dabalaa kan dhufe jiraattota magaalattii birattis dinqisiifannaa olaanaa argachaa jira. [&hellip;]\" \/>\n<meta property=\"og:url\" content=\"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/\" \/>\n<meta property=\"og:site_name\" content=\"AMN-Afaan Oromoo\" \/>\n<meta property=\"article:published_time\" content=\"2026-06-16T10:00:14+00:00\" \/>\n<meta property=\"article:modified_time\" content=\"2026-06-16T10:00:17+00:00\" \/>\n<meta property=\"og:image\" content=\"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:width\" content=\"1024\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:height\" content=\"683\" \/>\n\t<meta property=\"og:image:type\" content=\"image\/jpeg\" \/>\n<meta name=\"author\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n<meta name=\"twitter:card\" content=\"summary_large_image\" \/>\n<meta name=\"twitter:label1\" content=\"Written by\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data1\" content=\"afanoromouser2\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:label2\" content=\"Est. reading time\" \/>\n\t<meta name=\"twitter:data2\" content=\"3 minutes\" \/>\n<script type=\"application\/ld+json\" class=\"yoast-schema-graph\">{\"@context\":\"https:\\\/\\\/schema.org\",\"@graph\":[{\"@type\":\"Article\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#article\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/\"},\"author\":{\"name\":\"afanoromouser2\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\"},\"headline\":\"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte &#8211; Finfinnee\",\"datePublished\":\"2026-06-16T10:00:14+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-16T10:00:17+00:00\",\"mainEntityOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/\"},\"wordCount\":437,\"commentCount\":0,\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg\",\"articleSection\":[\"Hawaasummaa\",\"Oduu Finfinnee\"],\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"CommentAction\",\"name\":\"Comment\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#respond\"]}]},{\"@type\":\"WebPage\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/\",\"name\":\"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo\",\"isPartOf\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\"},\"primaryImageOfPage\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#primaryimage\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#primaryimage\"},\"thumbnailUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg\",\"datePublished\":\"2026-06-16T10:00:14+00:00\",\"dateModified\":\"2026-06-16T10:00:17+00:00\",\"breadcrumb\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#breadcrumb\"},\"inLanguage\":\"en-US\",\"potentialAction\":[{\"@type\":\"ReadAction\",\"target\":[\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/\"]}]},{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#primaryimage\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2026\\\/06\\\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg\",\"width\":1024,\"height\":683},{\"@type\":\"BreadcrumbList\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/19948\\\/#breadcrumb\",\"itemListElement\":[{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":1,\"name\":\"Home\",\"item\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\"},{\"@type\":\"ListItem\",\"position\":2,\"name\":\"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte &#8211; Finfinnee\"}]},{\"@type\":\"WebSite\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#website\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"description\":\"\",\"publisher\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\"},\"potentialAction\":[{\"@type\":\"SearchAction\",\"target\":{\"@type\":\"EntryPoint\",\"urlTemplate\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/?s={search_term_string}\"},\"query-input\":{\"@type\":\"PropertyValueSpecification\",\"valueRequired\":true,\"valueName\":\"search_term_string\"}}],\"inLanguage\":\"en-US\"},{\"@type\":\"Organization\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#organization\",\"name\":\"AMN-Afaan Oromoo\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/\",\"logo\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\",\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/wp-content\\\/uploads\\\/sites\\\/2\\\/2023\\\/09\\\/logo.png\",\"width\":291,\"height\":91,\"caption\":\"AMN-Afaan Oromoo\"},\"image\":{\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/logo\\\/image\\\/\"}},{\"@type\":\"Person\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/#\\\/schema\\\/person\\\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342\",\"name\":\"afanoromouser2\",\"image\":{\"@type\":\"ImageObject\",\"inLanguage\":\"en-US\",\"@id\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"url\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"contentUrl\":\"https:\\\/\\\/secure.gravatar.com\\\/avatar\\\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g\",\"caption\":\"afanoromouser2\"},\"url\":\"https:\\\/\\\/www.amn.gov.et\\\/oro\\\/author\\\/afanoromouser2\\\/\"}]}<\/script>\n<!-- \/ Yoast SEO plugin. -->","yoast_head_json":{"title":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","robots":{"index":"index","follow":"follow","max-snippet":"max-snippet:-1","max-image-preview":"max-image-preview:large","max-video-preview":"max-video-preview:-1"},"canonical":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/","og_locale":"en_US","og_type":"article","og_title":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","og_description":"AMN PLUS &#8211; Waxabajjii 09\/2018 Waggoota jijjiiramaa darban keessatti Finfinneetti tajaajilli tola ooltummaa gannaa hojii qabatamaa ta\u2019aa kan dhufe deeggarsa meeshaalee irra darbuun dandeettii namaa ijaaruu fi miira abbummaa guddisuun humna guddaa akka qabu mirkaneessaa jira. Hojiin tola ooltummaa kunis Magaalaa Finfinneetti yeroodha gara yerootti dabalaa kan dhufe jiraattota magaalattii birattis dinqisiifannaa olaanaa argachaa jira. [&hellip;]","og_url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/","og_site_name":"AMN-Afaan Oromoo","article_published_time":"2026-06-16T10:00:14+00:00","article_modified_time":"2026-06-16T10:00:17+00:00","og_image":[{"width":1024,"height":683,"url":"http:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg","type":"image\/jpeg"}],"author":"afanoromouser2","twitter_card":"summary_large_image","twitter_misc":{"Written by":"afanoromouser2","Est. reading time":"3 minutes"},"schema":{"@context":"https:\/\/schema.org","@graph":[{"@type":"Article","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#article","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/"},"author":{"name":"afanoromouser2","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342"},"headline":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte &#8211; Finfinnee","datePublished":"2026-06-16T10:00:14+00:00","dateModified":"2026-06-16T10:00:17+00:00","mainEntityOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/"},"wordCount":437,"commentCount":0,"publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg","articleSection":["Hawaasummaa","Oduu Finfinnee"],"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"CommentAction","name":"Comment","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#respond"]}]},{"@type":"WebPage","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/","name":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte - Finfinnee - AMN-Afaan Oromoo","isPartOf":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website"},"primaryImageOfPage":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#primaryimage"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#primaryimage"},"thumbnailUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg","datePublished":"2026-06-16T10:00:14+00:00","dateModified":"2026-06-16T10:00:17+00:00","breadcrumb":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#breadcrumb"},"inLanguage":"en-US","potentialAction":[{"@type":"ReadAction","target":["https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/"]}]},{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#primaryimage","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2026\/06\/724229973_1477989247683180_6500803972074997856_n.jpg","width":1024,"height":683},{"@type":"BreadcrumbList","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/19948\/#breadcrumb","itemListElement":[{"@type":"ListItem","position":1,"name":"Home","item":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/"},{"@type":"ListItem","position":2,"name":"Magaalaa hojiin tola ooltummaa walitti dhufeenya hawaasaa akka cimsu agarsiifte &#8211; Finfinnee"}]},{"@type":"WebSite","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#website","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","name":"AMN-Afaan Oromoo","description":"","publisher":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization"},"potentialAction":[{"@type":"SearchAction","target":{"@type":"EntryPoint","urlTemplate":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/?s={search_term_string}"},"query-input":{"@type":"PropertyValueSpecification","valueRequired":true,"valueName":"search_term_string"}}],"inLanguage":"en-US"},{"@type":"Organization","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#organization","name":"AMN-Afaan Oromoo","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/","logo":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/","url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","contentUrl":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-content\/uploads\/sites\/2\/2023\/09\/logo.png","width":291,"height":91,"caption":"AMN-Afaan Oromoo"},"image":{"@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/logo\/image\/"}},{"@type":"Person","@id":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/#\/schema\/person\/ede95dbd01cd87c931caec06158e3342","name":"afanoromouser2","image":{"@type":"ImageObject","inLanguage":"en-US","@id":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","url":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","contentUrl":"https:\/\/secure.gravatar.com\/avatar\/5855e1edb4e67905dd5ff0c2fb5caf7f4edb2b790aafad8e03ee01e0975ae977?s=96&d=mm&r=g","caption":"afanoromouser2"},"url":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/author\/afanoromouser2\/"}]}},"_links":{"self":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19948","targetHints":{"allow":["GET"]}}],"collection":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts"}],"about":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/types\/post"}],"author":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/users\/12"}],"replies":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/comments?post=19948"}],"version-history":[{"count":1,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19948\/revisions"}],"predecessor-version":[{"id":19952,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/posts\/19948\/revisions\/19952"}],"wp:featuredmedia":[{"embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media\/19949"}],"wp:attachment":[{"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/media?parent=19948"}],"wp:term":[{"taxonomy":"category","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/categories?post=19948"},{"taxonomy":"post_tag","embeddable":true,"href":"https:\/\/www.amn.gov.et\/oro\/wp-json\/wp\/v2\/tags?post=19948"}],"curies":[{"name":"wp","href":"https:\/\/api.w.org\/{rel}","templated":true}]}}